Economics lectures & economic information channel
前往频道在 Telegram
@This channel is created to prepare undergraduate students for upcoming exit exam. @ To support undergraduate students by doing assignment, Proposal and final thesis @ To support our students by providing different reading materials, worksheets & Models
显示更多2 014
订阅者
无数据24 小时
-17 天
-1630 天
帖子存档
Repost from IQRA
"Qur'aana Qara'aa, Inni Kun Guyyaa Qiyaamaa Dhaa Haala Magantaa Seenaa Tahen Nama isa Qara'eef Dhufaa." Je'an Nabiin keenya ﷺ
Repost from IQRA
Allaahu Akbar
Gaaf tokko sheekhul islaam ibnu Teymiyaa Rahimaullaahu Akkana jedhanii gaafatan
Yaa sheekha Nama Astaghfirullaah jedhuufi subhaanallaah jedhu Eenyuutu sawaaba irra qabaa jedhaniin
Sheekhnis Akkana jedhuun deebiseef Astaghfirullaa fi subhaanallaan tun Akka huccuu lamaati huccuun takka Tan xurii qabdu yammuu taatu takka Ammoo xurii hin qabdu
Huccuun xurii qabdu saabunaan dhiqutti haajamti
Tan xurii hin qabne Ammoo kararraa Achi kaahutti haajamti
Yaanni isaa Namni dilii heddommaatu Astaghfirullaah jedhuutu isaaf caala
Kaan Ammoo subhaanallaah jedhuutu isaaf caala
Fittin rafin Abbaayyee dubbiin jajjabduudhaa
Yoo si gammachiise obboleeyyan keetiif share godhi
https://t.me/nassex48I
Repost from IQRA
Namoota Saddeet Kan Rabbiin Isaan Jaalatu Ni Beeytaa ?
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
• Rabbiin keenya Subhaanahuu Wata’aalaa Qur’aana isaa keessatti suuraalee fii aayatoota adda addaa keessatti Namoota Saddeet akka jaalatu dubbatee jira.
1: Warra Akkaan Rabbi Sodaatu
2: Warra Sadaqaa Kennatu
3: Warra Haqa Dalagu
4: Warra Rabbirratti Irkatu
5: Warra Obsa Qabu
6: Warra Gama Rabbii Isaanii Toowbaa Deebi’u
7: Warra Najisa Hundarraa Qulqullaawu
8: Warra Gaarii Ykn Toltuu Dalagu
• Mee Yaa obboleeyyan kiyya Nuti Warra Rabbiin jaalatu kana keessa ni jirra moo hin jirru jannee sirritti of haa qorannu.
• Yoo Warra asiin olii kana keessa hin jiraanne yeroon dalagaalee gaggaarii daleeynee isaanitti dabalamnu amma, kanaafuu Jaalala Rabbii Keenyaa arkachuuf ganamaa fii Galgala haa carraaqnuu.
• Rabbiin Warra inni Jaalate keessatti Nu Haa Ramadu.
Barreeffama Kana Dubbisaa Share Waliif Godhaa.
https://t.me/nassex48I
Repost from IQRA
“Namni haadhaa fi Abbaa isaatti Mataa jabaatu abaaramaa dha” ja'an Rasuulli Rabbi ﷺ.
#Jecha ajaa'ibaati!:
"Diina beekumsa qabuutu saahiba wallaala qabu irra caala".
➡️Nama wallaala qabu kan ani wallaala qabaa ofitti hin amanne haqaan amansiisuun ni ulfaata!
👉🏾Nama miidhuun nama wallaalaa biratti jagnummaadha!
➡️Horii namaa saamuun isa biratti jabeenya!
👉🏾Sobuun isa biratti qarummaadha!
➡️Nama tuffachuun isa biratti guddina!
👉🏾Nama biraa dhaggeeffachuun isa biratti xiqqeenya!
➡️Haadha manaa isaa (jaartii/ niitìi isaa) kabajuun isa biratti doofummaadha!
👉🏾Bultii ofii jabeeffachuun isa biratti gowwummaadha!
➡️Walumaa galatti namni wallaalaan osoo hanqinoota meeqaa tam qabuu akka nama wanni hundi isaaf guutamtetti of ilaala!
https://t.me/anas09m
Repost from IQRA
Wanti Gabrichi guyyaa qiyaamaa dura irraa gaafatamu maali?
A. Salaata.
B. Sooma.
C. Zakaa.
https://t.me/nassex48I
Repost from IQRA
Jiruu tee keessatti waa laman kanarra naja rabbi nuhabasuu ammiin ja.i !!
1. Zinaa fi
2. Ribaa
https://t.me/nassex48I
Repost from IQRA
Dukkanni dukkana hin ibsu ifatu dukkana ibsa.
Jibbuun jibbaa hin ari'u, jaalalatu jibbaa ari'a !!
https://t.me/nassex48I
Repost from ☝️Irreen keenya Kaaliqa keenya🇵🇸
Laggeen addunyaa kanarraa yakki baay'inaan itti baay'atan #3:
Imaamu guddichi Ibnu al-Qayyim akkana jedhe:
"Addunyaa kana keessatti laggeen of qulqulleessan sadiitu jira."
1- نهر التوبة النصوح
2- نهر الحسنات المستريفة لوزار
3- نهر المسائب المكفرة
📚Al-Imaam Ibnu Qeem Al-Jawziyah Rحمه الله مدارج السالكين
Addunyaa kana irratti laggeen yakkamtoonni cubbuu isaanii itti dhiqatan sadii (3) jiru:
◼1ffaa/ Laga towbaa ifaafi guutuu (gaabbii fi towbaa), .
◼2ffaa/ Laga hojii gaggaarii hedduu qabu kan baay’ina isaa irraa kan ka’e cubbuu hunda xuuxuu fi haquu danda’u, .
◼3ffaa/ Balaa fi rakkoon jireenya keessatti uumamu yakkatti nama geessu laga.
🔶Yaa gabroota Rabbii! Yakki summiidha, addunyaa fi aakhiratti jireenya kee akka hin balleessine of eeggadhu!
🔹Yeroo hunda Rabbiin waan isa aarsu irraa akka nu eegu kadhadhu,
🔸 Namni jireenya isaa darbe keessatti yakka raawwate osoo hin du'in gocha armaan olitti ibsamee fi kan kana fakkaatan "Mukafiratuzzunub" jedhaman raawwachuudhaan of qulqulleessuu qaba!
https://t.me/anas09m
Join godhii Rabbiin Yadda fi murda kee sifa haa gutuu
Repost from IQRA
Walaloo Qur'aana
==============
Koottaa karaa gaarii
Gara Qur'aana rabbii
Yaa Qur'aana rabbii
Caalaa hundaa olii
Maaltu siin dorgoma
Yaa kalaama rabbii
Jecha jechaa olii
Qur'aanul kariimii
Kan hin jijjiiramne
Hanga zalaalamii.
Namni isa qara'ee
Dhugaan itti hojjate
Inni hin kasaaru
Dhugumaan milkaa'e
Yaa saamunaa qalbii
Daawwitii aalamaa
Qur'aanaaf hadiisni
Bar karaa kheenyaa
Khan jala deemnu
Hanga jiruu teenyaa
Qur'aanaaf hadiisni
Bar lubbuu teenyaa
Qur'aanni ifaadhaa
Koottaa ni ibsannaa
Qur'aanni dawaadhaa
koottaa itti wal'aanamnaa
Jabaannee barannee
Ummata barsiifnaa.
Saahaabonni rasuulaa S.A.W
Qur'aanarratti dhumanii
Seenaa hin dagatamne
Nuufis dabarsani
Garuu ammaan-tana
Osoo islaamni lubbuun jiruu
Qur'aanni gubamee
Akka waraqatti
Fincaanin bahame
Namuu du'a sodaaf
Ifirraa cal'ise.
Duuti diduu hin taatu
Seera uumamaati
Irra caaltuun du'aa
Tan amantii ofiiti
Bar ilmi namaa Waan irratti
Du'een kaafamaa
Yoo qur'aanarratti duute
Shafa'aa dhaabbatee
Isaatu siif mormaa.
https://t.me/nassex48I
Repost from IQRA
👉 Waggaa 30tti Islaamummaa seene.
👉 Waggaa 36tti du'e.
👉 Waggaa 6 qofa Islaamummaa keessa ture.
👉 Guyyaa du'a isaa Malaa'ikaa kuma 70tu reeffa isaa geggeesse.
👉 Guyyaa du'a isaa Arshiin RAHMAAN ni sossoote.
👉 Yeroo awwaaluuf deemaniin qabriin isaa akka shittoo urgoofti.
#Sahaabicha kana Maqaan isaa eenyu debisaame ?
Repost from IQRA
#Zinaa irraa waa hubachuu ni feetaa?!
♻️🥀Dargaggoo tokkotu ergamaan rabbii ﷺ akka zinaa godhu hayyama gaafate. Dargaggoon kun ergamaa rabbittiﷺ ol seenee jedheen! Yaa ergamaan Rabbiiﷺ ani nama haalan bareedu dubartilleen haalan na jaalatti kanaafuu akka zinaa godhu naaf hayyama jedhee gaafate.
🥀♻️Ergamaan rabbillee nama obsa haalan qabu nama haalli isanillee haalan bareedati waan tahaniif itti hin aarre isallee hin aarsine. Akkana jedhaniin
Ati akka namni haadha teetitti zinaa godhu ni feetaa? Jedhaniin Innille lakki hin fedhu jedheen
Ammas akka Obboleettii teetitti namni zinaa dalagu ni feetaa? Jedhaniin Innis lakki hin fedhu jedheen
Ammas akka namni jaartii teetitti zinaa godhu
ni jaalattaa? Jedhaniin
Innis lakki yaa ergamaan rabbii ﷺ hin jaaladhu jedheen Namni hundi akkuma kee kana hin fedhan beeki.
Namni ati zinaa itti hojjattu haadha, obboleetti, jaartii namaatii beeki. Jedhaniin Innis yaa ergamaa rabbiiﷺ amma booda zinaa hin kajiiluu jedheen
🥀♻️Ergamaan ﷺ du'aa'ii godhaniif Innis akki jedhe yeroo dura ergamaa rabbitti S.A.W ol seenu namni akka kiyya zinaa godhuu jaalatu hin jiru amma garuu yeroo achirraa gad bahu namni akka kiyya zinaa godhuu jibbu hin jiru jadhe.
Hanga samii fi dachii addaan fageessetti Zinaa irraa Rabbiin nuhaa fageessu.
Barreeffama kana erga dubbistanii xumurtan boodaan waliif Share godhaa.
Repost from IQRA
#Jaalala_Abbaan_Bakrii_Rasuulaaf_Qabu
❤️💛🖤💚💜💙💖💗💞💙
Yeroo karaa deeman Abbaan Bakrii dura Rasuulaa s.a.w darbaa, al tokko tokko immoo duuba isaanii, Moggaa mirgaa fi bitaa Rasuulatti s.a.w naannawaa deema. Rasuulli s.a.w gocha isaa kana arganii “maal taate Abbaa Bakrii?.” jedhanii gaafatan. Abbaan Bakriitis hamtuu irraa isaan eeguuf akka irra garmaamaa jiru itti hime. Yeroo dadhabbii irratti argu immoo bakka gaaddisaa barbaadee afeefii, Rasuula s.a.w ciibsee ofii isaatii taa’ee hamtuu irraa isaan eega.
Guyyaa tokko osoo isaan ciibsee eeguun; Tiksee re’ee tokko argee akka mallaqaan aanan isaaniif elmu gaafate. Aanan mucaan elmee kenneef Rasuulaa s.a.w geesse. Hamma hiribaa ka’uu eegee obaaseen.
Haala saniin deemanii Madiinaa gahan. Warri Madiinaas haala gaariin simannaa godhanii fi moggaa ganda Madiinaa bakka Qub’aa jedhamtu yeroof qubatan.
Repost from IQRA
Gaafii
1 maqaan balbala(jannataa)kan warrootin soommana qofti ittin seenan maal jedhamti------------?
Repost from IQRA
Haadha Manaa
===========
Gaaf tokko abbaan gaariin tokko ilmaan isaatiin akkana ja'e " yaa ilmaan koo ani bar erga dhalattanii fi osoo isin hin dhalatinin tola isinitti oolee tarbiyaa isin tolche " joollee keessaa tokko gaafate " baabaa erga dhalannee booda tola nutti ooluu kee si garree osoo hin dhalatin akkamitti tola nutti oolte ? " Abbaan deebiseef " osoo isin hin dhalatin jaartii gaarii fuudhuunin tarbiyaa isin tolche " ja'een .
" Yaa obboleessa kiyya haadha manaa gaarii fuudhuun ilmaan keetitti tola ooli . "
Rabbi jaartii gaarii, amantii jabeessitu, haalaa amala toltu siif haa Kennu.
Barreeffama kana erga dubbistanii xumurtan boodaan waliif Share godhaa.
https://t.me/nassex48I
Repost from ☝️Irreen keenya Kaaliqa keenya🇵🇸
Wantoota Jannata seenuuf sababa namaaf tahan keessaa:
1. Arraba ofii waan hin taane (kan akka nama hamachuu, arrabsuu, lukkummaa fi kkf) dubbachuu irraa eeggachuudha!
2. Qaama saalaa ofii haraama irraa eeggachuudha!
Rabbiin nuhaa eegu
https://t.me/anas09m
Repost from IQRA
Dr. Sheikh Muusaa Su'aalaa "Murtiin du'aa" isaanirratti murteeffamtee akka turte quba qabduu ?!
Sheikh Muusaan dur Naannoo Soomaalee Orda iddoo ja'amutti qaraasisaa turan. Guyyaa tokko gara Magaalaa Jigjigaa imaluu barbaadan. Imala isaanii warri Bida'aa dhagayan. Yeroo sanitti Sheekhni hunda caalaa Toowhida barsiisuu turan. Shirkiirraa cimsanii hawaasa dhoorkaa turan.
Dalagaa isaanii kanatti Dargaan hedduu aaranii, "Sheikh Muusaan nama badaa dha. Nama Mootummaa fonqolchuu barbaadu" jachuun Mootummaaf himanii, akkasuma kara Magaalaa Jigjigaa deemaa jiraachuu isaanii Foolisiitti himan. Foolisoonni Konkolaataa gara Jigjigaa deemu mara dhaabsisuun, Sheikh Muusaa Su'aalaa barbaadaa turan.
Boodarra Konkolaataan Sheekhni keessa jiru dhufe. "Sheikh Muusaan as keessa nijiraa?" Jachuun gaafatan. Yeroo kana Sheekhni "Ee! Niin jira. Khunoo ana. Maaliif nabarbaaddan?!" Jachuun dubbatan. Ajiib!
Koottu ja'anii, qabanii Mana Hidhaa geeysan. Mana Hidhaa keessatti hedduu Azzabaa turan. Guyyaa garii Qarree (hallayyaa) guddoo irra geeysanii ti isaan tuman. Sheekhni yoo ol siqe ulee fi tumaa jira. Yoo gad siqe ammoo Hallayyaa jira.
Haala kanaan erga Azzaban booda "Rasaasni isatti qisaasa. Ableen qalamuu qaba" ja'anii, guyyaa itti sheekha akka Hoolaatti gorra'an (qalan) baallamatanii, guyyaan san akka isa ajjeesuuf deeman sheekhatti himan.
Maaltu Mudate ?!
Guyyaan keessatti Sheekha qalan yeroo gayu, gara iddoo Sheekhni itti hidhamee dhufanii, hulaa irraa banan. Sheekhni Rabbi kadhachaa gad-bahe. Yeroo gad-bahan, namni tokko isaan hin dubbisne. Nan agaran jachaa deemuu eegalan. Jarattiin dhamaate.
Eega Sheekhni fagaate booda dammaqanii, Sheekha barbaaduu eegalan. Sheekhni goda bineensi keessa galu seenanii, guyyaa lama osoo waa takka hin nyaatin achi turanii, boodarra nagayaan Magaalaa Jigigaa galan.
Akkanatti Hamtuu hunda duraa Rabbi isin haa baasu!
https://t.me/nassex48I
