ch
Feedback
WALDAA DUUKAA BU'OOTAA WIIRTUU HORROO GUDURUU WALLAGGAA

WALDAA DUUKAA BU'OOTAA WIIRTUU HORROO GUDURUU WALLAGGAA

前往频道在 Telegram

“Oogummaa hundumaan wal barsiisaa, wal gorsaas, qooqa garaa garaatiin, faarfannaa galataatiin, weedduu hafuuraatiinis galata garaa keessanii Waaqayyoof faarfadhaa!”Qol. 3:16 https://t.me/WDBWHGW

显示更多

📈 Telegram 频道 WALDAA DUUKAA BU'OOTAA WIIRTUU HORROO GUDURUU WALLAGGAA 的分析概览

频道 WALDAA DUUKAA BU'OOTAA WIIRTUU HORROO GUDURUU WALLAGGAA (@wdbwhgw) 是活跃参与者。目前社区聚集了 10 379 名订阅者,在 宗教与灵性 类别中位列第 8 993,并在 芬兰 地区排名第 384

📊 受众指标与增长动态

невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 10 379 名订阅者。

根据 23 六月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 480,过去 24 小时变化为 38,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 0.68%。内容发布后 24 小时内通常能获得 0.75% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 71 次浏览,首日通常累积 78 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 3

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Oogummaa hundumaan wal barsiisaa, wal gorsaas, qooqa garaa garaatiin, faarfannaa galataatiin, weedduu hafuuraatiinis galata garaa keessanii Waaqayyoof faarfadhaa!”Qol. 3:16 https://t.me/WDBWHGW

凭借高频更新(最新数据采集于 24 六月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 宗教与灵性 类别中的关键影响点。

10 379
订阅者
+3824 小时
+1207
+48030
帖子存档
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇

Isin Ortodoksi dha❓

Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇

Daqiiqaa 30 booda nii haqama Gaaffii kardii abba 200 irraatti hirmaadha amumma aritiin 10+10×0+10=???

Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇

✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇

Isin Ortodoksi dha❓

✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇

Daqiiqaa 30 booda nii haqama Gaaffii kardii abba 200 irraatti hirmaadha amumma aritiin 10+10×0+10=???

Warreen Barnoota Ortodoksii Afaan Oromootiin Darbu Akkasumas Faaruu, Walaloo, Ogaartiwwan, Diraamaa, Asoosama, garaa garaa barbaaddan ammuamaJoin Gochuun Argachuu Dandeessu. 👇

Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇

Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇

Ortodooksii keessatti Dubartootni maaliif waltajjii irratti hin lallaban? “Dubartoonni mana Kiristaanaa keessatti haa callisan; akka ajajamaniif malee akka dubbataniif hin heyyamamneef; ooritiinis akkas jedheeraatii. Dubartiif mana Kiristaanaa keessatti dubbachuun dhorkaa dha. Barachuu yoo barbaadan immoo manatti abbaa warraa isaanii haa gaafatan. 36.Jechi Waaqayyoo isin keessaa qofa ba’eeree? Yookaan jechi Waaqayyoo isinuma qofa bira ga’eeree? Ofii isaa akka raajaatti yookaan akka nama Afuurri Qulqulluun irra bulee taasisee kan of lakkaawu yoo jiraate, ajaja Waaqayyoo waan ta’eef kanan isiniif barreesse kana haa beeku. Haa ta’u malee, kana kan hin beekne yoo jiraate Waaqayyoonis hin beeku.” 1Qor 14:34 Namoonni hedduun ni gaafatu, Ortodooksii keessatti dubartoonni luba maaliif hin ta’an yookaan akka dhiiraa maaliif waltajjii irratti hin lallaban?Kuni dhiibbaa Ortodooksiin dubartoota irratti raawwattudha jedhanii yaadu.Akkasumas baay'een keessan waan beektaniif akkuma agarru amantaawwan kiristaanaa kaan keessatti dubartoonni ni barsiisu,Ortodooksii keessatti ammoo dhoorkadha. Sababni isaa,kallatumaan kitaabni qulqulluun waan dhoorkufi. Akkasums Lubumman dubartiif hin kennamu. Hagam iyyuu dubartoota gaarii ta’aniifi naamusa gaarii qabaataniif lubummaan dubartootaaf hin kennamu,uummata keessattis waltajjirra dhaabatanii barsiisuu akka hin qabne caqasa 1Qor 14:34 gubbaatti eerre irrati ifatti taa’eera. Gooftaanis duuka bu’oota 12 yoo filatu dubartii itti hin makne. Kanaaf gaaffii kana warra seera kitaabni jedhe hin kabajneef kaasuu qabna malee warra seera kitaaba keessatti barraa’e kabajeef miti. 1Ximootiwos 2:11 irrattis “ Dubartiinis naamusaan haa barattu; qajeelummaa guutuudhaan haa ajajaman. Dubartiin garuu callisuudhaan haa jiraattu malee; akka barsiistu yookiin akka dhiira irratti aangoo qabaattu hin eeyyamnu” jedha mitii? Kanaaf warri kana raawwatan seera kana maaliif diigu??? Dhuguma dubartoonni gahee tajaajila keessattin qaban guddaadha. Akka dhiiraatti wangeela lallabuu baataanis tajaajila lallaba wangeelaa keessatti hirmaannaa guddaa gochaa turaniiru, Bara duuka bu’ootaa dubrtoonni hedduun tajaajila irra turan. Maariyaam Maagdelawiit, Yohaana fi Soosinnaan qarshii isaanitiin tajaajilaa turan(Luq 8:1-3). Obbolootni Alaazar Maartaan nyaata qopheessuun Maariyaam ammoo baruumsa Gooftaa dhagahuudhan Goofta bira turan(Luq 10:38). Gara Iyyeruusaaleem yemmuu adeemetti dubartootatu isa gaggeessaniiru(Mar 15:41). Yeroo fannifamus gadda guddaadhan fannoo jala turan(Yoha 19:25). Du’aa ka’uumsa Gooftaas dursee kan arge dubartiidha. Haati Maarqoos Maariyaam mana ishee duuka bu’ootaaf akka itti walgahaniif kennite, bataskaanni jalqabaas mana isheeti. Fevan Magaalaa Qorontoositti tajaajiltuu mana kiristaana Kinkiraa’oos turte. Ergaa qulqulluu Phaawuloos warra Roomeetiif barreesse isheetu geessef. Dubartoonni hedduun warra ijoolle maatin isaanii irraa du’aniif balchaa kennudhan ni tajaajilu ture. Isaan keessaa takka Xabitaadha.(Ho.Du.Bu 9:36). Akkasumas dubartoota umuriin gugurdatan meeroonii dibuudhan kan tajaajilan dubartoota umuriin isaanii 60 ol ta’edha(1Ximo 5:9). Egaa kana hunduma keessatti tajaajila isaanii ilaallus yoo akka duuka bu’ootati addaba’aabayiitti bahanii lallaban gonkuma kitaaba qulqulluu irra hin jiru, hin eyyamamne waan ta’eef. Mana kiristaana keenya keessatti qixxuma warra dhiiraa dubartoota qulqullootafis Taabonni mogga’ee ni yaadatamu,kabaja uumama hundumaa olis kan qabdu haadha keenya qulqulleettii dubroo Maariyaamiidha. Garuu lubummaa fi lallabni waltajjii akka duuka bu’ootaa dubartootaaf hin eyyamamne. Kitaaba qulqulluutti warra amananiif jechi kun gahaadha, kanarra yoo darbe garuu fedha dhuunfaa ta’a jechuudha. Share gochun miseensa ta'a!👏 https://t.me/tokkummaa_ortodoksii

Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇

Of Eeggannoo barattoota kutaa 12ffaa hundaaf ! Namoonni yeroo amma hafte kanatti qormaata entrance bara durii edit gochun akk
+1
Of Eeggannoo barattoota kutaa 12ffaa hundaaf ! Namoonni yeroo amma hafte kanatti qormaata entrance bara durii edit gochun akkuma suura armaan gadii irratti argitan kanatti qormaatatu hatamee jira jedhanii hamma qarshii 500 fi isaa barattoota irraa kallattiin hin malleen saamaa waan jiraniif of eeggannoo cimaa akka gootan isin beeksisna! Qormaanni hatamee bahu waan hin jirreef callistanii akka dubbistan isin hubachiisna ! Namoota karaa kanaan isin gaafatan yoo jiraatan comment jala nuuf kaaha! Odeeffannoo wayitaawaa akkasif channel kana join gochuu hin dagatiina! Dhimma qormaatan wal qabatee namoonni baay'ee kanfaltii kanfalaa akka jiran dhagahamaa jira share waliif gochuun waliin gahaa! https://t.me/national_examination @national_examination

Baga guyyaa yaadannoo qulqulluu MIKAA'EEL nagaan geessan!❤❤

Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇