cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

🍁Student Of Muslim

🍁🌴Kayyon Channel keenya qabxiiwwan💞💝 bekkamo kannen of kessa qaba.1🏛Da'awaa garagara fi Gorsa. 2.🕋jachota hayyota muslimaaFi Barnoota amantaa.3.🕋🍁🏛Nashidawwan garagara afaan kaminuu.👉Kanaf qooda irra fudha.🎙If u have any dot ask👉 @Brandsoul

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
1 628
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
Show all...
👍 1
👎
🔍
Great! Now you need to add @youtube as an administrator to this channel.
Show all...
Done
Biriitaaniyaa keessattidha. Dubartiin tokko karaa guddaa irra qullaa ishee oliif gadi deddeemaa jirti, yeroo xiqqoo booda gara taaksii karaa cina dhaabbatanii imaltoota eegan keessaa gara isa tokkootti ol seente. Konkolaachisaan sun nama lammii chaayinaa ture. Yeroo ishee argatti haallishee bitaa itti galuun dinqisiifatee rifeensa mataa ishee irraa kaasee hanga qeensa miilla isheetti deddeebi'ee ilaaluu jalqabe. Dubartittiin waan tokko akka waan hin uumamne fakkeessitee deemuu bakka barbaaddus dubbattee akkanni deemsa jalqabu ijaan ajajje. Konkolaachisichi garuu gaaffiin isaaf hin deebine waan jiruuf miillaa hanga mataa isheetti ilaaluu isaa itti fufe. Yeroo kanatti dubartittiin "dubartii uffata hin uffanne argitee hin beektuu?" Jettee ija itti babaafte. Konkolaachisichi tasgabbiidhaan deebisee "obboleettiiko... an bitaa natti galee kanan si ilaalaa jiruuf qullaa waan taateef na dhibee utuu hin ta'in.. gatiin si tajaajileef qarshii naaf kaffaltu eessa akka gootee jirtu gaaffii natti ta'eeti" ~Argitee obboleessako biyya lafaa kanarratti akkuma shufeerii lammii chaayinaa sana kan ati itti xiyyeeffachuu qabdu wanta si ilaallatu qofa ta'uu qaba. Waan si hin galchine keessa galtee yoo oliif gadi borcite jireenyakee keessatti waan gaarii si fayyadu tokko waan dabaltu hin qabdu. Humni kee hamma danda'etti namootaaf gaarii godhi. Jireenya namoota dhuunfaa garuu abbaamasaaniitiif dhiisi. 🌟JOIN and SHARE🌟 @Abdii_Official @Abdii_Official
Show all...
Great! Now you need to add @youtube as an administrator to this channel.
Show all...
Done
Dhangalaasi! 🥃 Baayyeen isaanii keessi isaanii dhiita'aadha. Yeroo hunda sirriidha, bareedoodha, beekoodha, taphatoodha, kan kabajamanidha, kan jaallatamanidha, hundumtuu kan guuteefidha, eenyu irraayyuu homaa hin barbaadan, eenyuun hin kadhatan, waan kamiifiyyuu hin dadhaban, manni isaanii guutuudha, fayyaa kan qabanidha, nagaaf gammachuu qabu, yeroo hundaa isaantu sirriidha, wanta itti hir'ate hin qaban.... ....Kun hundi garuu ija ofii isaaniitiinidha. Ija namoota isaan ilaalaniitiin dhugaan namoota kanaa kanbiraadha. Of jajoodha, of tuuloodha, hundumtuu nan darbin warra jedhanidha, fakkeessitootadha, fayyaan kan isaanirraa fagaatedha, jibbamoodha, arrabsitootadha, waan dubbatan hin beekan, waan godhan hin hubatan, miira isaaniitiin hoogganamu, maal naan jedhuu hin beekan, ofii isaanii sobu, namoota kan biraa akkanumaan inaafsisu, of dhaggeeffachuu hin beekan, kaayyoo hin qaban, bilchinni itti hir'ata..... ....Akkaataa ittiin nuti of ilaalluuf akkaataa namoonni ittiin nu ilaalan tokko miti. Nuti guutummaa guutuutti gaarii akka taane gaafa yaannu namootni nu waliin oolan hiriyoonni keenya dhiyoo garuu waayee hammeenya keenyaa aariidhaan kan dubbatan ta'uu danda'a. Sababnisaa safartuun keenya nuti ofiif kenninu baayyee guutee xiqqooma ishee iyyuu xiqqeessuu hin yaallu. Safartuun keenya guutee kufaatii keenya hundaatiif sababa ta'e #Oftuulummaa (pride) jedhama. Of tuulummaan keessa keenya guutee hir'isuudhaaf qophaa'aa yoo  hin taane eessayyuu gahuu hin dandeenyu. Jijjiiramni baayyeen isaanii xiqqoo irraa jalqabu. Baraadha jedhamuutu sirra jiraata. Barataa ta'uu qabda. Dogoggora hojjechuu qabda. Wantootni kun immoo of tuulummaa "of jaja" waliin hin deeman. Jijjiirama gaafa barbaaddu of tuulummaa ofirraa fageessuutu sirra jiraata. 'Burcuqqoo' kee duwwaa godhi. Kan biraa dhuguu kan barbaaddu yoo taate, isa haaraa fi adda kan ta'e dhandhamuu kan barbaadu hundi kana gochuutu irra jiraata. Kana jechuun garuu dirqama ulfina kee gatuu qabda jechuu miti. Namni of tuulaa fi namni ulfina isaa eeggatu adda addadha. Inni tokko addunyaa isaa keessatti guddatee akka fixee fi eenyu irraayyuu homaa akka hin barbaanne yaada. Inni lammaffaammoo guddinaafi jijjiirama isaa aadaa fi duudhaa seeraa fi amantii wajjiniin faallaa tokko malee akka deemuu fi sarara kanaa ol ta'e akka qabatuuf fuulleetti jabaatee adeema. Filannoo adda addaa lama. Of tuulummaa yoo qabaatte ofii kee huutee of ajjeesaa jirta. Riqicha guddinaafi jijjiiramaa diigdeetta. Of tuulummaa jechuun dhibaa'ummaa waan ta'eefi, waan dubbatamu dhaga'uu dhiisuu waan ta'eefi, kan biroorra nan caala jechuun yaaduu fi kan biroo xiqqeessuu waan ta'eefi. namni of tuulaan eenyummaa lama qaba. Namoota isaa gadii biratti gaafa arginu amala nuti arginu jira. Bakka isa irra caalurra kan jiran amalli inni ittiin keessummeessu ni jira. Of tuultonni kanaan adda baafamu. 'Burcuqqoo' (xaasaan) kee kan baatee jiru kanadha. Lafa irrattis waaqa irrattis amala kee kan xureessuu danda'u dhukkuba of tuulummaa jedhamu kanadha. Isa kana dhangalaasiitii jireenyakee bakka dhaabdee jalqabi! Of tuulummaa keessa yoo jiraatte jireenyikee hamma har'aa jireenya hin turre. 🥃 'Burcuqqoo' ykn xaasaa kee duwwaa godhi! 💫JOIN💫 @Abdii_Official @Abdii_Official

Chaanalii bohaartiiti itti dabalamaa 👇👇👇👇 https://t.me/kikiksuu https://t.me/kikiksuu
Show all...
Great! Now you need to add @youtube as an administrator to this channel.
Show all...
Done
Great! Now you need to add @youtube as an administrator to this channel.
Show all...
Done
Comedian Buzualem Prank Ta'e• "Gaardii Akkan Siif Ta'uuf Na Qaxarani"~ Liinkii armaan gadiirraa ilaalaa👇 https://youtu.be/ZRrbbrbJa1o https://youtu.be/ZRrbbrbJa1o
Show all...
Great! Now you need to add @youtube as an administrator to this channel.
Show all...
Done
"mudannoo" Qoosaa Afaan oromoo bashannansiisaa "Ani heerumuufi" jedhu. Daawwadhaa https://youtu.be/ZbzPT9iU6wE https://youtu.be/ZbzPT9iU6wE
Show all...
Great! Now you need to add @youtube as an administrator to this channel.
Show all...
Done
Qaroon Dhalootaa~walitti qabama namoota kudhaniin kan hundeeffamu yoo ta'u ~Gorsoota saayikooloojii ~motivational garaa garaa ~Jechoota si'eessoo fi kakaasoo ~barsiisa adda addaa qabatee dhufeera👇
Show all...
❤️Saayikooloojii Jaalalaaf❤️
💫Gorsaaf💫
💫Jajjabinaaf💫
💫Beekumsaaf💫
💫Guddina Yaadaaf💫
💫Rakkoo Furuuf💫
💫Ofitti Amanuuf💫
💫Of Hoogganuuf💫
💫Barbaadamuuf💫
💫Dandeettiif💫
💫Furmaataaf💫
✅Saayikooloojii Jireenyaaf✅
✅Saayikooloojii Sammuuf✅
✅Hunda Iddoo Tokkotti✅

Afaan Oromootiin Gorsa Saayikooloojii fi Furmaata Wanta Hundumaa Argachuu Dandeessu. Akkasumas Ogeessota Garaa Garaatiin Kaka'umsii fi Gorsi Adda Addaa Nii Kennama Itti Dabamaa, Gorsa Saayikooloojii Kamiiniyyuu Argadhaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Furtuu milkaa'inaa maal akka ta'e hin beeku, furtuun kufaatii garuu nama hundaa gammachiisuuf dhama'uudha ykn yaaluudha. ~Biil Koozbii 💢JOIN us @Abdii_Official
Show all...
~Akkamittin of hooggana? ~Maalif namni nan barbaadu? ~Geggeessummaan maali? ~Ogummaan maalif na barbaachisa? Gaaffii jedhuuf Voice armaan gadiitti hanga dhumaatti itti dhi'aadhaa: ~Abdi Zerihun 💢JOIN @Abdii_Official 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Show all...
Great! Now you need to add @youtube as an administrator to this channel.
Show all...
Done
Great! Now you need to add @youtube as an administrator to this channel.
Show all...
Done
Waggaa lamaaf jaalalaan waliin turre... waaqoo getachew akkanaan prank ta'eera daawwadhaa 👇👇👇👇👇👇 https://youtu.be/T7JDbBQJmcA https://youtu.be/T7JDbBQJmcA https://youtu.be/T7JDbBQJmcA