cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Kolleejjii Barnoota Barsiisotaa Ciroo/Chiro College of Teacher Education

Dhaabbata Barnoota mootummaa bara 2003 A.L.I.tti kan hundaa'e/ Governmental Educational organization stablished in 2003 E.C

Show more
Finland905The language is not specifiedEducation20 843
Advertising posts
7 322
Subscribers
+2024 hours
+1037 days
+59930 days
Posts Archive
Leenjiin Leenjistootaa "ABL" Kolleejjiin Barnoota Barsiisotaa Ciroo Biiroo Barnoota Oromiyaa fi Dhaabbata UNICEF waliin tahuun kennamu Godina Harargee Bahaa Aanaalee Cinaaksaniifi Gursumitti  ogeeyyii Barnootaatif kennamu jalqabameera
Show all...
Kolleejjii Barnoota Barsiisotaa Ciroo Biiroo Barnoota Oromiyaa fi  dhaabbata "UNICEF" waliin tahuun barsiisota Godina Harargee Lixaa fi Harargee Bahaa aanaalee Ancaar,Daaroolabuu ,Cinaaksanifi Gursum irraa dhufaniif  leenjiin sirna Barnootaa hara'a  BSTD irratti barsiisota BSTDtiif kennamaa jira
Show all...
Kolleejjii Barnoota Barsiisotaa Cirootti haala bobbaa Piraaktikamii irratti oreteeshiniin Barsiisota kolleejjii,barsiisotaafi hoggantoota  manneen barnoota sad.1ffaatiif kennameera
Show all...
KBB Ciroo. Itti aantota diiniwwanii duraan tajaajilaa turaniif beekkamtiifi badhaasa kennuun galataan geggessuun kanneen haara'a dhufan simachuun walharkaa fuudhinsi geeggeffameera
Show all...
Kolleejjii Barnoota Barsiisotaa Cirootti  kaadhimamtoota haar'a bara kana simatamaniif Oranteeshinni kennamee leenjiin idilee akka jalqabamu taasifameera
Show all...
Kolleejjii Barnoota Barsiisotaa Cirootti  guyyaa har'aa   barsiissonni haala kaanaan  leenjii jalqabaniiru
Show all...
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.