cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking Β«Accept allΒ», you agree to the use of cookies.

avatar

Oromia Health Bureau

Show more
Finland372The language is not specifiedMedicine1 159
Advertising posts
17 511
Subscribers
+2524 hours
+767 days
+43430 days
Posts Archive
Godina Jimmaa Aanaa Sokorruu Buufata Fayyaa Dannabaa
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
❀ 60πŸ‘ 36πŸ‘ 15πŸ™ 9
Baga Gammaddan / Baga Gammannee =========================== GaaffinΒ  lafa mana jireenyaa ogeeyyii /hojjattoota seektara fayyaa Waaldaan Ogeeyyii Fayyaa Biiroo Fayyaa Oromiyaa waliin ta’uun qaama dhimmi ilaallatu gaafachaa turuun ni yaadatama. Haaluma kanaan, xalayaa waajjirri Pirezedantii Oromiyaa Biiroo Misooma Magaalaa fi Manneen Oromiyaatiif barreesse irratti hundaa’un Biiroo Misooma Magaalaa fi Manneen Oromiyaa ogeeyyin/hojjattoonni seektara fayyaa bakka jiraniitti akka gurmaa’anii lafa mana jireenyaa argataniif bulchiinsa magaalotaa fi godiinaaleef xalayaa barreessee jira.
Show all...
πŸ‘ 63πŸ‘Œ 11❀ 8πŸ‘ 7
Photo unavailableShow in Telegram
πŸ‘ 26❀ 7πŸ™ 5
@ureportethiopia_bot link kanaan join godhaa dhimma fayyaa irratti hojjataa. Yeroo join gootan iddoo region jedhutti naannoo oromia jedhaatii guutaa
Show all...
❀ 68πŸ‘ 40πŸ™ 22πŸ‘Œ 12
❀ 78πŸ‘ 62πŸ‘ 28πŸ‘Œ 22πŸ™ 18
Baga gammaddan baga gammadne
Show all...
❀ 26πŸ‘ 8πŸ‘ 6
01:37
Video unavailableShow in Telegram
Kenna Tajaajila Fayyaa Dijitaalawaa Ambulansii Magaalaa Shaggar
Show all...
Ambulance Service Shagger2.mp4108.92 MB
πŸ‘ 18❀ 3πŸ‘ 1
πŸ‘ 11❀ 7
πŸ‘ 2❀ 2
Qajeelfama haaraa gurmaa'insa gamtaa misooma dubartootaa irratti leenjiin kennamaa jira. Caamsaa 15/2016/Adaamaa = = =================================== Gurmaa'insa dubartootaa cimsuun milkaa'ina badhaadhina fayyaa maatii mirkaneessuu irratti gahee ol'aanaa qaba. Ijaarsa gurmaa'insa dubartootaa bifa haaraan sadarkaa hundatti akka cimu taasisuun qooda fudhannaa dubartoonni dhimmoota fayyaa fi fayyaan walqabatan keessatti qaban dhugoomsuudha. Sirna jalqabsiisa sagantichaa irrattis haasawaa kan taasisan hooggantuun biiroo dhimma dubartootaa fi daaa'imman Oromiyaa aadde Mabiraat Baacaa kaayyoon leenjii kanaa rakkoolee gurmaa'insa gamtaa misooma dubartootaan walqabatan adda baasuu fi bifa haaraan irra deebi'uun gurmeessuun hirmaannaa fi fayyadamummaa dubartootaa gama hundaan mirkaneessuu akka ta'e ibsaniiru. Leenjiin kunis qindoomina biiroo fayyaa Oromiyaa fi biiroo dhimma dubartootaa fi daa'imman Oromiyaatiin kan kennamaa jiru yammuu ta'u seektaraaleen naannoo, godinaalee bulchiinsa magaalotaa fi qooda fudhattoonni hirmaachaa jiru.
Show all...
πŸ‘ 12❀ 5πŸ‘ 2πŸ‘Œ 1
❀ 1
πŸ‘ 1❀ 1
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.