cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

https://telegram.me/dhalotaqube1

@dhalotaaqube12

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
942
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Show all...
Obsaan Rakkoo Akkamtu Mudate? Maaltu Nurraa Eegama?

Obsaa Ahmedin Yookaan Obsa Tecno Jechuun Kan Isin Tajaajilaa ture Yeroo Ammaa Kana Rakkoof Saaxilamee Rakkachaa Jiraachuu Foziyaa Oromoo fi Ahmad Bosona Baalee dhaggeeffadhaa

  • File unavailable
  • File unavailable
Namni Asii Gaditti Argitan Kuni Obsaa Ahmedin ykn Obsa Tecno Jedhama Nama Cimaa You tube chanel Irratti Haalan Barumsa Gara Garaa Kennaa Tureedha Erga Su,udi Arabiyaa Irraa Biyyatti Gale Hojiilee Isaa Itti Fufee kennuu Eegale Haa Tahuu Haala Biyyaatifi Haalli Inni Itti Hojii Isaa Itti Gegefatu walitti madaalu fi Dide Hojiin Inni Silaa Hojjatu waan Baayye Ture Haalli Biyyaa Itti mijjatuu Didee Hedduu Rakkatee Dhibee Sammuutin Saaxilame Waan Garaa Nama Nyaatu Mucaan Kuni Nama Cimaa Dandettii Fi Amala Gaari Qabu Namni Bektan Kanaaf Bakka Jirtani Du,aiin Bira Haa Dhabannu Akkasuma Waan Qabnuun Haa Gargarru Bakki Inni Itti Argamu Harargee Barooda Bakka Je,amtu
Show all...
FURMAATA:Rakkoon biyya kanaa hamma tarreeffamee hindhumu. Siyaasa qofa miti, diinagdee fi hariiron hawaasummaa saboota gidduu jiru guyyaadhaa guyyaatti manca’aa jira. Biyyattiin baay’ina galaana rakkinaatin dhidhimaa jirti. Ammas rakkinni hedduudha, furmaanni jiru garuu tokkoo fi tokko. Rakkinni baay’ateef furmaata tokkicha jiru dubbachuu hindhiisnu. Innis hatattamaan waraana dhaabuu fi hidhamaa siyaasaa mara hiikanii, marii gochuu qofa! 🔐
Show all...
Nama ajeefamee hallayyaatti darbame reeffi torbanitti argame. KMN:-October 07/2021 "Kaaba shaggar aanaa kuyyuu keessatti dargaggoo Darajee Masqalaa Tolaa humna ppn ukkaamfamee erga hidhamee booda ajjeefamuun hallayyaa foqogee jedhamu keessatti gatamuun torbee tokko booda reeffi isaa hallayyaa keessaa argame" jedhu maddeen KMN naannawarraa odeeffanno9 kana nuuf ergan. Anaa Kuyyuu fi aanota naannawa ishee Dagam, Warra Jaarsoo fi kkf keessatti namoota hidhaarraa baasun ajjeesanii gataa turuu isaanii kanaan dura gabaas aa turuun keenya ni yaadatama. #KMN #Qawwee_generation_Oromoo_Movement
Show all...
Jaal Marroon siniif eenyu? Anaaf nama fi goota waan jedhe gochuuf duuba hinjenne. Waan godhuu barbaadus kuatnnoon itti seenee godhaa turedha. Waggaa darbe yoo yaadattu ta'e haasaa BBC Afaan Oromoo wajjin godhe irratti, Amma Waraana Bilisummaa Oromoo Baay'inaanis Qulqullinaanis (Quality and Quantity) cimsaa jirra jedhe. Akkuma jedhes otoo hinturiin bareengaddaa qeerroo Kuma Digdamii Sadii 23,000 leenjisee Giddu galeessa Shawwaa hamma Salaaleetti galche. Kan baranaa ammoo sinuu na caalaa argaa jirtu kunoo. Injifannoon gali Jaalako Jaal Marroo! @marroocaffeebulluq
Show all...
ODUU Xiqin Godhamaa jiruu G/Arsi Bahaa Annaa Suddee Magalaa Darrabbaa keessaatii Milishaan Qeerroo Sadiqi Nashaa Jedhamuu Halkanii Kalessaa Galgalaa saa'tii 2:30 tii Atii Didee Kanii Amaa Duraa milishaa Kenyaa Capsitee Sanii jechuu Qeerroo Sadiqi Nashaa Jedhamuu Milishaan Namaa sadii hin Rebichaa iratti rawatee 1 Sayidaa Muhammad milishaa 2 Xaahaa Muhammad milishaa 3 Milishaa Sirajoo milishaa Kanintuu Qeerroo Sadiqi Nashaa iratii Rebichaa iratti rawataan Harkaa Mirgaa Isaa Sadafii Qaweetin Dhahanii Capsaanii Midhaa Hamaf Nuu Saxilani Jiruu Akumaa Bekamuu Qeerroo Sadiqi Nashaa Yerroo Darbee Milishaan Waldhabee waan tureef Guyyaan sun gabaa ture jeequmsi ni kae Ummanni Duraan Isaan reebaa Turanis Guyyaa kana kana Akka carraatti fayyadamuun Milishaa xaahaa jedhamu luka Isaa cabsan Achi booda Dargaggoo Saadiq Nashaa jeequmsa kanaaf saba kan tahe sihi kanaaf Luka milishaa cabeetif Itti gaafatamummaa kan fudhatu sihi Jechuun Toohatame...
Show all...
YOYYAA !! #Matakkal Oromoota Adamssanii Hidhuun itti fufee jira .Jiraataota Ganda Giiphoo kan tahan 1ffaa obbo Daassaa Irranaa 2ffaa oboo Lammeessaa Dabalaa yakka tokoo malee humnna weerarttuu naannoo Amaaraan kaleessa galgal hidhaman jiru. ወራሪው ፋሺስት የአማራ ክልል ሃይል ዛሬም ኦሮሞዎችን አሳዶ ማሰሩን ቀጥሏል ። የጊጶ ቀበሌ ነዋሪ የሆኑት 1ኛ አቶ ዳሳ ኢሬና 2ኛ ለሜሳ ደበላ የተባሉትን ከቤታቸው ይዞ ያለምንም ጥፋት እስር ቤት አስገብቷል ።
Show all...
Dargaggon Saadiq Nashaa shira Caasaa M/Darrabbaa tin Toohatamus Boodarra dubbiin Jaarsummaadhaan haafuramtu waan jedhameef Mirga wabiitin bahe Jaarsonni dubbii laaluu Eegalan Milishichi Xaahaa Muhammad jedhamu kun Kuma saddeettama yoo naaf Hin kennine Dubbiin Gara seeraa naaf haadeebitu jedhee dinnaan Jaarsonnis Abaarsa Waliin 80000 Saadiqirraa fuudhanii kennaniif Milishaan sun Torbee 1 booda fayyee Hijii Isaa Eegale Saadiq Nashaatis mana Rifeensaa Gaafa Inni Toohatame cabee saamame Haarawoomsun Hojii Isaa Itti fufus Roorrifamni Doorsifni fi Dhaadunis Ittuma fufe Maarree Miidhamuun milishichaa Caasaa hunda waan Aarsef Mallaqichi dhumnaan Gumaa luka keetii Nutis Lafee cabsuun siif baafna Jechuun Duula shiraa Eegalan Osoma Haala kanaan Jiranii kaleessa Galgala Gaafa Guyyaa/ 26/1/2014/Roobii Galagala sa'atii 2:30tti Isaa Adda kara Mana Isaa Deemu Abbaan Jilba caphee sun wanbadee milishoota Hiriyyoota Isaa Nama sadi waliin tahuun Kararratti Reebun harka Isaa kan bitaa Ciqilee Gubbaa sadafii kilaashitiifi kazaraa shimalaatin Rukutuun cabsanii Miidhaa cimaaf saaxiluun kararratti darbuun biraa deeman Warroonni reebicha kanarratti hirmaatan 1Mi Sayyida Muhammad 2Mi Xaahaa Muhammad 3mi Siraajoo Milishaa Kanneen jedhamaniidha Saadiq Nashaa Seeran himatuuf Gara Bulchaa Gandaa Deemus situ Quufe Situ Nutuffate Kanaaf Hanga Ati sirrooftutti Gochi kun Ittuma fufa Jechuun Furmaata Akka kaayufii hin dandeenye Inumaa Situ badii qaba jechuun Ofirraa Arian Bulchaa gandaatifii Fi Bulchiinsaf Nageenyi Ganda Darrabbaa 01 Obbo Amaanaa Ahmadaati Dhugaan Hirtu Garuu Caphuun Harka Dargaggoo Saadiq Nashaa Cabuu luka Mi Xaahaa Muhammad kan bara darbee Tahuun Namoota Dhimma kana Gadi fageenyan beekaniifii Namni Miseensa Isaanii Tahe kan dhimma kana beeku Tokko Nuuf Himee Jira Yeroo Ammaa kana saadiq nashaa Garmalee dukkubsataa Jira Qeerroon Magalaa Darrabbaa tis Gochi kuni Waan Isaan Dallansiise Fakkaata Namuu Gugungumaa coraa Gubee Ija Diinatiin Milooshootaafii Caasota hundatti Gaarrifataa Walbira Darbaa Jira Haalli kun Ammoo caasota M/Darrabbaa Yaaddoo keessa waan Galche fakkaata Qeerronis Abshir Dubbin kuni Dubbii Caba lafee Teetii taatee hin haftuu Abshir Haala kanaan Itti fufnaan Lafeeleen hedduun Wan caccabuu heddu natti natti fakkaatti Kanaafuu caasan Ummata saanii Reebuufi Basaasuu Irraa Of Qusatuun nagayaafii tasgabbii Magalaa Sanii Eeguu qabu
Show all...
  • File unavailable
  • File unavailable
#መተከል በወረራው ፋሺስት የአማራ ሃይል ጫንጮ ቀበሌ ውስጥ ተመተው ለሕክምና ቡለን ሆስፒታል የገቡ ወ/ሮ ዓይነ አገኘው እና አቶ ተስፋዬ በቀለ ለተጨማሪ ሕክምና ወደ ፓዊ ሆስፒታል ሪፈር ቢባሉም የቡለን ወረዳው ጤና ጽ/ቤት አንቡላንስ ባለመፍቀዱ እስካሁን በሕይወት ሞት መካከል እየተሰቃዩ ይገኛሉ ። እኒህ ሰዎች በሕክምና እጦት ሕይወታቸው ከማለፍ በፊት የምመለከተው አካል መፍትሔ እንዲሰጥ እየጠየቅን ይህ ሳይሆን ቀርቶ ሕይወታቸው ቢያልፍ ጽ/ቤቱ የፋሺስቶቹ ተባባሪ ሆኖ የመተከል ኦሮሞዎች ላይ ግፍ እየሰራ ለመሆኑ ሁሉም ሰው ማወቅ አለበት። Oduu matakal
Show all...
Dhalattuun Itoophiyaa Amaanee Badhaasoo Kongireesii Ameerikaaf dorgomaa akka jirtu beeksiste! -- SBS-Onkoloolessa 7/2021 -- Amaanee Badhaasoo, Ameerikaa kutaa biyyaa Minesotaa magaalaa Seent Pool ‘Fourth Congressional District’ jedhamu bakka buutee Koongireesii biyyattiif dorgomuuf akka jirtu beeksiste. Shamarreen kuni yoo filamtee darbite Kongireesii Ameerikaa galuudhaan dubartii Oromoo - Itoophiyaa jalqabaaa akka taatus himamaa jira. Amaaneen Koongireesii Ameerikaatti bakka buutuu naannichaa kan taate, dubartii ganna 67 Betty McCollum jedhamtuufi bara 2001 irraa qabee tajaajilaa jirtu morkatti. Amaaneen ergaa murtee dorgomuushee kana ibisteen akka jetteetti: ''Gara fuuladuraaf mul'anni haarayaan waan nu barbaachisuuf, Kongiresiif dorgomuuf galmaa'eera,'' jette.
Show all...