ABBI TECH
前往频道在 Telegram
Chaanaalii "ABBI TECH" ✅ Games ✅ APPS ✅ Programming ✅ Tech News ✅ Tech Tips argattu! Want to place ads? Click here: https://telega.io/c/abbi_tech ❤️ Join & Share with your friends! 📥 Contact Us: @Abiti_20. Lencho.et
显示更多4 722
订阅者
-324 小时
-217 天
-9630 天
帖子存档
4 720
😱|Chaanaalonni Ethiosat irra jiran yeroof hin hojjenne, hanga sirreessanitti obsaan eegaa, dishii hin tuqinaa, rakkoon yeroo hunda!
4 720
Qatar 1 - 3 Senegaal (bu'aa yeroo guutuu)
**** .
Tapha waancaa addunyaa FIFA World Qatar marsaa lammaffaatiin Senegaal Qatar 3 fi 1n injifatte.
Gooliiwwan Senegaal daqiiqaa 41ffaa irratti
Bolaye Dia, daqiiqaa 77ffaa irratti Famara Dedihu, daqiiqaa 84ffaa irratti Chiek Dieng galchaniiru.
Tapha keessummeessituu Qatar daqiiqaa 78ffaa irratti goolii tokkicha Mohammad Muntariin galche.
Senegaal garee Afriikaa waancaa addunyaa kana 🇸🇳 irratti injifate isa jalqabaati
Share & Join Us•
Channel •|| @Abbi_Tech
4 720
Qatar 1 - 3 Senegaal (bu'aa yeroo guutuu)
**** .
Tapha waancaa addunyaa FIFA World Qatar marsaa lammaffaatiin Senegaal Qatar 3 fi 1n injifatte.
Gooliiwwan Senegaal daqiiqaa 41ffaa irratti
Bolaye Dia, daqiiqaa 77ffaa irratti Famara Dedihu, daqiiqaa 84ffaa irratti Chiek Dieng galchaniiru.
Tapha keessummeessituu Qatar daqiiqaa 78ffaa irratti goolii tokkicha Mohammad Muntariin galche.
4 720
Waancaa Addunyaa har'a Qaxar keessatti taphatamu irratti tapha Ingilaandii fi Ameerikaa gidduutti taasifamu ni eegama
**** .
Sa'aatii 7:00 p.m.tti Weels garee 2ffaa marsaa lammaffaa Istaadiyeemii Ahmed Bin Aliitti Iraan waliin taphatti.
Tapha marsaa jalqabaa Iraan Ingilaandiin 6 fi 2n yoo mo'amtu, Weels ammoo Ameerikaa waliin 1 fi 1n wal qixa baatee qabxii qooddatte. Miidhaa kan qaban Haarii Wiilsan, Eetaan Ampaadu fi Niikoo Wiiliyams Weels shakkii keessa jiru. Tapha Ingilaandii waliin taasisaniin goolii eegaa Iraan Alireza Beiranvand miidhaan irra gahe hanga ammaatti hin mirkanoofne.Gareen lamaan kanaan dura yeroo tokko wal arganii Weels injifachuu dadhabde.
Itti aansee sa'aatii 10:00 a.m.tti garee 1ffaa marsaa 2ffaa irratti Keessummeessituu Qaxar Istaadiyeemii Al-Toumamaatti Senegaal waliin taphatti.Gareen lachuu tapha jalqabaa isaanii mo'amuun kan jalqaban yoo ta'u, mo'amuu isaanii irraa dandamachuuf ciminaan qabsaa'a jedhamee eegama fi injifannoo.Gama Senegaaltiin Chekou Kouyate,Amadou Diallo fi Balo Toure miidhamaniiru.Gama biraatiin gareen biyyaalessaa Qaxar oduu miidhamuu hin dhageenye.
Sa'aatii 1:00 p.m.tti Nezerlaandiifi Ikuwaadoor tapha isaanii Istaadiyeemii Idil-addunyaa Khaliifaatti ni taphatu.
Tapha eegaa guyyaa kanaa sa'aatii 4:00 p.m.tti Ingilaandi tapha marsaa 2ffaa ishee Ameerikaa waliin garee lamatti taphatti.Oduu miidhaan hedduun garee biyyaalessaa Ingiliiz irraa dhaga'ameera, Kaalum Wiilsan, Haarii Keen fi Jeems Maaddisan shakkii qaba sarara fuulduraa, akkasumas Haarii Maaguweer sababa miidhaan guyyoota muraasaaf garee kana keessaa bahuun isaa mirkanaa'eera.
Gama Ameerikaatiin ammoo sararri Weston McKenney fi Nous Musa hin mirkanoofne.Gareen lamaan kanaan dura yeroo 5 wal argan, Ingilaandis afur injifachuun tapha tokkoon qixa ba'eera.
Taphoota kana ETV Entertainment - HD: ETHIOSAT NSS-1257E, Frequency 11105MHz, Symbol Rate 45000, Polarization Horizontal fi akkasumas Raadiyoo Itoophiyaa fi FM Addis 97.1 irratti akka daawwattan isin afeerra.
4 720
Waayee taphataa Siwiizarlaand biyya dhaloota isaa Kaameruun irratti galchii lakkofsisee qabxilee muraasa
**
Ramaddii Biraaziil keessa jirtutti kan ramadamte Kaameruun goolii dhalataa ishee biyya Siwiizarlaandiif hiriire Breel Embolo itti galcheen injifatamteetti. Injifatamuun ishee Biraaziiliin kan morkattu ta'uu ishee wajji walitti dabalamee ramaddii isheerraa darbuun kan qormaataan guutamu akka ta'u sababa ta'eera.
⚽⚽
Ofii Breel Embolo eenyu?
Kaamerunitti dhalate.
Mucaa waggaa jahaa ta'ee maatii isaaa waliin gara Siwiizarlaand godaane. Bara 2014'tti lammummaan kennameef.
Boodas biyya lammummaa kenniteef taphachuu filate.
Ganna 18 yeroo ta'u Faawundeeshinii Embolo jedhamu hundeesse. Dhaabbatni isaa Siwiizarlaand keessatti godaantota, biyya dhalootaa isaa Kaamerunitti ammoo harka qalleeyyii gargaara.
Taphni garee Kaameruun waliin godhamu eegaluu dura ''yeroo addaa ta'uuf jira'' jedhee dubbatee ture. Goolii Siwiizarlaand biyya dhaloota isaa itti injifatte erga galchee boodas, kabajaan harka isaa lamaan ol qabee ija dunuunfate.
Breel Embolo amma nama ganna 25 yeroo ta'u, kilaba biyya Faransaay Monaakoof taphata.
4 720
Saudi Arabiyaan ayyaana ummataa labsite!
Saawud Arabiyaan waancaa addunyaa Qaxar irratti Arjentiinaa injifachuu hordofuun guyyaa boruu biyyattii keessatti ayyaana ummataa akka ta'u beeksifameera.
Mootiin Salmaan gaaffii Prinsi Mohaammad Bin Salmaan guyyaa boruu akka ayyaana biyyaatti akka itti fayyadaman raggaasisuun isaa ni beekama.
Barattoonni biyyattii, akkasumas hojjettoonni mootummaa fi dhuunfaaf guyyaa boruu akka ayyaana addaatti Saudi Arabiyaatti akka kabajamu beeksifameera.
4 720
Sababoota gurguddoo 5 Telegram with Hologram app fayyadamuu qabdan:
1. Bakka ergaa afaan barbaaddanitti hiikuu dandeessan
2. Bakka salphaatti kaardii bitachuu dandeessan (bonus %10 argattu)
3. Kaffaltii Daandii Qilleensaa Itoophiyaa dabalatee bakka itti kaffaltii raawwachuu dandeessan
4. Bakka seenaa itti qoodnu; Bakka suuraa piroofaayilii hiriyyaa keessanii like gochuu dandeessan fi
5. Bakka salphaatti meeshaalee chaanaalii Telegram irraa bitachuu fi gurguruu fi tajaajila Telegram hunda itti argattan..👇
4 720
Nezerlaand 2 fi 0 Senegaal (bu'aa yeroo guutuu)
*
Tapha waancaa addunyaa Qaxar bara 2022 garee tokkoffaa Senegaal fi Nezerlaand gidduutti taasifameen Nezerlaand 2 fi 0n injifachuun xumurame.
Gooliiwwan Nezerlaand Daqiiqaa 85ffaa irratti Gaakpoon yoo ta'u, sa'aatii dabalataa irratti ammoo Kilaaseen galchaniiru.
Taphoota Waancaa Addunyaa Qaxar kallattiin ITV Entertainment (Frequency – 11105, Polarization – Horizontal, Symbol rate - 45000) fi FM 97.1 fi Raadiyoo Itoophiyaa irratti ilaaluu dande
4 720
👇👇👇👇👇
*#*#4636#*#*
*#*#601*#*#
**#8378#1#
**#0066#
**#0161#
**#0162#
**#0011#
*#020**
*#0120#
*#1120#
*#346#
👆Hojii dhoksaa koodii kanaa beekuuf chaanaalii keenya join godhaa.
👉Koodiiwwan haala hin malleen itti hin fayyadaminaa, odeeffannoo guutuu chaanaalii keenya irraa argachuu dandeessu!
4 720
HahuPay fayyadamuun hiriyoota fi maatii keessan biyya alaa irraa yeroo qilleensaa salphaatti erguu 🎁 PROMO: Get 50% bonus valid until December 22 only!.👇
4 720
Easily send airtime from your friends and family abroad using HahuPay. 🎁 PROMO: Get 50% bonus valid until December 22 only!
4 720
#Afaan_Ingilizii
Ministeerri Barnootaafi “Etho-telcom” marsariitii barnoonni Afaan Ingilizii olmaa daa’immanii hanga kutaa 12ffaatti bilisaan itti kennamu ifoomsan.
4 720
Sababoota gurguddoo 5 telegram app Hologram waliin fayyadamuu qabdan:
1. Bakka ergaa afaan barbaaddanitti hiikuu dandeessan
2. Bakka salphaatti kaardii bitachuu dandeessan (bonus %10 ni argattu)
3. Kaffaltii dabalatee kaffaltii bakka itti raawwachuu dandeessan to Ethiopian Airlines
4. Bakka seenaa itti qoodnu; Bakka suuraa piroofaayilii hiriyyaa keessanii like gochuu dandeessan fi
5. Bakka salphaatti meeshaalee chaanaalii Telegram irraa bitachuu fi gurguruu fi tajaajila Telegram hunda itti argattan.👇

Appiiwwan hamoo
Applikeeshinootni hamoo tahan namoota dhuunfaa fi dhaabbilee yaaddoo keessa galchu. Bakka qabachuun qofa osoo hin taane madda vaayirasiiti, beeksisoota namni hin feenes namatti ergu.
Dhaabbanni Google bara kana keessa qofa applikeeshinoota Android’f hamoo tahan kuma 900 haqee jira. kunimmoo kan bara 2017 ture irraa harka 80 caalmaa qaba.
Applikeshinootni hamoo tahan kuni, sababoota maamiltoonni irra deddeebiin ittiin rakkataniif akka furmaata fidaniitti of ibsu.
Gosti Applikeeshinoota sadan moobaayila keenya irratti fe’uu hin qabne kunooti.
1. Kanneen “chaarjii Moobaayilii tursiisna” jedhan
Yeroo tokko tokko moobaayilli keenya yeroo baayyee murteessaa ta’etti chaarjii fixuun dhimmi kuni yaaddoo nutti tahee applikeeshinoota chaarjii baatirii moobaayilaa ni tursiisna jedhan akka buusnee irratti feenuf nu dirqamsiisu.
‘Applikeeshinootni chaarjii moobaayilii ni tursiifna jedhan hundi ni sobu. Waadaa raajii galuurraa kan hafe guyyaa tokkollee rakkoo kana furanii akka hin beekne Gaazexeessaan Teeknolojii Ferrari-Herrmann ni hima.
Yoo charajii moobaayilii keessanii tursifachuu barbaaddan akkaataa itti fayyadama keessanii sirreefachuutu fala taha. Applikeeshinoota chaarjii fixuu dandahanii fi itti hin fayadamne cufuunis fala biraati.
2. Kanneen moobaayila qulqulleesina jedhan
Applikeeshinootni biroo moobaayila keenya irratti fe’uu hin qabne kanneen’ keessoo moobaayilaa qulqulleesuun si’oomina moobaayilaa ni daballa’ jedhanidha. Isaan keessaa applikeeshiniin ‘Clean Master’ jedhamu isa ijoodha.
Akka ogeessi teeknolojii Ispeen José Garcia-Nieto, jedhutti, applikeeshiinin ‘Clean master’ kuni moobaayilaratti yoo fe’ame applikeeshinootni biroo kan kaampaanii ‘cheetah mobile’irraa omishaman akka gara moobaayila keessanitti yaa’an godha jedha.
Kanaan alatti applikeeshinootni akkanaa waan tokkoyyuu faayidaa akka hin qabne hima.
3. Kanneen “mobaayila ni si’eessina” jedhan
Mobayailli keenya yeroo fayadamnu humnaa ol ho’uunis rakkoo fayaamtooni kaasani.sababa aduu keessa yeroo dheeraa turuu, vaayirasiidhaan yookin mobayila keenya boqonnaa malee sa’aatii dheeraaf fayyadamuurraa madda.
Sababnisaa kamis tahu falli applikeeshinoota hoo’ina moobaayilaa hirisna jedhan fe’uu dhiisuudha.
Applikeeshinoota kanneen mobaayilaratti fe’uun rakkoo dabalataa fiduurra kan hafe furmaata fidu tokkollee hin qabu.
Hoo’inni mobaayila keenyaa dabalee si’eessuu yoo feene, cufnee daqiiqaa muraasa tursiisuun furmaata sirriidha.
Itti fayyadama Moobaayilaa irratti dhimmootni armaan gadii ni gorfamu:
Applikeeshinoota ‘Apple yookin Google office store’ irraa buufachuu
Applikeeshinoota furmaata ajaa’ibaa finna jedhanii waadaa galan buusuu dhiisuu
Yeroo yeroodhaan bilbila keenya keessoosaa haaromsuu (update)
App Farra vaayirasii tokko tokko amanuu dhiisuu.
Share & Join Us•
Channel •|| @Abbi_Tech
现已上线!2025 年 Telegram 研究 — 年度关键洞察 