Computer Solutions
前往频道在 Telegram
Computer solutions is a tech informative channel which covers ✅latest gadgets, ✅software updates, ✅emerging tech trends, ✅cybersecurity, and ✅ Buy ads: https://telega.io/c/Computers_Solution
显示更多3 606
订阅者
无数据24 小时
-107 天
-5730 天
帖子存档
3 606
✅Tapha piriimeer Liigii Inglaand amma xummurameen Fulhaam dirree isaa iratti Tootenhaam keessummessuun 3 fi 0 injifateera. Goolii Fulhaam Muuniz goolii lamaa fi Saasa Lukiich goolii tokko lakkoofsisaanii jiru.
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
3 606
✅Tapha geeba FA Kaapii nuusa xumuraa
⏰Xumurame
Maan Siitii 2-0 Niwkastil
⚽️B. Silvaa 13'
⚽️B. Silvaa 31'
Pep Gardiyoolaan waggoota 6han darbaniif walitti aansuun tapha FA Inglaandiin walakkaa xummuraaf gahaniiru
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
3 606
✅Tapha geeba FA Kaapii nuusa xumuraa
⏰61'
Maan Siitii 2-0 Niwkastil
⚽️B. Silvaa 13'
⚽️B. Silvaa 31'
3 606
Chaanaalii kanarratti sport waan hojjennuuf Mee maqaa chaanaalii keenya kanaaf baasaa🙏🙏
Warreen maqaa nuu kennuu barbaaddan #comment Jala nuuf ka'aa
👇👇
