ch
Feedback
https://t.me/Ijooseera

 https://t.me/Ijooseera

前往频道在 Telegram
460
订阅者
无数据24 小时
-27 天
无数据30 天
帖子存档
photo content
+1

Hidhaa seeran Alaa Abbaa Alangaa Amaanu’eel Tolasaa irratti raawwatamee jira! A/Alangaa Amaanu’eel Tolasaa inistiitiyuutii leenjiifi Qorannoo Seeraa Oromiyaatti leenjii hojiin duraa ogeeyyota seeraatif kennamaa ture marsaa 17ffaadhaan fudhachaa turee gaafa guyyaa 27/1/2017 leenjicha xumuruudhaan eebbifamee gaafuma kana gumii Abbootii Alangaa waligala Oromiyaatiin muudamuun gara qaamolee haqaa naannichaatti kan dabalameedha. Yeroo ammaa kanatti godina W/lixaatti Ramadamee gara iddoo hojii aanaa itti ramadameetti deemuuf qophii taasisaa osoo jiruu magaalaa Gimbii keessatti qaamolee nageenyaatiin Guyyaa kaleessaa 16/2/2017 waaree booda, Iddoo hojii deemuuf lafa inni mana siree qabatee jiruu qaamolee nageenyaa milishaadhaan qabamee kan hidhame! Kanaaf qaamni Abbaa Alangaa kana seeran ala too’ate akka gadi lakkisu gaafanna! Ogeessi seeran ala too’atamuu haa dhaabbatu! Bilisummaan Ogeessa seeraa haa kabajamu!

Gamaaggama Raawwii Hojii Manneen Murtii Oromiyaa Kurmaana 1ffaa ----------------------- (Onkoloolessa 16,2017 MMWO,Caffee Araaraa,Finfinnee)-Gamaaggamni raawwii hojii Manneen Murtii Oromiyaa Kurmaana 1ffaa magaalaa Adaamaatti gaggeeffamee jira.Waltajjii marii kana irratti miseensonni Koree Bulchiinsaa,Qindeessitoonni Dhaddachaa, Gaggeessitoonni Dhimmaa Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa, Pirezidaantonnii fi miseensonni koree bulchiinsaa Manneen Murtii Ol'aanaa   dhimmi illaalltu hirmaataniiru.Bal'ina odeeffannichaa gara booodaa kan isiniin geenyu ta'a.

+6
law of traders(1).pdf1.25 MB

+8
By Elias-leenjii dhaddacha ijibbaataa.pdf3.25 MB

Linkii kanaan join godhaa

photo content
+4

Ramaddii Gargaartota Abbaa Seeraa ----------------------- (Onkoloolessa 11,2017 MMWO,Caffee Araaraa,Finfinnee)-Gargaartota Abbaa Seeraa hundaaf-Ramaddii kan isiniif maxxansine ta'uu beeksisaa, bu'aa medikaalaa fi ashaaraa qabattanii bakka itti ramadamtanitti yeroon argamuun gabaasa akka gootan ni hubachiifna.