ch
Feedback
Creative Dev

Creative Dev

前往频道在 Telegram

Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev

显示更多
2 409
订阅者
-324 小时
-267
-9330
帖子存档
Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu ~~~ Obboleeyyan keenya qaqqaalii moo'attoota gaaffii fi deebii chaanaalii @Alrisaalaa kan marsaa 1ffaa, badhaasa keessan yeroo isiniin jenne irratti isin dhaqqabsiisuu dhabuu keenyaaf dhiifama isiniin jechaa, inshaa Allaah hanga galgala har'aatti badhaasni keessan kan isin dhaqqabu taha. Kaleessa galgala ammoo sababa rakkoo network tiif online irratti bahuu fi badhaasa keessan illee isiniin gahuu hin dandeenye. @Alrisaalaa #Qoraasuma_Qalbii

Carraa American Diversity Visa (DV) kan bara 2024 guutuun eegalamee jira. Carraa kanaan namoonni hedduun wagga waggaan bilisaan gara biyya America kan deeman yommuu tahu, isiniis guutuun carraa keessan yaaluu qabdu. Yoo kan isiniif bahu tahe, carraa bilisaan America jiraachuu fi keessatti hojjachuu argattu. Maarree hanga ammaa osoo hin guutin yoo jiraattan ammumarraa kaasaa galmaawaa. Akkaataan foormii isaa itti guutan xiqqoo kan nama rakkisuudha. Keessumattuu suuraa keessan  size isaan barbaaddaniin mijeessitanii erguun isin rakkisuu danda'a. Tahus namoota gama kanaan rakkataniif furmaata gochuuf kunoo gad gadaanaadhaan maamiltoota keenyaaf guutuu eegallee jirra. Isiniis gama keenyaan guuttachuun carraa keessan yaalaa!! Nama tokkoof guutuun Birrii 50. Ammuma galmaawaa!! 👇👇👇👇 @Alrisaalaa_bot @Alrisaalaa #Qoraasuma_Qalbii Carraa Gaarii #DV2024 © Al~Risaalaa | 2023

🎄As Wr Wb🎄 Baga nagayaan gara @Alrisaalaa dhuftan manni keessanii seenaa taa'aa, irraa barachaa, ittiis bashannanaa, ittiis bohaaraa!! Ammuma seenaa                 ↓         ┏┓         ┃┃╱╲         ┃╱╱╲╲       ╱╱  ╭╮ ╲╲        ▔▏ ┗┛▕▔              ━━━━━           Milki PROMOTION     Advertising Telegram       Channels/Groups        @Alrisaalaa         @Alrisaalaa    For Promotion 👇 @harargicha

🎄As Wr Wb🎄                 ↓         ┏┓         ┃┃╱╲                  ┃╱╱╲╲               ╱╱ ╭╮_╲╲             ▔▏┗┛▕▔          ━━━━━      Milki PROMOTION     Advertising Telegram       Channels/Groups        @Alrisaalaa         @Alrisaalaa    For Promotion 👇 @harargicha

Namoota barbaaddaniif inshaa Allaah DV gatii gadaanaan guutuufi, warri  barbaaddan yoo jiraattan comment jalatti #DV2024 jedhaa barreessaa!!

sticker.webp0.26 KB

AnimatedSticker.tgs0.02 KB

photo content
+1

Hirmaannaan keessan hedduu namatti tola, jazaakumullaahu keeyran hedduu galatoomaa maatii @Alrisaalaa . ~~ Deebiin gaaffiilee marsaa 1ffaa akka armaan gadii kana. 👇👇 1)B 2) B 3) A 4) D 5) B 6) D 7) D 8) A 9) D 10) D 11) A 🙋‍♂️🙋‍♂️🙋‍♂️🙋‍♂️🙋‍♂️ Gaaffii fi deebiin marsaa tokkoffaa goolabame!! Inshaa Allaah marsaa 2ffaan walitti deebina🙋‍♂️

Al~Risaalaa Qoraasuma Qalbii

photo content
+1

photo content

🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆 #Sagantaa gaaffii fi deebii chaanaalii @Alrisaalaa marsaa 1ffaa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🏆🏆 1) Maqaan abbaa Rasuulaa ﷺ eenyu? A) Abdul-Muxxalib B) Abdallaahi C) Muhammad D) Ahmad 2) Maqaan haadha Rasuulaa ﷺ  eenyu? A) Suheeybaa B) Aaminaa C) Hajaraa D) Deebiin hin jiru 3) Rasuulli ﷺ bara kam keessa dhalate? A) Bara Arbaa B) Bara Hijraa C) A fi B D) Deebiin hin jiru 4) Rasuulli ﷺ yoom Zeeynabaa Binti Jahash (Radiyallaahu Anhaa) fuudhan? A) Hijraa irraa waggaa 2ffaa B) Hijraa irraa waggaa 4ffaa C) Hijraa irraa waggaa 1ffaa D) Hijraa irraa waggaa 5ffaa 5) Gaafa Rasuulli ﷺ haadha mu'umintootaa Khadiijaa fuudhan umriin Rasuulaa ﷺ fi tan Khadiijaa (R.A) wal duraa duubaan meeqa? A) 20 fi 40 B) 25 fi 40 C) 40 fi 25 D) 40 fi 20 6) Adaadaawwan Rasuulaa ﷺ keessaa warri islaamummaa fudhatan eenyu fa'a? A) Safiyyaa B) Arwaa C) Aatikaa D) A, B fi C 'n deebiidha E) Deebiin hin jiru 7) Adaadaawwan Rasuulaa ﷺ keessaa warri hin islaamawin eenyu eenyu fa’a? A) Ummu Hakiim B) Barraa C) Umeeymaa D) A, B fi C 'n deebiidha E) Hunda 8) Qaanqee ykn nuura  narraa  baahu, isaa fooqii biyya Shaam  ibsuun arge namni jedhe eenyu? A) Aaminaa Binti Wahaab B) Khadiijaa Binti Khuweeylid C) Aa'ishaa Binti Abuu Bakrii D) Faaximaa Binti Muhammad 9) Maqaa magaalaa Madiinaa kan hin tahin isa kami? A) Madiinatul Munawwaraa B) Yasrib C) Xeeybaa D) Ummul Quraa E) Deebiin hin jiru 10) Maqaa magaalaa Makkaa kan hin tahin isa kami? A) Makkatul Mukarramaa B) Ummul Quraa C) Al-Baladul Haraam D) Ardul Muhaajir E) Deebiin hin jiru #Gaaffii_dabalataa (Bonus) 11) Akka amantii islaamaatti irreecha dhaquun akkami? A) Badii (dilii) gurguddoodha B) Badii (dilii) xixiqqoodha C) Hayyamamaadha D) Jibbamaadha Deebii keessan karaa @Alrisaalaa_bot tiin ergaa!! Hubachiisa: yeroo bot @Alrisaalaa_bot start gootan booda #Gaafii_fi_deebii kan jedhu tuquun bifa fakkeenyi isaa kaahame saniin ergitu. Akkasuma liinkii affeerraa bakka jettu tuquun hiriyoota keessan affeeruun carraa dorgommicha moo'achuu bal'ifadhaa!! Garee @Alrisaalaa_comments irratti hiriyoota keessan add godhaa!! 🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆 #Carraa_Gaarii @Alrisaalaa @Alrisaalaa @Alrisaalaa @Alrisaalaa #Qoraasuma_Qalbii 🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆 #Share godhaa wal biraan gahaa!!

photo content
+1

#Galgala kana sa'aatii 2:00 irratti qophaawaa nu eegaa!! #Sagantaa gaaffii fi deebii qabnaa!! Hirmaachuuf @Alrisaalaa_bot irraan button gaaffii fi deebii jettuun deebii jedhuun deebii keessan ergitu!! @Alrisaalaa   @Alrisaalaa      @Alrisaalaa #Qoraasuma_Qalbii