LEARN AFAAN OROMOO
前往频道在 Telegram
We teach Afaan Oromo here 😊 LEARN AFAAN OROMOO ❤️ Group:https://t.me/learn_language19 Le tiyake /asteyayet endewm be dimts memar kefelegu @Afaan_oromo_learn_bot
显示更多3 154
订阅者
-324 小时
-27 天
+3030 天
帖子存档
3 154
AKKAM JIRTU UUMMATA QASHTII🥰🙏❤❤
OOLMAAN AKKAM?
2️⃣ Bilisummaa (ቢሊሱማ)
~ English: Freedom / Liberty
~ አማርኛ: ነፃነት (Netsanet)
Fakkeenya: Namni hundi bilisummaa jaallata.
(Everyone loves freedom / ሁሉም ሰው ነፃነትን ይወዳል።)
3️⃣ Garee (ገሬ)
~ English: Team / Group
~ አማርኛ: ቡድን (Buden)
Fakkeenya: Nuyi garee tokko.
(We are one team / እኛ አንድ ቡድን ነን።)
4️⃣ Nagaa (ነጋ)
~ English: Peace
~ አማርኛ: ሰላም (Selam)
Fakkeenya: Addunyaaf nagaa haa ta'u.
(May there be peace for the world / ለዓለም ሰላም ይሁን።)
5️⃣ Ogummaa (ኦጉማ)
~ English: Wisdom / Skill
~ አማርኛ: ጥበብ (T'ibeb)
Fakkeenya: Ogummaan qabeenya hundarra caala.
(Wisdom is the greatest wealth / ጥበብ ከሀብት ሁሉ ይበልጣል።)
——————————
ጥያቄ ካላችሁ መጠየቅ ትችላላችሁ 😊
If you have any questions, you can ask! 🥰
Don't forget to react and share ❤️
Galatoomaa 🥰
Halkan gaarii! 🥰🥰🥰❤
3 154
AKKAM JIRTU UUMMATA QASHTII🥰🙏❤❤
OOLMAAN AKKAM?
1️⃣ Obsa (ኦብሳ)
~ Patience
~ ትዕግስት (T'egest)
Fakkeenya: Obsi bu'aa gaarii fida.
(Patience brings good results / ትዕግስት ጥሩ ውጤት ያመጣል።)
2️⃣ Abdii (አብዲ)
~ Hope
~ ተስፋ (Tesfa)
Fakkeenya: Yeroo hunda abdii qabaadhu.
(Always have hope / ሁልጊዜ ተስፋ ይኑርህ/ሽ።)
3️⃣ Dandeettii (ደንዴት-ቲ)
~ Ability / Skill
~ ችሎታ / ክህሎት (Chilota)
Fakkeenya: Ati dandeettii guddaa qabda.
(You have great ability / አንተ/ቺ ትልቅ ችሎታ አለህ/ሽ።)
4️⃣ Gaarummaa (ጋሩማ)
~ Kindness / Goodness
~ ደግነት (Degnet)
Fakkeenya: Gaarummaan nama hin miidhu.
(Kindness never hurts anyone / ደግነት ሰውን አይጎዳም።)
5️⃣ Amanamummaa (አነመሙማ)
~ Honesty / Trustworthiness
~ ታማኝነት (Tamanynet)
Fakkeenya: Amanamummaan bu'uura jaalalaati.
(Honesty is the foundation of love / ታማኝነት የፍቅር መሰረት ነው።)
ጥያቄ ካላችሁ መጠየቅ ትችላላችሁ 😊
If you have any questions, you can ask! 🥰
Don't forget to react and share ❤️
Galatoomaa 🥰
Halkan gaarii! 🥰🥰🥰❤