Maths Group11
前往频道在 Telegram
The main purpose of this channel is to: 1. Print various Maths questions. 2. Publishing various books. 3. Print various short notes. Share it with your friends! Hirriyyoota keessaniif share godha!
显示更多5 085
订阅者
+324 小时
无数据7 天
-3830 天
帖子存档
5 082
👉 Kitaaba Afaan Oromoo kutaa 11ffaa.
https://t.me/maths_group11
https://t.me/maths_group11
https://t.me/maths_group11
5 082
Suppose f is a twice continuously differentiable function and f"(3) = 5. If g(2x+3), then the second derivative of g at 0 is equal to: (EUEE 2014)
5 082
Mathematics G9 & G10
የበፊቱ የ10ኛ ክፍል Matric Question and Answer with Explanation የ5አመት (2002-2006)
https://t.me/maths_group11
https://t.me/maths_group11
https://t.me/maths_group11
5 082
If the volume of right circular cone is 64π cm³ and the diameter of its base is 8cm, what is the height of the cone? ( EUEE 2014 E.C
5 082
2015 Entrance
Subject: Chemistry
https://t.me/maths_group11
https://t.me/maths_group11
https://t.me/maths_group11
5 082
YAADACHIISA!
Qormaatni Naannoo #Kutaa_6ffaafi Qormaatni Biyyoolessaa #Kutaa_8ffaa Bara 2016 Yeroo Jalqabaatiif Ni Kennama.
-----------------
BBO-Onkololeessa 25/2016 Qormaatni Naannoo Kutaa 6ffaa akka Mootummaa Naannoo Oromiyaatti yeroo jalqabaatiif kan kennamu yoo ta'u, qornaatni kutaa 8ffaa kanaan dura akka naannootti kennamaa ture bara 2016 garuu akka biyyaatti ni kennama.
Kanaafuu, barattootni, barsiisotni, maatiin barattootaa, hoggantootni barnootaa(dura bu'oota MB, supparvaayizaroota barnootaa . . .), caasaan mootummaa sadarkaan jiru, jaarsoliin, abbootiin amantii hunduu manneen barnootaafi barattootaaf deeggarsa barbaachisaa ta'e akka gootan gamanumaa akka yaadattan dhaamsa dabarsina.
#Qormaatni_Naannoo_Kutaa 6ffaa, akka naannootti kennama.
#Qormaatni_Biyyoolessaa_Kutaa_8ffaa akka Itiyoophiyaatti kennama.
#Barattootni_Keenya_Gamanummaa_Qophaa'uu_Qabdu!
Bara Barnootaa Gaarii Isiniif Haa Ta'u!
BBO
Finfinnee
Onkololeessa 2016
Don't forget to join and share
@maths_group11
@maths_group11
@maths_group11
现已上线!2025 年 Telegram 研究 — 年度关键洞察 
