5 156
Qormaanni seensa university kan bara 2017 ilaalchisee:
Qabiyyeen keessaa qophaa'u:
✅Kutaa 9ffaa kitaaba moofaa.
✅Kutaa 10ffaa ammoo qabiyyee lachuu; moofas, haaras keessa kan jiru qofa.
✅Kutaa 11 qabiyyee lachuu; moofas, haaras keessa kan jiru qofa.
✅ Kutaa12 haaraa.
👉Kanaaf, kutaa 10 fi 11 yoo dubbiftan, lachuu keessa kan jiru qofa akka dubbiftan isin beeksifna!
👉Hubachiisa: Ikonomiksiin kutaa12 isa haaraa keessa qofa qophaa'a.
https://t.me/maths_group11
https://t.me/maths_group11
21 2月 2025, 04:52
21 2月 2025, ~04:53
