1 146
订阅者
-124 小时
-37 天
-2630 天
数据加载中...
吸引订阅者
六月 '26
六月 '26
+3
在0个频道中
五月 '26
+13
在0个频道中
Get PRO
四月 '26
+6
在0个频道中
Get PRO
三月 '26
+15
在0个频道中
Get PRO
二月 '26
+29
在0个频道中
Get PRO
一月 '26
+37
在0个频道中
Get PRO
十二月 '25
+39
在0个频道中
Get PRO
十一月 '25
+34
在0个频道中
Get PRO
十月 '25
+18
在0个频道中
Get PRO
九月 '25
+29
在0个频道中
Get PRO
八月 '25
+49
在0个频道中
Get PRO
七月 '25
+13
在0个频道中
Get PRO
六月 '25
+9
在0个频道中
Get PRO
五月 '25
+13
在0个频道中
Get PRO
四月 '25
+7
在1个频道中
Get PRO
三月 '25
+9
在0个频道中
Get PRO
二月 '25
+16
在0个频道中
Get PRO
一月 '25
+19
在0个频道中
Get PRO
十二月 '24
+23
在0个频道中
Get PRO
十一月 '24
+116
在0个频道中
Get PRO
十月 '24
+314
在0个频道中
Get PRO
九月 '24
+29
在0个频道中
Get PRO
八月 '24
+23
在0个频道中
Get PRO
七月 '24
+26
在0个频道中
Get PRO
六月 '24
+45
在0个频道中
Get PRO
五月 '24
+83
在0个频道中
Get PRO
四月 '24
+49
在0个频道中
Get PRO
三月 '24
+69
在0个频道中
Get PRO
二月 '24
+45
在0个频道中
Get PRO
一月 '24
+82
在0个频道中
Get PRO
十二月 '23
+72
在0个频道中
Get PRO
十一月 '23
+126
在0个频道中
Get PRO
十月 '23
+171
在0个频道中
Get PRO
九月 '23
+9
在0个频道中
Get PRO
八月 '23
+19
在0个频道中
Get PRO
七月 '23
+20
在0个频道中
Get PRO
六月 '23
+9
在0个频道中
Get PRO
五月 '23
+8
在0个频道中
Get PRO
四月 '23
+9
在0个频道中
Get PRO
三月 '23
+2
在0个频道中
Get PRO
二月 '23
+7
在0个频道中
Get PRO
一月 '23
+5
在0个频道中
Get PRO
十二月 '22
+15
在0个频道中
Get PRO
十一月 '22
+13
在0个频道中
Get PRO
十月 '22
+22
在0个频道中
Get PRO
九月 '22
+227
在0个频道中
| 日期 | 订阅者增长 | 提及 | 频道 | |
| 22 六月 | 0 | |||
| 21 六月 | 0 | |||
| 20 六月 | +1 | |||
| 19 六月 | 0 | |||
| 18 六月 | 0 | |||
| 17 六月 | 0 | |||
| 16 六月 | 0 | |||
| 15 六月 | 0 | |||
| 14 六月 | 0 | |||
| 13 六月 | 0 | |||
| 12 六月 | 0 | |||
| 11 六月 | +1 | |||
| 10 六月 | +1 | |||
| 09 六月 | 0 | |||
| 08 六月 | 0 | |||
| 07 六月 | 0 | |||
| 06 六月 | 0 | |||
| 05 六月 | 0 | |||
| 04 六月 | 0 | |||
| 03 六月 | 0 | |||
| 02 六月 | 0 | |||
| 01 六月 | 0 |
频道帖子
Bara dhufurraa kaasee Carraa DV Ameerikaa yaaluuf paaspoortii qabaachuun dirqama akka ta'e dhageessaniittu mitii?
Paaspoortiin bakka baay'eetti barbaachisaa jira. Namoonni tajaajila paaspoortii barbaaddan, Paaspoortii haaraa baafachuuf, haareffachuuf, Kan bade baasuuf, akkasuma maqaa fi umrii jijjiirrachuu yoo barbaaddan magaalaa barbaaddan irratti beellamaa normaliinis ta'e ariifachiisaadhaan isiniifan guuta.
Inbox: @tashe2225
Tajaajiloota Paaspoortii argachuuf maal maaltu barbaachisa kan jedhu odeeffaannoo guutuu argachuuf as tuqaa!
| 2 | 🇪🇹 Tajaajila passport hunda na biraa ni argattu!
Wantoonni isin barbaachisan:-
❤️ Haaraa baasuuf
✅Waraqaa eenyummaa
✅Waraqaa dhalootaa
❤️ Haaromsuuf
✅Suuraa gurdii
✅Koppii(Suuraa passport)
❤️ Passport bade/tarsa'e/ciccite
✅Waraqaa eenyummaa
✅Suuraa gurdii
✅Xalayaa waajjira poolisii
❤️ Umrii 18 gadiif
✅Waraqaa eenyummaa maatii
✅Waraqaa dhalootaa daa'imaa
❤️ Umrii sirreesuuf
✅ Waraqaa dhalootaa
✅ Suura gurdii
✅ Koppii(Suuraa) passport
6️⃣ Maqaa sirreessuuf/jijjiiruuf
✅Suuraa gurdii
✅Koppii(Suuraa) passport
✅Waraqaa mana murtii(maqaa jijjiiruuf)
💬Tajaajila kanneen kan barbaaddan dokumantii barbaachisu suuraa kaasuudhaan ykn scan gochuudhaan karaa @tashe2225 naaf ergaa!
✉️ Inbox: @tashe2225
🔗Join Our Group & Channel
https://t.me/tasheecomputer | 175 |
| 3 | Breaking - Paaspoortiidhaaf qaamaan deemanii ashaaraa kennuun hafuuf jedha!
Kunis kan ta'u ragaa ashaaraa maamiltootaa National ID isaaniirraa fudhachuudhaan akka ta'e ibsameera.
Hub: Ammaaf hojiirra hin oolle!
Paaspoortii kan barbaaddan @OroDV1 irratti na qunnamaa!
Inbox: @tashe2225
Tajaajiloota Paaspoortii argachuuf maal maaltu barbaachisa kan jedhu odeeffaannoo guutuu argachuuf as tuqaa! | 267 |
| 4 | 🇪🇹 Tajaajila passport hunda na biraa ni argattu!
➡️ Gatii barbaachisu suuraa kanarraa ilaalaa!
➡️ Gatii paaspoortiif barbaachisu kana ofuma keessaniin kallattiidhaan dhaabbata paaspoortiif kaffaltu!
➡️ Gatii tajaajilaa birr 500 qofa na biratti kaffaltu!
Wantoonni isin barbaachisan:-
❤️ Haaraa baasuuf
✅Waraqaa eenyummaa
✅Waraqaa dhalootaa
❤️ Haaromsuuf
✅Suuraa gurdii
✅Koppii(Suuraa passport)
❤️ Passport bade/tarsa'e/ciccite
✅Waraqaa eenyummaa
✅Suuraa gurdii
✅Xalayaa waajjira poolisii
❤️ Umrii 18 gadiif
✅Waraqaa eenyummaa maatii
✅Waraqaa dhalootaa daa'imaa
❤️ Umrii sirreesuuf
✅ Waraqaa dhalootaa
✅ Suura gurdii
✅ Koppii(Suuraa) passport
6️⃣ Maqaa sirreessuuf/jijjiiruuf
✅Suuraa gurdii
✅Koppii(Suuraa) passport
✅Waraqaa mana murtii(maqaa jijjiiruuf)
💬Tajaajila kanneen kan barbaaddan dokumantii barbaachisu suuraa kaasuudhaan ykn scan gochuudhaan karaa @tashe2225 naaf ergaa!
✉️ Inbox: @tashe2225
🔗Join Our Group & Channel
@tashe2225 | 314 |
| 5 | 没有文字... | 238 |
| 6 | 没有文字... | 258 |
| 7 | 🟢Paaspoortii Ariifachiisaa fi Idilee namoonni barbaaddan hunduu, Tajaajila qulqullinaa fi amanamummaa qabu nu biraa ni argattu. Bilbila armaan gadii irratti nuuf bilbiluun ykn Telegramiidhaan Faayila keessan nuuf ergitanii beellama qabsiifachuu dandeessu.
✅Paaspoortii Haaraa baafachuu
✅Paaspoortii yeroon itti darbe haaressuu
✅Paaspoortii bade baasuu
✅Kan ciccite ykn moofa'e
✅Paaspoortii Dogongora qabu sirreessuu..fi kkf.
Tajaajila kanneenii fi kan biroo qaamaanis ta'u ONLINE dhaan nu biratti argachuu dandeessu.
Odeeffannoo dabalataaf
0925730788
0920769352
✅አስቸኳይ እና መደበኛ ፓስፖርት ለምትፈልጉ በሙሉ አገልግሎቱን ከእኛጋ ስለምታገኙ ታች ባለዉ ስልክ በመደወል ወይም በ Telegram በመላክ ቀጠሮ ማስያዝ ትችላላችሁ።
🟢ፓስፖርት አስቾካይ በ 2 ቀን ወይም በ 5 ቀን
🟢መደበኛ
New, Renewal, lost, Damaged...
✅አዲስ ለማዉጣት
✅ጊዜዉ ያለፈበትን ለማሳደስ
✅የጠፋውን ለማዉጣት
✅የተበላሸ ለማሳደስ
✅የመረጃ ስተት ለማስተካከል
በአካልም ሆነ ONLINE አገልግሎቱን እኛጋ ማግኘት ትችላላችሁ ።
ለተጨማሪ መረጃ
0925730788
0920769352 | 242 |
| 8 | 没有文字... | 230 |
| 9 | 没有文字... | 315 |
| 10 | Passport normally ji'a lama keessatti fudhattan akkasumas ariifachiisaa guyyoota 2 fi 5 warreen guuttachuu barbaaddan keessaan nu dubbisaa ykn asumaan nuuf barreessaa
@tashe2225
0925730788
0920769352 | 318 |
| 11 | 没有文字... | 320 |
| 12 | Yaadachiisa: Paaspoortii
Namoonni guyyaan beellamaa keessan bor(wiixata) ta'e, sababa filannootiin hojiin waan hinjirreef guyyaan ashaaraa keessanii iftaanitti(Kibxatatti) darbee jira.
Gaafa Kibxataa deemaa! | 344 |
| 13 | Mindset Milkaa'inaa
1. Ilaalcha Guddinaa (Growth Mindset)
Milkaa'inni kan jalqabu dandeettiin kiyya kan dhaabbate (fixed) osoo hin taane, hojiidhaan kan guddachuu danda'u dha jettee yoo amantu dha.
Rakkoon yoo si mudatu akka kufaatiitti osoo hin taane, akka carraa barumsaatti akka ilaaltu si taasisa.
2. Of-Amantaa (Self-Belief)
Addunyaan tun si amanuun dura, ati of amanuu qabda. Milkaa'inni namoota "nan danda'a" jedhanii of amanan qofa barbaada. Namoonni yoo si tuffatan ykn "hin dandeessu" yoo siin jedhan, kakuun keessa kee jiru sagalee alaa caaluu qaba.
3. Obsa fi cichoomina (Persistence & Grit)
Milkaa'inni fiigicha gabaabaa osoo hin taane, fiigicha fageenyaa (marathon) dha. Karaan milkaa'inaa gufuu hedduu qaba. Namoonni hedduun osoo milkaa'ina bira hin gahin tarkaanfii muraasatti hafu. Namni mindset kanaan ijaarame garuu hamma dhumaatti ni dhaabbata.
4. Itti-Gaafatamummaa Guutuu Fudhachuu (Extreme Ownership)
Milkaa'uu keetiifis ta'e kufuu keetiif eenyuunillee komachuu dhiisuu dha. Haala qilleensaa, mootummaa, ykn maatii komachuun humna kee nama biroof kennuu dha. Jireenya keetiif abbaa yoo taate qofa jijjiirama fiduu dandeessa. Humna harka kee jiruun tarkaanfii jalqabuuf si gargaara.
5. Mul'ata Guddaa fi Karoora (Visionary Thinking)
Namni mindset milkaa'inaa qabu boru isaa har'a argu danda'a. Mul'anni sun immoo hojii guyyaa guyyaan hojjetamuun (discipline) deeggaramuu qaba.
Galma ifa ta'e yoo hin qabaanne, humni kee ni bittinnaa'a. Mul'anni akka dammaqina qabaattee deemtu si taasisa.
Mindset-iin kee mana ati keessa jiraattu dha. Mana gaarii yoo ijaarratte, bubbeen alaa dhufu si jalaa hin jigsu. | 336 |
| 14 | 没有文字... | 320 |
| 15 | 没有文字... | 356 |
| 16 | Passport normally ji'a lama keessatti fudhattan akkasumas ariifachiisaa guyyoota 2 fi 5 warreen guuttachuu barbaaddan keessaan nu dubbisaa ykn asumaan nuuf barreessaa
@tashe2225
0925730788
0920769352 | 303 |
| 17 | Passport normally ji'a lama keessatti fudhattan akkasumas ariifachiisaa guyyoota 2 fi 5 warreen guuttachuu barbaaddan keessaan nu dubbisaa ykn asumaan nuuf barreessaa | 317 |
| 18 | 1."Offiti amanamummaan
furtuu milkaa'inaati."
-Ralph Waldo Emerson
2."Dargaggeessi hojii
jalqabe hinsodaatu."
-Bill Gates
3. "Yoo yaadde ni dandeessa;
yoo dandeesse ni milkoofta."
-Henry Ford
4. "Yeroo hunda of fooyyessi;
bor si galateeffata." | 358 |
| 19 | 没有文字... | 360 |
| 20 | Tajaajila nuti kenninu:
1. Paaspoortii haaraa.
2. Paaspoortii haaressuu
3. Dogoggora maqaa, bakka dhalootaa, guyyaa dhalootaa fi kkf
Apply akka siniif goonu yoo barbaaddaan nu qunnamaa. | 347 |
现已上线!2025 年 Telegram 研究 — 年度关键洞察 
