ch
Feedback
Abbu Tech

Abbu Tech

前往频道在 Telegram

🌟 Stay Ahead in Technology! 🔹 Get the latest tech news and updates 🔹 Discover insights and trends in crypto Join us as we explore the future of tech Buy ads: https://telega.io/c/Abbu_Tech CEO: @Abi_Jss

显示更多

📈 Telegram 频道 Abbu Tech 的分析概览

频道 Abbu Tech (@abbu_tech) 是活跃参与者。目前社区聚集了 43 051 名订阅者,在 技术与应用 类别中位列第 3 123,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 746

📊 受众指标与增长动态

невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 43 051 名订阅者。

根据 28 六月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 1 594,过去 24 小时变化为 182,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 3.17%。内容发布后 24 小时内通常能获得 1.21% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 1 363 次浏览,首日通常累积 519 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 10
  • 主题关注点: 内容集中在 liquidity, syntax, chart, dev, vault 等核心主题上。

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
🌟 Stay Ahead in Technology! 🔹 Get the latest tech news and updates 🔹 Discover insights and trends in crypto Join us as we explore the future of tech Buy ads: https://telega.io/c/Abbu_Tech CEO: @Abi_Jss

凭借高频更新(最新数据采集于 29 六月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 技术与应用 类别中的关键影响点。

43 051
订阅者
+18224 小时
+5047
+1 59430
帖子存档
Abbu Tech
43 051
✅Me jara Keenyaa Warri Premuim Qabdan Boost Godhaame Channel Kana
Me jara Keenyaa Warri Premuim Qabdan Boost Godhaame Channel Kana

Abbu Tech
43 051
📅 OCTOBER 17, 2025 — OFFICIAL DAILY QUIZ ANSWERS ✅ Knovus → C ✅ Marina → A ✅ Xenea → D ✅ Spur → C ✅ Syntax → C Syntax vault: 2 7 6 3

Abbu Tech
43 051
Sababni isaa Mootiin Crypto gad deemaa waan jiruufi $BTC = $107K

Abbu Tech
43 051
Crypto isn't looking Good
Crypto isn't looking Good

Abbu Tech
43 051
TON Ecosystem Today Token Prices (with ATHs ) $BLUM = $0.050 $PX **** = $0.026 (ATH: $0.77) $NOT = $0.00083 (ATH: $0.027) $MAJOR = $0.11 (ATH: $1.7) $DOGS = $0.000068 (ATH: $0.0016) $HMSTR = $0.00040 (ATH: $0.0085) 🪙 Other Token Current Prices: 🤑$BTC = $107K 🤑$ETH = $3831 🤑$SOL = $181 🤑$TON = $2.11 🔸$BNB = $1109 🪙$BGB = $4.60

Abbu Tech
43 051
Xenea Wallet New Astra Nova Quiz Answers: 1) A 6) A 2) A 7) D 3) C 8) C 4) D 9) B 5) B 10) D
Xenea Wallet New Astra Nova Quiz Answers: 1) A     6) A 2) A     7) D 3) C     8) C 4) D     9) B 5) B     10) D

Abbu Tech
43 051
Guys Binance fi bybit irra maaltu uumame? P2P exchange kana lamaan irratti Rakkoo ta'ee jira...sababni maalii akka jiru fi wanta kana duuba info kam akka jiru ammalle adda bafachuu hin dandeenye Exchange kana lamman irra Max Price 161 dhaan usdt 1 jijjiiramaa kan jiru ....isumayyu ads yeroo hedduu fudhataa hin jiru! Guyyaa darbe kana Ethio telecom datadhan wifi dhan binance naaf banu didennan safaricom fayyadamaa ture Sababa waan kanaa amma dandeenye barbaadnee isin biraan ni geenya...namooti usdt gurgurtan garuu yeroof exchange kanneen biroo yoo fayyadamtan bareedaa natti fakkaata Waan haaraan hanga isiniif deebibu obsaan nu eegaa!❤️ Halkan Gaarii!

Abbu Tech
43 051
📅 OCTOBER 16, 2025 — OFFICIAL DAILY QUIZ ANSWERS ✅ Knovus → D ✅ Marina → A ✅ Xenea → A ✅ Spur → B ✅ Syntax → C Syntax vault: 2 9 5 8

Abbu Tech
43 051
Namoonni giruupp baayinaan bittanii kaa'aa jirtan yeroo ammaa kana of eeggannoo gaarii godhaa...account namoota hedduu akkasuma giruuppii baayyeen ugguramanaa jira Sababa kanaafis gatiin kana duraa baayyee gad buhaa jira

Abbu Tech
43 051
🫳Maatiin Trump crypto 1 billion 1 ol hojjataniiru keessatu mucaa isaa. 🫳Qoyi gaaffiin koo. Otoon mucaa trump ta'e, sila ganamaan ka'ee gaaffii tokko dhiyyeessa. Trump essa deemta jedheen gaafadha, inni deebiseefi warri chayyinaa kanatii dhaqeen itti hima liklik eshee.🤔 ➥Yeroo sana maal hubadheere jara keenya. Crytpon waan gad bu'uuf. Dollar maatii koo hunda qabaadheen ta'aa. ➥Gowwaadha malee sana olii buufata ture. ➥Silaa abbaa isaati waan dubbatu ni beeka. Amma immoo media bahanii billion tokko buufanneera, lubbuu kuma 2 ol gaalafatanii🤔 Safuudha Abo!

Abbu Tech
43 051
🫡InterLink Verified Taane. ✅ Jabaadha, Hojjaadha. hojiin isaa karaa lamaanidha 1. kophaan hojjachuu 2. Groupiin Hojjachuu. H
🫡InterLink Verified Taane. ✅ Jabaadha, Hojjaadha. hojiin isaa karaa lamaanidha 1. kophaan hojjachuu 2. Groupiin Hojjachuu. Haaraa Yoo taatan Link Kana fayyada Erga fixanii Barnoota fudhaachuun Ambassador ni taatu @daretube

Abbu Tech
43 051
🫳 Interlink Baayyee dhibbaa hojjachaa jira, Ammayyuu Yeroo qabdu. 🫳Groupiin kun @daretube Waayyee Interlink qofadha. ⚡️Gaaf
🫳 Interlink Baayyee dhibbaa hojjachaa jira, Ammayyuu Yeroo qabdu. 🫳Groupiin kun @daretube Waayyee Interlink qofadha. ⚡️Gaaffii kamiyyuu gaafachuu ni dandeessu. ⚡️Video inni gubbaa like comment jedhee kanan isin rakkisuu badhaasa Dollar waan qabnuufidha. Innis Dorgomuu dandeessu. ⚡️Akkaata isaa hunda isin deeggaraa. Only InterLink ➥ @daretube .

Abbu Tech
43 051
Task 2 🫳Badhaasa nama 4 f ✌️Mee video kanaan Sadarkaa keessa yoo baane, namoota 4 badhaasa nan kenna. https://youtube.com/shorts/EcNE4W_XxC4?si=Wz-JtKoCORpcpSV7 Seenaa A. like fi B. Comment bareessaa. Interlink jedhaa. Badhaasa guddaa qaba🙏 🫳Nan amana sadarkaa keessa akka baanu.✌️ ➥Please Screenshot qabadhaa.🤔

Abbu Tech
43 051
Good Morning Everyone ✌️

Abbu Tech
43 051
Haayyee. 🫳Badhaasa ✌️Mee video kanaan Sadarkaa keessa yoo baane, namoota 4 badhaasa nan kenna. https://x.com/darebible07/status/1978519642608939095?t=MIutVWRE4t36zX5N7oguRA&s=19 Seenaa like fi Comment bareessaa. Interlink jedhaa. Badhaasa guddaa qaba🙏 🫳Nan amana sadarkaa keessa akka baanu.✌️

Abbu Tech
43 051
Hubadhaa. ✅Binance fi Bybit wal dorgommaa jiru fakkaata. Gidduu kana immoo fayyadamtoonnii Enyu isinitti fakkaata. Jabaadhamee jara keenya. ❇️Open. Binance, Bybit and OKX ✅

Abbu Tech
43 051
Bybit Alphaanis dhufaa jira.😁
Bybit Alphaanis dhufaa jira.😁

Abbu Tech
43 051
Binance amma hojjechaa jira check godhadhaa.

Abbu Tech
43 051
🫳Warri Binance isin rakkiseef Obsaa.✌️
🫳Warri Binance isin rakkiseef Obsaa.✌️

Abbu Tech
43 051
📅 OCTOBER 15, 2025 — OFFICIAL DAILY QUIZ ANSWERS ✅ Knovus → A ✅ Marina → B ✅ Xenea → A ✅ Spur → D ✅ Syntax → A (Syntax vault
📅 OCTOBER 15, 2025 — OFFICIAL DAILY QUIZ ANSWERS ✅ Knovus → A ✅ Marina → B ✅ Xenea → A ✅ Spur → D ✅ Syntax → A (Syntax vault 3-2-6-8)