cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Atikaa Hussein

Ergamaan rabbii صلى الله عليه وسلم keeyiri biyyaa duniyyaa jiruu hundaa kan Caaluu Zikir rabbiiti jedhan. Arrabin kee Zikir rabbii gochu irraa akkaa hin cinee. Dhamsaa Rassulati ፊዳከ አቢ ዋ ኡሚ ያ ረሱለላህ ۩ﷺ۩♥

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
734
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Show all...
(Atikaa Hussein) YUOTUBE Yää badii tarikuu salatii dhagefadhaa Mee Jzkl 🍇🍑🍒🍒

Hiyyeessa jechuun nama qarshii hiyyoome osoo hin taane, nama qalbii hiyyoome dha. Rabbi Qalbii isin hin hiyyoomsin 🤲✍ @muddassirmohammed @muddassirmohammed
Show all...
palestine🇵🇸 one day we will be free✊ We are from Ethiopian🇪🇹 we stand with palestine💪 @muddassirmohammed @muddassirmohammed
Show all...
Obsi akka sibritii ni hadhaawa Garru yeroo dhandhamte ni miawaa 👇👇👇👇👇👇👇 @suheyra_fa @Sureya_ra t.me/Asmishi
Show all...
Filsan Ahmed

As wr wb Ahbaabi filah channela Khana kheysaati ni borahtaa Gorsan qalbi if jisaa Nashidaan boharra Walaloo ni boharta Senna sahabbatin Jechoota qalbii nama sennan Hunda arkhaachuf JOIN GODHUN BOHARRII 👇👇👇👇👇👇👇 @Asmishi @Asmishi

💜الســـــــــــلام عليـــــــــــكم وَرَحْمَـــــــــةُاللهِ وَبَرَكـَــــــــاتُه🥀 Jummah Mubarak to everyone ♥️ ☆Săllû ăllă năbīī ﷺ👈👈 Ūmmātā Ñābii Muhammad [ ﷺ ] ‏﷽۝ إِنَّ اللَّهَ وَمَلائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا ۝ ﷺ💌 .💌Join💌 Join 💌Join 💌👇 ✯••┈┈┈┈••✦❤️✦••┈┈┈┈••✯ https://t.me/joinchat/AAAAAE3CKirLOzT70bmHqw
Show all...
Show all...
عاتكه حسين

‎عاتكه حسين‎ is on Facebook. Join Facebook to connect with ‎عاتكه حسين‎ and others you may know. Facebook gives people the power to share and makes the world more open and connected.

🕌Obboleewwaan koo hordoftoonni Sunna Rāsūlla۞ﷺ۞bakka jirtanitti Ŕābbii isin haa tiysu tika Rabbii keessatti jiraadha.🙋 #Amala gaarii Rabbiin malee eenyullee sitti hin beekne qabaachuf tattaafadhu! Ergaan tunii isiin dhaqabdee lataa! #Share gochuun obbollewwaan kessaan Keeyritii shaaraka •••••••••••••••••••••••••۞﷽۞•••••••••••••••••••••••• 🕳Tarii Rabbiin amala gaarii dhokattuu tanaaan karaa qajeelatti si qajeelchuu, dhimma kee tolchuu fi badii kee siif araaramu danda'a. Seenaa namticha Rasuulli (ﷺ) namni kuni nama jannataati eega jedhanii booda •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• 🕳 ibn Umar mana isaa bulee wanta inni hojjatu beekuuf yaale ni yaadanna. ibn Umar namticha kanarraa wanta guddaa isaa hojjatu hin argine. Garuu amala dhokataa tokko itti hime. Innis "Ani takkuu nama Muslimaatti waan badaa yaade hin bulu.' jechuun himeef. •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• 🕳 Tarii amala gaarii dhokattuu tanatu Jannataan akka gammachiifamu isa taasise. Waan gaariin qalbii keessa yoo jiraatte Rabbiin waan gaarii akka namaaf kennuu fi araaramu akkana jechuun beeksisa: •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• (یَـٰۤأَیُّهَا ٱلنَّبِیُّ قُل لِّمَن فِیۤ أَیۡدِیكُم مِّنَ ٱلۡأَسۡرَىٰۤ إِن یَعۡلَمِ ٱللَّهُ فِی قُلُوبِكُمۡ خَیۡرࣰا یُؤۡتِكُمۡ خَیۡرࣰا مِّمَّاۤ أُخِذَ مِنكُمۡ وَیَغۡفِرۡ لَكُمۡۚ وَٱللَّهُ غَفُورࣱ رَّحِیمࣱ) •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• 🕳"Yaa Nabiyyicha booji'amtoota harka kee keessa jiraniin akkana jedhi: "Rabbiin osoo qalbii teessan keessatti waan gaarii beekee, wanta isin irraa fudhatame caalaa waan gaarii isiniif kenna, isiniifis ni araarama. Rabbiin Araaramaa, Rahmataa godhaadha." [Surat Al-Anfal 70] •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• 🕳Amalooni dhokatoon namni qalbii keessatti dagaagfachuu qabu: iimaana, ikhlaasa, dhugaa dubbachuu(sidq), waan gaarii fi qajeelaa yaaduu fi kan kana fakkaataniidha. •••••••••••••••••••••••••۞﷽۞•••••••••••••••••••••• .💌Join💌 Join 💌Join 💌👇 ✯••┈┈┈┈••✦❤️✦••┈┈┈┈••✯ https://t.me/joinchat/AAAAAE3CKirLOzT70bmHqw

•••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• Dunkaanaa fi manneen akka daasiitti tolfaman keessatti yeroo jaraa gara caalaa bakkeelee roobni itti roobe kan barbaadan (sakatta’an), manneetii jaraa bakka irraa bakkatti kan jijjiiranii fi namootiin kkf yoo Jumu'aa salaatan sirrii hin ta’u. Naannoo Madiinaa godoonni Arabaa kan akkanaa jiru turan; Nabiyyiin ,۞ﷺ۞ Salaata Jumu'aatti jara hin ajajne. •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• 🕳3/ Khuxbaalee lama gochuu:- Nabiyyiin ۞ﷺ۞ fi khulafaa’u Ar-raashidiin dhaabbataan godhaa waan turaniif jecha. Ibnu Umar “Nabiyyiin ۞ﷺ۞ dhaabatanii khuxbaalee lama godhu ture – jiddu-lammaniitti taa’uudhaan addaan baasu ture” jedheera – •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• 🕳(Muttafaqun Alayhi). Khuxbaalee lammaniif niyyaa gochuunis sharxiidha. Khuxbaan gorsa haala yeroo wajjin wal-simatu ta’uu qaba. #SHARE_Godhuu_Hin_Dagatin. •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••• .💌Join💌 Join 💌Join 💌👇 ✯••┈┈┈┈••✦❤️✦••┈┈┈┈••✯ https://t.me/joinchat/AAAAAE3CKirLOzT70bmHqw