𝚀𝚘𝚘𝚜𝚊𝚊😅FT🎖
前往频道在 Telegram
OUR SALARY IS YOUR LAUGHTER!❤ MIINDAAN KEENYA KOLFA KEESSANI❤ NUESTRO SALARIO ES TU RISA!❤ ʙ4 ᴜ ʟᴇᴀᴠᴇ ᴘʟᴇᴀsᴇ ᴛᴇʟʟ ᴜs ᴛʜᴇ ᴘʀᴏʙʟᴇᴍ😔 CEO:- @martin_odeegard
显示更多📈 Telegram 频道 𝚀𝚘𝚘𝚜𝚊𝚊😅FT🎖 的分析概览
频道 𝚀𝚘𝚘𝚜𝚊𝚊😅FT🎖 (@qoosaa_oromoo) 是活跃参与者。目前社区聚集了 22 340 名订阅者,在 幽默与娱乐 类别中位列第 1 988,并在 芬兰 地区排名第 224 位。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 22 340 名订阅者。
根据 27 八月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 507,过去 24 小时变化为 14,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 17.21%。内容发布后 24 小时内通常能获得 8.34% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 3 843 次浏览,首日通常累积 1 862 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 70。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“OUR SALARY IS YOUR LAUGHTER!❤
MIINDAAN KEENYA KOLFA KEESSANI❤
NUESTRO SALARIO ES TU RISA!❤
ʙ4 ᴜ ʟᴇᴀᴠᴇ ᴘʟᴇᴀsᴇ ᴛᴇʟʟ ᴜs ᴛʜᴇ ᴘʀᴏʙʟᴇᴍ😔
CEO:- @martin_odeegard”
凭借高频更新(最新数据采集于 28 八月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 幽默与娱乐 类别中的关键影响点。
22 340
订阅者
+1424 小时
+1617 天
+50730 天
帖子存档
22 340
Waaqni nuttiin fidiin malee tasaa utumaa badneyyuu suuraa national ID keenyaa irraa jiruun tasuma barbadamnee waanuma argamnuu mitim😭😭🚶
22 340
Namicha dhukkuba onnee qabu tokkoof Lottery abbaa 5M tu ba'eef, Akka looterin ba'eef namichi hin beeku maati isaatu beeka ture
Maatin isaas akka lotteryin ba'eef yoo itti himne naasudhan du'u danda'a jedhenii sodaatani akkati itti himan waliin mari'achutti ka'an sana booda Doctorri malaan akka itti himuuf doctarattii Himani.
Doctarichis namicha biraa deeme haasofsiisutti ka'e
Doctor:- Amma utuu lotteryn Abba 5M si ba'e maal goota jedhe namicha gaafata ( bukkee qabaadhan itti himuuf yaaluu isaati 😁 )
Namichis deebise Birricha keessa 1M si Kenna jedheen sana booda doctarichi naasudhan du'e 😂😂😂
22 340
Guys yaadaa business guddaa tokko hundumaa keenya al tokkon jijjiruu dandayuun qaba😋
Maxxansuu 🥶
Moo
Maxxansuu dhiisuu 😁
22 340
Entrance kuftee boodaa akkumaa durii seetee maatii waliin irbaatatti yeroo dhiyaattuu...
Father'n...👇😭
22 340
Maalodha guyyaan akkam fiiga.
Dafinoo galgala rafee yeroon ka'u guyyaan jimaatarra ga'era
Ana qofaadhaay ??
22 340
Barattoonni bara kana qormaata kutaa 12ffaa milkooftan Baga gammaadani jechaa barattoonni qabxiin sin jala hafemo baay'istanii hin gaddiina.
Karaan jireenya karaa kana qofa miti isiniifis waqayyo waan qopheesse qaba jireenyi ittuma fufa.🥰
🙌🙌
22 340
Repost from N/a
Jaalalii Onnee Dhisee Sammutti Ol na ba'ee 😭
@OduuBashannansiisaa
@OduuBashannansiisaa
22 340
Ishe : Ana malee jiraachu hin dandeessu
Ana : akkas jechuu kan danda'u birrii qofaadha.
😁👍
