ch
Feedback

不要被骗子欺骗!Telemetrio 会找到并标记这些频道 👉 如果想查看标记,请订阅

ZEDO TECH

ZEDO TECH

前往频道在 Telegram

🚀 Zedotechx | Tech • AI • Coding • Gadgets • Innovation Stay updated with the latest technology trends, AI news, programming tips, and digital innovations. 💻🤖📱 @Mr_ABUKIY Innovate. Learn. Grow. ⚡

显示更多

📈 Telegram 频道 ZEDO TECH 的分析概览

频道 ZEDO TECH (@zedo_tech) 阿姆哈拉语 语言赛道中的 是活跃参与者。目前社区聚集了 17 155 名订阅者,在 体育 类别中位列第 3 888,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 2 101 位。

📊 受众指标与增长动态

自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 17 155 名订阅者。

根据 13 十一月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 72,过去 24 小时变化为 4,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 0.10%。内容发布后 24 小时内通常能获得 0.03% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 18 次浏览,首日通常累积 6 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 1。

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“🚀 Zedotechx | Tech • AI • Coding • Gadgets • Innovation Stay updated with the latest technology trends, AI news, programming tips, and digital innovations. 💻🤖📱 @Mr_ABUKIY Innovate. Learn. Grow. ⚡”

凭借高频更新(最新数据采集于 14 十一月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 体育 类别中的关键影响点。

17 155
订阅者
+424 小时
-367 天
+7230 天
帖子存档
ZEDO TECH
17 156
Free Internet is back😱😱 🥳 Daataan bilisaa deebi'eera ammuma iddoo "use" jedhu tuquun fayyadamaaa👇👇 👇👇👇👇👇👇👇👇

ZEDO TECH
17 156
Repost from EYOB TECH
😎 Namooti tiktok account Followers 2️⃣🌌🔤 ol qabdan ana biratti gurgurachu dandeessu ✔️ ✔️Followers isa 20k ol tahu qaba 👤
😎 Namooti tiktok account Followers 2️⃣🌌🔤 ol qabdan ana biratti gurgurachu dandeessu ✔️ ✔️Followers isa 20k ol tahu qaba 👤 ✔️Copy right kan hin qabne © ✔️Warning kan hin qabne ⚠️ ✔️Account sun active ta'u qaba🔔
✉️Namooti kanan dura na dubbistanii messenge isinif hin deebisin jiru irra deebiaa na dubbisaa 🙏
😎Ulaagaa kana kan guuttan amma keessan na dubbisaa 😎Dm @Eyob_Degefe 📞0931253708

ZEDO TECH
17 156
💥Booooooooooooommm Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf "GET" bakka jedhu tuq
💥Booooooooooooommm Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf "GET" bakka jedhu tuquun Eegalchiisa👇👇

ZEDO TECH
17 156
🤝Namoota Amma online jirtan qofaaf: 👉Amma sa'atii kanaa jalqabee hamma 🕟 2:00 qofatti kan turuu! 🙌 Namoota dursanii chaanaalii armaan gadii JOIN godhan 20'f badhaasi kaardii 500 qophaa'eera! 🏃‍♂️🏃‍♂️

ZEDO TECH
17 156
Repost from EYOB TECH
📢 Advertising in this channel You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes. Formats and current rates: Vie
📢 Advertising in this channel You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes. Formats and current rates: View details

ZEDO TECH
17 156
Repost from EYOB TECH
🚨Beeksisa Ariifachiisaa Fayyadamtoota Android Hundaaf! ✔️Hanga ammaatti haaromsa haaraa Google Play System Update dhiheenya
🚨Beeksisa Ariifachiisaa Fayyadamtoota Android Hundaaf! ✔️Hanga ammaatti haaromsa haaraa Google Play System Update dhiheenya kana gadhiifame bilbila keessan irratti hin fe’inaa. ✔️Fayyadamtoonni tokko tokko haaromsa kana erga fe’anii booda bilbila isaanii Restart yeroo godhan, bilbilli sun irra deddeebi’ee ofumaan banuu fi cufamuu (Boot Loop) keessa akka seenu gabaasaa jiru. ✔️Kanaafuu, hanga rakkoon kun karaa ofiisaa mirkanaa’ee furmaanni isaa dhiyaatutti, haaromsa kana fe’uu irraa of qusadhaa. 📍 Haaromsi kun eessatti argama? ✔️Bilbila keessan irratti karaa kana hordofaa: 📍 Settings → Security and Privacy → Updates → Google Play System Update ⚠️ Odeeffannoo kana fayyadamtoota Android biroo waliin qooduun akka of eeggatan gargaaraa! 📱@Eyob_Tech

ZEDO TECH
17 156
Repost from EYOB TECH
🛒Tiktok account gurgurtaf dhihaate jiru ✅Followers 30k ✅like 150k 🔥Account active dha ✔️ 🔣Gatii ➡️DM 📞0931253708 Sold out
🛒Tiktok account gurgurtaf dhihaate jiru ✅Followers 30k ✅like 150k 🔥Account active dha ✔️ 🔣Gatii ➡️DM 📞0931253708
Sold out ❌ Gurgurameera ❌
📥Namooti bitachuu barbaaddan keessan na dubbisaa ➡️ @Eyob_Degefe

ZEDO TECH
17 156
Tiktok account available.. Content: pol*cs Sub: 18.8k subs High view ....... DM: @kokkeet

ZEDO TECH
17 156
Repost from Free Internet 2019
sticker.webp0.24 KB

ZEDO TECH
17 156
Repost from Free Internet 2019
sticker.webp0.24 KB

ZEDO TECH
17 156
Telegram channel available.. Content: Free Internet Sub: 10.6k subs .......:5k subscribers DM: @kokkeet

ZEDO TECH
17 156
Repost from EYOB TECH
✔️ Yeroo App tokko bilbila keessan irratti buufattan, hayyama (Permission) inni isin gaafatu xiyyeeffannoodhaan ilaaltuu? ✅ T
✔️ Yeroo App tokko bilbila keessan irratti buufattan, hayyama (Permission) inni isin gaafatu xiyyeeffannoodhaan ilaaltuu? ✅ The Principle of Least Privilege (Seera Hayyama Xiqqaa Kennuu). ✔️ Kana jechuun, software tokko hojii isaa raawwachuuf hayyama isa barbaachisu qofa argachuu qaba jechuudha. ➡️ App tokko hayyama hojii isaa wajjin walitti dhufeenya hin qabne yoo isin gaafate, odeeffannoo dhuunfaa keessan saaxiluu, hordoffii (Spying) fi gowwoomsaa (Fraud) irratti isin saaxiluu danda’a. 😄 Fakkeenyaaf: 🔗 Appii Calculator (Lakkoofsa Shallaguu) tokko hayyama Contact (Lakkoofsa Bilbilaa) yookaan Location (Bakka Jirtan) yoo isin gaafate, shakkii qabaachuu qabdu. 🔥 Sababni isaas, Calculator tokko lakkoofsa ida’uuf lakkoofsa bilbilaa keessan yookaan bakka isin jirtan beekuun isa hin barbaachisu. ✔️ Kanaafuu, Appii tokko osoo hin buufatin hayyama inni gaafatu sirriitti ilaalaa. Hayyama hojii isaa wajjin walitti dhufeenya hin qabne hin kenninaa. ✔️ Yoo isin fayyade, 👍 Like godhaa! 📱 @Eyob_Tech