ch
Feedback
Abbu Tech

Abbu Tech

前往频道在 Telegram

🌟 Stay Ahead in Technology! 🔹 Get the latest tech news and updates 🔹 Discover insights and trends in crypto Join us as we explore the future of tech Buy ads: https://telega.io/c/Abbu_Tech CEO: @Abi_Jss

显示更多

📈 Telegram 频道 Abbu Tech 的分析概览

频道 Abbu Tech (@abbu_tech) 是活跃参与者。目前社区聚集了 42 512 名订阅者,在 技术与应用 类别中位列第 3 181,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 758

📊 受众指标与增长动态

невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 42 512 名订阅者。

根据 21 六月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 1 244,过去 24 小时变化为 208,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 2.68%。内容发布后 24 小时内通常能获得 1.15% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 1 142 次浏览,首日通常累积 490 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 10
  • 主题关注点: 内容集中在 liquidity, syntax, chart, dev, vault 等核心主题上。

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
🌟 Stay Ahead in Technology! 🔹 Get the latest tech news and updates 🔹 Discover insights and trends in crypto Join us as we explore the future of tech Buy ads: https://telega.io/c/Abbu_Tech CEO: @Abi_Jss

凭借高频更新(最新数据采集于 22 六月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 技术与应用 类别中的关键影响点。

42 512
订阅者
+20824 小时
+7047
+1 24430
帖子存档
Abbu Tech
42 588
语音消息01:08

Abbu Tech
42 588
photo content
+3

Abbu Tech
42 588
Interlink Verification guyyaa har'a dhuma😎
Interlink Verification guyyaa har'a dhuma😎

Abbu Tech
42 588
🤔🤔
🤔🤔

Abbu Tech
42 588
InterLink Version 5.0 is officially live 😎 Update and Finish Verification. 👉 InterLink ecosystem. #InterLink #ITLG #ITL

Abbu Tech
42 588
GRASS AIRDROP UPDATE: EPOCH 18 Epoch 18 has officially started. 👉Please Project hojjachaa jirtanii Oddeeffannoo isaa dhabdan
GRASS AIRDROP UPDATE: EPOCH 18 Epoch 18 has officially started. 👉Please Project hojjachaa jirtanii Oddeeffannoo isaa dhabdan Comment jalattii na beeksiisa. 👉Baayyeen isaanii Mining waan ta'aanif just Cal'isanii Mining gochuu fi Test Gochuudha. 👉Xenea Testnet gochaa jirtuu? 👉 fauset 10 Fudhataniitu.?

Abbu Tech
42 588
Good morning Fam🙏🌄

Abbu Tech
42 588
#Interlink and Unich 👉Namoota Ambassador ta'uu barbaaddan. 👉Ambassador Interlink and Unich 👉Unich Amma Update godhadhaa warrii na biraattii Galmooftan. Badgen dhufaa jira. Warra kaniif. ( from bossidha) 👉Interlink jalattii Namoota lama mindaan ji'aan argattu. 👉Unichiis project reef jalqabaa jiruudha itti hirmaadha. 👉Nama Obsee nu faana Tureettuu Bu'aa argatta. 👉Iddoo lachuuttuu Recommended gochuuf Aangoon nati kenameera. Kun immoo isiniif baayyee ijoodha. Yoo itti fayyadamtan. 👉Ambassadorummaan sadarkaa qaba, innis immoo Xiqqoo hubatanii daftanii yoo hojjatan Ji'aan dollar 30 ol ni argattu. Kun Task torbanii maleeti. 👉Interlink V5 gaafa dhufe, wantii baayyeen ni jijjiirama. 👉Yoom projectiin kun illee ture, Itti hirmaadha. $ITLG token kun warra Ecosystem keessa jiraniif malee warra alaaf miti. $ITL immoo global paymentiidha, ilaalla kun ammayyuu Mine hin taane, 10 billion Total Supply. 👉Abbooti qabeenya 9 oltuu bittachuuf maatii Interlink ta'eera. 👉V5 keessattii INTERLINK VISA CARD waan jiruuf isaa fudhachuuf qophaa'o ta'a. 👉Interlink Quantum Computer gara fuulduraattiif fayyadamuuf Qoyyaanna irra jiru. 👉Walletis Non- Custodial secured ta'e ammayyuu fayyadamaa jiru. 👉BlockChain InterLink Chain or Layer 1 kan jedhuu qopheessa jiru. 👉Token keenya Akka $USDT stable ta'ees qabna jedhaniiru. 👉Mechanism Addaa ta'e addunyaaf gumaachanirru. 👉Interlink biraati Dhoksaan hin jiru. Jecha KV 👉Gaaffiiwwaan Barbaadda Twitter Gubbaatii KV ( Core Team gaafachuu Ni dandessu. No DM ) 👉KVn DM si hin dubbisu Namni kamiiyyuu akka beeku barbaadda. Just Itti hirmaadha. 👉Yeroon ammayyuu ni jira. 👉$ITLG 84.3 ol mined ta'eera. $ITLG Hafe immoo reward gara fuulduraafidha. Sababa Warra $ITLG Isaan ol ka'aanif, Or stake, vest or locked warra godhaniif. 👉Kanaaf Kootta, V5 wajjiin itti fufna. Akkasumaas immoo Unichiis wajjiin hojjanna, dabalattan immoo Project baayyeenis ambassador barbaadda jiru waan ta'eefis, Twitter keessan guddisaa. 👉Even projecticha yoo jibittani illee sababa Interlinkiif Twitter keessan guddisa. Ani zeroo irra 1.5 K followersii qaba. Sababa kanaf immoo ambassador project biraa irra naaf kenaniiru. 👉Wanta baayyeen waan jiruuf. Ammaaf ni gaha. Garuu namoonnii jalqabuu barbaaddanii fi ambassador ta'uu barbaaddan na dubbisuu dandeessu. Isin galmeessa. Pls dursaa appicha buusattii Verification isaa xumuraa na dubbisa. Telegram Username: @daretubeNBO 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

Abbu Tech
42 588
Telega.io irraa Namoonni Usdt 30-60 qabdan naaf barreessaa! Abi__jss

Abbu Tech
42 588
Guyyaa 2 gidduutti bot keenya ⭐️star yeroo 4 gurguree jira.😁 Namoonni star gatii rakasaan bitachuu barbaaddan bot keenyaan b
Guyyaa 2 gidduutti bot keenya ⭐️star yeroo 4 gurguree jira.😁 Namoonni star gatii rakasaan bitachuu barbaaddan bot keenyaan bitadhaa. 💱 @DeroMarketplaceBot 💱 @DeroMarketplaceBot

Abbu Tech
42 588
📦 Giveaway Binance sa guddicha dha kun! ✨ Al tokkotti yommuu claim gootan 0.2$ isiniif kenna 💰, kana biraan nama 1 yeroo af
📦 Giveaway Binance sa guddicha dha kun! Al tokkotti yommuu claim gootan 0.2$ isiniif kenna 💰, kana biraan nama 1 yeroo afeertan carraa dabalataa claim gootan isiniif keenna 🤝. Ammuma eegalaa 🌒: https://s.binance.com/LwNJYbQT?utm_medium=web_share_copy

Abbu Tech
42 588
Oduu Ammeeti.😂 👉 Unich Ambassador badge Tomorrow. 👉InterLink Warri T3 taatanii Turtan Badge keessan Fudhatameera. Taskii waan hin hojjaneef.

Abbu Tech
42 588
Telegram Update godhadhaa. A. AI Text Editor 👉Jechoota dheera Translate gochuuf. 👉Style itti gochuuf. 👉Grammer fix gochuuf
Telegram Update godhadhaa. A. AI Text Editor 👉Jechoota dheera Translate gochuuf. 👉Style itti gochuuf. 👉Grammer fix gochuuf. 👉Wanta barreeffames Style gargaraa gochuuf. 👉AI n karaa harka Mirgaa irra jirrun yoo tuqnee nuuf sirreessa. B. New Features for Polls 👉. Poll irra Photo ykn video attach gochuu ni dandenya. C. Documents scanner on iOS. 👉File keenya attach gochuun scan gochuu ni dandeenya.

Abbu Tech
42 588
Good Morning Fam 🥰

Abbu Tech
42 588
Yaada Waliigalaa jedhame. 1. Sagalee yeroo walin haasoftan qulqulluu ta'uu qaba. 2. Caallattii Engliiffaa fayyadamaa. 3. Afaan kan barbaaddan haasa'uu ni dandeessu, garuu afanoota Achiirra jiran irraatti yoo xiyyeeffatan caarran sagaleen keessan fudhatamu qaba jedhan. 4. Sagaleewwan 40 ol ni eyyemam garuu yeroo fixan sagalee fixan sana filadhaa yeroo dhumaa. Yaadni Waliigalaa Kana Ture Live twitter Gubbaa jirra Yoo Barbaaddan Join Godhaa wayyee Interlink Haasa'a Jirra. https://x.com/i/spaces/1wxWjayLkDDJQ https://x.com/i/spaces/1wxWjayLkDDJQ

Abbu Tech
42 588
Warri Fluffle Hojjachaa jirtan. 1. Seera Suura gubbaati jiru hordooffa. 2. Discord isaanii illee appicha keessa waan jiruuf j
Warri Fluffle Hojjachaa jirtan. 1. Seera Suura gubbaati jiru hordooffa. 2. Discord isaanii illee appicha keessa waan jiruuf join godhadhaa. 3. Live isaanii yoo barbaaddanis Discord qofa irrattii. 4. Namoota beektan add gochuun haasa'uudha.

Abbu Tech
42 588
Telega.io irraa balance 40$-50$ ol osoo qabdanii namoonni baafachuun isin rakkise naaf barreessaa!

Abbu Tech
42 588
📦 Giveaway Binance sa guddicha dha kun! ✨ Al tokkotti yommuu claim gootan 0.2$ isiniif kenna 💰, kana biraan nama 1 yeroo af
📦 Giveaway Binance sa guddicha dha kun! Al tokkotti yommuu claim gootan 0.2$ isiniif kenna 💰, kana biraan nama 1 yeroo afeertan carraa dabalataa claim gootan isiniif keenna 🤝. Ammuma eegalaa 🌒: https://s.binance.com/LwNJYbQT?utm_medium=web_share_copy

Abbu Tech
42 588
JUST IN: Binance officially launches oil and natural gas futures trading.