ch
Feedback
Oromia New Curriculum Books

Oromia New Curriculum Books

前往频道在 Telegram

🔥 Instant Access To: 🔓- Textbooks ~ (PDF/EPUB) 🔓- Exam sheets ~ (10+ years) 🔓- Reference books 🔓- Exam blueprints & study weapons

显示更多

📈 Telegram 频道 Oromia New Curriculum Books 的分析概览

频道 Oromia New Curriculum Books (@oeb_book_store) 是活跃参与者。目前社区聚集了 38 998 名订阅者,在 教育 类别中位列第 4 701,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 867

📊 受众指标与增长动态

невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 38 998 名订阅者。

根据 28 八月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 6 669,过去 24 小时变化为 3,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 30.24%。内容发布后 24 小时内通常能获得 5.39% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 0 次浏览,首日通常累积 2 103 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 0
  • 主题关注点: 内容集中在 barnootaa, biyya, akka, hangaarii, hojiirra 等核心主题上。

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
🔥 Instant Access To: 🔓- Textbooks ~ (PDF/EPUB) 🔓- Exam sheets ~ (10+ years) 🔓- Reference books 🔓- Exam blueprints & study weapons

凭借高频更新(最新数据采集于 29 八月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。

Buy Ad
38 998
订阅者
+324 小时
+3 3857
+6 66930
帖子存档

sticker.webp0.52 KB

#Ads@oromo_tech_hub

Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa kan bara kanaa guutummaatti karaa interneetii kennama. Bara kana qormaanni xumura barnoot
Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa kan bara kanaa guutummaatti karaa interneetii kennama. Bara kana qormaanni xumura barnootaa kutaa 12ffaa kan bara 2018 qophii guutuu taasifamee, 100% karaa interneetii kennamuuf qophiin duraa adeemsifamaa jiraachuun ibsameera. (Guraandhala 02/2018 A.L.I) Ministirri Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa waltajjii gabaasa raawwii hojii waggaa walakkaa damee misooma barnootaa irratti ergaa dabarsaniin, qormaanni xumuraa kutaa 12ffaa bara kana kennamu guutummaatti karaa interneetii akka kennamu ibsaniiru. Waggoota lama darban qormaanni kun walitti makinsaan, warqeenii fi interneetii fayyadamuun akka kennamaa ture yaadachiisanii, bara kana garuu qormaata kana guutummaatti interneetii qofaan kennuuf qophiin barbaachisu hundi taasifamaa jiraachuu ibsaniiru. Kanaafis, deeggarsi galtee garaagaraa naannoleef kennamaa jiraachuu kaasanii, bakka qormaanni kennamutti tajaajilli interneetii gahaan akka jiraatuuf Itoophiyaa Teelekoom waliin mari’achuun akka hojjetamu dubbataniiru. Naannoleen rakkoo adeemsa kana keessatti uumamuu malu hambisuuf, kompiitara gahaa, neetworkii fi dhiyeessii humna ibsaa bakka bu’aa akka qopheessan xiyyeeffannoo addaa kennanii hojjechuu akka qaban akeekkachiisaniiru. Akkasumas barattootaaf leenjii gahaa kennuun akka barbaachisu hubachiisaniiru. Kana waliin walqabatee, bulchiinsonni naannoo fi magaalaa dhimma kana sirriitti hubachuun deeggarsa barbaachisaa akka godhan gaafataniiru. Akka biyyaatti qormaata karaa interneetii kennuuf dandeettiin akka jiru, akkasumas hanga ammaatti hojiiwwan hojjetaman ilaalchisee, Daayrektarri Olaanaa Dijitaala Barnootaa fi ICT Ministeera Barnootaa Doktar Zalaalam Asaffaa ibsa bal’aa kennaniiru. Ibsa isaanii keessatti, qormaanni fakkeenyaa (model exams) barattoonni itti shaakalan qophaa’uu isaa kaasanii, barattoonni dursee shaakalanii leenjii akka argatan taasisuun akka barbaachisu himaniiru. Ministeerri Barnootaa sirna madaallii barnootaa fi bulchiinsa qormaataa keessatti hanqinoota mudatan hambisuuf, hojii fooyya’insaa garaagaraa diriirsuun, qormaanni saamichaafi gowwoomsaa irraa bilisa ta’ee akka kennamu taasisaa turuu kan beekamudha jedhan. 💙Oromia Education Bureau 💠 💙Tolaa Bariisoo Gadaa 💠 | |📱Facebook | |📱 WhatsApp | |📱YouTube | |📱Telegram | | 🤖Bot | |

Guyyaa - 20/05/2018 Beeksisa ------------ Jijjiirraan Barsiisotaa Semisteera 1ffaa Bara 2018 kan Hinjirre Ta'uu Beeksisuu Ila
Guyyaa - 20/05/2018 Beeksisa ------------ Jijjiirraan Barsiisotaa Semisteera 1ffaa Bara 2018 kan Hinjirre Ta'uu Beeksisuu Ilaallata. Jijjiirraan Barsiisotaa ganna bara 2017 moosaajitti fayyadamuun haqaafi bilisaan kan gaggeeffame ta'uun ni yaadatama. Haata'u malee, jijjiirraa gannaatiin Manneen Barnootaa hedduu irraa barsiosotni sababa jijjiirraa argataniif, Manneen barnootaa barsiisotni irraa jijjiiraman hedduun barsiisaa bakka bu'u argachuuf hojjatamaa jira. Kanaafuu, Manneen barnootaa hanqinni barsiisaa qunname qacarriin bakka buusaa kan jirru yoo ta'u, jijjiirraan barsiisotaa semisteera 1ffaa kan hin gaggeeffamne ta'uu hubachuun hanga Waxabajjii 2018tti obsaan akka eeggattan kabajaa waliin isin beeksifna. 🔔 Hubachiisa:- Miidiyaalee hawaasaa keessattuu FB BBO fakkeessanii #Sobaan waa'ee jijjiirraa Barsiisaa hafarsan irraa of eegaa. BBO. 💙Oromia Education Bureau 💠 💙Tolaa Bariisoo Gadaa 💠 | |📱Facebook | |📱 WhatsApp | |📱YouTube | |📱Telegram | | 🤖Bot | |

COMING SOON!

Qabxiin Qormaata Xumura Barnoota Sad.1ffaa kutaa 6ffaa bara 2017 ifoome. ----------- BBO- Adoolessa 25/2017 Bara Barnoota 201
Qabxiin Qormaata Xumura Barnoota Sad.1ffaa kutaa 6ffaa bara 2017 ifoome. ----------- BBO- Adoolessa 25/2017 Bara Barnoota 2017 Barattootni Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaa #Qormaata_fudhatan: Dhiira - 276 702 Dubara -261 146 #Walitti - 537 848 #Gara Kutaa_7ffaatti_Kan_Darban immoo 85.6% yoo ta'u, Dhiira - 238, 512 (86.2%) Dubara - 222, 108 (85.1%) #Walitti - 460, 620 (85.6%) ta'uun beekameera. Haaluma kanaan, barattootni qabxii keessan ilaallachuuf #Liinkii asiin gadii banuun -Lakkoofsa Galmee (Registration Number) fi Maqaa keessan kan Jalqabaa galchuun qabxii keessan ilaaluu ni dandeessan. 🔔 Jalqabaa link kanarratti tuquun OK tuqaa! ⚡️ https://oromia6.ministry.et -Liinkichis:-https://oromia6.ministry.et/#/result 💙Oromia Education Bureau 💠 💙Tolaa Bariisoo Gadaa 💠 | |📱Facebook | |📱 WhatsApp | |📱YouTube | |

Feestivaaliin Barnootaa MBBA fi Addaa Sad. 2ffaa Waggaa 3ffaa Bara 2017 Magaalaa Adaamaatti Eegalame. --------- BBO - Adooles
Feestivaaliin Barnootaa MBBA fi Addaa Sad. 2ffaa Waggaa 3ffaa Bara 2017 Magaalaa Adaamaatti Eegalame. --------- BBO - Adoolessa 13/2017 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Feestivaalii Barnootaa MBBA fi MBA Sad. 2ffaa Marsaa Sadaffaa Magaalaa Adaamaatti qopheesse har'a bakka Pirez. MNOfi Ambaasaddarri Barnootaa kabajamoo obbo Shimallis Abdiisaa, Ministir deetaa Ministeera Barnootaa aadde Ayyalach Isheetee, Kaantibaa Bul. Magaa Adaamaa obbo Hayiluu Jaldee, Pirezidaantota Yunivarsiitiiwwan addaa addaa irraa dhufan, Saayintistii Dhaabbata NASA- USA irraa afeeraman Dr. Birhaanuu T. Bulchaafi hoggantoota mootummaa Mootummaa Federaalaafi Naannoo adda addaa irraa afeeraman, hawaasa Adaamaafi Naannawashee, Barattootni Qaxaleen MBBAfi MBA argamanitti sirna ho'aan eegalameera. Feestivaalichi Adoolessa 13 - 17/2017 guyyoota shaniif dorgommiiwwan ispoortiiwwan gosa adda addaa, dorgommii kalaqaa, gaaffiifi deebii, falmiifi kkf gaggeeffamaa kan turu ta'uu sagantaan bahe agarsiiseera. Sirna baniinsaa irratti haasaa kan taasisan Pirez. Shimallis Abdiisaafi Dr. Tolaa Bariisoo yoo ta'an, Dr. Birhaanuu T. Bulchaas barattootaaf muuxannoo qabaniifi gorsa dabarsaniiru. Haaluma walfakkaatuun, barattootni MBIBBA bara 2017 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa xumuran Barattuu Hasseet Geedewoonifi barataa Girmaa Damooz barattoota MBBAfi MBA tiif muuxannoo turtii isaanii qoodaniiru. Walumaagalatti, Haasawa waltajjiirratti taasifaman tartiibaan kan dhiheessinu waan ta'eef nu hordofaa. 💙Oromia Education Bureau 💠 💙Tolaa Bariisoo Gadaa 💠 | |📱Facebook | |📱WhatsApp | |📱YouTube | |

+7
#Share #Share #Share #Share #Share 🚀 Oromia New Curriculum Books 💠

+8
#Share #Share #Share #Share #Share 🚀 Oromia New Curriculum Books 💠

+6
#Share #Share #Share #Share #Share 🚀 Oromia New Curriculum Books 💠

Share 'physics worksheet.doc'

Geography Worksheet (Grade 12 Chapter Two).pdf1.18 KB

physics work sheet 1.pdf1.72 KB