ch
Feedback
𝗚𝗔𝗗𝗔𝗔 𝗕𝗔𝗥𝗡𝗢𝗢𝗧𝗔𝗔™

𝗚𝗔𝗗𝗔𝗔 𝗕𝗔𝗥𝗡𝗢𝗢𝗧𝗔𝗔™

前往频道在 Telegram

⭐️Dilbata hanga Dilbataatti Madda Oduu Haqaa⭐️ ➣Odeeffannoo wayitawa dhimma Barnoota ➣Kuusaa kitaaba barataa fi qajeelfamaa ➣Kuusa Shortnote ➣Channel biro ➣Cross➛ @Abdulmejid_Abdane

显示更多

📈 Telegram 频道 𝗚𝗔𝗗𝗔𝗔 𝗕𝗔𝗥𝗡𝗢𝗢𝗧𝗔𝗔™ 的分析概览

频道 𝗚𝗔𝗗𝗔𝗔 𝗕𝗔𝗥𝗡𝗢𝗢𝗧𝗔𝗔™ (@gadaa_barnootaa) 阿姆哈拉语 语言赛道中的 是活跃参与者。目前社区聚集了 21 160 名订阅者,在 教育 类别中位列第 9 258,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 1 612

📊 受众指标与增长动态

невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 21 160 名订阅者。

根据 27 八月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -397,过去 24 小时变化为 -11,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 10.62%。内容发布后 24 小时内通常能获得 3.41% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 0 次浏览,首日通常累积 722 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 0

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
⭐️Dilbata hanga Dilbataatti Madda Oduu Haqaa⭐️ ➣Odeeffannoo wayitawa dhimma Barnoota ➣Kuusaa kitaaba barataa fi qajeelfamaa ➣Kuusa Shortnote ➣Channel biro ➣Cross➛ @Abdulmejid_Abdane

凭借高频更新(最新数据采集于 28 八月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。

21 160
订阅者
-1124 小时
-1197
-39730
帖子存档
#ODUU_GAMMACHIISAA Gabaasa Qabxii Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa 1. Lakkoofsa Barattootaa fi Qabxii Waliigalaa Barattoota Galmaa’an: 563,960 Barattoota Qormaata Fudhatan: 550,210 Barattoota Qabxii Darbiinsaa Fidan: 70,544 (12.8%) 2. Bu’aa Qormaataa Akka Muummeetti Saayinsii Uumamaa (Natural Science): 16.5% darban. Saayinsii Hawaasaa (Social Science): 8.33% darban. 3. Qabxii Olaanaa Galmaa’e (Saayinsii Uumamaa) Dhiira: 600 keessaa 591.6 (Mana Barumsaa Bultii Addaa Odaa, Adaamaa) Dubara: 600 keessaa 583 (Mana Barumsaa Injiibaaraa Agawuu Midir) 4.Qabxii olaanaa gama saayinsii hawaasaan galmaahe Dhira:-576.2 Ifa boruu Dodolaa irraa Shamaraan:- 569.1 Boolee super holiseviyer irraa 4. Beellama fi Sagantaa Itti Aanu Guyyaa Qabxiin Gadhiifamu: Guyyaa Wiixataa ykn Kibxataa ganama. Simannaa Yunivarsiitii: Dursa Yunivarsiitiin Finfinnee fi Yunivarsiitiiwwan Saayinsii fi Teeknoloojii barattoota filatanii simatu. Sana booda, yunivarsiitiiwwan hafan saffisaan waamicha ni taasisu. Eegumsa Barumsaa: Barumsi dhaabbilee olaanoo bara 2019 (A.L.I) akkaataa karoorfameen Fulbaana 05 ni eegalama. Tarkaanfiin saffisaa kun kan barbaadameefis, sagantaa idilee qabame eeguuf yoo ta'u, barnoonni dhaabbilee olaanoo bara 2019 (A.L.I) akkaataa karoorfameen Fulbaana 05 akka eegalamu gochuuf hojjetamaa jiraachuu piroofeesarichi hubachiisaniiru. Minaisteera Barnootaa: Piroofeesar Birhaanuu Naggaa Barattoota qormaata fudhattan hundaaf carraa gaarii hawwina! @GADAA_BARNOOTAA @GADAA_BARNOOTAA

@QesemAcademy Maths 2018 First Round Entrance Exam MO.pdf4.55 KB

4_5784938163046714765.mp42.11 KB

Qormaati Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Waxabajjii 23 Irraa Eegalee Ni Kennama! 🚨 Qormaanni Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa kan baranaa Waxabajjii 23 hanga Adoolessa 16, bara 2018 (A.L.I)tti akka kennamu Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa beeksiseera. 📌 Sagantaan Qormaatichaa Akka Armaan Gadiiti: - Saayinsii Uumamaa (Natural Science): Waxabajjii 23 hanga Adoolessa 3tti ni kennama. (Barattoonni 306,708 ni qoramu) - Saayinsii Hawaasaa (Social Science): Adoolessa 6 hanga Adoolessa 16tti ni kennama. (Barattoonni 257,150 ni qoramu) 📌 Haala Kenniinsa Qormaatichaa: Magaalaa Finfinnee, Dirree Dawaa fi Harar keessatti qormaatichi guutummaatti karaa toora interneetiin (Online) kan kennamu ta'uun ibsameera. Gama biraatiin, Waxabajjii 4, 2018 irraa eegalee barattoota dhaabbilee barnoota olaanoo kuma 224 ol ta'aniif Qormaanni Bahumsaa (Exit Exam) wiirtuulee 88 keessatti kennamaa kan jiru yoo ta'u, qormaata waliigalaa kanaaf wiirtuuleen qormaataa 600 ol qophii isaanii xumuruu Tajaajilichi ibsuun barattoonni qophii barbaachisaa hunda akka taasisan dhaameera. @GADAA_BARNOOTAA @GADAA_BARNOOTAA @GADAA_BARNOOTAA

Waan kana yaalaa mee ummata

👥 Refer & Earn Program 🚀 Invite your friends and earn limitless crypto! 🎁 You will receive $1.00 USDT for every valid user who joins through your link. 🔗 Your Exclusive Referral Link: https://t.me/usdtxtrustwallte_tbbot?start=6683758695 📢 Share this link with your network and start earning!

BARATTOOTNI KEENYA KAN QORMAATAAF DEEMTAN HUNDI KEESSAANU MILKAAWA. ●Joollee Teenya Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 8ffaa Ministry Bara 2018. Fudhachuuf Deemtan Hunda Keessanu. •Rabbiin Qormaata isiniif Haa Laaffisu, Irra isin Haa Aanus •Deebiin irra Keessan Hundii Sirrii isiniif Haa Taatu, •Ta Jabaatte Hundi isiniif Haa Laaffattuu. •Rabbiin Ofiif Dagalee Gurra isinitti Gaa Godhu. •Milkaawa Gammadaa irra Aana. ~~~~ ●Warri Qormaata Biyyooleessaa kutaa 6ffaa 2018 qormtan Milkiin isiniif haa deebitu. ●Warra Entrance kutaa 12ffa Qoramuuf eega jirtan irraa isin haa aansu Rabbiin. ●Warra Exit Exam Qoramee fi Qormamaa jirus Gammachuu Aja'ibaatin irra isin haa aansu. Hundi Barattoota keenya gammadaa milkaawa. 🤲🤲🤲#Aammiin 🤲 @GADAA_BARNOOTAA @GADAA_BARNOOTAA @GADAA_BARNOOTAA

የስራ ማስታወቂያ 📢 ሰዎችን መጋበዝ የሚችሉ ሁሉ ይህን እድል መጠቀም ይችላሉ። ይህ ቀላል የሆነ ስራ ሲሆን ገቢ ለማግኘት ጥሩ እድል ነው። 💳 ክፍያ: ➡️ 10 ሰዎችን ከጋበዙ = 1500 ብር ➡️ 20 ሰዎችን ከጋበዙ = 3000 ብር ✅ ሌሎችን መጋበዝ ካልቻሉም እንኳን፣ ራስዎን ብቻ verify በማድረግ 100 ብር ማግኘት ይችላሉ። 📩 መስራት ከፈለጉ አሁኑኑ ያነጋግሩኝ: 👇👇👇 Username: @jarsovip ለተጨማሪ መረጃ: 👇👇👇 https://t.me/GADAA_BARNOOTAA

🔔 BEKSISA HOJII Namoota Nama affeeruu dandeessan Hundaaf Kun carraa hojii salphaa fi galii argamsiisu dha. 💳 Kaffaltii: ➡️ Namoota 10 affeeruun = 1500 Birr ➡️ Namoota 20 affeeruun = 3000 Birr ✅ Yoo nama biraa affeeruu hin dandeenye ta’e illee, of qofa verify gochuudhaan 100 Birr argachuu dandeessu. 📩 Hojjechuu yoo barbaaddan, amma na qunnamaa:👇👇👇 Username: @jarsovip Odeffannoo kan biraaf 👇👇👇 https://t.me/GADAA_BARNOOTAA

Yooyyaa akkam jirtu hojiin akkam hojjachaa jirtuu namoonni akkaataan saa isin dhibe video kanarraa ilaalaa @ABDULMEJID_ABDANE https://melkam.me/#/register?code=njEoGi6MINnt

Namoonni galmooftan step kanniin eeguun task keessan hojjadhaa

ሰላም Online ሥራ መስራት ምትፈልጉት በ ዉስጥ አናግሩኝ @አብዱሌአ @Abduliea

Yooyyaa Akkam ooltan hojiin akkam akkuma kaleessa isinitti himee ture hojii online bifa gaariidhaan kafalu tokko bilisaan isin hojjachiisaa namoonni barbaaddan keessaan na dubbisaa @Abduliea @Abduliea

Ariifadhaa seenaa yaa jamaa hojii haaraadhaa linki asii gadii download godhaa galmaahaa ka'aa keessaan na dubbisaa akkaataa itti hojjattan isinitti argisiisaa @ABDULMEJID_ABDANE @ABDULMEJID_ABDANE @ABDULMEJID_ABDANE Link kanaan seenii download godhi dafii bro hojii haaraya tola hojjatamuu https://melkam.me/#/register?code=njEoGi6MINnt

Hojii online bilisaa 100% kafalu namni hojjachuu barbaaddan na dubbisaa🙏