Maths Group11
前往频道在 Telegram
The main purpose of this channel is to: 1. Print various Maths questions. 2. Publishing various books. 3. Print various short notes. Share it with your friends! Hirriyyoota keessaniif share godha!
显示更多5 091
订阅者
-424 小时
-97 天
-4330 天
帖子存档
5 089
Repost from Future Coders ET
ከሰኔ 23 እስከ ሐምሌ 8 ቀን 2017 ዓ/ም የሚሰጠው አገር አቀፍ ፈተና ላይ 608 ሺህ ተማሪዎች ይቀመጣሉ ተብሎ ነው የሚጠበቀው።
ፈተናው በወረቀት እና በበየነ መረብ ይሰጣል።
ፈተናውን በወረቀት የሚወስዱ ተማሪዎች እንደ ቀደሙት ዓመታት ሁሉ ሙሉ በሙሉ ወደ ዩኒቨርሲቲዎች ገብተው ይወስዳሉ።
ፈተናውን በበይነ መረብ የሚወስዱት ደግሞ ፦
- በዩኒቨርሲቲዎች፣
- በመንግስት እና በግል ትምህርት ቤቶች፣
- በጤና እና መምህራን ማሰልጠኛ ኮሌጆች
- በቴክኒክና ሙያ ኮሌጆች ውስጥ ባሉ ኮምፒዩተሮች ይፈተናሉ። ተማሪዎቹ ግቢ ማደር ሳይጠበቅባቸው ከቤታቸው እየተመላለሱ ነው ፈተናውን የሚወስዱት።
በበይነ መረብ የሚሰጠው ፈተና በሁለት ዙር ሲሆን ይህም የሆነው በበይነ መረብ የመፈተን አቅምን እና የተፈታኝ ተማሪዎችን ቁጥር ለመጨመር እንዲሁም ያለውን የመሰረተ ልማት አቅም ለማሳደግ እንደሆነ የትምህርት ምዘናና ፈተናዎች አገልግሎት ለኤፍ ኤም ሲ በሰጠው ቃል አስረድቷል።
@Ethiopia_School
@Ethiopia_School
5 089
If sin(k) > 0 and cos(k) < 0, then in which quadrant does k belong?
5 089
If we draw the graph of sine and cosine functions on the same coordinate system, the curves of sine and cosine "follow " each other, always exactly ___ apart.
5 089
Which of the following defines the angle theta subtended at the center of a circle by an arc?
5 089
Repost from N/a
𝗚𝗮𝗳𝗳𝗶𝗶 𝗛𝗶𝗿𝗺𝗮𝗮𝗰𝗵𝗶𝘀𝗮𝗮 𝗕𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮𝘀𝗮 𝗤𝗮𝗿𝘀𝗵𝗶𝗶 300 𝗤𝗮𝗯𝘂.
.........𝗻 𝗨𝗺𝗺𝗮𝘁𝗮 𝗢𝗿𝗼𝗺𝗼𝗼 𝗯𝗶𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗜𝗱𝗱𝗼𝗼 𝗚𝘂𝗱𝗱𝗮𝗮 𝗸𝗮𝗻 𝗤𝗮𝗯𝘂𝘂𝗱𝗵𝗮.
5 089
ከትምህርት ሚኒስቴር የሚወጡ መረጃዎችን, ወርክሽቶች , video....... .
የተለያዩ ትምህርታዊ ይዘት ያላቸው በአንድ ላይ ከፈለጉ የ Ethiopia School ቴሌግራም ቻናል ይቀላቀሉ
ለመቀላቀል ይህንን link ይንኩ
👇👇👇👇👇👇
@Ethiopia_School
@Ethiopia_School
5 089
ODUU:
Oromiyaatti Barattoonni miiliyoona 1 fi kuma 300 ol Qormaata Naannoo kutaa 6ffaa fi 8ffaa ni fudhatuu jedhame.
Bara kana Naannoo Oromiyaatti Barattonni miiliyoona 1 fi kuma 300 fi kuma 61 fi 400 Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaa fi 8ffaa walduraa duubaan kan fudhatan ta’uu Biiroon Barnootaa naannichaa beeksisee jira.
Haaluma kanaan qormaata naannoo xumura barnootaa sadarkaa 1ffaa kutaa 6ffaa Barattoota kuma 700 fi kuma 69 fi 176 manneen barnootaa kuma 12 fi 449 keessatti barachaa jiraniif kan kennamu ta’uu Hogganaa itti aanaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dooktar Galaanaa Waldamikaa’eel himaniiru.
Akkasumas qormaata naannoo xumura sadarkaa Giddugalesssa kutaa 8ffaa’n Barattoonni kuma 500 fi kuma 92 fi 224 Manneen Barnootaa kuma 9 fi 783 keessatti barataa jiran qoruuf qophiin xumuramuu Dooktar Galaanaan dubbataniiru.
Waliigalatti, barattoonni miiliyoona 1 fi kuma 300 fi kuma 61 fi 400 buufatalee qormaata kuma 1fi 305 keessatti qormaaticha kan fudhatan ta’uu himaniiru.
Qormaanni naannoo kutaa 6ffaa Caamsaa 26-27, 2017 kan kennamuu fi kan kutaa 8ffaa immoo Waxabajjii 03-05, 2017 kan kennamu ta’uun eerameera.
Haaluma kanaan manneen barnootaa, barsiisonnii fi maatiin barattootaa deeggarsa barattootaaf taasisan cimsanii akka itti fufan Dooktar Galaanaan waamicha dhiyeessaniiru.
Barattoonni qormaaticha fudhatanis qophii barbaachisaa akka taasisan dhaamaniiru.
@maths_group11

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
5 089
Sirboota miidhagaa
Durii hanga ammaa
Dageeffachuu feetaa
Kan namoota hundumaa
Hedduu Ariifadhaa
Join godhaa ammaa
5 089
Repost from N/a
5 089
Sammuun keenya kuni
Waan ol kaayyan baataa
Kan kee guute jedhee
Si dideeraa laataa?
Maaliif hin dubbistu
Beekumsa Argattaa?
Ammuma Hordofi
Irraa waa hubattaa.
👇👇👇
5 089
Which part of brain is mainly concerned with learned skills, such as balance, posture, and movement?
现已上线!2025 年 Telegram 研究 — 年度关键洞察 