Abbu Tech
前往频道在 Telegram
🌟 Stay Ahead in Technology! 🔹 Get the latest tech news and updates 🔹 Discover insights and trends in crypto Join us as we explore the future of tech Buy ads: https://telega.io/c/Abbu_Tech CEO: @Abi_Jss
显示更多📈 Telegram 频道 Abbu Tech 的分析概览
频道 Abbu Tech (@abbu_tech) 是活跃参与者。目前社区聚集了 44 741 名订阅者,在 技术与应用 类别中位列第 3 005,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 716 位。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 44 741 名订阅者。
根据 09 七月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 2 899,过去 24 小时变化为 169,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 3.31%。内容发布后 24 小时内通常能获得 1.24% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 1 479 次浏览,首日通常累积 552 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 9。
- 主题关注点: 内容集中在 liquidity, syntax, chart, dev, vault 等核心主题上。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“🌟 Stay Ahead in Technology!
🔹 Get the latest tech news and updates
🔹 Discover insights and trends in crypto
Join us as we explore the future of tech
Buy ads: https://telega.io/c/Abbu_Tech
CEO: @Abi_Jss”
凭借高频更新(最新数据采集于 10 七月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 技术与应用 类别中的关键影响点。
44 741
订阅者
+16924 小时
+1 2057 天
+2 89930 天
帖子存档
44 741
+2
Ticket 10 argachuuf step kana hordofaa
✅ inni jalqabaa airtime bilbila keessanitti guuttu kana jechuun qarshii tokko tokkoon sia shan guuttu gaafa akkas gootan ticket 5 siniif laata kana jechuun ‼️ waluduukaa qarshii 5 guutnaan garuu ticket 1 qofa sinii laata kanaafuu qarshii tokko tokoon guutuun ticket 5n argachuu dandeessu
✅ inni biraan package bituun ticket 5n argachuu dandeessu kanammoo package bituudhaan argattu kanas package qarshii 1 kan sms,voice,telegram package fi internet keessaa kan sinitti tole sia shan bituun ticket 5 argachuu dandeessu
Walumaa gala lamaan isaa irraa ticket 10 haala kanaan sassaabuun carraa keessan yaaluu dandeessu kana malees kara agent telebirr bira dhaquun payment kaffaluun argachuu dandeessu kana malees karatti ticket argattan baayyeetu jira kun hundumaa keessaa baayyee salphata jedheeni
Haala kanaan ticket sassaabuun carraa keessan yaalaa
#irra deebiin_carraa_gaarii
✍@joseph1job
44 741
🔥 Walrus will be listed on: Kraken, Bybit, KuCoin, MEXC, Gate, Bitget...
✅ Claim link: https://claim.walrus.xyz
🖥 Contract Address:
0x356a26eb9e012a68958082340d4c4116e7f55615cf27affcff209cf0ae544f59::wal::WAL
📌 Claim Not started yet
Listing Time: 7:00
Claim gochuudhaf Fee Sui $1_$2 ta'u hold godha
44 741
+2
#mata_duree_ala
Ethiotelecom akka yeroo darbee ammas ayyaana iidiif maamiloota isaaf badhaasa qarshii 15,000,000 qopheesseera
Badhaasa kanaratti hirmaachuufis telebirr fayyadamuun card guutuu , package bituu , qarshii telebirr dhaan gaafa ergitaan ticket ittiin irratti hirmaattan siniif laata
Ticket sinii laatamuun spin gochuun hirmaachuu dandeessu carraa keessan taanan hanga qarshii 100 hanga 100,000 badhaafamuu dandeessu
Badhaasni kun hanga gaafa 22 ttidha ykn guyyaa 4 booda nii dhuma
Carraa gaarii
44 741
🔈BINGX, Seed Xumura torbee kanaatti claim akka ta'uu dandahu beeksisanii jiru,kana jechuunis Sanbata ykn Dilbata ta'a jedhamee eegama, Akkasuma Namoota 150 Dafanii Bingx irratti Claim godhaniif kennaa dabalataa $5-500 gidduutti tahu akka qopheessanii jiran beeksisaniiru
🔜First come first served!
✈️Abbu Tech
44 741
Namni Isin invite gootan Nama yeroo dhiyootti binance banate yoo tahe kennaa isin argattan ni dabala!
44 741
+1
Binance red packet ayyaana Ramadaaniif qopheesse guyyaa 5 booda dhuma kanaafuu nama invite gootanii red packet tokko argachuu dandeessu
Suuraa Kana Download gochuun Haala video irraan claim godhaa!
Namoota Binance qabdan qofaafidha!
44 741
🔈 akkam jirtu maatii abbuu tech hara,a waan haaraa sinii qabannee dhufneerra
✳️ kana booda meeshaa garaa biyyaa alaatii ajajachuu yoo barbaaddan kara keenya ajajachuu dandeessu
✳️ aliexpress , alibaba , shein irraa wanta barbaaddan ajajachuu ykn order gochuu yoo barbaaddan kara salphaa kara keenya order godhachuu dandeessu
✳️ meeshaa ajajjan kanas magaalaa jirtanitti ykn bakka jirtanitti kara mana poostaa siniif ergina
✳️ biyya kanaa gatiin qodaa yoo sinitti minyaa,e kara salphaa qarshii muraasaan order godhachuu dandeessu
Qodaa barbaaddan akkasumas qodaa guyyaa guyyaatti post goonu ilaaltanii bituuf channel kana join godhaa
👉 https://t.me/Oro_online_shopping
👉 https://t.me/Oro_online_shopping
44 741
airpod kana namni bitachuu barbaadu yoo jiraate DM
Guyyaa lama booda dollar 15$ gala amma garuu dollar 7.7$ dha
