cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Simboo Consultancy PLC.

Chanelii dhimma Afaan Oromoorratti hojjetudha. Viidiyoo, Sagalee, barreeffamaan... argattu!

Show more
Finland2 819The language is not specifiedEducation72 517
Advertising posts
1 000Subscribers
-424 hours
-67 days
+730 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Barnoota Ogbarruu kutaa 2ffaa Nagaa jirtuu hunduu? Leenjii ogbarruu ani online kennaa jiru irraa fayyadamoo tahuu feetuu? Yutuubii kana subscribe gochuun hordofaa! https://youtu.be/11H2Aeohvjo?feature=shared #Caaya Tube
Show all...
Barnoota Ogbarruu kutaa 2ffaa

Leenjiin kun namoota biyyoota addaddaa jiraatantu online barataa jiru. Qabiyyeen saayinsii ogbarruuti. Dhaggeeffadhaa!

Leenjiin online kennu viidiyoosaa dhaggeeffachuuf https://www.facebook.com/100063699468197/posts/945999730866667/?mibextid=rS40aB7S9Ucbxw6v Subscribe godhaa!
Show all...
Tajaajila Gorsaa Afaan Oromoo

Barnoota ogbarruu kutaa 1ffaa Guutuu asii argattu

1
Guutuu isaa dhaggeeffachuuf yutuubii https://youtube.com/@Caaya2024?si=nDetl-KgypH0wvWw seenaa Subscribe godhaa!
Show all...
1
👍 1 1
Beeksisa qaxarrii Abbaa Alangaa aanaa 25 baaseedha. Warri isin ilaallatu dorgomaa!
Show all...
2
Addunyaa Kanarraa ummatni Dhahaa mataasaanii qaban keessaa tokko Oromoodha. Akkka addunyaattuu ummata bara lakkaa'achuu jalqabedha. Oromoon dhahaa mataasaa qaba! Garuu, hin'ayyaaneffatamneef. Har'a miti dhaloota Kiristoos durayyuu waggaa 4000 oliif bara lakkaa'aataa ture ragaan ibsu bara gadaati. Kan inni ittiin hedamu bara bulchiinsa gadaa yommuu tahu, ji'aafi urjii ilaalaniiti himu. Sana kan himus ayyaantuudha. Ayyaantuu jechuun beekaa jechuudha. Akka dha'aa Oromootti guyyaan ji'aan marsa. Torbaniin miti. Ji'a keessa guyyoota 27 maqaa ofiisaanii qabantu jiru. Walumatti guyyoota guyyoonni 29.5 akka jirantu himama. Sun lak. 30 ta'uu danda'a.. dhahaa Oromoo kana keessa torbannis inuma jira. Ta'us, akka amma guyyoonni torbanniin hinmarsan; guyyaan 1ffaan deebihee.kan dhufu ji'atti. Waan ofii beekuun murteessaadha!
Show all...
8
👍 2