ch
Feedback
Crypto Highlights

Crypto Highlights

前往频道在 Telegram

💡 Crypto Highlights is a channel dedicated to delivering simplified, easy-to-digest updates, news, and insights from the crypto world — helping you stay informed without the noise. Admin : @Bman923 🔰ʙᴜʏ ᴀᴅs: https://telega.io/c/crypto123788

显示更多
6 275
订阅者
-324 小时
-277
-14630
帖子存档
Blum yeroo inni itti list ta,u dhiyaachaa jira akkuma beekanu spring ( march ,april ,may ) keessa akka list ta,u nu beeksisan
Blum yeroo inni itti list ta,u dhiyaachaa jira akkuma beekanu spring ( march ,april ,may ) keessa akka list ta,u nu beeksisanii turani kanaafuu blum ji,a tokkoofi torbee lama isa dhufaa jiru keessa list ta,a Blum point fi memepoint meeqa sassaabdaniittu ?

Namoonni hanga ammaa CEX keessan irra isiniif hin galle sababoota tokko tokko jiru isaanis⬇️ 1. Incorrect UID (UID dogoggoraa
Namoonni hanga ammaa CEX keessan irra isiniif hin galle sababoota tokko tokko jiru isaanis⬇️ 1. Incorrect UID (UID dogoggoraa): Yoo UID dogoggoraa fayyadamtan ta'e paws deposit keessan failed taha. 2. Restricted region (Biyya dhowwamaa ykn ineligible)🌐: Nuti kana keessaa hin qabnu biyyi keenya ristrict miti😄 3. Technical delay (rakkoo teeknikaa)🖥: Al tokko tokko sababa kanaaf token isiniif galuu turuu danda'a kanaaf obsaan eegaa 📣Yoo CEX keessan irratti claim hin goone On-Chain claim gootu

Treasury secret Code : Rainman
Treasury secret Code : Rainman

PAWS x BNB season is coming 🤝
PAWS x BNB season is coming 🤝

Namoonni 💰ByBit/Bitget💰 irra isiniif gale jiraa? Anaaf ByBit irra galeera garuu Bitget irra hin seenne 💎So hamma inni isiniif galutti obsaan eegaa

Paws website Bnb season is cooming!
Paws website Bnb season is cooming!

Paws Gara Bitget Fi Bybit seenee jira Check godhaa Kankoo garuu hin seenne 😢 Warri hin seenne obsaan eegaa

Hojii Online haaraa haga qarshii 1000 ol hojjechuu dandeessan Link gadiitiin seenaa ilaalaa https://youtu.be/3qYdee272dE http
Hojii Online haaraa haga qarshii 1000 ol hojjechuu dandeessan Link gadiitiin seenaa ilaalaa https://youtu.be/3qYdee272dE https://youtu.be/3qYdee272dE

sticker.webp0.27 KB

Repost from Crypto Highlights
Gift
x1

抽奖奖品

1 Telegram 会员订阅 3 月

完成日期

Haala kanaan register gootanii point sassaabdu

Namoonni ✉️Telegram Premium fi Star🌟 barbaaddan keessan na dubbisuun bitachuu dandeessu 💬Inbox @dero_tk ⭐️Telegram Premium⭐️ 1 Month 3 Month 6 Month 1 Year ⭐️Telegram Star⭐️ ⭐️15 ⭐️ ⭐️25 ⭐️ ⭐️50 ⭐️ ⭐️100 ⭐️ ⭐️150 ⭐️ ⭐️200 ⭐️and more. 💬INBOX @dero_tk

🎮Today's AriChain & XENEA Quiz answers 🎯XENEA = [Option 1] 🎯AriChain = [C]
+1
🎮Today's AriChain & XENEA Quiz answers 🎯XENEA = [Option 1] 🎯AriChain = [C]

Paws list tahuuf guyyaa 1 qofatu hafe! Mee react itti roobsaa

GM

Bot Kun Bot, really 💯 kaffaludha 0.05 USDT irraa kaastanii haga barbaaddan baafachuu dandeessu Invest gochuu hin barbaadu Nama 5 qofaa affeertanij baafachuu dandeessu ammuma dafaa fayyadamaa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Trctwentybot?start=Bot34471533 https://t.me/Trctwentybot?start=Bot34471533

Giveaway kana irratti hirmaachuuf jalqaba channel achi irra jiran join gochuun dirqama. Giveaway Kun kan filatamu April 20 dha ykn guyyaa 6 boodadha. Ammasitti share godhaa akka carraan mo'achuu keessanii dabaluuf!

Airdrop app dhaan hojjetamu celia yoo hin eegalle ta,e waliin haa eegallu Jalqaba app isaa playstore irraa download godhaa 👇👉 https://play.google.com/store/apps/details?id=com.celia.finance Erga download gootanii gmail keessan gmail keessan password keessan biyya keessaniifi refferal code gashitu Refferal code 👉 I3OSS4ND ✍ Refferal code gaafa gashitan point 1500 sinii laata Sana booda continue gootu achii code gmail keessanitti sinii ergama code sinii ergamu otuu hin gashiin dura gara back jechuun gara jalqabaatti deebitu Sana booda i already have an account isa jedhutti buutu sana booda code sila sinii ergame gashitu Erga kana hundumaa fixxanii recovery phrase backup gochuun mining jalqabsiisuun point sassaabdu Yoo sinii hin galle ta,e hin yaadda,iinaa booda video siniifan hojjedha ✍ ©አፅብሃ

Family ammas 🤖bot haaraan dhufee jira nama afeeruu qofaan USDT baafattu ammuma jalqabaa. https://t.me/usdt_stakings_bot?star
Family ammas 🤖bot haaraan dhufee jira nama afeeruu qofaan USDT baafattu ammuma jalqabaa. https://t.me/usdt_stakings_bot?start=ref_524625 ❗️❗️HUB: BOT KANA IRRATTI MAALLAQA KAMIYYUU AKKA DEPOSIT HIN GOONE NAMA AFEERUU QOFAAN BAAFATTU❗️❗️

Giveaway kana irratti hirmaachuuf jalqaba channel achi irra jiran join gochuun dirqama. Giveaway Kun kan filatamu April 20 dha ykn guyyaa 6 boodadha. Ammasitti share godhaa akka carraan mo'achuu keessanii dabaluuf!