ch
Feedback
Oro Central Station

Oro Central Station

前往频道在 Telegram

Link'n asirratti maxxansinuu hunda kan dhugaa ta'u isaa erga sirriitti mirkaneessinee boodadha. Buy ads: https://telega.io/c/OroAcademic

显示更多
Buy Ad
9 971
订阅者
+1424 小时
+437 天
+83930 天
吸引订阅者
九月 '26
九月 '26
+31
在0个频道中
八月 '26
+1 183
在16个频道中
Get PRO
七月 '26
+563
在5个频道中
Get PRO
六月 '26
+1 273
在10个频道中
Get PRO
五月 '26
+1 083
在13个频道中
Get PRO
四月 '26
+1 035
在6个频道中
Get PRO
三月 '26
+864
在9个频道中
Get PRO
二月 '26
+685
在10个频道中
Get PRO
一月 '26
+552
在7个频道中
Get PRO
十二月 '25
+2 925
在7个频道中
Get PRO
十一月 '250
在15个频道中
Get PRO
十月 '250
在1个频道中
Get PRO
九月 '250
在0个频道中
Get PRO
八月 '250
在0个频道中
Get PRO
七月 '250
在0个频道中
Get PRO
六月 '250
在0个频道中
Get PRO
五月 '250
在0个频道中
Get PRO
四月 '250
在0个频道中
Get PRO
三月 '250
在0个频道中
Get PRO
二月 '250
在1个频道中
Get PRO
一月 '250
在1个频道中
Get PRO
十二月 '24
+26
在0个频道中
Get PRO
十一月 '24
+27
在0个频道中
Get PRO
十月 '24
+22
在0个频道中
Get PRO
九月 '240
在1个频道中
Get PRO
八月 '24
+405
在0个频道中
Get PRO
七月 '240
在0个频道中
Get PRO
六月 '24
+2
在2个频道中
日期
订阅者增长
提及
频道
04 九月+5
03 九月+14
02 九月+9
01 九月+3
频道帖子
Quieres generar un extra? Entra al canal gratuito! PRONOSTICO GRATUITO DIARIO https://t.me/+os94ilbpXc9hYjlk
Quieres generar un extra? Entra al canal gratuito! PRONOSTICO GRATUITO DIARIO https://t.me/+os94ilbpXc9hYjlk

2
🌴 Your daily escape to the Maldives. Turquoise lagoons, overwater villas, palm beaches, and island stories — delivered expre+4
🌴 Your daily escape to the Maldives. Turquoise lagoons, overwater villas, palm beaches, and island stories — delivered express. Whether you're planning a trip or dreaming of paradise, this channel brings the Maldives to you. Daily inspiration & real travel insights: • Resort & guesthouse highlights • Island guides & hidden gems • AI‑crafted itineraries • Diving safaris & excursions • Travel deals & seasonal offers • Your Maldives journey starts here. 💙💙💙 👉 https://t.me/maldivexpress
1 158
3
Foormii Guca Galmee Barattootaa Kan Bara 2019 A.L.I
5 822
4
Beeksia - Jijjiirraa Barsiisotaa Guyyaan Iyyannoo jijjiirraa barsiisotaafi dura bu'oota manneen barnootaa Hagayya 13 - 16/201
Beeksia - Jijjiirraa Barsiisotaa Guyyaan Iyyannoo jijjiirraa barsiisotaafi dura bu'oota manneen barnootaa Hagayya 13 - 16/2018 qofa 'online'n kan guutan ta'uun beekameera. Kanaafuu, Guyyaa boruu 13/12/2018 irraa eegaltanii Liinkii asii gaditti isiniif kennametti fayyadamuun iyyannoo keessan guuttachuu ni dandeessu. Hubachiisa - "User Name" fi "Password" keessan galchuun gara iyyannoo keessanii galuu dandeessu. Liinkii Jijjiirraa:- tmis.oeb.gov.et
6 204
5
Ramaddii Iddoo Leenjii Kaadhimamtoota Barsiisota Bu'uura Boruu
5 788
6
Jijjiirraa Barsiisotaa Karaa Online Barsiisonni jijjiirraa iddoo hojii barbaaddan hundi guyyaa 11/12/2018 irraa hanga 16/12/2
Jijjiirraa Barsiisotaa Karaa Online Barsiisonni jijjiirraa iddoo hojii barbaaddan hundi guyyaa 11/12/2018 irraa hanga 16/12/2018 tti liinkii armaan gadii kana fayyadamuun website jijjiirraa barsiisotaaf qophaa'ee seentanii Godina ykn Aanaa barbaaddanitti fedhii keessan guuttachuu ni dandeessu. Carraa Gaarii! Liinkii 👉 https://tmis.oeb.gov.et
8 861
7
Beeksisa Qacarrii Barsiisotaa Biiroon Barnootaa Oromiyaa Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad.2ffaa waliin ta'un namoota ulaagaa guutanii hojii baruu fi barsiisuu irra jiran wal dorgomsiisee MBIBBA Sadarkaa 2ffaaf ramaduu barbaada. Kanaafuu namoonni ulaagaa document irratti ibsamee guuttan galmooftanii dorgomuu ni dandeessu. Odeeffannoo biroo argachuuf Channel armaan gadii kana #Join godha.      👇👇👇👇👇👇       ✅️ @OroAcademic
4 749
8
+2
Qormaata Seensaa Kutaa 9ffaa Manneen Barnoota Bultii Addaa Ifa Boruu fi WMO Sadarkaa 2ffaatiif Qophaahe Kanneen Baroota Darbanii
9 730
9
Beeksisa Ariifachiisaa Yunivarsiitii Naannoo Oromiyaa BBO wajjiin ta'uun barattoota kutaa 12ffaa xumuranii ulaagaalee armaan gadi guutan fi fedhii qaban Hagayyaa Bara 2018 irraa eegalee barsiisota barnoota bu'uura boruu sadarkaa sartifikeetiitiin leenjisuu barbaada. Kanaafuu namoonni ulaagaa jedhamee guuttan fi fedhii qabdan hundi galmooftanii dorgomuu ni dandeessu. ✅️ Iddoon galmee Yunivarsiitii Naannoo Oromiyaa Kaaampaasiwwan 14n irratti ta'a. ✅️ Guyyaan galmee Adoolessa 30 hanga Hagayyaa 4 qofa.
9 004
10
Ulaagaa Dorgommii Fi Simannaa Barattoota Kutaa 9ffaa Kan Manneen Barnoota Bultii Addaa Fi Manneen Barnoota Addaa Naannoo Oromiyaa Bara 2019
7 458
11
Qajeelfama Jijjiirraa Barsiisotaa Haaraya Odeeffannoo biroo argachuuf Channel armaan gadii kana #Join godha.      👇👇👇👇👇👇       ✅️ @OroAcademic
8 519
12
Jijjiirraa Barsiisotaa Karaa Online Kan Bara 2019 A.L.I 1. Hagayya 1-10 Moosaajiin waajiraalee barnootaaf baname baajata qaba
Jijjiirraa Barsiisotaa Karaa Online Kan Bara 2019 A.L.I 1. Hagayya 1-10 Moosaajiin waajiraalee barnootaaf baname baajata qaban fi hanqina barsiisota qaban irratti hundaa’uun feedhii jijjiirraa manneen barnootaa iddoo banaa qaban ni guutu. 2. Hagayya 11-16ti Moosaajiin Barsiisaaf banaa tahee barsiisaan fedhii jijjirraa ni guutu. 3.Hanga hagayya 1tti barsiisonni Waajjiraalee Barnootaa Aanaa isaanii irraa "Username fi paswad" fudhachuun wantoota jijjiirraaf barbaachisu hunda qopheeffatanii eeguu qabu. 4. Username fi Password'n barsiisoota hundi Sadarkaa Aanaatti ergamuun Waajjiraalee Barnootaa dhaqqabee jira. Kanaafuu Waajjiraaleen Barnootaa Username fi Password barsiisota qabatanii callisuu osoo hin yeroon barsiisota hunda bira gahu qabu. Odeeffannoo biroo argachuuf Channel armaan gadii kana #Join godha.      👇👇👇👇👇👇       ✅️ @OroAcademic
5 194
13
BEEKSISA Barattoota Qormaata Kutaa 6ffaa Bara 2018 Fudhatan Hundaaf. Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaa Bara 2018 Guyyaa Bo
BEEKSISA Barattoota Qormaata Kutaa 6ffaa Bara 2018 Fudhatan Hundaaf. Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaa Bara 2018 Guyyaa Boruu, Adoolessa 24/2018 Waaree Dura Sa'aatii 4:00 - 6:00tti akka ifoomu beekkamee jira. Kanaafuu guyyaa boruu irraa jalqabee website armaan gadii irratti maqaa keessanii fi lakkofsa galmee keessan galchuun qabxii keessan ilaallachuu ni dandeessu. Website: 👉 http://ce6.ministry.et/
6 690
14
Beeksisa Qaccarrii Barsiisotaa! Namoonni Yuunivarsiiitii adda addaa irraa barnoota Appilaayidiin eebbifamtan carraa kanatti fayyadamuun wajjiraalee barnootaa Aanaa fi Godina keessaniitti galmooftanii dorgomuu ni dandeessu.
6 249
15
Ramaddii Yuunivarsiiitii Barsiisota Barnoota Gannaa Dorgomanii Barsiisonni  Bara kana Carraa Foyyeffanna Barnootaa Dorgomtanii turtan hundi Ramaddii Yuunivarsiiitii Ilaallachuu Ni Dandeessu.
7 401
16
🎁 MACZO GIVEAWAY ALERT 🎁 Enter code: 🔥 CODE158879 🔥 and claim 200 FREE SPINS instantly! 🎰 👥 Limited to the first 200 us
🎁 MACZO GIVEAWAY ALERT 🎁 Enter code: 🔥 CODE158879 🔥 and claim 200 FREE SPINS instantly! 🎰 👥 Limited to the first 200 users only ⚡ Once they’re gone, they’re gone — no second round! Redeem now and start spinning immediately! 👉 @maczo_official_global 👉 maczo.co
1 370
17
Kalandarii Barnootaa Bara 2019
8 930
18
Barsiisota Barnoota Gannaa Dorgomtanii Turtan Hundaaf Barsiisonni sadarkaa barnootaa keessan fooyyeffachuuf barnoota gannaa d
Barsiisota Barnoota Gannaa Dorgomtanii Turtan Hundaaf Barsiisonni sadarkaa barnootaa keessan fooyyeffachuuf barnoota gannaa dorgomtanii turtan hundi qormaata madaallii Ministeera Barnootaan qophaa'e gaafa Adoolessa 11,2018 karaa online akka qoramtaniif karoorfamee jira. Kanaafuu Isiniis kana hubattanii gamanumaan qophii barbaachisu akka taasiftan isiniif dhaamuu barbaanna.
8 583
19
Beeksisa Waamichaa Barattoota Sagantaa Barnoota Gannaa Yuunivarsiiitii Amboo Fi Yuunivarsiiitii Arsii Hundaaf!+1
Beeksisa Waamichaa Barattoota Sagantaa Barnoota Gannaa Yuunivarsiiitii Amboo Fi Yuunivarsiiitii Arsii Hundaaf!
7 365
20
Barnoonni Gannaa Yunivarsiitii Filataman Qofa Keessatti Kan Kennamu Ta'u Ministeerri Barnootaa Beeksise. Barsiisonni baayyeen
Barnoonni Gannaa Yunivarsiitii Filataman Qofa Keessatti Kan Kennamu Ta'u Ministeerri Barnootaa Beeksise. Barsiisonni baayyeen sagantaa Barnoota Gannaa kana fayyadamuun sadarkaa barnoota isaanii fooyyeffachaa turun ni beekkama. Ta'us sagantaa barnoota Gannaa kuni Bara 2012 irra jalqabee kan addaan citee ture yoo ta'u bara kana akka itti fufu hayyamame jira. Bara kanarraa eegalee Sagantaa Barnoota Gannaa Yuunivarsiiitiilee Ministeerichaan Filataman qofa keessattii kan kennamu yoo ta'u, ammaaf Yunivarsiitiilee maqaan isaanii armaan gadiitti tarreeffame qofa keessattii kan jalqabamu ta'un ibsamee jira. 👉 Yuunivarsiiitii Kotobee 👉 Yuunivarsiitii Bahir Dar 👉 Yuunivarsiitii Hawaasaa 👉 Yuunivarsiitii Maqalee 👉 Yuunivarsiitii Haramayaa 👉 Yuunivarsiitii Jimmaa 👉 Yuunivarsiitii Goondar fi 👉 Yuunivarsiitii Arbaaminci qofa keessatti kan gaggeeffamu ta'u ibsamee jira. #HUBCHIISA: Barsiisonni bara 2011 fi saniin dura barnoota gannaa jalqaaban bakkuma duraan itti barachaa jiranitti kan xumuran ta'un ibsamee jira.
6 452