ch
Feedback

不要被骗子欺骗!Telemetrio 会找到并标记这些频道 👉 如果想查看标记,请订阅

English with papi

English with papi

前往频道在 Telegram
1 628
订阅者
无数据24 小时
+17 天
-1830 天

正在加载数据

标签云
无数据
有任何问题?请刷新页面或联系我们的客服。
进出提及
---
---
---
---
---
---
吸引订阅者
11月 '26
十一月 '260
在0个频道中
十月 '260
在0个频道中
Get PRO
九月 '26
+8
在0个频道中
Get PRO
八月 '26
+19
在0个频道中
Get PRO
七月 '26
+18
在0个频道中
Get PRO
六月 '26
+7
在0个频道中
Get PRO
五月 '26
+58
在0个频道中
Get PRO
四月 '26
+125
在0个频道中
Get PRO
三月 '26
+103
在0个频道中
Get PRO
二月 '26
+97
在0个频道中
Get PRO
一月 '26
+55
在0个频道中
Get PRO
十二月 '25
+57
在0个频道中
Get PRO
十一月 '25
+38
在0个频道中
Get PRO
十月 '25
+21
在0个频道中
Get PRO
九月 '25
+18
在0个频道中
Get PRO
八月 '25
+30
在1个频道中
Get PRO
七月 '25
+30
在0个频道中
Get PRO
六月 '25
+62
在1个频道中
Get PRO
五月 '25
+89
在0个频道中
Get PRO
四月 '25
+126
在0个频道中
Get PRO
三月 '25
+41
在0个频道中
Get PRO
二月 '25
+41
在0个频道中
Get PRO
一月 '25
+100
在0个频道中
Get PRO
十二月 '24
+105
在0个频道中
Get PRO
十一月 '24
+135
在0个频道中
Get PRO
十月 '24
+125
在0个频道中
Get PRO
九月 '24
+45
在0个频道中
Get PRO
八月 '24
+52
在0个频道中
Get PRO
七月 '24
+110
在0个频道中
Get PRO
六月 '24
+155
在0个频道中
Get PRO
五月 '24
+173
在0个频道中
Get PRO
四月 '24
+165
在0个频道中
Get PRO
三月 '24
+167
在0个频道中
Get PRO
二月 '24
+249
在0个频道中
频道帖子
photo content
19 6月, 12:53

2
没有文字...
432
3
😭 Wait me ✅ Wait for me 😭 Listen me ✅ Listen to me 😭 Enter to the room ✅ Enter the room 😭 Explain me ✅ Explain it to me
527
4
ONE SITUATION, FIVE RESPONSES (Haala Tokko, Deebii Shaan) ​1- Someone says "Thank You." (Yoo namni tokko "Galatoomi" siin jedhe.) 🔸️​You're welcome. → Homaa miti. / Isas ni malka. ♡​No problem. → Rakkon hin jiru. ♡​My pleasure. → Gammachuu kooti. ♡​Anytime. → Yoomiyyuu si gargaaruuf qophiidha. ♡​Glad to help. → Gargaaruu kootti nan gammada. ​2- Someone says "How are you?" (Yoo namni tokko "Akkam jirtu?" siin jedhe.) ♡​I'm great. → Baay'ee gaariidha. ♡​Pretty good. → Akka malee gaariidha. ♡​Doing well, thanks. → Gaariidha, galatoomi. ♡​Not bad. → Hamaa miti (Garii dha). ♡​Can't complain. → Komiin hin jiru (Hundi nagaya). ​3- Someone compliments you. (Yoo namni tokko si jaje.) ♡​Thank you. → Galatoomi. ♡​I appreciate that. → Kanaaf nan si dinqasifadha. ♡​That's kind of you. → Kun gaarummaa keeti. ♡​Thanks for saying that. → Kana jechuu keetiif galatoomi. ♡​I'm glad you think so. → Akka malee yaaduu keetti nan gammada. ​4- Someone asks for help. (Yoo namni tokko gargaarsa si gaafate.) ♡​Sure. → Eeyyen (Tole). ♡​Of course. → Silaas (Dhugaatti). ♡​I'd be happy to. → Gammachuudhaan nan gargaara. ♡​No problem. → Rakkon hin jiru. ​Absolutely. → Gonkumaa (Homaa miti, tole). ​5- Someone says "Goodbye." (Yoo namni tokko "Nagaatti" siin jedhe.) ♡​See you later. → Booda wal argina. ♡​Take care. → Of eeggadhuri / Nagaan tahi. ♡​Catch you later. → Boodaan si argata. ♡​Have a great day. → Guyyaa gaarii qabaadhu. ​Talk to you soon. → Dhiyoo sittin dubbadha (Wal dubbisna).
682
5
🌟 DAILY USE SENTENCES 🌟 ​🤔 If I were you ... (Odoo ani si ta'ee...) ​Used to give advice or suggestion. / Gorsa ykn yaada kennuuf tajaajila. ​⏰ 1. If I were you, I would finish the work early. 👉 Odoo ani si ta'ee, hojichan dafee xumura ture. ​📞 2. If I were you, I would call my parents. 👉 Odoo ani si ta'ee, maatii kootiif nan bilbila ture. ​🌅 3. If I were you, I would wake up early tomorrow. 👉 Odoo ani si ta'ee, boru obboroon nan ka'a ture. ​📚 4. If I were you, I would study for the exam. 👉 Odoo ani si ta'ee, qormaataaf nan qo'adha ture. ​☕ 5. If I were you, I would take a short break. 👉 Odoo ani si ta'ee, boqonnaa gabaabaa nan fudhadha ture. ​🧹 6. If I were you, I would clean my room today. 👉 Odoo ani si ta'ee, har'a kutaa koo nan qulqulleessa ture. ​🍎 7. If I were you, I would eat healthy food. 👉 Odoo ani si ta'ee, nyaata fayyaalessa nan nyaadha ture. ​🤝 8. If I were you, I would attend the meeting. 👉 Odoo ani si ta'ee, walgahicharratti nan argama ture. ​👥 9. If I were you, I would help a friend in need. 👉 Odoo ani si ta'ee, michuu rakkoo keessa jiru nan gargaara ture. ​🗓️ 10. If I were you, I would plan my day carefully. 👉 Odoo ani si ta'ee, guyyaa koo of-eggannoodhaan nan karoopsa ture. ​🧘 11. If I were you, I would avoid unnecessary stress. 👉 Odoo ani si ta'ee, dhiphina barbaachisaa hin taane irraa nan fagaadha ture. ​🏡 12. If I were you, I would finish chores first. 👉 Odoo ani si ta'ee, hojiiwwan mana keessaa jalqaba nan xumura ture. ​🩺 13. If I were you, I would call a doctor. 👉 Odoo ani si ta'ee, ogeessa fayyaatti nan bilbila ture. ​🛌 14. If I were you, I would take some rest. 👉 Odoo ani si ta'ee, xiqqoo nan boqodha ture. ​💻 15. If I were you, I would join the online class. 👉 Odoo ani si ta'ee, daree barnootaa interneetii kanarratti nan hirmaadha ture.
709
6
没有文字...
486
7
Onneen koo siif banamaadha, Akka balbala jannataa, Ati yoo na biraa fagaatte, Addunyaan tun anaatti dhiphata ​Ija kee keessan ifaa argu, Deebii gaaffii koo hundumaa, Jaalalli kee summii ta'us, Ani si jaallachuu hin dhiisu yoomuma.
269
8
🌸✨ Kanin taajjabe irra! ✨🌸 🖤 “Jaalali kan amanamu malee, kan jechootaan ibsamu qofa miti. Sababni isaas rawwachuutu jabaata malee, dubbachuun salphaa waan ta’eef…” 🕊️ 🌿 Guyyaa gaarii qabaadhaa ✨ ✍️ Hewan
538
9
HAPPY MOTHER DAY❤️‍🩹
HAPPY MOTHER DAY❤️‍🩹
834
10
Hey jaalallee koo duraanii, .💔 Yoomiyyuu kana dubbisuu fi dhiisuu hin beeku, garuu jechoonni kun na ukkaamsaa waan jiraniif onne koo keessaa akka bahan gochuun na barbaachisa. Ati anaaf "nama tokkko qofa" taatee hin beektu. Ati bakka nagaa koo, kadhannaa koo, egeree koo, sababa anii jaalalatti amanu turte. Yeroo koo, amanamummaa koo, onne koo, waan hundumaa siif kenne turee. Kennu waanan qabuuf osoo hin taane, si jaallachuun uumamaan waan natti dhaga'ameef. Amma immoo... bakka sagaleen kee duraan jiraachaa ture callisan qabadhee guyyaa guyyaan hirribaa ka'an jira. Yaadannoowwan yeroo tokkotti kolfaa fi na waraanan qabadheen deema jira . Jaalala eessayyuu hin genyee baadhadhe jiratara. Ati jirenya kee Itti fufuu hin ooltu. Tarii gammachuu qabda ta'a. Tarii namni biraa akkan yeroo tokko si jallata turetti si qabate jiraa ta'a. Garuu an ammallee achuman jira, Susiin sii jaalala ketii of irranfachisuf yaalaan jira, egereen duraan sammuu koo keessatti si waliin ijaare haquuf yaalaan jira. Waanin amma ammatti akkan itti sirreessuu hin bekne woyii ana keessa cabsiteta. Waan deemteef osoo hin taane - dhugaadhaan waanan si jaalladheef, ati immoo akka waan hiika homaa hin qabneetti naa gatte deemte. Gaaf tokko, yeroo wanti hundi callisee, yeroo yaada keetiin kophaa taate, yakkaan osoo hin taane, gaabbiidhaan osoo hin taane, namni tokko yeroo tokko karaa baay'ee hin argamne, qulqulluu fi dhugaa ta'een akka si jaallatta ture hubachuudhaan akka na yaadattu abdiin qaba. Nagaan bulii, orma jaalladhu.
916
11
Yeroo Hariiroon Keenya Diigamu💔 Akkamitti Jabaatanii Turuu akka Dandeenyuf yaada xinno.. Kun bakka hunda caalaa akka sitti d
Yeroo Hariiroon Keenya Diigamu💔 Akkamitti Jabaatanii Turuu akka Dandeenyuf yaada xinno.. Kun bakka hunda caalaa akka sitti dhaga'amutti nama jaallachuuf kan nama rakkisu keessaa isa tokkodha. Jabaattee turuun dhukkubbiin sitti hin dhagahamu jechuu miti... keessatti of kee hin dhabdu jechuudha. 1. Waan To'achuu Hin Dandeenye Fudhadhu Nama dirqisiisuun akkanni turu, akkanni siif dhimmamu , akkanni jijjiiramu gochuu hin dandeessu. Jabinni kan jalqabu bu’aa isaa to’achuuf yaaluun yeroo dhiiftudha. 2. Ofitti amanaamumma qabadhuu Mallattoolee hin tuffatinaa. Yoo wanti tokko caccabaa jira ta'e ykn midhama jira ta'e , wanti hundi tole jedhette fakkeessuu mannaa beekamtii kennif. 3. Nagenya Keessan Tikfadhaa Garmalee ari’uu, garmalee ibsuu fi garmalee kennuu dhiisi. Humna keefis dhimma qababadhu. 4. Al tokko, Ifaa godhi Of Ibsi Waan sitti dhagahamu fi waan si barbaachisu dubbadhu malee akka sitti dhagahamu hin kadhatin. Namni sirrii ta'e ni dhaggeeffata. Itii fufa..... Yaada itti dabalaa...
732
12
💭 Jaalalli dhugaa yeroo hundaa cinaa kee dhaabbata... ⚽️ Akkuma kubbaan miilaa sirraa fagaachuu hin dandeenye! 💰 Mallaqa xi
💭 Jaalalli dhugaa yeroo hundaa cinaa kee dhaabbata... ⚽️ Akkuma kubbaan miilaa sirraa fagaachuu hin dandeenye! 💰 Mallaqa xiqqoodhaa kubbaa miilaa karaa TVii mana keessaniin LIVE dawwachuu ni dandessa! Akkamitti 🤔 yoo jettef salphadha channel keenya join godhi! 🔗 t.me/sptvsports sana booda fayidaale arman gadii olii argachuu dandessa ✅ GSeek HD Sports — sagantaalee tamsaasa isaa hordofi ✅ GSeek HD & 24H Sports expired yoo ta'e — salphaan haaromsi! ✅ Decoderota (Resiveroota) kubbaa miilaa agarsisan beekeuf akkasumas software isaanii waliin argadhu! 🛠️ Yeroo jalqabaaf hidhachuuf — gargaarsa guutuu argatta! ❕ Gaaffii qabdu hundaaf — deebiin yeroon si dhaqqaba! Feetu Afaan oromon Ykn Afaan Amaraatin na gaafachu dandessa 📌 Username keenya channel keenya irra argatta ykn dawwalte gaafachuufis lakkofsa keenyas ini argatta! ⏰ Hin turin — har'uma join godhi!👇👇👇 🔗 t.me/sptvsports 🔗 t.me/sptvsports ❤️⚽️🇪🇺🇪🇸🇮🇹🇪🇺🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿🇪🇺 Maatii keenyatti baga nagaan dhufte!
830
13
Onnee koo na seente 💘 Banatee balbala 🚪 Kan akka kee hin jiru 😍 Sumatu naaf caala 🌹 Waa mara jiru keessa Ijji koo sirra buute 👀 Ani quba hin qabu 🤷🏽‍♂️ Qalbii koo na fuute 💞 Abjuun too si taate 🌙 Halkanii fi guyyaa ⏳ Ofitti na qabi 🤗 Sumatu kan tiyya 💑
809
14
Let's say something... Dhiira taate guyyaa biyya lafaa kana irra dhufterraa kaasee itti gaafatamummaa dubartii irraa hin eeggamne takkaatu sirraa eeggama. Dubartiin dubartii tahuu isii qofaafuu barbaadamtuudha. Dhiirri immoo yoo of hin dandeenye jiruu keessatti hiika dhaba. Umriin kee 20 hanga 25 jidduu yoo jiraate, maatii kee irraa of dandeessee achi baatee hin jirtu yoo tahe karaa barbaaduutu si baasa malee, jaalallee barbaaduuf durba 9 fi 10 waliin text wali barreessaa buluun si hin baasu. Karaa ittiin ofii kee argattu barbaadi.
891
15
Gadadoo jiruu koo 😔 Osoo ijaan argituu Yeroo jaalalli koo 🌹 Si keessaa margitu 🌱❤️! Jiraachuun hubadhe 🤍 Jaalalli inni ha
Gadadoo jiruu koo 😔 Osoo ijaan argituu Yeroo jaalalli koo 🌹 Si keessaa margitu 🌱❤️! Jiraachuun hubadhe 🤍 Jaalalli inni haqaa 💎 Dakkuu koon tuffanne 😞 Dhabdee dhimma maqaa? 🤔 Ossoo si hamatanii 🚫 Oduu namaarra tartee 🗣️ Nama guutuu na goote 🙌 Na keessatti of agartee 🪞❤️! Giiftii mootii jaalalaa 👑 Ishee onneen qulqulluu 🤍 Abshir woliin guddanna 🌱 Takkumallee bubbullu 💨 Bakka yaanne ni geenya 🎯 Hiikkannee hibboo jiru 🔓 Naaf jiraadhu qaama koo 💞 Somba onnee yaa tiruu ❤️🔥! Namni wol jaalatu ❤️🤝 Foon mixiitiin bula 🍖🔥 Bor kan beeku Rabbi 🙏 Kan nuuf banu ulaa 🚪✨
1 243
16
There’s something about you that feels different to me, in a way I can’t ignore. My feelings for you aren’t light or temporary, they go deeper than that, and I feel it in how much I care about you and how connected I feel to you. You’ve become someone I’m emotionally attached to, someone I value in a real and serious way. I don’t take you or what we have lightly, and I genuinely want to keep growing this with you ❤️
1 126
17
Link kanana galii buufadhu. https://www.tanvexo.com/home?invite_code=276013 ZAPERO – Yeroo Kee Fayyadami, Maallaqa Argadhu! 🚀 ZAPERO appiin haaraa, yeroo kee salphaan hojjechuun, maallaqa argachuu dandeessisu ! Dandeetti kee fi yeroo kee akka sirriitti ittiin fayyadamuu fi bu'aa argachuu qabda. Zapero siif carraa guddaa kenna, hojiiwwan salphaa fi bu’aa argamsiisuu keessatti! 🤑Akkamitti Maallaqa Argachuu Danda’a? Tax Salphaa Hojjedhu: Zapero keessatti hojiiwwan salphaa fi nama hawwataa ta'an akka marsariitii, dhaabbii fi hojiiwwan biroo salphaa hojjechuun, guyyaa tokko keessatti maallaqa argachuuf carraa qabaatta. Hiriyoota Keetiif Hirmachisii Hiriyaa kee waraqaan gaafadhu! Zapero waliin yeroo ittiin gammaddu fi fayyadamu waliin maallaqa dabalataa argachuuf walitti qabamuu ni dandeessa. Akka hunduu faayidaa argatu! Madda Maallaqaa: Itti Fayyadami: Yeroo kee hojii salphaa gochuun maallaqa argachuuf carraa argachuu fi, kaardii baankii galchuun birr dandeessa. Faayidaa Ol’aanaa fi Carraa Guddaa! 🔥 : Zapero siif akka nama milkaa'aa fi yeroo kee sirriitti ittiin fayyadamu gochuu danda’amu godha.
236
18
Eyyee, Biyyi kee sun duuteetti! ---- Kan gammoojjiitti gabbate Beekee bulaaree baddaa Dhugaa keeti namana Akkaaf boossee gaggabda Akkaaf obsuu dadhabda! Gaafa arrabni doola'e Ni dhikkifata foontu Silas, ameessa muchi gognaan Jabbiin mar'achuu hin ooltu! Anoo beeka madaa kee Maal jedhee si hin gaafadhu Eyyee, biyyi kee sun duuteettii Boo'ii irmii baafadhu! Ni duute egaa biyyi kee! Isheen ati akka huccuutti Hidda lakkooftee dhaaltu Isheen siin ilma gootee Nuun kajeeltuutti ilaaltu, Kan, "Afaan tokko- amantaan tokko" jettee Gidiraa nuuf labsitu Isheen tokko ol qabdee Kaaniin qolee cabsitu Kan sabaafi sablammootaaf Qixxeetti qooda hin baane Biyyi akka ati ho'ifattuuf Nutimmoo qoraan taane... 'Ristii' qabeenya dhuunfaa Ixaanni kee itti aarfamu Biyyi tokko abaaramee Kaanimmoo itti faarfamu Biyyi namni eenyummaasaatiin Mataa buusee rakkatu 'Lummuxxiin' kee duuteetti Biyyoon itti haa salphatu! @Lata kenei
1 350
19
Si yaadeera garuu Kottu siinin jedhu Hafuu keen barbaadu Dhufuu kees hin fedhu Sin jaallaaf sin jaalluu Koon dandeenye baruu Sin eegas sin eegu Kottun dhufin garuu Dhufteef sirriin dabee Hafteef hin sirratu Dhufteef hir'uun guutee Guutuun koon hir'atu Hin cufin karra kee Nan eeguuf danqartee Hin hafin sin eegaa Hin dhufin abdattee Haftus sin dagadhu Yoon feenes dhufa kee Dhuftus balfeen baasu Yoon kaafnes kufa kee Dhufteef nattin ho'u Hafteef qabbanaa'ee Dhufan oolu yoomuu Kan yaannas kalaayee Hafiin koo hambisee Kottuun koo sin fidu Hafteefis siin boo'u Dhufteefis sin didu Kottun dhufin michuu Maaliif dhufa oolta Haftun dharraasifta Dhuftus kuma goolta Rakkoodha🙄 ✍️✍️ @A4mulaa_jireenyaa
1 233
20
https://t.me/OctoEarnBot/myapp?startapp=5102618928 Bot baredadha galii ilaali hin kaffalaa
1 080