ch
Feedback
Abbu Tech

Abbu Tech

前往频道在 Telegram

🌟 Stay Ahead in Technology! 🔹 Get the latest tech news and updates 🔹 Discover insights and trends in crypto Join us as we explore the future of tech Buy ads: https://telega.io/c/Abbu_Tech CEO: @Abi_Jss

显示更多

📈 Telegram 频道 Abbu Tech 的分析概览

频道 Abbu Tech (@abbu_tech) 是活跃参与者。目前社区聚集了 42 981 名订阅者,在 技术与应用 类别中位列第 3 114,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 747

📊 受众指标与增长动态

невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 42 981 名订阅者。

根据 27 六月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 1 376,过去 24 小时变化为 -7,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 3.22%。内容发布后 24 小时内通常能获得 1.24% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 1 379 次浏览,首日通常累积 531 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 10
  • 主题关注点: 内容集中在 liquidity, syntax, chart, dev, vault 等核心主题上。

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
🌟 Stay Ahead in Technology! 🔹 Get the latest tech news and updates 🔹 Discover insights and trends in crypto Join us as we explore the future of tech Buy ads: https://telega.io/c/Abbu_Tech CEO: @Abi_Jss

凭借高频更新(最新数据采集于 28 六月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 技术与应用 类别中的关键影响点。

42 981
订阅者
-724 小时
+5307
+1 37630
帖子存档
Abbu Tech
43 051
Nagaan bulaa. Hanga ammatii abba 15 nama guute hin arginee😳 🫳Kanaa oliin waliitti deebinaa yeroo dhiyooti.✌️

Abbu Tech
43 051
Kardii moobilaa Guuttadhaa. Comment jala jira. 🫳Pin ta'eera dhaqaa guutadhaa kana hundaa✌️ 👇👇👇👇👇👇 https://linktw.in/iP
Kardii moobilaa Guuttadhaa. Comment jala jira. 🫳Pin ta'eera dhaqaa guutadhaa kana hundaa✌️ 👇👇👇👇👇👇 https://linktw.in/iPQgir https://linktw.in/iPQgir

Abbu Tech
43 051
Ready?⚡️

Abbu Tech
43 051
Screenshot qopheeffadhaa. Daqiiqaa 25 booda ni jalqabna.✌️ Comment and Like Only ✌️

Abbu Tech
43 051
❤Ji'oota Muraasa booda list ta'u jedhamanii kan eegamaniidha. 1. #Marina 2. #Unich 3. #Ariwallet 4. #Xenea 5. #Interlink 6. #
❤Ji'oota Muraasa booda list ta'u jedhamanii kan eegamaniidha. 1. #Marina 2. #Unich 3. #Ariwallet 4. #Xenea 5. #Interlink 6. #Denet ➥Haaraa yoo taatan. Warra offirraa link qaban jalqabuu dandeessu.✌️

Abbu Tech
43 051
MARINA PROTOCOL AIRDROP UPDATE !! 90%…………👀 Qoyi Yoom laata 100% ?
MARINA PROTOCOL AIRDROP UPDATE !! 90%…………👀 Qoyi Yoom laata 100% ?

Abbu Tech
43 051
2016-2017 Groupps 1500birr @Abi_Jss

Abbu Tech
43 051
📅 OCTOBER 26, 2025 — OFFICIAL DAILY QUIZ ANSWERS ✅ Knovus → A ✅ Marina → A ✅ Xenea → B ✅ Spur → D ✅ Syntax → A

Abbu Tech
43 051
Hin dagannee har'a qophaa'a hundi keessani.❤ like and Comment wanta barbaaddan Barreessattii Saattii 3 qophaa'a. Screenshot amumma qopheeffadhaa. Ergaa yeroo jedhu ergitu.💫

Abbu Tech
43 051
How to boost Your Ambassador Credit Score ( ACS ) InterLink Day 39 ✌️ https://youtu.be/Euaw2Gu_uBk?si=fWNZIXUfaUlWFAyV Like a
How to boost Your Ambassador Credit Score ( ACS ) InterLink Day 39 ✌️ https://youtu.be/Euaw2Gu_uBk?si=fWNZIXUfaUlWFAyV Like and Comment ✌️

Abbu Tech
43 051
Telegraamiin Koodii SMS Itoophiyaa Keessatti Erguu Dhaabeera! ❗Telegraamiin Itoophiyaa keessatti Koodii Mirkanneeffannaa (Ver
Telegraamiin Koodii SMS Itoophiyaa Keessatti Erguu Dhaabeera! ❗Telegraamiin Itoophiyaa keessatti Koodii Mirkanneeffannaa (Verification code) karaa SMSn erguu dhaabeera. 📌 Akkaawuntii Haaraa banamaniif qofa Koodii kan ergu yoo ta'u, irra deebitanii yoo seenuu (login) barbaaddan garuu koodiin SMSn akka isiniif ergmuuf Premium bitaa jedheera. 📌 Namoonni baay'een gara akkaawuntii Telegraama isaanii isa duriitti deebi'anii seenuuf rakkachaa jiru. 🎯 Sababni isaa: Itoophiyaan SMSf gatii baay'ee qaala'aa gaafachuu isheeti😁. 🎯 Kanaafuu, namoonni Itoophiyaa keessatti akkaawuntii Telegraamaa haaraa banatan koodiin mirkanneeffannaa (verification code) kan isin qaqqabu karaa Emailiitiin. Email keessan galchuun isin irraa eegama. 🎯 Duraan banattanii akka tasaa Logout yoo gootanii irra deebi'anii seenuuf yoo yaalan, koodiin SMSn isin hin qaqqabu. Kanaafuu, Email akkaawuntii Telegraamaa keessan irratti dabalaa. Akka tasaa log out yoo gootan, koodiin Emailiin isiniif ergama. 🎯 Email yoo hin qabaatin garuu, akkaawuntii Telegraamaa keessan odeeffannoo baay'ee irra keessan deebisuu hin dandeessan. 🎯 Karaan lammataa akkaawuntii ittiin deebisuu danda'an Telegraam Premium fayyadamaa ta'uudha. Telegraamiin fayyadamtoota Premiumiif koodii SMSn ni erga. Kanaafuu, Email kan qabdan taatanii seenuun yoo isinitti ulfaate, karra ittiin seentan isa kana: ✔️Karaa hiriyyaa keessanii Premium bituun maqaa keessan (username) irratti akka isiniif ergmu gochuu. Username qabaachuun dirqama. ✔️Username keessan irratti Premiumn isiniif ergama. Username akka qabdan mirkaneeffadhaa. 📌 Yaadachiisa: Keessattuu namoota Telegraama irra odeeffannoo barbaachisaa qabdanuuf fi namoota Telegraama baay'inaan fayyadamtan. (Kana yaadadhaa) ✔️Username gochuu hin dagatinaa. ✔️ Akkaawuntii haaraa banataniif Email dabalaa. ✔️ Irra deebi'anii seenuun akka isinitti salphatuuf, bilbila (phone) yookiin kompiitara (PC) biraa irraa seenaa (login godhaa). Booda Scan gochuun akka isinitti salphatuuf! ✔️ Koodiin SMSn yoo isin hin qaqqabin, furmaanni dhumaa Telegram Premium bituudha. @Abbu_Tech @Abbu_Tech

Abbu Tech
43 051
🔥 Perplexity x Comet Browser 🖥 PC yoo qabaatan $5_$20 argachuu dandessu ⏱️ Only for Limited Time ⬇️ How to Join: ✅ Link: ht
🔥 Perplexity x Comet Browser 🖥 PC yoo qabaatan $5_$20 argachuu dandessu ⏱️ Only for Limited Time ⬇️ How to Join: ✅ Link: https://pplx.ai/mikom8 1. Open this link on PC/Laptop 2. Sign up with your email 3. Download and install the Comet Browser 4. Email jalqaba galtanin Log In godha 5. Use the browser for 5_10 minutes 6. Click on Invite and Earn $5_$20 ✅ Withdraw gochuun kan danda'amu guyyaa 15_20 gidduutti dha. ✅ Verified

Abbu Tech
43 051
➥Token 10 Million Namni qabuus ni jira. X gubbaadha. Mee isinoo meeqa qabdu.? ➥Haaraa yoo taatan link kanaan jalqabuun verifi
➥Token 10 Million Namni qabuus ni jira. X gubbaadha. Mee isinoo meeqa qabdu.? ➥Haaraa yoo taatan link kanaan jalqabuun verified taataanii jalqabuu dandeessu. ➥Yeroo bal'aa qabdu. ✌️ https://interlinklabs.ai/8968068 https://interlinklabs.ai/8968068 Referal Code: 8968068 💫Official InterLink Group Only. 🫳 Join @daretube

Abbu Tech
43 051
📅 OCTOBER 25, 2025 — OFFICIAL DAILY QUIZ ANSWERS ✅ Knovus → C ✅ Marina → A ✅ Xenea → D ✅ Spur → C ✅ Syntax → D

Abbu Tech
43 051
P2P dhaan Usdt bitachuun Namooti isin rakkise gate.io irraa bitachuu dandeessu Usdt 50 ol namoonni barbaaddan Immo kallatiidh
P2P dhaan Usdt bitachuun Namooti isin rakkise gate.io irraa bitachuu dandeessu Usdt 50 ol namoonni barbaaddan Immo kallatiidhaan na biraa ni argattu @Abi_Jss

Abbu Tech
43 051
Akkam Bultan ? _________ \ (•◡•) / \ — / —— |     | |_   |_ | ̄ ̄ ̄ ̄ ̄ ̄ ̄ ̄| Abbu Tech GM ✌️ |________|

Abbu Tech
43 051
photo content
+5

Abbu Tech
43 051
Done ✌️
+2
Done ✌️

Abbu Tech
43 051
➥Done badhaasne walitti deebina.✌️ Winner marsaa 1ffaa @Eyyofim @rabo430 @Len2333 @Dagi_LG Winner marsaa 2 ffaa @Dag2e @Tolawaktemesgen @Dagi_LG @Abdi_Wiz_Kid34 ➥Guddaa jiraadha.

Abbu Tech
43 051
🫳Marsaa 2 ffaa. ➥Nama 4 qofaafii. https://vm.tiktok.com/ZMAbMENg7/ Like and Comment only. Comment jalattii InterLink jedhaati Screenshot kaasa yeroo kaastan inni barreessitan mul'achuu qaba.