cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Dinigaas Trading S.C official

Show more
Finland1 058The language is not specifiedReligion & Spirituality17 164
Advertising posts
5 471Subscribers
-824 hours
-357 days
-13730 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Muuxannoo gaarii dha. Iddiriiwwan keenya kan Biiroon illee fakkeenyummaa kana fudhachuu qabu. Iddiriin Dhalattoota Matakkal Miseensota isaaniif haala mijeessuun tokko tokkoo isaaniif sheerii bituun Aantummaa isaanii agarsiisaniiru. Hiika Fi kaayyoon iddirii akkasiitti waan gaarii Fi guddina waloof oolchuun barbaachisaa dha. Guddaa galatoomaa! " እናመሠግናለን። 20 የመተከል ወንማማቾች መረዳጃ ዕድር አባላት በዕድሩ በተመቻቸላቸው ድጋፍ መሠረት የወንድም አክስዮን ማህበር የሆነውን ዲንጋስ ትሬዲንግ አክስዮን ከአምሥት ዕጣ ጀምሮ በመግዛት በ116000 አጋሪነታቸዉን አሳይተዋል።"
Show all...
Haga nuti isin abdannee olitti isin argine!!! Dhaabbata hundeessuu eenyuuf salphaadha? Sanuu bara kana keessa! Bara jireenyi namatti ulfaate kana, namni ofiinuu of sodaatu, bara shakkii malee Wal amantaan dhibe keessa, bara akkasii keessa!!! Isin abdannee mul'ataa Fi abdii keenya isinirratti ganne. "Lammii keenyaaf seenaa haa hojjennu" jenne. "Dhalootni aadaa waliin hojjechuu haa gabbifatu" jenne. Tokkummaa Saba keenyaaf aarsaa barbaachisu kaffallee walitti isaan haa fidnu jenne! Kana hundumaa isin abdanneeti malee ofii homaa qabannee hin turre! "Qr Kuma 5 Fi 10 walitti guurtanii business maal hojjettu" yeroo jedhamnes, lakkisaa qabeenyi dhaabbata keenyaa maallaqa osoo hin taane humna namaa qabnu dha jechaa cichinee ji'oota ja'an obsaan walitti guuraa turre. Gatii obsa keenyaas haga yaadnee olitti isinirraa argineerra. As keessatti namoota aarsaa guddaa kaffalaniin galatoomaa jechuu barbaadna! Keessumaa warreen akka warqii dukkana keessatti Nuuf ifeef, Galata! Waaqni dadhabbii isaanii haa kaffaluuf. Bal'inaan yeroon itti Wal galateeffannu ni dhufa! Ji'oonni ja'an dhumachuuf guyyàa boorii qofatu hafti. Guyyàa hafte fayyadamee warra galmaa'uu barbaadu ammas harka bal'ifnee simanna. Guyyàa boorii kaasee haga 30tti kaffaltii keessan xumurataa, sanda barbaachisu Nuuf dhiyeessaa, nagahee keessan akka jijjiirrattaniif yeroo siniif kennina. Sana gidduutti yeroo gabaabaaf sheerii hin gurgurru!!! Sheerii haaraa waggaa 1f turu gaafa ifoomsinuu kaasnee isin beeksifna. Yeroo sanatti warri guddifatus, warri haaraa bitatus ni simatamu. Adeemsa kana keessatti dhimmoota dagatamuu hin qabne hin dagatiinaa. Dhimmi seeraa seera qofaan deemama, Kaffaltii sheerii osoo hin xumuriin sababa mallatteeffameef qofa miseensa ta'uun hin danda'amu.! Waraqaa eenyummaa haaromfadhaa, National ID galmaa'aa, TIN number baafadhaa, qaamaan ykn Kara bakka Bu'aa keessanii sanada mirkaneessuuf qophaa'aa. TIN baafachuu irratti yoo rakkattan nadubbisaa, xalayaa siniif barreessina. Galatoomaa! W A Dinigaas
Show all...
5🙏 3
👍 3
Guyyàa har'aa Waltajjii guddaa Startup Ethiopia jedhamu irratti Innovatoroota guutuu biyaarraa walitti dhufan keessaa 20 finalist taanee mul'ata keenya dorgommiif dhiyeessaa turre. Carraan Kun carraa namoonni heedduun hawwan yoo ta'u Waldaa keenya Dinigaasiif Abdiin guddaa ta'e natti mul'ata. Gaaffiif Deebii Miidiyaa Fana waliin taasiseenis dhaabbanni keenya rakkoo hawaasaa guddaa tokko dhimma hordoffii Fayyaa dhukkubsattootaan walqabatee jiru furuu keessatti biyya kanarratti darbee Afrikaaf yaada furmaataa akka qabu kaaseefiin jira. Ammas Nan jedha, dhaabbanni keenya Abdii guddaa qaba! Maaltu beeka, Kaampaaniin Oomisha meeshaalee Fayyaa guddichi biyya kanaa Kan keenya ta'uu mala!!!
Show all...
👍 5 3👏 1
Beeksisa Ariifachiisaa!Urgent (14/8/2016) Dhaabaani keenya ji'oota ja'an darbaniif sheerii hundeessitootaa gurguraa turuun isaa ni yaadatama. Haaluma kanaan yeroon gurgurtaa Kun xumuramee guyyootni 5 duwwaan kan hafan yoo ta'u miseensota haga ammàa sheerii bitatan Adeemsa seera qabeessaan gara Waldichaatti simachuuf Qaama dhimmi ilaalu biratti dhiyaannee dabalamuu miseensota kanneenii mirkaneessuutu nurraa eegama. Kanaafuu Miseensota buleeyyii dambii ittiin bulmaataa mirkaneessitan dabalatee miseensonni haaraan nundi mallattoo keessan qaamaan ykn Kara bakka bu'iinsaa kaa'uu waan qabaniif haldureewwan asii gaditti taa'an yeroo Torbee lama(haga eebila 30tti) keessatti akka raawwattan cimsinee isin yaadachiifna. 1. Fageenyarratti kan argamtan Fi qaamaan dhiyaattanii mallatteessuu kan hin dandeenye bakka bu'iinsaa namoota armaan gadiif; A. Obbo Darajjee Dheeressaa Teessoof( Prezidentii Boordii) B. B/saa Dhaabaa Siyyum(Hoji geggeessaa)f kennuun origional bakka bu'iinsa keessanii, suura 2, Unka Aksiyoona ittiin bittan, Nagahee kaffaltii hunda Origional isaa Fi Waraqaa eenyummaa haarome copy isaa yeroo jedhame keessatti gara biiroo keenyaatti akka Nuuf ergitan. 2. Namootni qaamaan argamanii mallatteessuu dandeessan Waraqaa eenyummaa haarome origional Fi copy, nagahee kaffaltii ittiin raawwattan, qabattanii dhufuun guyyàa isiniif kenname keessatti harcaatii tokko malee mallatteessuuf akka of qopheessitan. 3. Lakkoofsa kaffalaa gibiraa(TIN number) Waajjira daldalaa isinitti dhiyoo jiru deemuun akka baafattan Fi Waraqaa eenyummaa Digitaalaa(Fayda) galmaahuun Lakkoofsa Fayda keessanii Nuuf dhiyeessuutu isinirraa eegama. 4. Miseensonni kaffaltii ofirraa hin xumuriin jirtan kamuu yeroo isiniif kenname keessatti guutummaa isaa ofirraa xumuruun miseensummaa keessan mirkaneeffachuuf akka of qopheessitan cimsinee isin yaadachiifna. Hub. Haldureewwan asii olitti taa'an miseensi raawwachuu hin dandeenye kamuu gara Waldaa Aksiyoona keenyaatti kan hin dabalamne ta'uu beektanii itti gaafatamummaa isinirra jiru akka bahattan cimsinee isin yaadachiifna. Adeemsa seerri biyyattii nurraa barbaadu hunda guuttannee Kara iftoomina qabuun mul'ata keenya ni milkeessina!!! W.A Dinigaas Trading!
Show all...
👏 6👍 2 1🔥 1
የስራው መጠሪያ: Educational sector Managing Director የስራው አይነት: በተመደቡበት የሚሰራ - ቋሚ የስራው ዘርፍ: #ፕሮጀክት_ማኔጅመንት_እና_አስተዳደር የስራው ቦታ: አዲስ አበባ, ኢትዮጵያ የትምህርት ደረጃ: ሁለተኛ ዲግሪ የልምድ ደረጃ: ከፍተኛ የተፈላጊ ሰው ብዛት: 1 ደሞዝ/ክፍያ: ወርሃዊ የማመልከቻ ማብቂያ ቀን: April 25th, 2024 የስራው ዝርዝር: Overview Dinigaas Trading s.c is accompany works on multi sectoral investment including Educational sector to satisfy its objective of establishments. The Educational Sector Director under the company is a highly pivotal role responsible for overseeing and managing all aspects of an educational institution's operations, policies, and programs. This position typically requires a deep understanding of educational principles, organizational management, and strategic planning. Educational background and experience Masters and above in Education Planning and Management, Educational Leadership, Educational Policy, Curriculum and Instructions & Education Economy background with relevant work experiences in managing educational sector for a minimum of 5/Five year and above. Duties and Responsibilities: 1. Strategic Planning: - Develop long-term strategic plans for the educational institution in alignment with its mission and vision. - Identify key objectives and performance indicators to measure the institution's progress. 2. Financial Management: - Oversee budget planning and financial management to ensure the institution's financial sustainability. - Allocate resources effectively to support all educational programs and initiatives. 3. Policy Development: - Develop and implement policies that adhere to educational standards, regulations, and best practices. - Ensure compliance with local, state, and national educational regulations. 4. Program Development: - Evaluate existing educational programs and curricula to enhance student learning outcomes. - Introduce new programs and initiatives that align with the institution's educational objectives. 5. Staff Management: - Provide leadership and guidance to academic and administrative staff. - Recruit, train, and evaluate faculty and staff members to maintain high educational standards. 6. Community Engagement: - Build relationships with parents, students, community organizations, and local authorities. - Represent the institution at educational conferences, meetings, and events. 7. Continuous Improvement: - Monitor and evaluate the effectiveness of educational programs through data analysis and feedback. - Implement strategies for continuous improvement and innovation in teaching and learning. Qualifications and Skills: - Experience area: Previous experience in educational leadership roles, such as school principal or academic dean, - Language: Fluently speak English, Afaan Oromoo and Amharic - Leadership Skills: Strong leadership abilities to inspire and motivate staff members towards achieving educational goals. - Communication Skills: Excellent communication skills to engage with stakeholders, build relationships, and deliver presentations. - Organizational Skills: Ability to manage multiple projects, prioritize tasks, and maintain a focus on educational excellence. __________________ Dinigaas Trading s.c [የተመዘገበ ድርጅት ✅] 3 ስራ ለጥፈዋል በ፡ @afriworkamharic የቀረበ | @freelanceethbot ይመዝገቡ ለእንግሊዘኛ ቻናላችን @freelance_ethio ይቀላቀሉ
Show all...
👍 1
Apply/ያመልክቱ
://t.me/+IpdV_lRNtHAwOGVk Link kanaan garee Albright Academy promote gochuuf baname seenuun hiriyoota keessan yoo Xiqqaate 100 Add taasisuun namoota heedduu bira gahuu akka dandeenyu nugargaaraa
Show all...
Albright Academy

Baga nagaan gara Albright Academy tti nagaan dhuftan! Hiriyoota keessan nama 100 garee kanatti dabaluun badhaafamaa! እንኳን ወደ አዲሱ የ ቴሌግራም ግሩፓችን በሰላም መጣችሁ:: ጓደኞቻችሁን በመጋበዝ ይሸለሙ!

የስራው መጠሪያ: Educational sector managing directro የስራው አይነት: በተመደቡበት የሚሰራ - ቋሚ የስራው ዘርፍ: #ፕሮጀክት_ማኔጅመንት_እና_አስተዳደር የስራው ቦታ: አዲስ አበባ, ኢትዮጵያ የትምህርት ደረጃ: ሁለተኛ ዲግሪ የልምድ ደረጃ: ከፍተኛ የተፈላጊ ሰው ብዛት: 1 ደሞዝ/ክፍያ: ወርሃዊ የማመልከቻ ማብቂያ ቀን: April 25th, 2024 የስራው ዝርዝር: Overview Dinigaas Trading s.c is accompany works on multi sectoral investment including Educational sector to satisfy its objective of establishments. The Educational Sector Director under the company is a highly pivotal role responsible for overseeing and managing all aspects of an educational institution's operations, policies, and programs. This position typically requires a deep understanding of educational principles, organizational management, and strategic planning. Educational Level BA and above in educational leadership, and managements with relevant work experiences in managing schools, minimum of 5/Five year and above. Duties and Responsibilities: 1. Strategic Planning: - Develop long-term strategic plans for the educational institution in alignment with its mission and vision. - Identify key objectives and performance indicators to measure the institution's progress. 2. Financial Management: - Oversee budget planning and financial management to ensure the institution's financial sustainability. - Allocate resources effectively to support all educational programs and initiatives. 3. Policy Development: - Develop and implement policies that adhere to educational standards, regulations, and best practices. - Ensure compliance with local, state, and national educational regulations. 4. Program Development: - Evaluate existing educational programs and curricula to enhance student learning outcomes. - Introduce new programs and initiatives that align with the institution's educational objectives. 5. Staff Management: - Provide leadership and guidance to academic and administrative staff. - Recruit, train, and evaluate faculty and staff members to maintain high educational standards. 6. Community Engagement: - Build relationships with parents, students, community organizations, and local authorities. - Represent the institution at educational conferences, meetings, and events. 7. Continuous Improvement: - Monitor and evaluate the effectiveness of educational programs through data analysis and feedback. - Implement strategies for continuous improvement and innovation in teaching and learning. Qualifications and Skills: - Educational Background: Typically requires a master's or doctoral degree in education, educational leadership, or a related field. - Experience: Previous experience in educational leadership roles, such as school principal or academic dean, is often required. - Leadership Skills: Strong leadership abilities to inspire and motivate staff members towards achieving educational goals. - Communication Skills: Excellent communication skills to engage with stakeholders, build relationships, and deliver presentations. - Organizational Skills: Ability to manage multiple projects, prioritize tasks, and maintain a focus on educational excellence. __________________ Dinigaas Trading s.c [የተመዘገበ ድርጅት ✅] 2 ስራ ለጥፈዋል በ፡ @afriworkamharic የቀረበ | @freelanceethbot ይመዝገቡ ለእንግሊዘኛ ቻናላችን @freelance_ethio ይቀላቀሉ
Show all...
👍 5
Apply/ያመልክቱ
Beeksisa hojii kanaaf CV keessan haalaan qopheeffachuun Apply taasisaa. Keessumaa Sadarkaa barnootaa Educational leadershiptiin Masters fi muuxannoo hooggansaa kan qabdan, bakka kanaaf gahumsa kan qabdan of hin dabarsiinaa!
Show all...