cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Kudhaama Jaalalaa 143

Kudhaama Jaalalaa

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
658Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Yemin fetana?
Show all...
Fetana ke seat mebal negr yelam fetanaw ke tewat nw 2:30 tabelawal
Show all...
👏
🤝Baga bara haaraa geessan 🤝Happy new year 🤝መልካም አድስ ዓመት ===2015=== Akkam jirtuu Nagaa keessani Bara haaraa kana Bagumaa geessani 👏👏 Guyyaa lakkaa'uudhan Hundaa dabarsitani Jiraachu keessanin Diina qaanesitani 👏👏 Darbatoo argaama Bakkaa yaaddan gaha Bara haaraa kanaf Waan gaarii dhagaaha 👏👏 Jedheen sin eebbisa Qoottadha galfadha Waan karoorsitan Harkumaan qabadha 👏👏 Yooyyaa jennee Bayyee sin jaalanna Wanta kamiifiyyuu Waqaayyoon kadhanna 👏👏 ✍✍✍ Fayyoo ❤️❤️❤️❤️❤️ Kudhaama jaalalaa 143 Kudhaama jaalalaa Kudhaama jaalalaa
Show all...
🌻
Yaadanan fagaadhe ₩₩₩₩ Nagaadha akkaam mee Jirta yaa boonaa Jaalallii hamaattee Wayyoo akkam goona ₩₩₩ ♤♤♤♤ Kolfani taphaachu Situ na barsisee Eennaan yaadadhumoo Ittuu na imaalchisee ¥¥¥¥¥ ♤♤♤♤ Kophaa yeroo jirtu Manniis sitti hasaa'a Waanan yaada jiru Akkaaminan bira gaha ¥¥¥¥ ♤♤♤♤ Tiraasiin koo si bareem Shokokiin algaa kiyyaas Eessa dhaqee boonan kee Nan jedhu waa biyyaas ₩₩₩₩ ♤♤♤♤ In galtaa gaaftokkoo Narra fagaatullee Yaadan fiigaan jiram Akkuuma culuullee ₩₩₩ ♤♤♤ Qoonan qootudha malee Maaliree tattaararuun Qabaannan waamudha malee Maaliree mankaararuun ₩₩₩₩ ♤♤♤ Seeqan jira edaa Harkaan mataa qabaadhe Laphee keerran jiram Yaadanan fagaaadhe ₩₩₩₩ ✍✍✍✍ Fayyoo ❤️❤️❤️❤️ Kudhaama Jaalalaa143 Kudhaama jaalalaa Kudhaama jaalalaa
Show all...
👍
^^^^^^^^Eessa jirta?? ========Kutaa 4 ffaa===== Yoo na laaltu iftutoo Keessiikoo in gammaada Eessaa jirta maaloo?? Si arguun barbaada ^^**^^ *^*^*^*^* Eessaattan dhufa Baalee moo Arsii Jaalalli kee giftii Na gubaa har'asii ^^**^^ *^*^*^* Bakka buuten dhabe Yaa bareedduu walisoo Si argadhuu malee Sin dhisuu anisoo *^*^*^* ^*^*^*^* Osoo walii hin argiin Gaheera kaa meettaa Osoo wal agarree Sila na kajeelta ^*^*^* ^^**^^ Leensatoo sin jedha Taan gooroof minaaree Hin jirtu nan jeennan Bayyee tokkoon aaree ^*^*^* ^*^*^* Sila abdii hin kutu Dhufera hoolataa Jaalalli kan kee Dideetuma lataa ^*^*^* ^*^*^*^* Deemetan fagaadhe Gaheera boorana Har'asii hin arganne Maali waan akkaana ^^**^^ ^^**^^ Anoo sumaan fedhe Atis ana fedhi Eessaa jirta luuccee Miskoola naf godhi ^^**^^ ^^**^^ ✍✍✍ Fayyoo ❤️❤️❤️❤️ Kudhaama jaalalaa Kudhaama jaalalaa Kudhaama jaalalaa
Show all...
❤️
90'n si tajjaabee 🙊 >>>>> 🙊 Shaggee shaggituu Yaa Jiituu nama Sobni bayyaate Enyuutu amanama 🙊 >>>> 🙊 Kaleessa sitti hime Har'i kees sanuma Boruu sittan hima Booddeerra sin tuma 🙊 >>>>> 🙊 Oliif gadi dibuun Dhugaa hin taasisu Irraa dibaa dhiisi Kun hin barbaachisu 🙊 >>>>> 🙊 Ammaa nama kunoo Bayyeen si kabajee Har'aa dhaggeeffadhu 90'n si tajjaabee 🙊 >>>> ✍✍✍ Fayyoo ❤️❤️❤️ Kudhaama jaalalaa Kudhaama jaalalaa Kudhaama jaalalaa
Show all...
👍
Turruus waa malee dhufne Maal dubbaadhu jaraana Jaalallii keennadham Hin obsu waan kana ..... Abebee mana jiruu Maali kan abebee ibsa ibsu Keessaanwarrii akkaami Keenya akkaa loonit nama tiksu.. ...... Ijaartetta sila Mul'aachun hin hafu Dhoksa bayyisiin Hiriyyaa gaffuu .. ✍✍✍ Kudhaama jaalalaa Kudhaama jaalalaa
Show all...
👍 3
Sin shakkee ### ------ Afaan kee dammaa Dubbaattullee soba Si Jaalachuun kan koo Kullee cubbuu qabaa?? ---- * Buddeena nama quubsuu Eeleerrattii beeku Irraa dibaa kan kee Ka'eetoo si qeequu??? ===== _€€€ Silkiin yoo hasooftu Eshii malee hin beektu Na arguu jibbiitee Enyuu kan argiituu?? ____ ....... Sittan himaa dhugaa Yaa mucaa biyyaakoo Dubbii kee sirreessi Mee qabaadhu kaayyoo (*****) .... Ilkaan rigaachuun kee Kolfitee seequufi Nyaaraa guurtee sila Beellamaa diguufi??? **** .... Qorichii jaalalaa Jibba malee hin jiru Maal na bira qabdaa??? Isaa kam sif hiru *** ____ Boqqoollo facaafnan Utaalte buute bakkee Waa argitee laata?? In galta keen shakkee ===== @@@@ ✍️✍️✍️✍️ Fayyoo ❤❤❤❤ Kudhaama jaalalaa Kudhaama jaalalaa Kudhaama jaalalaa
Show all...
👍 5
Si Jaalachaa ~ Si Ibsuuf jechi hin jiru kan kee bar addumaa Uumamni si gitu Hin jiru tasumaa ~ Ol gubbaadhaa kaasee hanga miila keetti waa'ee miidhaga kee Addunyaan ni beekti ~ Hunduu siif ragaadha martuu suma jedhaa amman of jaaladhu caalan si jaaladhaa ~ Hawwaan kee baayyatee ati beekuu baattus sin jaaladha ani kalee har'as borus ~ Osoo kiyya taatee jedheetinan hawwa dhukkuba onnee koof akka taatuuf daawwaa ~ Kan namaa taatullee si jibbu ani yoomuu otuun si jaaladhuu umriin koo yaa dhumuu ~ ✍️✍️✍️✍️ ✍ @Kaachuu ❤️❤️❤️❤️❤️ Kudhaama jaalalaa Kudhaama jaalalaa Kudhaama jaalalaa
Show all...
👏 6