ABBI TECH
前往频道在 Telegram
Chaanaalii "ABBI TECH" ✅ Games ✅ APPS ✅ Programming ✅ Tech News ✅ Tech Tips argattu! Want to place ads? Click here: https://telega.io/c/abbi_tech ❤️ Join & Share with your friends! 📥 Contact Us: @Abiti_20. Lencho.et
显示更多4 703
订阅者
-124 小时
-247 天
-9230 天
帖子存档
4 703
🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓
Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf Channel kana gadi Join godhi
Free internet fayyadamii dafi request godhii.🫵🫵🫵🫵
4 703
#Of_Eeggannoof
Linkiin akkasii hiriyoota keessanirraa isinitti yoo ergameef hin tuqinaa!
↔️Link kana qofa miti baay'eetu jiru. Liinkicha yeroo tuqxan 'Login Page' telegramaa waan fakkatu tokkotu isiniif dhufa. Tarii telegram isinitti fakkaatee bilbilaa fi code yoo galchitan telegram account keessan hack godhama!
↔️ Telegram keessan erga hack godhanii boodammoo link kana hiriyoota ykn contact keessan hundaaf forward godhu!
↔️ Kana jechuun hiriyoonni keessan link kana isinitti ergan sun telegram account isaanii hack godhameera jechuudha.
Karaa kana qofa miti karaa fuula Facebook fi kanneen biroollee namoota hedduu muudataa jira.
#Of_eeggadhaa
Yoo akka tasaa immoo account keessan hack ta'e step gadii hordofuun hacker irraa bilisa godhadhaa.
1. Mallattoo sarara sadii qabu 🍔 tuqtu
2. Setting tuqtu ⚙
3. Devices 💻kan jedhu tuqtu
4. Dhuma irratti Terminate all season kan jedhu tuquun account keessan bilisa baasuun dandeessu.
🙂Share for your friends
4 703
#Of_Eeggannoof
Linkiin akkasii hiriyoota keessanirraa isinitti yoo ergameef hin tuqinaa!
↔️Link kana qofa miti baay'eetu jiru. Liinkicha yeroo tuqxan 'Login Page' telegramaa waan fakkatu tokkotu isiniif dhufa. Tarii telegram isinitti fakkaatee bilbilaa fi code yoo galchitan telegram account keessan hack godhama!
↔️ Telegram keessan erga hack godhanii boodammoo link kana hiriyoota ykn contact keessan hundaaf forward godhu!
↔️ Kana jechuun hiriyoonni keessan link kana isinitti ergan sun telegram account isaanii hack godhameera jechuudha.
Karaa kana qofa miti karaa fuula Facebook fi kanneen biroollee namoota hedduu muudataa jira.
#Of_eeggadhaa
Share for your friends
From Abbu Tech
4 703
➥ Telegrami Irraa Namoonnii Bayyeen Guyyaa Guyyaan Maallaqaa Hojjachaa Jiruu. Atii Hoo Hojjachaa Jirtaa⁉️
➥ Telegramiin Haala Maallaqaa Ittiin Hojjataan Bayyee Qaba. Isaan Kessaan Kan Isiin Salphatti Hojjachuu Dandessan Fi Guyyaa Guyyaan Maallaqaa Irraa Hojjachudhan Of Fayyadu Ni Dandessuu.
➥ Karaa Fi Step Ittiin Hojjataan Fi Hojjachuu Eegaluuf Iddoo JOIN Jedhuu Tuqii Request godhii ojjedhu
4 703
Gaaffilee guyyaa guyyaan beekumsa kubbaa miilaa keessan guddisu fi hangam akka waa'ee kubbaa miilaa beektu bakka ittiin of qormaattu join gochuun maatii channeel keenya ta'a
4 703
Pavel Durov Telegram fayyadamtoota sochii qaban biiliyoona 1 qabaachuu fi waltajjii miidiyaa hawaasaa baay'ee jaalatamaa lammaffaa ta'uu isaa beeksiseera.
Pavel jalqaba irratti kan argamu WhatsApp Telegram irraa wantoota hedduu waraabaa akka jiru beeksiseera.
Giddu galeessaan fayyadamaan tokko guyyaatti yeroo 21 Telegiraamii banuun daqiiqaa 41 akka itti fayyadamu gabaaseera.
@Oro_Tech_Tipz
4 703
Gaaffilee guyyaa guyyaan beekumsa kubbaa miilaa keessan guddisu fi hangam akka waa'ee kubbaa miilaa beektu bakka ittiin of qormaattu join gochuun maatii channeel keenya ta'a
4 703
🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓
Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf Channel kana gadi Join godhi
Free internet fayyadamii dafi request godhii.🫵🫵🫵🫵
4 703
🏴🏴🏴🏴🏴🏴
Ati deggeraa kilaba kamiidha Chaanala kilaba kee join gochuun odeeffannoo maxxanfaman guyya guyyaan hordofii!! ⬇️⬇️⬇️⬇️
4 703
☀️😮Wow Fam harraa bot haara star nama kennu qabannee dhufnee jirra
💯Bot Kun 100% mirkanaa'eera 💯
🤖Bot haaraa star ⭐️namaaf kennu.
🫵Channel 6 qofaa join gootani star isiniif laata step hunda xumuruun nama afeeraa baafadhaa.
https://t.me/GadaaPayStarBot?start=7086181045
https://t.me/GadaaPayStarBot?start=7086181045
❓Wanti isiniif hin galle yoo jiraate 💬 @DuDuroves 💬 jalatti barreessaa.
✅Akatti jammaran Kan isiniif in galle immoo suuraarra ilaala
Carraan kana akka of hin dabarsine
Amumaa osoo namnii hin baay'atiin egalaa
4 703
Repost from N/a
🇬🇧🇬🇧🇬🇧🇬🇧🇬🇧🇬🇧🇬🇧🇬🇧🇬🇧🇬🇧🇬🇧
Tilmaama badhaafama.😊
Tapha eeggamaa primer league Guyyaa harraa taphatamuu .
🇬🇧Arsenaal vs chelsea🇬🇧
Hubachiisaa
🚫Edit gochuun dhorkaadha
🚫Yeroo lama tilmaamunis
🚫Haga yeroo tapha gahuuti.
Good luck family🏃
Tilmaamuf 👇👇👇👇
4 703
Repost from የሥራ እና ክህሎት ሚኒስቴር minister of labor and skills
Wow Fam harraa bot haara star nama kennu qabannee dhufnee jirra
Bot Kun 100% mirkanaa'eera 💯
🤖Bot haaraa star ⭐️namaaf kennu.
🫵Channel 4 qofaa join gootani star isiniif laata step hunda xumuruun nama afeeraa baafadhaa.
https://t.me/GadaaPayStarBot?start=7086181045
https://t.me/GadaaPayStarBot?start=7086181045
❓Wanti isiniif hin galle yoo jiraate comment💬 jalatti barreessaa.
Carraan kana akka of hin dabarsine
4 703
🎉GIVE AWAY Nama Dursee join godheef nama 5nif badhaasa kaardii abbaa 100
dafi atis Iddoo join Jedhu tuqi badhaafamaa tahi🫵
4 703
Ati deggeraa kilaba kamiidha Chaanala kilaba kee join gochuun odeeffannoo maxxanfaman guyya guyyaan hordofii!! ⬇️⬇️⬇️⬇️
4 703
✅Mana DSTV deemun haferaa channel Tamsaasa kallattiin isin biraan ga'u isinif bannera kilaba deggertuu tuquun bakka LIVE jedhu tuqaa daawwadhaa
4 703
✅Mana DSTV deemun haferaa channel Tamsaasa kallattiin isin biraan ga'u isinif bannera kilaba deggertuu tuquun bakka LIVE jedhu tuqaa daawwadhaa
4 703
🇪🇺 Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awrooppaa Torbee kana kallattii Daawwachuuf "LIVE" Bakka Jedhu tuqaa
4 703
🎉GIVE AWAY Nama Dursee join godheef nama 5nif badhaasa kaardii abbaa 100
dafi atis Iddoo join Jedhu tuqi badhaafamaa tahi🫵