ch
Feedback
Creative Dev

Creative Dev

前往频道在 Telegram

Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev

显示更多
2 412
订阅者
-524 小时
-277
-9630
帖子存档
photo content
+1

Repost from XAASOW ZABBUU
🅾𝐃𝐔𝐔  🅰𝐌𝐌𝐄𝐄 Caarraa Kanatti Namni Hin Fayyadamin Dafaa Ammuma Itti Dabalamaa Jabaadhaa Akka Isin Hin Dabarfannee Nama Tokko Qofa #999 Hanqatee Abbaa Caarraa Ta'uudhaaf Dafii Gadi Tuqii keessaa kan Barbaadde Abbaa Caarraa Ta'aa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Yeroo chaanaalli keenya kun hordoftoota 2000 (2K) guute sagantaan gaaffii fi deebii marsaa 2ffaa kan dhihaatu taha. Gaaffii fi deebiin kun kan kanaan duraa irraa adda. Ulaagaan isaa👇 🎁🎁As wr wb 🎁🎁 📚Kabajamtootaa fi jaalatamtoota maatiiwwan chaanaala @Alrisaalaa  🕋Akkuma beekkamu chaanaalli kuni marsaa 1ffaaf sagantaa gaaffii fi deebii seenaa Nabiyyii keenyaa Sallallaahu Aleeyhi Wassallam irratti hundoofte bifa bareedaa taheen, isiniif qopheessuun isaa ni yaadatama. 📶Marsaa 2ffaa kana irrattiis bifa adda ta'een isiniif dhiheessuudhaaf qophii hunda xumuree jira. 📶Akkaataan wal-dorgommmiitis akka armaan gadii kanaan isiniif ibsama. 👎👎👎👎👎 Step1⃣ Jalqaba irratti warroonni wal-dorgommmii irratti hirmaachuu barbaaddan hundi keessanuu du'aa'ii bareedduu obboleeyyan keenya muslimootaa warra #Filisxiiniif gootanii, maqaa keessanii fi iddoo irraa nuuf ergitan waliin barreeffamaan gama @Alrisaalaa_bot tiin nuuf ergitu. 👉Step2⃣ Nuti maqaa, iddoo fi ergaa keessan haala miidhagaa taheen #Code dhuunfaa keessanii waliin chaanaala keenya @Alrisaalaa irratti isiniif maxxansina. 👉Step3⃣ Erga nuti isiniif maxxansinee booda maxxansa keessan kan nuti chaanaala @Alrisaalaa irratti isiniif maxxansine san akka namoonni heddun isiniif ilaalaniif gara Group fi chaanaalota birootti SHARE godhattu. Step4⃣ Sana booda torbee dhufu guyyaa kamisaa baay'ina nama ergaa keessan ilaalee {views} irratti hundaahuudhaan warroota Sadarkaa tokkoffaa hanga sadaffaa bahan bifa asii gadii kanaan kan badhaasnu ta'a. إن شاء الله تعالى 🎁1ffaa kan bahe 300MB fi🥇🥇🥇 🎁2ffaa kan bahe 200MB🥈🥈🥈 🎁3ffaa kan bahe 100MB🥉🥉🥉    📗Hubachiisa: Badhaasa Kana argachuudhaaf yoo xiqqaate, namoonni 500 ol isiniif ilaaluun dirqama. ⏯Kanaaf guyyaa har'aa irraa jalqabee, warreen hirmaachuu barbaaddan link asii gadii kana irratti nuuf ergaa❗️ 📶📶📶📶🆗📶📶📶📶👇👇 👉@Alrisaalaa_bot 👉@Alrisaalaa_bot السلام عليكم ورحمة الله وبركاته 👇👇 join our channel👇👇 @Alrisaalaa @Alrisaalaa Hubachiisa: Sagantaa bareeddduu obboleeyyan keenyaaf du'aa'ii godhuu kanaaf #Sponsor tahuu namoonni barbaaddan @harargicha1 irratti nu dubbisaa!! @Alrisaalaa @Alrisaalaa @Alrisaalaa #Qoraasuma_Qalbii

Oolmaa lola Waraanaa Hamaas fi Israa'iil Adda Waraanaa Gaazaa...!! "Loltoonni Waraanaa keenya qormaata jabaa keessatti kufanii jiru lammiileen Israa'iil kadhannaa nuuf taasisaa..!!" Israa'iil. Lolli Waraanaa guyyaa har'aas kallattii 3n jechuunis lola lafoo, qilleensa irraa fi Galaana irraan jabaatee geggeeffamaa kan jiru yoo ta'u Waraanni weerartuu Israa'iil Galaanaa fi qilleensa irraan Misaa'ilaan Lafoon ammoo meeshaalee Waraanaa gurguddaa fayyadamtee Gaazaa haleeluu irratti argamti. Garuu lola kallattii 3n kanaan geggeessaa jirtuun lubbuu qulqullootaa galaafachuu malee Injifannoo goonfachaa jirtu kan hin qabne Israa'iil haleellaa ishee kanaaf qolannaan jabaa Hamaas irraa ishee mudachuun ammoo daranuu ishee yaaddessaa jira. Hamaas lola guyyaa har'aa kanaan Qondaala Waraanaa guddaa Israa'iil jala ajjeesee kan jiru yoo ta'u qondaalichis Kutaa Waraanaa 188ffaa 'tti ajajaa ol'aanaa Biirgeedii 53ffaa kan ta'e Leetanaal Koloneel Salman Habakan kan jedhamu dha. Ajjeefamuu Qondaala Waraanaa Israa'iil guyyaa har'aa hordofuun erga lolli Waraanaa kun jalqabee as qondaalli Waraanaa jabaan kan Israa'iil ajjeechaa isaatiin dallante kan biraa kun ajjeefamuu isaati! Gama kaaniin Ministeerri Waraanaa Israa'iil ibsa kenneen loltoonni Waraanaa har'aa fi kaleessa ajjeefaman baayyinni isaanii 22 qaqqabuu ifoomsee jira. Yeroo ammaa kanas lolli ijibbaachisaa geggeeffamaa kan jiru yoo ta'u gabaasa Miidiyaaleen Israa'iil yeroo ammaa baasaa jiraniin "Asiin dura geggeessinee kan hin beekne lolli ulfaataa nu mudatee jira! Loltoonni Waraanaa keenya qormaata jabaa keessatti kufanii jiru!! Israa'iiloonni marti loltoota Waraanaa keenyaa kadhannaa taasisaa..!!" jechuun dhaamsa dabarsanii jiru. Hamaas gama isaatiin Injifannoo boonsaa galmeessaa jiraachuu isaa balballoomsaa kan jiru yoo ta'u Misaa'illi isaa "Yaasiin" jedhaman Taankilee waraanaa Israa'iil danuu isaanii barbadeessuun milkaa'uu ifoomsanii jiru. Hizbullaah 'n ammoo gama isaatiin haleellaa Misaa'ilaa irra-deddeebiin guyyaa har'aa magaalota Israa'iil irratti furguggisaa oole gaaga'ama ol'aanaa dhaqqabsiisuu beeksisee jira! Haleellaa Misaa'ilaa Hizbullaah hordofuun magaalonni Israa'iil barbada'anii yeroo hubatan mul'atee jira. Hizbullaah 'n lola Waraanaa ifatti labsuuf ajaja Sayyid Hasan Nasrallah eegaa jiraachuu isaa kan hime yoo ta'u haga ammaatti haleellaa ulfaataa danuu isaa Israa'iil irratti fudhatee jira. Ministeerri Waraanaa Israa'iil gama isaatiin "Nuti lola Waraanaa akkasii eegnee hin turre!" jechuun lolichi tilmaama isaanii ol ta'uu isaa kan hime yoo ta'u "Osoo hin beekamiin Hamaas haala adda ta'een of ijaaruun haal-duree mara xumuree nu eege!!" jechuun raajeffatee jira. Odeeffannoo saffisaaf toora Telegram keenya Join godhaa, Toora Telegram keenya Share gochuun waliif qooduu hin dagatinaa. https://t.me/JechotaGaggaarii

Oolmaa lola Waraanaa Hamaas fi Israa'iil... Bal'ina isaa kunoo 👇👇👇👇👇👇
+5

🧶Chaanaalota   Akkamii  barbaadduu❓ Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa 🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ❓ ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ Free Waver @Rafiqul_Islaam

ᴀssᴀʟᴀᴀᴍᴜ ᴀʟᴀʏɪᴋᴜᴍ ᴡᴏʀᴀʜᴍᴀᴛᴜʟʟᴀᴀʜɪ ᴡᴏʙᴀʀᴀᴋᴀᴀᴛᴜʜᴜᴜ ᴀᴋᴋᴀᴍ ᴊɪʀᴛᴜ ʜᴀʏʏᴇᴇ ʜᴜʙᴀɴɴᴏᴏ ʙᴀʀɴᴏᴏᴛᴀ ᴀᴍᴀɴᴛᴀᴀ ᴋᴇᴇᴛɪɪ ʜᴀᴍᴍᴀᴍ ǫᴀʙᴅᴀᴀ ᴋᴀɴᴀᴀғᴜᴜ ᴊᴏɪɴ ɢᴏᴄʜᴜᴜᴅʜᴀᴀɴ ɪᴛᴛɪ ғᴀʏʏᴀᴅᴀᴍᴀᴀ