cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

GAREE_TOKKUMMAA

GAREE TOKKUMMA Unity group Andinet budin 👉Kaayyoon group keenyaa 💁 Barsiisuu 💃 Bashannansiisuu ☆ Haala yeroo irratti waan ta 'aa jiru maddeen amanamoorraa isiniif qooduu Gaaffiif @Sabaaf101

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
712
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Yuuniversitii haanga amma Waamicha taasisan 👉Yunversitii Finfinnee Eebla 24-25 👉Yunivaristii Wolaita sodo Eebla 27-28 👉Yunversitii AASTU Eebla 28-29 👉Yunvarsitii ASTU Eebla 28-29 👉 Yunversitii Metroopolitaanii Kotebe Eebla 28-29 👉Yunvarsiitii Bahirdar Eebla 28 - 30 👉Yunversitii Debre birhan Eebla 29- 30 👉Yunversitii Madda Waalabuu Caamsaa 1-2 👉Yunvarsitii Bulee Horaa Caamsaa 1-2 👉Yunvarsitii Walqixxee Caamsaa 3fi 4 👉Yunvarsitii Odaa Bultum Guyya seensa Caamsaa 8-9 Guyyaa galmee Caamsaa 10-11 👉Yunversitii Dabra Taboor Caamsaa 8-9 👉Yunversitii Haramaya Caamsaa 12,13,14 👉Yuniversitii Hawasaa galmeen Online Caamsaa 01 fi 02/2014 , Seensa gara yuniversitii Caamsa 8 fi 9/2014 👉Yunversitii Arbaminc Guyyaa seensa Caamsaa 1 fi 2 Guyyaa galmee Caamsaa 3 fi 4 👉Yunvarsitii Gondar Caamsaa 01fi 02/2014 👉Yunvarsitii Maqallaa Ambaa Caamsaa 10 fi 11/2014 👉Yunvarsitii Mattuu Caamsaa 03 fi 042014 👉Yunvarsitii Injimbaaraa Caamsaa 09 - 11/2014 👉Yunvarsitii Dabra Maarqos Caamsaa 04 fi 05/2014 👉Yunvarsitii Jimmaa Caamsaa 04 fi 05/2014 Gareen kun yeroo hunda wantoota isin fayyadan bakka garaa garaarraa sassaabee fidee waan isiniin ga'uuf isinis hiriyoota keessan gama garee kanaatti affeeraan ergaa keenya. #join & #share 👇👇👇👇👇👇 https://t.me/WRU_Orostu https://t.me/WRU_Orostu https://t.me/WRU_Orostu https://t.me/WRU_Orostu https://t.me/WRU_Orostu
Show all...
#Kutaa_12ffaa Barattoota kutaa 12ffaa maraaf: Qormaanni marsaa jalqabaa sororfamuun gara siistemaatti guutamaa jiraachuu kara keessaan odeeffanneerra. Marsaa 2ffaan torban itti aanu guutummaan guutuutti kara siistamaatti guutamee xumuramuu ni malas jedha odeessi keenya kun. Qormaata baranaatiin barattoonni Magaalaa Finfinnee baayyinaan qabxii olaanaa ni galmeessu jedhamees eegamaa jira. Akkuma beekamu barattoonni marsaa lammaffaan qormaata kana fudhatan, rakkoo garagaraa eega dabarsanii booda qormaata kana waan fudhataniif qabxiin darbiinsaa gadi akka bu'uu malus ni tilmaamama. Qabxiin darbiinsaa qabxii barattootaafi haala yeroo biyyattii keessaa giddu gala godhachuun kan murtaa'u ta'a. Firiin qormaataa, dhiheenyatti ifa ni godhama jedhamees eegama. Gaaffii fi yaada yoo qabaattan @Sabaaf101 @Tokkummaanhumna1 @Tokkummaanhumna1 @Tokkummaanhumna1
Show all...
#Karrayyuu Abbaan Gadaa Karrayyuu fi Tuutni Gadaa Karrayyuu ajjeefaman, namootni hedduun achi buuteen dhabame. Mootummaan naannoo Oromiyaa Abbaan Gadaa Karrayyuu garee ‘shororkeessaa shanee’ tiin ajjeefaman jechuun ibsa baase. Ibsi waajjirri Kominikeeshinii mootummaa naannoo Oromiyaa baase kun Abbaan Gadaa Karrayyuu Kadiir Hawaas Boruu ajjeefamuu mirkaneesseera. Haa ta’u malee ragaaleen Addis Standard dubbisee waan uumame haala kanaan ibsu. - Sadaasa 30,2021 ganama naannoo sa’aatii 3 Poolisiin Addaa Oromiyaa, Poolisiin Aanaa fi Milishaan godina Shawaa Bahaa Aanaa Fantaallee ganda Haroo Qarsaa deemuun uummataan ‘miseensa Shanee baasaa’ jechuun hiraarsaa turuu ragaan Addis Standard argate ni ibsa. - Kana malees dargaggoota shan shakkine fuunee deemna jechuun humnoota mootummaa fi uummata gidduutti walitti bu’insi uumamuu Addis Standard odeeffate. Walitti bu’insa kana booda humnootni mootummaa naannoo sa’aatii 11:00tti Haroo Qarsaa irraa gara Matahaaraa deebi’an. - Mudde 1, 2021 bakka Mootoma jedhamu, kan Haroo Qarsaa irraa kilomeetira 60 fagaattutti, Tuutni Gadaa Michillee Jila Waaqa Kadhannaa gaggessuuf walitti qabame. Mootoman bakka anga’ootni sirna gadaa qubantaniidha. Poolisiin Addaa Oromiyaa, Poolisiin Aanaa fi Milishaan dhufee namoota jila kana irratti argaman namoota 41 ta’an walitti qabanii fudhanii deeman jedha ragaan Addis Standard dubbise. - Mudde 1 galgala naannoo sa’aatii tokko namoota murtaa’an ajjeesuun darban. Bariitu isaa Mudde 2 uummanni reeffa kaafachuuf yaalii godhe garuu humnootni mootummaa uummatni akka reenfa hin kaafne ittisaa oole. Galgala keessa naannoo sa’aatii 4 uummanni reenfa kaase. - “Reenfi kaafame kan namoota 14 yoo ta’u, qaamni isaanii dhaanamee bifa isaanii adda baasuun ni ulfaata. Namoota 41 qabaman keessa 14 ajjeefamaniin ala kuun eessa akka jiran wanti beekamu hin jiru'' jechuun ragaan Addis Standarditti hime. - Itti gaafatamaan waajjira Kominikeeshinii mootummaa naannoo Oromiyaa Hayiluu Addunyaa namootni du’uu fi dhabamuu isaanii amanee jira. Kana malees walitti bu’insi humnoota mootummaafi uummata gidduu uumamee hin beeku jedhe. Itti dabaluunis Hayiluun tarkaanfiin kun hiriira deeggarsaa mootummaaf godhamee haloo ba’uuf kan fudhatamee jedhe. - Gaaffiin ragaaleen qaban garuu “Yoo Shaneen jara kana ajjeesera ta’e akkamitti Mootummaan sirna awwalchaa irratti osoo hin hirmaatiin hafe?” kan jedhu. - Kana malee ragaleen Addis Standard dubbise gadda Gamtaa Abbootiii Gadaa irraa qaban akkas jechuun ibsan “Abbaan Gadaa kun Abbaa Gadaa Oromoo maraati malee Abbaa Gadaa Karrayyuu qofa miti. Callisuun Gamtaa Abbootiii Gadaa gaaffii nutti uume.” jedhan. - Barreessaan Gamtaa Abbootii Gadaa fi Abbaan Gadaa Tuulamaa Goobanaa Hoolaa “Dhimma hin qulqulleeffatin irratti yaada hin kennu. Boru achi deemee nan qulqulleeffadha.” jechuun deebii laataniiru. Maddi: Addis Standard @Tokkummaanhumna1 @Tokkummaanhumna1
Show all...
Ministeera Barnoota: Manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa gutumaa biyyatti argaman Torbee tokkoof ni chufamu Cufaa kan ta'an sadaasa 27 hanga muddee 3ti. @Tokkummaanhumna1 @Tokkummaanhumna1
Show all...
Welcome, Rabbiin koo Naaf Gayaadha!
Show all...
Welcome, MAN PROPOSES GOD DISPOSES
Show all...
#mood_of_study #Barattotaaf Barnoota barattan tokko firii gaarii isiin gammachisuu argachuuf Amaleeffanna dubbisaa (mood of study) keessan sirritti eegadha. Sababiin Isas ka'uumsi kufaatii Barnoota inni olaanaan amaleeffanna (mood of study) dhabuudhanii. ✍ @Sabaaf101 #share Join 👇👇👇 @Tokkummaanhumna1 @Tokkummaanhumna1 @Tokkummaanhumna1
Show all...
Welcome, Jimma Biyya Seena
Show all...
🤝 Referral program Invite new telegram chat administrators using the paid version of @fovbot and get 10 to 50% of fovbot revenue in chats. Get stable passive income from subscriptions to bots by creating your own personal customer base! To invite the admin to use @fovbot, just send him your referral link: https://telegram.me/fovbot?start=890650651 You can find out more information here
Show all...
Barattoota University Tigraayi Fi waldiyaa Turaniif‼️ Barattoonni Yunivarsitii Naanno Tigrayiifi Waldiyaatti barataa turtan ministeerri barnoota Yeroodhaaf Gara University birootti ramadamani akka baratani murteesse Jira. Kanaafu barattoonni kunniin #Unka(Form ) qophaa'e waan jiruuf wantoota barbaachiso ta'an of-eeggannoon akka guutan jedhameera. Galmaa'uuf 👇 https://forms.gle/wYpZtTqpdQ417Bxx8 Odeeffanno sirrii ta'e guutudhaan akka galmooftan jedhameera. Barattootaaf share godha biran gaha🙏 Odeeffanno dabalataaf   👉 @Tokkummaanhumna1 @Tokkummaanhumna1
Show all...