Abbu Tech
前往频道在 Telegram
🌟 Stay Ahead in Technology! 🔹 Get the latest tech news and updates 🔹 Discover insights and trends in crypto Join us as we explore the future of tech Buy ads: https://telega.io/c/Abbu_Tech CEO: @Abi_Jss
显示更多📈 Telegram 频道 Abbu Tech 的分析概览
频道 Abbu Tech (@abbu_tech) 是活跃参与者。目前社区聚集了 44 806 名订阅者,在 技术与应用 类别中位列第 2 998,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 715 位。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 44 806 名订阅者。
根据 10 七月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 2 966,过去 24 小时变化为 37,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 3.33%。内容发布后 24 小时内通常能获得 1.23% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 1 489 次浏览,首日通常累积 551 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 8。
- 主题关注点: 内容集中在 liquidity, syntax, chart, dev, vault 等核心主题上。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“🌟 Stay Ahead in Technology!
🔹 Get the latest tech news and updates
🔹 Discover insights and trends in crypto
Join us as we explore the future of tech
Buy ads: https://telega.io/c/Abbu_Tech
CEO: @Abi_Jss”
凭借高频更新(最新数据采集于 11 七月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 技术与应用 类别中的关键影响点。
44 806
订阅者
+3724 小时
+9217 天
+2 96630 天
帖子存档
44 806
Member tokko tokko Comment irati project Telegramis ta'e Telegram alaa channel kana irati nuti hin eegale akkam ta'e jitani nu gaafatu...
Kan nuti deebisuu dandeenyu kan channel kana irati jalqabame dha
Yoo isin nu gaafachuu dhistanis Update jiru hordofnee isin biran ga'un ga'e Kenyadha
Comment irati waan isiniif hin galle kan gaafatan hanga nuf danda'ame isiniif deebisa jira ammas tanan waan isini hin galle gaafachu dandessu
Dabalataan maxxansaa post ta'u Admin kam akka post godhe yeroo hunda ilaalu hin dagatinaa
44 806
#CPEB
CPEN YouTube Video Code hunda!
Video Title : The Hidden Money Maker Answer 👉
Node
Video Title: How to Safely Store Your Crypto Answer 👉 Secure
Video Title: Crypto Trading Made Easy with AMMS Answer 👉 AMM
Video Title: Unlocking the Magic of Liquidity Pools in Crypto Answer 👉 liquiditypools
Video Title: Crypto Burning: The Digital Black Hole Explained Answer👉 Burn
Video Title: Navigating the NFT Landscape Answer👉 NFT
Video Title: Blockchain Gas Fees. Answer 👉 gasfee
Video Title: What is PancakeSwap. Answer 👉 Dex
Video Title: Smart Contracts & Tokens. Answer 👉 SMARTCONTRACT
Video Title: DeFi – Decentralized Finance. Answer 👉 Defi
Video Title: Meme Tokens Explained in One Minute. Answer👉 meme
Video Title: What is Blockchain Technology. Answer 👉 Blockchain
Video Title: Five ways to earn. Answer 👉 Earn
Video Title: Streaks: Maximize Your Mining Rewards. Answer 👉 Streak
Video Title: Sustainable Blockchain for Everyone. Answer 👉 Change
Video Title: Earn While You Share: Discover cPen. Answer 👉 Cpen44 806
Kucoin fayyadamtoota isaa kanneen Paws token isaanii dursanii gara Kucoin exchangetti galchaniif hanga Amajjii 25tti bonasii $50 akka kennu beeksiseera.
Haa ta'u malee, Kucoin warra hanga Amajjii 25tti Dursanii Token isaanii galchaniif badhaasa qopheessullee, filannoon gara Kucoin erguu yeroo ammaa marsariitii Paws irratti hin hammatamne Kunis sababa guyyaan TGE Paws yeroo biraatti darbuu isaatiin.
Waan Haaraa Update Tahan yoo arganne dafnee isin beeksisna
@Abbu_Tech
44 806
Passport Ariifachiisaa
✅Kan Guyyaa 2 Keessatti Fudhattan
✅ Kan Guyyaa 5 Keessatti Fudhattan
Bakka Jirtan Teessanii Nu biratti Xumurachuu Dandeessu!
@Abi_Jss irratti Naaf barreessaa!
@Abbu_Tech
@Urjii_Net
@Oro_Arsenal
44 806
🧐 KGeN
New Task
✅ App isa play store ira download godha kanan duraa qabdu yoo ta'e Update
✅ Email jalqaba Signup gotanin erga galtani profile keessa Biometric Add godha
✅ Then website isani irati deebi'un complete the task
friends/clan chiefs:
9GDIMT
✈️ @Abbu_Tech44 806
Cpen Eegaltanii Jia dhuftu keessa List ta'a
Aidrop App dhaan hojjetamuudha
App Link: https://play.google.com/store/apps/details?id=io.cpen.mobile
Referall Code: abbutech
Task Hunda hojjedhaa...
Video Code nii jira siniif maxxansina
KWC waan isin gaafatuuf Full Name keessan yoo Fayyadamtan Gaariidha
KWC kan Xumurtan Erga Mining Guyyaa 5 hojjetanii booda dha!
44 806
PlayStore Seenuun App Ariwallet Update godhaa Task haaraan ni jira
Hanga Ammaa hin eegallee? SEE DETAILS
44 806
#Seed_Update
SuiVision irraa Kan Argame
Seed Total Supply 1 Billion
70% Community dhaaf!
44 806
MagicNewton
Discord Kessan Connect gochuudhan Daily Dice Roll yeroo gotan Bonus 1.5x hanga 3x argachuu dandessu
✅ Click profile icon
✅ Account
✅ Connect Discord
Discord isani Join kan hin goone join here
Dabalatan Task Guild irra jiru xumura
Link: https://guild.xyz/magic-newton
📌 Guild Task Quiz Answer: B, D, D, C, A
✈️ @Abbu_Tech
