ch
Feedback
Abbu Tech

Abbu Tech

前往频道在 Telegram

🌟 Stay Ahead in Technology! 🔹 Get the latest tech news and updates 🔹 Discover insights and trends in crypto Join us as we explore the future of tech Buy ads: https://telega.io/c/Abbu_Tech CEO: @Abi_Jss

显示更多

📈 Telegram 频道 Abbu Tech 的分析概览

频道 Abbu Tech (@abbu_tech) 是活跃参与者。目前社区聚集了 43 051 名订阅者,在 技术与应用 类别中位列第 3 123,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 746

📊 受众指标与增长动态

невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 43 051 名订阅者。

根据 28 六月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 1 594,过去 24 小时变化为 182,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 3.17%。内容发布后 24 小时内通常能获得 1.21% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 1 363 次浏览,首日通常累积 519 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 10
  • 主题关注点: 内容集中在 liquidity, syntax, chart, dev, vault 等核心主题上。

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
🌟 Stay Ahead in Technology! 🔹 Get the latest tech news and updates 🔹 Discover insights and trends in crypto Join us as we explore the future of tech Buy ads: https://telega.io/c/Abbu_Tech CEO: @Abi_Jss

凭借高频更新(最新数据采集于 29 六月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 技术与应用 类别中的关键影响点。

43 051
订阅者
+18224 小时
+5047
+1 59430
帖子存档
Abbu Tech
43 042
🫳Qophaa'a Yeroo isaa yoo gahu isin beeksiisa. Bonus guddaa waan ta'eef. Tarii Haaraa yoo taatan link kana fayyaadamaa. ✌️100
🫳Qophaa'a Yeroo isaa yoo gahu isin beeksiisa. Bonus guddaa waan ta'eef. Tarii Haaraa yoo taatan link kana fayyaadamaa. ✌️1000FD ✌️ 🫳 Unich Project .Be active and Telegram or X Notification On. Hub 🫳Torbee guutu kan hojjatan mannaa, isa wixaata saatii ganamaa kana hojjatantuu dachaa 50 ta'a 🫳All information Video Keessa jira.

Abbu Tech
43 042
Sirboota Afaan Oromoo Kan durii fi kan ammaa Wal faana bakka tokkotti argachuuf gara channel armaan gadii kana makamaa! https://t.me/Sirboota_Oromoo

Abbu Tech
43 042
Group Resellers.."The Market Doesn't Look Good Don't buy groups At High Price💓

Abbu Tech
43 042
Yeroo Boonsaa Hawaasa Interlink Network Labs Ambassadorsaf 🌟 Hawaasni Interlink carraa isa jalqabaa offline ta’e Hindii kees
+2
Yeroo Boonsaa Hawaasa Interlink Network Labs Ambassadorsaf 🌟 Hawaasni Interlink carraa isa jalqabaa offline ta’e Hindii keessatti geggeessuu danda’e, magaalaa bareedduu Shimla, Himachal Pradesh keessatti, miseensota 200 ol kan hirmaatan waliin. Hojii boonsaa kana Community Builder @InterlinkMonika (Jitender) fi Team Himachal qindeessan, akkasumas Interlink Moderator fi Community Builder Dhiraj Kumar akka Chief Guest tajaajilaa turan. Fedhii, tokkummaa, fi kutannoon, Ambassadors keenya hojii Interlink itti fufanii jiru — hubannoo babal’isuun, hawaasota kakaasuun, fi mul’ata decentralization fi eenyummaa dhugaa namaa addunyaa guutuu keessatti tarkaanfachiisuu. 🌍🔥 🫳Hubadhaa. 1. Otoo active taanee, Event Akkasii Oromia keessattiillee qopheessu dandeenya ture, ambassador naannoo keenyaa waan hin jireeffan cal jedhe, Baasin hunduu isaanirraa ture. 2. Namoonnii keenya project kana tafataniiru. Garuu projectiin kun baayyee guddaa ta'a. Multi account✌️ #Interlink #ITL #ITLG #ITLX

Abbu Tech
43 042
😂Olmaan Garuu bareedda😂 🫳Magariisa Uffattee muudii qabattii, lubbuu namaa bade.💚 ✌️Maalummaafuu fetaa jedhaa.
😂Olmaan Garuu bareedda😂 🫳Magariisa Uffattee muudii qabattii, lubbuu namaa bade.💚 ✌️Maalummaafuu fetaa jedhaa.

Abbu Tech
43 042
🫳Lubbuu nama irrattii Qoosti jarrii. 🫳Kalleessa lolaa achiin inni kaan bitta, inni kaan long term galee bo'aa, har'a immoo
🫳Lubbuu nama irrattii Qoosti jarrii. 🫳Kalleessa lolaa achiin inni kaan bitta, inni kaan long term galee bo'aa, har'a immoo Araara jedhu inni kalleessa yeroo rakkasaa bittee jarrii yeroo Araaraman deebisuu gurgura. 😂 🫳Ay Addunyaa Crypto!

Abbu Tech
43 042
Ta'iinsa dheengadaattiin Namoonnii kuma 2 ol ta'an lubbuun isaanii darbeera.
Ta'iinsa dheengadaattiin Namoonnii kuma 2 ol ta'an lubbuun isaanii darbeera.

Abbu Tech
43 042
Guyyaa Har'aati. 1. Namoota point 200 ol qaban duwwaatu eligible dha. 2. Isaa gad yoo ta'ee ineligible dha, jechuun pointicha keessa hin hirmaatu. 3. Yeroo kana binance App keessan Update yoo gootan akka kooti baayyee rakkatuu, Buy | Sell akka version 3.4.3 miti. Dollar hanga 2 lose godheera Trade Volume create gochuuf. 4. Kanaaf binance keessan update hin godhinaa. 5. Tarii Update gootanituu yoo ta'e immoo Reverse Order Fayyadamaa. 🫳Hub: ➥Namoonnii Guyyaati Trade gootanii point 10 gad hangas mara isin hin fayyadu. ➥Haala Qindeessa Jira. Waan ta'eef qophaa'a. Maal fa'aa. 1. Open X 2. Dollar 3. Interest ✌️

Abbu Tech
43 042
Kana Qofarraa Dollar 60
Kana Qofarraa Dollar 60

Abbu Tech
43 042
🔥Today's Old GP price ➡️2023 birr 1200 ➡️2016/22 birr 1500 +3Sms ➡️January 2024 ➡️February 2024 ➡️March 2024 birr 700 +3Sms ➡️April birr 600 ➡️May birr 400 ➡️June-Dec :150 birr 💬Inbox @Abi_Jss

Abbu Tech
43 042
📅 OCTOBER 12, 2025 — OFFICIAL DAILY QUIZ ANSWERS ✅ Knovus → A ✅ Marina → D ✅ Xenea → A ✅ Spur → A ✅ Syntax → B

Abbu Tech
43 042
Har'a Dhuma ✌️ https://forms.gle/s9FQb2fzQM9d5i3u6 https://forms.gle/s9FQb2fzQM9d5i3u6 ➥Interlink Ambassador Ta'uu Yoo barbaaddan⚡️

Abbu Tech
43 042
🟢XENEA - Spur Protocol ❌ Daily Quiz: 12 October ➖➖➖➖➖➖➖ ❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️
🟢XENEA - Spur ProtocolDaily Quiz: 12 October ➖➖➖➖➖➖➖ ❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️

Abbu Tech
43 042
Good Morning Everyone 🙏

Abbu Tech
43 042
📅 OCTOBER 11, 2025 — OFFICIAL DAILY QUIZ ANSWERS ✅ Knovus → C ✅ Marina → B ✅ Xenea → D ✅ Spur → B ✅ Syntax → A

Abbu Tech
43 042
3. Mining: Namni referral hin qabne, yoo guyyaa guyyaatti sa’aatii 6 mining godhe, guyyaa tokkotti $ITLG 180 argata. Ji’a tokko keessatti (torban 4) $ITLG 5,040 argachuu danda’a. 4. Security Group: Yoo guyyaa guyyaatti active ta’e, torban 4 keessatti $ITLG 5,040 argachuu danda’a. 5. Ambassador: Namoonni InterLink jala hojjatan, hojii isaanii irratti hundaa’uun ji’a ji’aan $ITLG mindaa argatu. 6. Spin Game: Tapha “spin” jedhu yoo taphatte fi beeksisa ilaaltan, $ITLG 20 itti dabalataan argatta.

Abbu Tech
43 042
#InterLink #ITLG #ITL Namni amma InterLink keessatti hojii eegale ji’a tokko keessatti meeqa $ITLG walitti qabachuu danda’a?
#InterLink #ITLG #ITL Namni amma InterLink keessatti hojii eegale ji’a tokko keessatti meeqa $ITLG walitti qabachuu danda’a? Wanti asii olitti argitu ka’umsa isaa akka X account irraa kan fudhatame yoo ta’u, nama tokko yeroo ammaa irratti $ITLG miliyoona lama ol walitti qabuusaa X account isaatiin maxxanseera. Amma garuu dhugaa kana irratti xiyyeeffanna. Namni amma #InterLink irratti of galmeessu, yoo hojii gaarii hojjechuu eegale, ji’a tokko booda $ITLG meeqa argachuu akka danda’u haa ilaallu: ✅ Yeroo baay’ee $ITLG argachuuf karaalee hedduutu jira, garuu asitti kanneen ijoo ta’an irratti haa xiyyeeffannu — 1. Tapha (Game): Namni InterLink app keessatti tapha hedduu taphatu, ji’a tokko keessatti $ITLG 750 hanga $10,000 argachuu danda’a. 2. Referral (Nama affeeruu): Yoo ji’a tokko keessatti nama shan affeerte, namoonni sunis active ta’an, $ITLG 2,500 argatta. Namoota dabalataan yoo affeerre immoo, nama tokkotti $ITLG 250 itti dabala.

Abbu Tech
43 042
Traderoonni 10 har'a $247,110,000 loss godhan sababa Hyperliquidity dhaaf. Warra kana keessaa namni 5 account isaanii guutumm
Traderoonni 10 har'a $247,110,000 loss godhan sababa Hyperliquidity dhaaf. Warra kana keessaa namni 5 account isaanii guutummaa guutuutti wipe jalaa tahee jira😢 Soo sad😞😭
Kun osoo isin tahee maal gootu?

Abbu Tech
43 042
🌍 🔥 CRYPTO MARKET UPDATE — LAST 24 HOURS 🔥 💰 Bitcoin (BTC) 📈 High: $122,550 | 📉 Low: $102,000 | 💵 Current: ~$111,980 💎 Ethereum (ETH) 📈 High: $4,390 | 📉 Low: $3,435 | 💵 Current: ~$3,835 ⚡ Solana (SOL) 📈 High: $224 | 📉 Low: $168 | 💵 Current: ~$185 🔥 BNB (BNB) 📈 High: $1,274 | 📉 Low: $860 | 💵 Current: ~$1,278.77 💠 Toncoin (TON) 📈 High: $2.74 | 📉 Low: $0.55 | 💵 Current: ~$2.21 💧 XRP (XRP) 📈 High: $2.83 | 📉 Low: $1.25 | 💵 Current: ~$2.47 🐶 Dogecoin (DOGE) 📈 High: $0.25 | 📉 Low: $0.095 | 💵 Current: ~$0.19 🐹 Hamster Kombat (HMSTR) 📈 High: $0.00063 | 📉 Low: $0.00020 | 💵 Current: ~$0.0004 🐾 Dogs (DOGS) 📈 High: $0.00014 | 📉 Low: $0.00001 | 💵 Current: ~$0.000074 🟣 NOTCOIN (NOT) 📈 High: $0.0015 | 📉 Low: $0.00021 | 💵 Current: ~$0.00093

Abbu Tech
43 042
Waayyee DV chatGPT gaafanaan Passport Dirqaama nan jette😭 ➥Warri qabdan baga gammaddan ka.😂 ➥Source: ChatGPT