Ethiopian Higher Education Institutions Muslim Students' Union
前往频道在 Telegram
This is the official Channel of Ethiopian Higher Education Institutions Muslim Students' Union.
显示更多4 434
订阅者
-124 小时
-157 天
-8430 天
帖子存档
اللهم صل على أشرف الخلق!
https://t.me/EHEMSU
+3
ይህንን የማያስታውስ አለ?
የሰላሌ ዩኒቨርሲቲ ሙስሊም ተማሪዎች መስገጃ!
ከአመታት በፊት በሰላሌ ዩኒቨርሲቲ ጤና ካምፓስ የሚገኙ ሙስሊም ተማሪዎች ለመስገጃ የሚሆን ቦታ እና መስጂድ አጥተው "አግዙን!" የሚል ጥሪ አቅርበው ነበር:: የኢትዮጵያ ከፍተኛ ትምህርት ተቋማት ሙስሊም ተማሪዎች ህብረት ኢትዮጵያ ላይ የሚገኙ የዩኒቨርሲቲ ጀመዓዓዎችን እና ሙስሊም ተማሪዎችን በማስተባበር እንዲሁም በኡስታዝ አህመዲን ጀበል የቴሌግራም ቻናል ቅን ልቦች ተረባርበው 2.7 ሚልዬን ብር በማውጣት በምስሉ ላይ የሚታየውን ቦታ ገዝተዋል:: አጥሩንም ሙሉ ለሙሉ አጥረው መስጂዱን ለመገንባት በዝግጅት ላይ እንደሆኑ በታህሳስ 15 በሰላሌ ተገኝተው አጠቃላይ ስላለው የተማሪዎች እንቅስቃሴ ለተወያዩት የህብረታችን ተወካዮች አሳውቀዋል::
ለዚህ መሳካት በአንድ ልብ የቆማችሁን ሁሉ በድጋሜ አመሰገንን:: በአላህ ፈቃድ በትብብር ብዙ መልካም ስራዎችን አብረን የምንሰራ ይሆናል:: አላህ መልካም ለውጥን ከሚያመጡት ያድርገንና::
Ururka Ardayda Muslimiinta ee Jaamacadaha Sare ee Itoobiya Dib-u-eegista Xuquuqda Ardayda Muslimiinta ee Jaamacadda Salale!
(24 Jumada Al-Akhira / 1446)
15ka Diseembar, ururka ayaa ka helay warbixinno ka yimid doodaha ay la yeesheen xubnaha shura iyo ardayda Muslimiinta ee jaamacadda in jaamacaddu ay dhibaatooyin ku hayso ardayda cusub sanado badan, iyadoo ka qaadaysa suufiyadooda salaadda ee albaabka jaamacadda marka ay soo galiyaan jaamacadda, iyo iyadoo qaadaysa kaararka aqoonsiga haddii la helo iyaga oo salaadaynaya guryaha.
Sidaas oo kale, kormeerayaasha ayaa hanjabay ardayda salaadaynayay 7da Diseembar, waxayna ka qaadeen kaararka aqoonsigooda. Natiijadii, 8da Diseembar, ardaydu waxay cabashooyinkooda iyo su'aalahooda u gudbiyeen Ato Salamon, madaxda Xafiiska Adeegyada Ardayda ee jaamacadda. Salamon ayaa diiday cabashooyinka ardayda, isagoo ku jawaabay: "Ma aha in lagu tukado koox ahaan ama si gaar ah gudaha jaamacadda. Qof kasta oo hadda ka fikira inuu salaad sameeyo wuxuu mas'uul ka noqon doonaa keliya."
Sidoo kale, haweenka Muslimiinta ah waxaa laga mamnuucay inay xidhaan dhar wajigooda gebi ahaanba qarinaya, sida ku xusan qodobka 5/7 ee xeerarka jaamacadda. Ragga sidoo kale looma oggola inay xidhaan koofiyad iyo jalaab. Waxaa si cad loo mamnuucay niqaab iyo jalaab iyadoo lagu saleynayo tilmaamaha. Intaa waxaa dheer, waxaa la sheegay in jaamacaddu, iyadoo ku xadgudubaysa xeerarka qaran, ay ka codsato ardayda inay waxbarashada sii wadaan ilaa 6:30 maalin Jimce ah, waxayna bilaabaan waqtiga galabta saacadda 7:00.
Mamnuucidda salaadda, jalaabka, niqaabka, iyo jalaabka buuxa, oo ah aasaaska nolosha Islaamka, waxay ku xadgudbayaan xorriyadda diinta iyo xuquuqda sinnaanta ee ardayda Muslimiinta. Tallaabooyinkan sharci-darrada ah waxay ka hor imaanayaan fikradda aasaasiga ah ee secularism-ka mana aha waxa laga filayo jaamacadaha loo dhisay inay noqdaan tusaalooyin la raaco oo loogu talagalay Itoobiya guud ahaan, iyadoo lagu saleynayo mabaa'diida kala duwanaanshaha.
Waxaan ku baaqeynaa dhammaan hay'adaha ka shaqeeya magaca bulshada Islaamka, oo ka baxsan ardayda Muslimiinta, inay la dagaallamaan cadaadiska ka dhaca ardayda Muslimiinta.
Ururka Ardayda Muslimiinta ee Jaamacadaha Sare ee Itoobiya!
https://t.me/EHEMSU
Gamtaan Barattoota Musliimaa Dhaabbilee Barnoota Olaanoo Itiyoophiyaa Miseensota Shuraa Yunivarsiitii Salaalee fi Barattoota Musliimaa Yuunivarsiitichaa waliin waa'ee sarbama mirga isaanii irratti mari'ateera!
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
(Muddee 16 / 2017 E.C)
Kaleessa Muddee 15, gamtaan kun marii miseensota Shuraa fi barattoota muslimaa yuunivarsiitichaa waliin taasise irraa akka hubatetti waggoota darban keessa yuunivarsitichi barattoota haaraa balbala irraa musala (sajjaadaa) qabatanii akka hin seenne irraa guuraa turu isaani , dormii keessatti yeroo salaata solaatan waraqaa eenyummaa irraa fuudhani dararu isaanin walqabate barattoonni Muddee 8 gara hogganaa dhimma barattoota yunivarsiitichaa kan ta'e Obbo Salomoon deemani
alatti akka hin solaanne ala bahu nu dhorkitan dormi keenya keessas akka hin solaanne dhorkama jirra akkam haa goonu jedhani gaffii dhihessanif deebiin inni kenne
"dhuunfattis ta'e gareen kadhachuu hin dandeessan. Amma booda namni kadhachuu barbaadu yoo jiraate itti gaafatamummaa guutuu ni fudhata" Uffata dubartootaaf fuula guutuu haguugu hin dandahan
jechuun niqaaba ifatti dhorke.
Uggurri jalbiyaa, (amaa'ima) turban, niqaaba, fi hijaaba guutuu uuffachun, salaata solaachun bu’uura jireenya muslimaa akka ta’e osoo beekkamu wantoota kana dhorkuun bilisummaa amantii fi walqixxummaa barattoota muslimaa sarba.
Barataa muslimaa hundinu, dhaabbileen hawaasa muslimaa bakka bu’anii socho’an hundinuu cunqursaa barattoota muslimaa irra ga’aa jiru kana akka ofirraa ittisan gaafanna.
Gamtaa Barattoota Musliimaa Dhaabbilee Barnoota Olaanoo Itiyoophiyaa !
https://t.me/EHEMSU
The Muslim Students Union of Ethiopian Higher Education Institutions discussed with the Shura members of the Salale University Muslim Students Union and the Muslim students of the university about the violation of their rights!
(December 24 / 2024 G.C)
Yesterday, December 24, the union learned from its discussion with the Shura members and the university's Muslim students that the university has abused new students in the past years by taking muselas(prayer mat) from Muslim entrants at the Gate and from dorms whenever they pray at dorm.
In the same way, on December 16, the students who were praying on December 16 were arrested and threatened. In response to the students' question on the next day, Mr. Solomon, who was in charge of the university's services, said, "You can't pray in the campus individually or in groups. From now on, if there is anyone who wants to pray, he will take full responsibility." He gave them a response.
In article 5/7 E of the university's rulling guidelines, it is also written, listing a prohibited actions
"Hiding the identity by dragging the ground:
Muslim women wearing clothes that cover their entire faces:
Men wearing a head and neck covering with a headscarf and a niqab," , clearly prohibiting the niqab, Jelebiya, Amaimas even a Jilbaab of Muslim Women.
These all violates the religious freedom and equality rights of Muslim students. It deviates from the basic concept of secularism and is not expected from higher education institutions built to be a model for the whole of Ethiopia with diversity as their value.
Apart from the Muslim student, we ask all the institutions that act on behalf of the Muslim community to fight against this oppression that is happening to the Muslim students.
May Allah bring the Swiftest Victory!!!
Ethiopian Higher Education Institutions Muslim Students Union!
https://t.me/EHEMS
https://t.me/EHEMSU
https://t.me/EHEMS
ناقش اتحاد الطلاب المسلمين في مؤسسات التعليم العالي الإثيوبية انتهاكات الحقوق التي يواجهها الطلاب المسلمون في جامعة سالالي مع أعضاء شورى جماعة الطلاب المسلمين والطلاب المسلمين!
(جمادى الآخرة 24 /1446)
في 15 ديسمبر، علم الاتحاد من مناقشاته مع أعضاء الشورى والطلاب المسلمين في الجامعة أن الجامعة كانت تضايق الطلاب الجدد لسنوات من خلال أخذ سجادات الصلاة الخاصة بهم من مدخل الحرم الجامعي عند دخولهم الجامعة وأخذ بطاقات الهوية الخاصة بهم إذا تم العثور عليهم وهم يصلون في المساكن.
وبنفس الطريقة، هدد المراقبون الطلاب الذين كانو يصلون في 7 ديسمبر وصادروا بطاقات هويتهم. ونتيجة لذلك، في 8 ديسمبر، قدم الطلاب مخاوفهم واستفساراتهم إلى أتو سالامون، رئيس مكتب خدمات الطلاب بالجامعة. رفض سالامون مخاوف الطلاب المشروعة ورد قائلاً: "لا يجوز الصلاة في مجموعات أو بشكل فردي في الحرم الجامعي. أي شخص يفكر في الصلاة من الآن فصاعدًا سيكون مسؤولاً بمفرده".
كما يحظر على النساء المسلمات ارتداء الملابس التي تخفي وجوههن بالكامل، وفقًا للمادة 5/7 من لوائح الجامعة. ولا يجوز للرجال ارتداء عمامة الرأس والجلابية. كما يُحظر النقاب والجلابية صراحةً بموجب الإرشادات. وعلاوة على ذلك، ورد أن الجامعة، في انتهاك صارخ للأنظمة الوطنية، تطلب من الطلاب الدراسة حتى الساعة 6:30 يوم الجمعة وتبدأ فترة ما بعد الظهر في الساعة 7:00.
إن هذا الحظر على الصلاة والجلابية والنقاب والجلباب الكامل، والتي هي أساس الحياة الإسلامية، ينتهك الحرية الدينية وحقوق المساواة للطلاب المسلمين. تتعارض هذه الإجراءات غير القانونية مع الفكرة الأساسية للعلمانية وليست ما هو المتوقع من الجامعات التي أنشئت لتكون بمثابة نماذج يحتذى بها لإثيوبيا ككل، نظرًا لمبادئها القائمة على التنوع.
ندعو جميع المؤسسات التي تعمل نيابة عن المجتمع الإسلامي، بما يتجاوز الطالب المسلم، إلى محاربة هذا القمع الذي يحدث للطلاب المسلمين.
اتحاد الطلاب المسلمين في مؤسسات التعليم العالي الإثيوبية!
https://t.me/EHEMS
https://t.me/EHEMSU
https://t.me/EHEMS
የኢትዮጵያ ከፍተኛ ትምህርት ተቋማት ሙስሊም ተማሪዎች ህብረት ከሰላሌ ዩኒቨርሲቲ ሙስሊም ተማሪዎች ጀመዓ የሹራ አባላት እና ከዩኒቨርሲቲው ሙስሊም ተማሪዎች ጋር እየደረሰባቸው ስላለው የመብት ጥሰት ተወያየ!
(ታህሳስ 16 / 2017 ዓ.ል)
ትላንት ታህሳስ 15 ህብረቱ ከሹራ አባላቱ እና ከዩኒቨርሲቲው ሙስሊም ተማሪዎች ጋር ካደረገው ውይይት እንደተረዳው ዩኒቨርሲቲው ባለፉት አመታት አዲስ ተማሪዎች ወደ ዩኒቨርሲቲው ሲገቡ ከበር ላይ ሙሰላ እየቀማ ዶርም ላይ ሲሰግዱ በሚገኙበት ሰዓት መታዎቂያ እየነጠቀ ከፍተኛ የሆነ እንግልት አድርሶባቸዋል:: ልክ እንደዚሁም በታህሳስ 7 ሶላት የሚሰግዱ ተማሪዎችን መታዎቂያ ቀምተው ማስፈራራት በማድረሳቸው ተማሪዎቹ በታህሳስ 8 ለዩኒቨርሲቲው አገልግሎት ሀላፊ አቶ ሰለሞን ላነሱት ጥያቄ "በግቢ ውስጥ ለየብቻም ሆነ በቡድን መስገድ አትችሉም:: ከአሁን ቡሃላ ለመስገድ የሚያስብ አካል ካለ ሙሉ ሀላፊነቱን ራሱ ይወስዳል::" የሚልን ምላሽ ሰጥቷቸዋል:: በዩኒቨርሲቲው መመሪያ አንቀፅ 5/7 ሠ ላይ ደግሞ "መሬት እየተጎተተ ማንነትን የሚደብቅ: ሙስሊም ሴቶች ፊታቸውን ሙሉ የሚሸፍን ልብስ:
ወንዶች ጀለብያ የራስ እና የአንገት ጥምጣም ማድረግ" በማለት ኒቃብ ጀለብያ እና ጥምጣምን በግልፅ ይከለክላል:: ከዚህም በተጨማሪ ከሕግ ውጭ በጁምዓ ቀን ተማሪዎች እስከ 6:30 ብሎም ከ7:00 ጀምሮ ትምህርት እንዲማሩ እንደሚደረጉ ገልፀዋል::
ይህ በሙስሊሞች የህይዎት መሠረት በሆነው ሶላት ላይ በጀለብያ: ጥምጣም: ኒቃብ ብሎም ሙሉ ጅልባብ ላይ የሚደረግ ክልከላ የሙስሊም ተማሪዎችን የሃይማኖት ነፃነት እና እኩልነት መብት የሚጋፋ: ከሴኩላሪዝም መሠረታዊ ፅንሰ ሀሳብ ያፈነገጠ ብሎም ብዝሐነት እሴታቸው ሆኖ ለመላው ኢትዮጵያ ሞደል ይሆኑ ዘንድ ከተገነቡ የከፍተኛ ትምህርት ተቋማት የማይጠበቅ ተግባር ነው::
ይህንን በሙስሊም ተማሪዎች ላይ እየደረሰ ያለ መገፋት ከሙስሊሙ ተማሪ ባሻገር የሙስሊሙን ማህበረሰብ ወክለው የሚንቀሳቀሱ ተቋማት ሁሉ ይታገሉ ዘንድ እንጠይቃለን::
የኢትዮጵያ ከፍተኛ ትምህርት ተቋማት ሙስሊም ተማሪዎች ህብረት!
https://t.me/EHEMS
https://t.me/EHEMSU
https://t.me/EHEMS
Maaliif Jimaata kabajuu didan?
Warraaqsa bara 1966 dura Muslimoonni "Muslimoota Itoophiyaa keessa jiraatan!" Seenaa waan gaarii jedhanii fudhatan jijjiiruun Itiyoophiyaa Kiristaanota qofaaf osoo hin taane, lammiilee Itiyoophiyaa hundaaf taasisuuf yaalaa turanitti dhimmi Jimaata gaaffilee 13 Ministira Muummee fi Komishinii Wixinee Heera Mootummaaf dhiyeessan keessaa tokko ture.gaafiilee 13 kan kaafaman keessaa gaafii 4ffaa irratti kan argamu "guyyaa jum'ataa sa'aatii 5 irraa hanga sa'aatii 9'ti yeroo kadhannaa muslimootaa ta'uun akka jijjiirraan yeroo hojii irratti taasifamu"jedhanii kan itti gaafatani ture.
Ta'ullee gaafiiwwan dhalaawan sirraan deebisuu kan hin dandeenye mootummaan gita bittaa qabrii seenuun bakka isaa kan bu'e mootummaan Dargiis gaaffilee sirriitti deebisuuf yeroo hin arganne, ayyaana Iidal-Adha: Iidal-Fixrii fi mawliida akka ayyaana biyyaalessaatti fudhachuun yeroo biyyi guddatte booda sirreessuuf waadaa seene.ta'ullee mootummaan sirreeffamuufis ta'e sirreessuuf umriin isaa hin gahin mootummaan dargii kan buqqifame yoo ta'u yaadiigiis kufaatii isaa boodaan gara aangootti dhufe.
Bara 1985 dhufaatii EPRDF waliin walqabatee Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa kan yeroo ce'umsaa hundeeffame "Jim'ata sa'aatii 5:30 hanga 7:30'tti yeroo banaa hojiin itti hin hoojjatamne akka ta'e murteesse.sana booda daandii qilleensa Ethiopia fi ministera barnoota Ethiopia malee dhaabbiileen jiran martuu caaseeffame kana hojii irra oolchaniiru.dhaabbiileen gurguddoon lameen garuu hanga ammaatti akkuma didanitti jiru.
Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa waggaa 2 dura ji'a Adoolessa keessa gaaffii 11 kan majliisni feedaraalaa muslimootaaf akka guutamuu qabu gaafatan keessaa dhimma guyyaa jum'ataa tokko godhee yoo gaafatu isaaniis ni kuffisan(ni didan).manni barnootaa sadarkaa tokkoffaa fi lammaffaa guyyaa jum'ataa waaree dura sa'aatii 2:00-6:15'ti waaree booda immoo sa'aatii 6:30 irraa eegalee barsiisuu fi qoruudhaan barattoota muslimaa irratti dhiibbaa guddaa geessisaa jira.kan yuunivarsiitiitiis ganama sa'aatii 2 irraa hanga sa'aatii 6:15,sa'aatii booda immoo sa'aa 7 irraa kaasee sagantaalee garaagaraa maxxansuun barattootaaf rakkoo uumaa jira.barsiisoonniis sagantaa nuuf jijjiiraa yeroo jedhaman nuti sagantaa jijjiiruu hin dandeenye saganta nutti kennameen barsiifna deebi'ii jedhu barattootaaf laatan.yeroo kana barataan muslimaa nyaata kaaffee,barnootaa fi salaata jum'aa keessaa tokko akka filatu dirqama.
Rakkoon kun har'a boru otuu hin jedhamne furmaata argachuu qaba.qajeelfama bahe of tuulummaan hojii irra hin oolchinu qaamoonni jedhan hunduu nuuf gaafatamuu qabu.hunduu iddoo jirutti seeraa irratti hundaa'uun gaafiilee seera qabeessa kaasuun qaamoota seeraan ala bahan seera qabsiisuu qabu.gaafiin waggaa 32 dura deebi'ii argate hanga guyyaa har'aatti rakkoo ta'ee itti fuufuu hin qabu.
https://t.me/EHEMS
https://t.me/EHEMSU
https://t.me/EHEMS
الأحداث الأخيرة المتعلقة بالطلاب المسلمين في الجامعة!
■ جامعة ميدا والابو حرم جوبا: اتخذ الطلاب المسلمون في حرم جوبا إجراءات لحل قضية النقاب، الذي لم يُحظر في الحرم الجامعي ولكن تم حظره في المكتبة. وقد توصلوا إلى اتفاق مع مدير المكتبة على إصدار بطاقة هوية خاصة للمنقبات كحل.
■ جامعة أسوسا: اتخذ اتحاد الطلاب المسلمين في جامعة أسوسا إجراءات في أعقاب تصريح من شخص يعمل في مكتب خدمة الطلاب يقول لفتاة محجبة ذهبت إلى الخدمة، "لن أقبلك إذا لم تخلعي حجابك!" وتمكنوا بفضل الله من حل المشكلة وأعلنوا أنهم سيعملون على منع تكرار المشكلة في المستقبل.
■ جامعة ديلا: قدمت جماعة الطلاب المسلمين في جامعة ديلا بشكوى في رسالة احتجاجًا على أمر رئيس الجامعة المعين حديثًا بعدم ارتداء النقاب، الذي تم ارتداؤه بحرية خلال السنوات الثلاث الماضية. وفي أعقاب الشكوى، أبلغت الجامعة الطلاب أنها ستحيل الأمر إلى القسم القانوني وسيتم اتخاذ قرار وفقًا للقانون. ومع ذلك، لا يزال التحرش بالطلاب المسلمين مستمرًا، بما في ذلك اليوم. كما أعلنت الجماعة أنها ستقاتل حتى النهاية لحل المشكلة.
■ جامعة سالالي: لا يزال النقاب والجلابية محظورين، ولم يتم حل المشكلة بعد، لكن جماعة الجامعة تتخذ إجراءات لحل المشاكل.
نسأل الله أن يعين جميع إخواننا. سنواصل العمل معًا لحل مشاكلنا المشتركة بعون الله تعالى.
اتحاد الطلاب المسلمين في مؤسسات التعليم العالي الإثيوبية
https://t.me/EHEMS
https://t.me/EHEMSU
https://t.me/EHEMS
Events regarding Muslim Students Movement;
Meda-welabu University, Gobba Campus;-
The Jamea there has appealed regarding the sanctions on Nikab at libraries and the problem is resolved, in a separate (special) ID shall be provided for niqabist Ladies, as discussed with the library head.
Note: Niqab wasn't prohibited to be worn at other services at other university formerly.
Dilla University;
As solat, wearing Nikab, Jelebiyyah, and Amaim are all prohibited to be practiced in the University hall, Students are making a formal appealing moves.
And the University officials have deligeated the case to Legal department so that a legal verdict shall be given aftermath.
But in the meantime, repeated disturbance has been witnessed against Muslim Students by the Hall workers.
The Jamea has committed itself to go further until justice is served.
SELALE UNIVERSITY;
As solat, wearing Nikab, Jelebiyyah, and Amaim are all prohibited to be practiced in the University like that of other monarchy universities, Students are struggling to bring justice the hall.
May Allah the Almighty help the achieve more and being vivid changes!
We'll plan, direct, stand and struggle to the last drop of our Sweat untill justice is served in all Educational Institutions!!!
https://t.me/EHEMS
https://t.me/EHEMSU
https://t.me/EHEMS
Taateewwan tibbanaa barattoota Muslimaa yunivarsiitii waliin walqabatan!
■ Yuunivarsiitii Maddawalaabuu Kaampaasii Goobbaa:- Niqaabni dur mooraa keessatti osoo hin dhoorkamiin garuu mana kitaaba seenuuni dhorkamee ture Jama'aan barattootaa moorichaa gaaffii kana qabatanii socho'uun furmaannii akka laatamu godhaniiru. Akka furmaataattis niqaabistootaaf waraqaan eenyummaan addaa akka qophaa'uuf dura-taa'oota mana kitaabaa waliin waligaltee irra gahaniiruu.
■ Yuunivarsiitii Asoosaa:- Qaamni tajaajila barattootaa keessa hojjachaa ture barattuu hijaaba uuffattee tajaajilaaf dhaqxe, "yoo hijaaba kee hin baafatiin sii hin keessummessuu" jechu isaatiin walqabatee sochii jama'aan Barattoota Musliimaa Yunivarsiitii Asoosaa godheen dhimma kana hiikuu kan danda’e yoo ta’u, rakkoon kun dhaabbiidhaan akka deebi'ee hin uumamneef akka hojjatan beeksiseera.
Yuunivarsiitii Diillaa:- Pireezidaantiin Yunivarsiitichaa haaraan erga muudamee booda barattoonni muslimaa Yunivarsiitii Diillaa murtee niqaaba waggoota 3 darbaniif bilisaan uffatamaa ture dhoorku mormuun iyyannoo isaanii xalayaan dhiyeessani jiru. Iyyannoon walaqabatee yunivarsiitiichi "dhimmicha gara kutaa seeraa ajajeen jira. Seeraanis murteen ni dabarfama" jedhus. Har'a dabalatee darbee darbee barattoota Muslimaa irratti rakkinni muudachaa jira. Jama'aan rakkoo kana furuu keessatti hanga dhumaatti akka qabsaa'u beeksiseera.
■ Yuunivarsiitii Salaalee:- Salaata dabalatee Niqaaba, Jalbiyaa Amma'imaa mooraa kanatti dhorkaa kana tahan ennaa tahu, rakkoon kun hanga ammaatti furmaata hin arganne, garuu jama'aan barattootaa rakkoo kana furuuf sochii gaggeessaa jira.
Rabbiin akka isaan gargaaruun kadhannaa keenya. Allaahaa qabannee barattoota muslimaa waliin wal gargaaruun rakkoo waloo keenya walumaan furuuf ni qabsoofna. Warra Jijjiirama gaarii fiduurraa Rabbi nu haa taasisuu!
https://t.me/EHEMS
https://t.me/EHEMSU
https://t.me/EHEMS
ከሙስሊም የዩኒቨርሲቲ ተማሪዎች ጋር በተያያዘ ሰሞነኛ ክስተቶች!
■ መዳወላቡ ጎባ ካምፓስ:- ባለፉት ጊዜያቶች በግቢ ውስጥ ሳይከለከል ግን በላይብረሪ ውስጥ ይከለከል የነበረውን ኒቃብ የጎባ ካምፓስ ሙስሊም ተማሪዎች ጀመዓ ጥያቄ አድርጎ በመንቀሳቀስ መፍትሔ እንዲያገኝ አድርጓል:: እንደ መፍትሔም ለኒቃቢስቶች ልዩ መታዎቂያ እንደሚዘጋጅላቸው ከላይብረሪው ሀላፊ ጋር ስምምነት አድርገዋል::
■ አሶሳ ዩኒቨርሲቲ:- ተማሪዎች አገልግሎት ላይ ሲሰራ የነበረ አካል ለአገልግሎት የሄደችን ሒጃቢስት "ሒጃብሽን ካላወለቅሽ አላስተናግድም!" ማለቷን ተከትሎ እንቅስቃሴ ያደረገው የአሶሳ ዩኒቨርሲቲ ሙስሊም ተማሪዎች ጀመዓ የተማሪ ጉዳይ እንዲፈቷ ማድረግ የቻለ ሲሆን ችግሩም በዘላቂነት እንዳይፈጠር ለማድረግ እንደሚሰሩ አሳውቀዋል::
■ ዲላ ዩኒቨርሲቲ:- ባለፉት 3 አመታት በነፃነት ሲለበስ የነበረውን ኒቃብ በዩኒቨርሲቲው አዲስ ፕሬዚዳንት መሾሙን ተከትሎ እንዳትለብሱ የሚል ትዕዛዝ በመተላፈፉ የዲላ ዩኒቨርሲቲ ሙስሊም ተማሪዎች ጀመዓ ድርጊቱን በመቃወም አቤቱታን በደብዳቤ አሳውቋል:: አቤቱታውን ተከትሎ ዩኒቨርሲቲው "ጉዳዩን ወደ ሕግ ክፍል መርቸዋለሁ:: በሕግ አግባብ ውሳኔ ይተላለፋል::" ቢልም ዛሬን ጨምሮ አልፎ አልፎ በሙስሊም ተማሪዎች ላይ ወከባ እየደረሰ ይገኛል:: የተፈጠረውን ችግር በመፍታት ረገድም ጀመዓው እስከመጨረሻው እንደሚታገል አሳውቋል::
■ ሰላሌ ዩኒቨርሲቲ:- ሶላትን ጨምሮ ኒቃብ ጀለብያ አማኢማ የሚከለከሉ ሲሆን የተፈጠረው ችግር እስካሁን ካለመፈታቱ ጋር የዩኒቨርሲቲው ጀመዓ ችግሮቹን ለመፍታት እንቅስቃሴ በማድረግ ላይ ይገኛል::
አላህ ይረዳቸው ዘንድ ዱዓችን ነው:: አላህን ይዘን ከሙስሊም ተማሪዎች ጋር በመደጋገፍ የጋራ ችግራችንን በጋራ ለመፍታት እንተጋለን:: መልካም ለውጥን ከሚያመጡት ያድስገንና::
የኢትዮጵያ ከፍተኛ ትምህርት ተቋማት ሙስሊም ተማሪዎች ህብረት!
https://t.me/EHEMSU
https://t.me/EHEMS
لماذا رفضوا احترام الجمعة؟
قبل ثورة 1966، عندما كان المسلمون يحاولون تغيير تاريخ تصنيفهم كـ "مسلمين يعيشون في إثيوبيا" وجعل إثيوبيا ليست فقط للمسيحيين بل لكل الإثيوبيين، كانت قضية الجمعة واحدة من 13 سؤالاً التي قدموها إلى رئيس الوزراء في ذلك الوقت إندالكاتشو ميكونين ولجنة صياغة الدستور. سأل الآباء في ذلك الوقت في السؤال الرابع من الأسئلة الثلاثة عشر، "بما أن يوم الجمعة هو وقت الصلاة من الساعة 5:00 إلى 9:00، فيجب تغيير وقت الدخول والخروج من العمل وفقًا لذلك".
ولكن نظام هيلي سيلاسي، الذي لم يكن لديه الوقت للإجابة على الأسئلة بشكل صحيح، نزل إلى القبر وقبلت حكومة الدرج التي حلت محله الأسئلة المتعلقة بالأعياد الإسلامية وجعلت عيد الأضحى وعيد الفطر والمولد أعيادًا وطنية. كما تعهدت الحكومة بمعالجة الأسئلة الثلاثة عشر المتبقية بمجرد استقرار البلاد وتأمينها اقتصاديًا. ومع ذلك، لم يكن لدى الحكومة الوقت الكافي لإصلاح الاقتصاد أو التكيف بشكل صحيح مع المشاكل التي كانت تواجهها، وتم استبدالها بحكومة الجبهة الديمقراطية الثورية للشعب الإثيوبي بعد فترة وجيزة.
ومع وصول الجبهة الثورية الديمقراطية الشعبية الإثيوبية إلى السلطة، طرحت القضية في عام 1985 أمام مجلس ممثلي الشعب التابع للحكومة الانتقالية، الذي تأسس في ذلك الوقت. ووافق المجلس على أسئلة المسلمين وقرر أن يتوقف العمل أيام الجمعة في الساعة 5:30 وأن تبدأ نوبات العمل بعد الظهر في الساعة 7:30. ونفذت جميع المكاتب تقريبًا، باستثناء الخطوط الجوية الإثيوبية والمؤسسات التعليمية، هذا التوجيه. ومع وصول الجبهة الثورية الديمقراطية الشعبية الإثيوبية إلى السلطة، طرحت القضية في عام 1985 أمام مجلس ممثلي الشعب التابع للحكومة الانتقالية، الذي تم تشكيله في ذلك الوقت. وقد قبل المجلس أسئلة المسلمين وقرر أن يتوقف العمل يوم الجمعة في الساعة 5:30 وأن تبدأ نوبات العمل بعد الظهر في الساعة 7:30. وبعد ذلك، نفذت جميع المكاتب تقريبًا، باستثناء الخطوط الجوية الإثيوبية والمؤسسات التعليمية، هذا التوجيه. ولا تزال هاتان المؤسستان ترفضان الالتزام بهذا القرار الصادر عن المجلس حتى يومنا هذا.
قبل عامين في نوفمبر/تشرين الثاني، طالب المجلس الأعلى للشؤون الإسلامية في إثيوبيا الخطوط الجوية الإثيوبية بتلبية 11 طلباً للمسلمين، بما في ذلك قضية الجمعة. وحتى الآن، فشلت الشركة في الامتثال. وتتسبب الجامعات بشاكل للطلاب من خلال جعل فترة الصباح تستمر حتى الساعة 6:30 وتبدأ فترة ما بعد الظهر في الساعة 7:00. كما تتسبب المدارس الابتدائية والثانوية بمشاكل كبيرة للمعلمين والطلاب المسلمين من خلال التدريس صباح يوم الجمعة حتى الساعة 6:15 وبدء فترة ما بعد الظهر في الساعة 6:30. ويقول المعلمون، "لم نحدد الجدول الزمني"، ردًا على طلبات تغيير البرنامج. "نحن نتلقى الجداول من المؤسسة أو المدرسة. هذا ليس من شأننا". يضطر الطلاب المسلمون في هذا الوضع، إلى الاختيار بين طعام الكافتيريا والمدرسة وصلاة الجمعة.
يجب حل المشكلة اليوم وعدم نقلها إلى الغد للأجيال القادمة. يجب محاسبة أولئك الذين يقولون إنهم لن ينفذوا التوجيه الصادر. يجب على الجميع احترام القانون وإثارة القضية وإعادة المخالفات إلى مسارها الصحيح. لا ينبغي أن تظل المشكلة التي أثيرت قبل 32 عامًا مشكلة اليوم.
https://t.me/EHEMSU
https://t.me/EHEMS
Why did they refuse to honor our Juma?
Before the revolution of 1966 E.C, Muslims were used to be called "Muslims living in Ethiopia!" When they were trying to change the history of what they consider to be good and make Ethiopia not only for Christians, but for all Ethiopian Muslims, the issue of Friday was among the 13 questions that was submitted to the Prime Minister of the time and the Constitution Drafting Commission.
As it is prayer time until from 5:00-9:00 o'clock local time, the time of entry and exit of work should be changed!" They asked.
However, the Derg government, which did not have the time to answer the above mentioned questions properly, accepted the Idel-Adha:
Idel-Fitr and
Mewleed Festival holidays
as a national holidays and promised to facilitate others quests of the Muslim community when the country grow enough economically and stability is maintained.
After the dethronation of the Derg government, which was not old enough to be reformed, the EHDP came to power.
In 1985 E.C, with the arrival of EPRDF, the House of People's Representatives, which was established during the transition period, accepted the request of the Muslims and decided that "Friday is open( free-will to attend ) from 5:30 to 7:30."
Then, all the offices implemented this directive except the Ethiopian Airlines and educational institutions.
Two years ago, the Federal Majlis asked Ethiopian Airlines these question, as one of the 11 demands to be met by the company, but refused. They continued to create problems.
Lower grade schools teach from 2:00- 6:15 local time
And
6:30 to onwards all the 5 working days while Universities end classes of morning session at 6:30 local time and to start the afternoon session after 7:00 local time all the 5 working days.These made life unbearable for students at different level.
When teachers and instructors are requested to change the program, they usually answer , "The program is already drafted by college/school and w can't amend it s!"
In such a case, A Muslim student is forced to choose between the class and the Juma prayer.
These deep-rooted problem should be solved today. Those who say that we will not implement the directive should be asked. Everyone should raise these legal, lawful and procedural questions!
We have Questions ⁉️
We need a precise answer ‼️
https://t.me/EHEMSU
https://t.me/EHEMS
ጁምዓን ለማክበር ስለምን አሻፈረኝ አሉ?
በቅድመ 1966 ዓ.ል አብዮት ሙስሊሞች "በኢትዮጵያ የሚኖሩ ሙስሊሞች!" በመባል በመጤነት የሚፈረጁበትን ታሪክ ቀይረው ኢትዮጵያን የክርስቲያኖች ብቻ ሳይሆን የሁሉም ኢትዮጵያዊ ለማድረግ በሚታትሩበት ወቅት ለጠቅላይ ሚኒስቴር እንዳልካቸው መኮነን እና ለሕገ- መንግስት አርቃቂ ኮሚሽን ካስገቧቸው 13 ጥያቄዎች መካከል የጁምዓ ጉዳይ አንዱ ነበር:: የየዚያኔ አባቶች ከ13ቱ ጥያቄዎች በ4ተኛው ላይ "ዓርብ ቀን ከቀኑ 5:00 ሰዓት እስከ 9:00 ሰዓት ድረስ የጸሎት ጊዜ በመሆኑ የሥራ መግቢያና መውጫ ሰዓት ላይ ለውጥ እንዲደረግ!" ሲሉ ጠይቀው ነበር::
ሆኖም ጥያቄዎቹንም በአግባቡ ለመመለስ እድሜ ያላገኘው ዘውዳዊው አገዛዝ ከመቃብር በመውረዱ በእርሱ እግር የተተካው የደርግ መንግስት ከበዓላት ጋር ተያይዞ ያለውን ኢደል-አድሃ: ኢደል-ፊጥርንና የመውሊድ በዓልን በብሔራዊ በዓልነት ተቀብሎ ከዚያ ውጭ ያሉትን ከሀገሪቱ የኢኮኖሚ እንቅስቃሴ አንፃር ይደሩ በማለት ሀገሪቱ ስታድግ እንደሚስተካከል ቃል በመግባት አሳለፈው:: ሆኖም ለማስተካከልም ሆነ ለመስተካከል እድሜ ያልበቃው የደርግ መንግስት መወገዱን ተከትሎ ኢሕአዴግ ወደ መንበር መጣ::
ከኢሕአዴግ መምጣት ጋር በ1985 ጥያቄው ቀርቦለት የነበረው በሽግግር ወቅት የተመሰረተው የሽግግር መንግስት ህዝብ ተወካዮች ም/ቤት የሙስሊሞችን ጥያቄ በመቀበል "ጁምዓ ቀን ከ5:30 እስከ 7:30 ድረስ ከስራ ክፍት የሆነ ሰዓት ነው::" በማለት ወሰነ:: ከዚያም ቡሃላ የኢትዮጵያ አየር መንገድ እና የትምህርት ተቋማት ሲቀሩ ሁሉም መስሪያ ቤቶች በሚባል ደረጃ ይህንን መመሪያ ተግባራዊ አደረጉ:: ሁለቱ ግዙፍ ተቋማት ግን እስከ አሁንም ድረስ አሻፈረኝ እንዳሉ ነው::
የኢትዮጵያ አየር መንገድ ከ2 አመታት በፊት በህዳር ወር የፌደራል መጅሊስ ለሙስሊሞች እንዲያሟላቸው ከጠየቃቸው 11 ጥያቄዎች መካከል አንዱን አድርጎ ቢጠይቀውም እስካሁንም ድረስ አሻፈረኝ እንዳለ ነው:: አንደኛ ደረጃ እና ሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ቤቶች የጁምዓ ቀን ከጧት እስከ 6:15 ከሰዓት ደግሞ ከ6:30 ጀምሮ በማስተማር እና በመፈተን ከፍተኛ የሆነ እክል ይፈጥራሉ:: ዩኒቨርሲቲዎች ከጧት እስከ 6:30 ከሰዓት ከ7:00 ጀምሮ ፕሮግራሞችን በማውጣት ለተማሪዎች ችግርን ይፈጥራሉ:: መምህራን ፕሮግራም ቀይሩ ሲባሉ "እኛ ፕሮግራም ወጥቶ ነው የተሰጠን አይመለከተንም!" የሚልን ምላሽ ይሰጣሉ:: በዚህ መሐል ሙስሊሙ ተማሪ ከካፌ ምግብ ከትምህርት እና ከጁምዓ ሶላት እንዲመርጥ ይገደዳል::
■ችግሩ ዛሬ ነገ ሳይባል ሊፈታ ይገባል:: የወጣን መመሪያ በእብሪተኝነት አናስፈፅምም የሚሉ አካላት ሊጠየቁ ይገባል:: ሁሉም በያለበት ሕግን ተገን አድርጎ ሕጋዊ ጥያቄውን በማንሳት ሕገ-ወጦችን ወደ መስመር መመለስ አለበት:: ከ32 አመታት በፊት የተመለሰ ጥያቄ ዛሬም ድረስ ችግር ሆኖ ሊቀጥል አይገባም::
https://t.me/EHEMSU
https://t.me/EHEMS
Dhaabbilee barnootaa keessatti yeroo salaatni kaafamu!
Barattoonni muslimaa hedduun, irra caalaan hordoftoota amantaa biroo,qaamoonni mootummaa hunduu kanneen dhoorgoo ta'an, ijoolleen muslimaa"salaata haa salaannu?"Jedhanii yeroo gaafatan"Lakki! Kun dhaabbata sekulaariiti". Salaatuu hin dandeessu" deebi'ii dhoorkaa kan jedhu deebisaniif.adeemsa seekulaarii jedhu qabatanii qaamootuma keenya irraa gariin isaanii"Ati mana barumsaa jirta malee masjiidaa miti" yeroo jedhu dhagahama.barataa irraa"akkamitti salaatni nuuf eeyyamamuu danda'a?dhaabbanni dhaabbata seekulaarii"gaafiin jedhu yeroo ka'uus ni dhagahama.
Wanti hubatamuu qabu waan isaan jedhan fudhachuun salaata salaatuun dhoorkame haa jennu.haala kanaan barataan yuunivarsiitii tokko digrii hanga fudhatutti salaata malee turuufii?Ibaadaa malee dabarsuufi? Deebiin isaa eeyyee yoo ta’e barataan muslimaa hundi digrii argachuuf Islaamummaa isaa gurguruu qaba jechuudha.
Sana booda as deebinee seekulaarizimiin maali jennee yoo of gaafanne, bu’uura mootummaan amantii keessa hin seenne, amantiin immoo mootummaa keessa hin seenne ta’uu isaa ni arganna.akeekkachiisuma kanaan salaata salaatuun gocha mootummaa kam gidduu gala?kamirraayyuu!garuu yeroo mootummaan hin salaatinaa jadhee dhoorku gocha amantiidhaa kan salaata jedhu gidduu seenuun isaa kan hafa qabuu miti.warreen amantaa biroo haala hin jeeqneen salaatuun akka jiru hubatamuu qabaachuun akkuma jirutti ta'ee jechuudha.
Kuni wantan ani uumee dubbadhu otuu hin taane biyyoonni seekulaarizimii bocanii hoojjatan biyyoonni lixaa dhaabbiilee barnootaa isaanii keessatti seekulaarizimii hundee godhachuun gocha raawwataniidha.maanchistar irraa hanga harvaard si'ol irraa hanga keeppi taawun yooniif deemtee ilaalte ijoolleen muslimaa yuunivarsiitii keessaa iddoo salaata itti salaatan ni qabu.asuma biyya teenya keessatti bara 2005 dura yuunivarsiitii addis ababa keessatti barattoonni kaampaasu hunda keessatti masjiidaa fiiddoo itti salaatan ni qabu ture.haaluma walfakkaatuun yuunivarsiitii walloo,kaampaasii dasee keessattillee hanga bara 2005'ti barattoonni masjiidaa fi iddoo itti salaatan ni qabu ture.duuba yeroo sanitti seekulaarizimiin cabsamaati ture jechuufii?duuba yuunivarsiitiileen lixaa seekulaarizimii cabsaati jiran jechuudhaa?
Gonkuma!dhugaadha dhaabbileen barnootaa akkuma kaafteeriyaaleef hin ijaaraminitti masjiidootaafiin hin inaaramne.akkas ta'uus barattoota yeroo simatu(fudhatu) iddoon jireenyaa waan isaan barbaachisuuf iddoo jireenyaatii fi nyaanni waan isaan barbaachisuuf nyaata akkuma isaaniif qopheessu maratti masjiidnis dirqama waan isaan barbaachisuuf masjiida isaaniif qopheessuun dirqama.
ሶላትን በትምህርት ተቋማት መስገድ ሲነሳ!
■ ብዙ ሙስሊም ተማሪዎች አብዛኛው የሌላ እምነት ተከታዮች ሁሉም ከልካይ የመንግስት አካላት ሙስሊም ተማሪዎች "ሶላት እንስገድ?!" ብለው ሲጠይቁ "አይ! ይህኮ የመንግስት ተቋም ነው:: ተቋሙ ሴኩላር ነው:: መስገድ አትችሉም::" የሚል የክልከላ መልስ ይሰጣሉ:: ሴኩላሪዝም የሚለውን መርህም ተሞርክዘው ከእኛው የሆኑ አካላት "የሄዳችሁት ትምህርት ቤት እንጅ መስጂድኮ አይደለም::" ሲሉ ይሰማል:: ከተማሪውም "እንዴት ሶላት ሊፈቀድልን ይችላል? ተቋሙኮ ሴኩላር ነው::" ሲሉ ይደመጣል::
ልብ ሊባል የሚገባው እነርሱ የሚሉትን ተቀብለን በትምህርት ተቋማት መስገድ ተከለከለ እንበል:: በዚህ መሠረት አንድ የዩኒቨርሲቲ ተማሪ ዲግሪ ከሚጭንበት እኩል አመት ያለሶላት ሊቆይ ነው? ያለስግደት ሊያሳልፍ ነው? መልሱ አዎን ከሆነ ማንኛውም ሙስሊም ተማሪ ዲግሪ ለማግኘት የግዴታ እስልምናውን መሸጥ አለበት ማለት ነው የሚለውን ያስይዘናል::
ከዚያ በመለስ ሴኩላሪዝም ምንድን ነው ብለን ራሳችንን የጠየቅን እንደሆን "መንግስት በሀይማኖት ጣልቃ የማይገባበት ብሎም ሐይማኖት በመንግስት ጣልቃ የማይገባበት" ማዕቀፍ ሆኖ እናገኘዋለን:: በዚህ ምልከታ ሶላት መስገድ በየትኛው የመንግስት ተግባር ጣልቃ ይገባል? ከየትኛውም! ግን መንግስት አትስገዱ ብሎ ሲከለክል መስገድ ከሚለው የሐይማኖት ተግባር ጣልቃ መግባቱ አይቀሬ ነው:: ሌሎችን በማይረብሽ ሁኔታ መሰገድ እንዳለበት ልብ መባል እንዳለበት ሆኖ ማለት ነው::
ይህ እኔ ፈጥሬ የማወራው ሳይሆን ሴኩላሪዝምን ጠፍጥፈው የሰሩት የምዕራቡ አለም ሀገራት በትምህርት ተቋሞቻቸው ሴኩላሪዝም ላይ ተመስርተው የሚተገብሩት ነው:: ከማንችስተር እስከ ሐርቫርድ ከሲዖል እስከ ኬፕ ታውን ብትጓዙ ሙስሊም ተማሪዎች በዩኒቨርሲቲዎች ውስጥ የመስገጃ ቦታዎች አሏቸው:: እዚሁ እኛው ሀገር ለራሱ እንኳ ከ2005 ዓ.ል በፊት በአዲስ አበባ ዩኒቨርሲቲ ተማሪዎች በሁሉም ካምፓስ የመስገጃ መስጂድ እና ቦታ ነበራቸው:: ወሎ ዩኒቨርሲቲም በተመሳሳይ በደሴ ካምፓስ እስከ 2005 ድረስ መስጅድ ነበራቸው:: እና የዚያኔ ሴኩላሪዝም እየተጣሰ ነበር ልንል ነው? እና የምዕራቡ አለም ዩኒቨርሲቲዎች ሴኩላሪዝምን እየጣሱ ነው ማለት ነው?
Never! እውነት ነው የትምህርት ተቋማት ለካፍቴሪያነት እንዳልተገነቡ ሁሉ ለመስገጃነትም አልተገነቡም:: ሆኖም ተማሪዎችን ተቀብለው ሲያስተናግዱ መኖሪያ ስለሚያስፈልጋቸው መኖሪያ ምግብ ስለሚያስፈልጋቸው ምግብ እንደሚያቀርቡት ሁሉ መስገጃ የግዴታ ለሚያስፈልጋቸውም መስገጃ የማዘጋጀት ግዴታ አለባቸው::
https://t.me/EHEMSU
https://t.me/EHEMS
+1
የዲላ ዩኒቨርሲቲ ሙስሊም ተማሪዎች ጀመዓ ዩኒቨርሲቲው ከኒቃብ ጋር በተገናኘ እየፈፀመ ያለውን ግፍ በመቃወም ማስተካከያ እንዲደረግ የዩኒቨርሲቲውን ፕሬዚዳንት ጠይቀዋል።
@MohammadamminKassaw
Yuunivarsiitiin salaalee mooraa keessatti salaata dhoorke!
Guyyaa kaleessaa barattoonni 7 yuunivarsiitii keessatti salaataa turan to'annaa jala oolanii akeekkachiisni cimaan kan kennameef yooniif ta'u har'aa guyyaa sa'aatii 6:30 irraa eegalee barattoonni muslimaa hundi biiroo tajaajila barattootaatitti walitti qabamanii"akka salaannuuf sa'aatii 12 booda balballi mooraa nuuf haa banamu (balballi mooraa galgala sa'aatii 12 irraa eegalee waan cufamuuf salaata magriibaa fi ishaa salaatuu hin danda'an.)yookaan akka mooraa keessatti salaatuu dandeenye nuuf eeeyyamaa."gaafii jedhu dhaleeffatan.
Hoggantoonni yuunivarsiitichaa deebii kennaniin"dhuunfaadhaaniis ta'e gareedhaan salaatuu hin dandeessan.kana booda salaatuu barbaadu yoo jiraate itti gaafatamummaa guutuu haa fudhatu"jedhan.
Haqa barbaada!
በሰላሌ ዩኒቨርሲቲ ከሶላት ጋር በተያያዘ ከተማሪዎች አገልግሎት እና ከዩኒቨርሲቲው የደህንነት ክፍል ሀላፊዎች ጋር ያደረጉት ውይይት ተጠናቋል:: በውይይቱ ሙስሊም ተማሪዎች "ወይ ከግቢ ወጥተን እንድንሰግድ የግቢውን በራፍ ክፈቱልን ካልሆነ ደግሞ እዚሁ ከግቢው ውስጥ እንድንሰግድ ቦታ አመቻቹልን::" ብለው የጠየቁ ቢሆንም የዩኒቨርሲቲው አመራሮች "በግቢ ውስጥ ለየብቻም ሆነ በቡድን መስገድ አትችሉም:: ከአሁን ቡሃላ ለመስገድ የሚያስብ አካል ካለ ሙሉ ሀላፊነቱን ራሱ ይወስዳል::" በማለት ምላሽ ሰጥተዋል::
ፍትሕ ያሻል!
@MohammadamminKassaw
