ch
Feedback
Abbu Tech

Abbu Tech

前往频道在 Telegram

🌟 Stay Ahead in Technology! 🔹 Get the latest tech news and updates 🔹 Discover insights and trends in crypto Join us as we explore the future of tech Buy ads: https://telega.io/c/Abbu_Tech CEO: @Abi_Jss

显示更多

📈 Telegram 频道 Abbu Tech 的分析概览

频道 Abbu Tech (@abbu_tech) 是活跃参与者。目前社区聚集了 43 492 名订阅者,在 技术与应用 类别中位列第 3 090,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 743

📊 受众指标与增长动态

невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 43 492 名订阅者。

根据 01 七月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 1 986,过去 24 小时变化为 292,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 3.35%。内容发布后 24 小时内通常能获得 1.16% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 1 456 次浏览,首日通常累积 504 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 10
  • 主题关注点: 内容集中在 liquidity, syntax, chart, dev, vault 等核心主题上。

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
🌟 Stay Ahead in Technology! 🔹 Get the latest tech news and updates 🔹 Discover insights and trends in crypto Join us as we explore the future of tech Buy ads: https://telega.io/c/Abbu_Tech CEO: @Abi_Jss

凭借高频更新(最新数据采集于 02 七月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 技术与应用 类别中的关键影响点。

43 492
订阅者
+29224 小时
+8377
+1 98630
帖子存档
Abbu Tech
43 492
Deebiiwwaan Guyyaa 11/12/2017. Kan Sanbataa ➥Hojjachuun qarshii Argachuu.✌️ KNOVUS               ➡️B Marina                 ➡️B Xenea                  ➡️D Ariwallet             ➡️C Spur                     ➡️C SYNTEX VERSE ➡️C KNOVUS LINK   ➡️ CLICK MARINA AND SPUR and Syntex Verse Are Also Same as Arichain and Xenea Wallet . Those who have not Joined Still . Let’s Go ▹Jalqabuuf Link kanaa gad fayyadamaa👇 ➡️ KNOVIS jalqabuuf👇. https://knovus.xyz/?ref=2OVYH9 ➡️  MARINA jalqabuuf👇. 👉App Download https://marina-protocol.com/link/referral?code=DARETUBE ➡️XENEA jalqabuuf👇. 👉App Download https://xenea.app/register/6q8GbZqAmK ➡️ AIR WALLET jalqabuuf👇. ➥App download Referral Code: 682bfe76323cd ➡️ SPUR jalqabuuf👇. 👉App Download https://spurprotocol.com/s/VwpApu64l ➡️ SYNTEX VERSE jalqabuuf👇. 👉App Download https://syntaxverse.com/rf/V9XZDZRW9B7 🔠🔠🔤🔣 1.Linkichaan galmooftanii achiin Applicationicha buustuu, sana booda  gmail fi password isa dura galmooftaniin Seentuu. 2. Gmail keessaniin seenuu qabdu. 3. Referral Codiidhaan seenuu qabdu. 4. Guyyaa guyyaan al tokko seenuun deebii guutuu qabdu. 5. Iddoo isiniif hin gallee, screenshot erguun gaafachuu dandeessuu.

Abbu Tech
43 492
Today's Old GP price ➡️2023 birr 1000 ➡️2016/22 birr 1300 ➡️January 2024 birr 900 ➡️February 2024 birr 900 ➡️March 2024 birr 400 April birr 200 💬Inbox @Abi_Jss

Abbu Tech
43 492
photo content

Abbu Tech
43 492
photo content

Abbu Tech
43 492
photo content

Abbu Tech
43 492
Dubbiilee Hayyoota Addunyaa 16: ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬       👉 @abbu_tech ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ 1. "Namoonni hedduu gorsa yoo fudhataniyyuu, kanneen itti fayyadaman beektota qofa. " — (Thomas Takias) 2. "Sababa teessee ilaaltuuf namoonni gurguddoo sitti fakkaatu. Kanaafuu ka’i!" — (Jecha warra Ingilizii) 3. "Ifa arguuf dukkana halkanii dabarsuun dirqama." — (Wiiliyaam Sheekispir) 4. "Kaleessaaf gaabbuu fi boruuf dhiphachuun guyyaa har’aa balleessuudha." — (Maaksim Troobey) 5. "Cabbii caalaa yoo addaatteyyuu, urjii caalaa yoo qulloofteyyuu ceephoo jalaa bahuu hin dandeessu." — (William Shekispir) 6. "Addunyaa kana jechi ibsu hin jiru." — (Jecha warra Morookoo) 7. "Nama carraa qabu galaanatti yoo darbatteyyuu qurxummii afaanitti qabatee baha." — (Jecha warra Arabaa) 8. "Namni suuta deemu dafee bakka yaade gaha." — (Jecha warra Chaayinaa) 9. "Daandii bakka yaadde si geessitu utuu hin beekiin adeemsa hin jalqabiin!" — (Jecha warra Ingilizii) 10. "Namni waan hundumaa hawwu nama guddaadha. Namni waan argachuu danda’u qofaa hawwu immoo nama ogeessadha." — (Jecha warra Aayilaandii) 11. "Namni dogoggora isaa mul’isee himatu akka nama kosii manaa haruuti." — (Maataammaa Gaandii) 12. "Nama tokko dogoggora isaa irraa deebisuun hojii guddaadha." — (Abrahan Liinkan) 13. "Namoonni hammuma gammachuuf of qopheessan gammadu." — (Abraham Liinkan) 14. "Namoota biroodhaaf hin yaadnu yoo taane, wanta namaaf gochuufii dandeenyu yoo dhiifne burqaa gammachuu tokko Akka gogsine beekuu qabna." — (Rey Liiman Wiilber) 15. "Gammachuu fi shittoon walfakkaatu. Utuu namootaaf biifanii ofiis urgeeffatu." — (Maaliif Waaltoo Imarsan) 16. "Maallaqni: √ Nyaata malee fedhii nyaataa hin bitu! √  Qoricha malee fayyaa hin bitu! √ Hordoftoota malee hiriyaa hin bitu! √ Hojjettoota malee Amanamtoota hin bitu." — (Heenriik Ibsan) 👉Join For More Abbu Tech 😇😇😇😇😇😇😇😇😇😇

🏴‍☠️ 🔠🟢🟢🔠 🔠🟢🔠🔠🔠🔠🔠 🔠🔤🔠🔣

Abbu Tech
43 492
Good Night fam😜

Abbu Tech
43 492
Namooti Group march 2024 of biraa qabdan amma carraa kana fayyadamaa Birr 500 @Abi_Jss

Abbu Tech
43 492
Group Member Baayyee qabu gatii bareedaan nan bita @Abi_Jss

Abbu Tech
43 492
photo content
+1

Abbu Tech
43 492
photo content

Abbu Tech
43 492
photo content

Abbu Tech
43 492
Registration Ongoing! Baay'ina namaa osoo hin taane namoota serious tahanii Life isaanii ittiin jijjiiruu barbaadan qofa Fudhanna!

Abbu Tech
43 492
GM 😊 Sanbata gaarii qabaadhaa❤️‍🔥

Abbu Tech
43 492
2024 jan/feb Group Birr 900 @Abi_Jss

Abbu Tech
43 492
2016-2022 Group birr 1400 Reseller dhaaf addatti ilaalachi jira! Group 20 barbaada Dm Fast @Abi_Jss

Abbu Tech
43 492
Family Galmeen eegaleera!‼️ 🔥Namoonni course forex fudhachuu feetan hundumaaf, Galmeen sa'aatii ammaa irraa kaasee jalqabeer
Family Galmeen eegaleera!‼️ 🔥Namoonni course forex fudhachuu feetan hundumaaf, Galmeen sa'aatii ammaa irraa kaasee jalqabeera galmaahuuf @Abi_Jss asiin na dubbisaa. 🖥Galmeen kan xumuramu hamma nama 20 guututti galmeen itti fufa kanaaf carraa kanatti fayyadamuun ammuma galmaahaa. Gatiin galmee $25 qofadha.💵 🥷Inbox @Abi_Jss

Abbu Tech
43 492
Galmee Forex trading kan marsaa duraa eegallee jirra! Kaayyoon keenya Namoota biyya keessati Course gurguran irraa adda taane
Galmee Forex trading kan marsaa duraa eegallee jirra! Kaayyoon keenya Namoota biyya keessati Course gurguran irraa adda taanee dargaggoota keenya tajaajiluu dha! Marsaa jalqabaa namoota 20 qofa barbaanna! Ulaagaa isin irraa barbaadamu hundumaa erga guuttanii booda Gara gareetti isin daballa! Barnooti Ji'a lamaaf kan turuu dha! Yeroo barnootaan alatti yeroon project garagaraa hojjettanii galchitanii fi Yeroon itti Team Waliin trade gootan ni jira! Baayyina namoota barbaadnee akkuma arganneen Galmee nu cufna! @Abi_Jss irra naaf barreessaa!❤️