ch
Feedback
Abbu Tech

Abbu Tech

前往频道在 Telegram

🌟 Stay Ahead in Technology! 🔹 Get the latest tech news and updates 🔹 Discover insights and trends in crypto Join us as we explore the future of tech Buy ads: https://telega.io/c/Abbu_Tech CEO: @Abi_Jss

显示更多

📈 Telegram 频道 Abbu Tech 的分析概览

频道 Abbu Tech (@abbu_tech) 是活跃参与者。目前社区聚集了 43 202 名订阅者,在 技术与应用 类别中位列第 3 121,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 745

📊 受众指标与增长动态

невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 43 202 名订阅者。

根据 29 六月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 1 571,过去 24 小时变化为 27,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 3.15%。内容发布后 24 小时内通常能获得 1.18% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 1 358 次浏览,首日通常累积 507 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 10
  • 主题关注点: 内容集中在 liquidity, syntax, chart, dev, vault 等核心主题上。

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
🌟 Stay Ahead in Technology! 🔹 Get the latest tech news and updates 🔹 Discover insights and trends in crypto Join us as we explore the future of tech Buy ads: https://telega.io/c/Abbu_Tech CEO: @Abi_Jss

凭借高频更新(最新数据采集于 30 六月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 技术与应用 类别中的关键影响点。

43 202
订阅者
+2724 小时
+5667
+1 57130
帖子存档
Abbu Tech
43 194
Guys Link armaan gadii tuquun Comment suuraa irraa argitan like godhaa....Badhaasa guddaa tahuu baatu illee badhaasa achirraa
Guys Link armaan gadii tuquun Comment suuraa irraa argitan like godhaa....Badhaasa guddaa tahuu baatu illee badhaasa achirraa argamu as irratti deebisnee member dhaag giveaway goona! https://www.facebook.com/share/1BADq7GTVt/ Giveaway ayyaana akkam tahe? Bor Galgala sahati 2 booda!

Abbu Tech
43 194
Wow Kunimmoo Waan Ajaayibaa!❤️ Binance Irratti P2p osoo trade gootani akka carraa dagattanii namni biraan appeal yoo dhifeeyy
Wow Kunimmoo Waan Ajaayibaa!❤️ Binance Irratti P2p osoo trade gootani akka carraa dagattanii namni biraan appeal yoo dhifeeyyate....kallattiin akka yaadachiisaatti Local Sms dhaan erguu jalqabanii jiru Binance Forever😁

Abbu Tech
43 194
Baga Geessan #Jijjiirama_Waggaa_Ayyaantutu_Arga! Ummata Itoophiyaa Hundaan Baga Bara Haaraa 2018 Nagaan Geessan/Geenye Jedhuu
Baga Geessan #Jijjiirama_Waggaa_Ayyaantutu_Arga! Ummata Itoophiyaa Hundaan Baga Bara Haaraa 2018 Nagaan Geessan/Geenye Jedhuun, Barri Haaraan Kan Nagaa, Gammachuu, Fayyaa, Badhaadhinaafi Milkaa'inaa Akka Ta'u Hawwa! #Bara_Gaarii! ለኢትዮጵያ ሕዝብ በሙሉ እንኳን ለአዲሱ ዓመት 2018 በሰላም አደረሳችሁ/አደረሰን እያለ፤ አዲሱ ዓመት የሰላም፣ የደስታ፣ የጤና፣ የብልፅግናና የስኬት ዓመት እንድሆንልን ተመኝቷል! #መልካም_አዲስ_ዓመት!

Abbu Tech
43 194
😀Monad total supply: 100 billion Confirmed🥹
😀Monad total supply: 100 billion Confirmed🥹

Abbu Tech
43 194
2017 Jecha gabaabaa kamiin ibsitu?😁

Abbu Tech
43 194
2017 Walumaa galatti Tilmaamaan Qarshii hagamii hojjettan? Online qofa[Projectoota jiran hunda irraa]
Anonymous voting

Abbu Tech
43 194
✌️Datagram partner with Hooked
✌️Datagram partner with Hooked

Abbu Tech
43 194
photo content

Abbu Tech
43 194
➥Wow Bybit P2P is back 🤣Pls Haa amanamnu🙏😂
➥Wow  Bybit P2P is back 🤣Pls Haa amanamnu🙏😂

Abbu Tech
43 194
⚽️🔥Who will be stronger? 📲📲LINK 👉 https://bit.ly/3JHbacr ✅✅PROMOCODE 👉 ABBUTECH Ecuador has missed only one goal in five
⚽️🔥Who will be stronger? 📲📲LINK 👉 https://bit.ly/3JHbacr ✅✅PROMOCODE 👉 ABBUTECH Ecuador has missed only one goal in five matches on their home pitch, but now reigning world champions Argentina are coming. Can Argentina break through the hosts solid defense? Catch Latin American drive with Melbet

Abbu Tech
43 194
ONE FOOTBALL CLUB AIRDROP UPDATE !!!! Complete Pre-TGE Registration Event !! Steps: - Connect Your OFC Email ID - Collect You
ONE FOOTBALL CLUB AIRDROP UPDATE !!!! Complete Pre-TGE Registration Event !! Steps:
- Connect Your OFC Email ID - Collect Your Season 1 & Season 2 Points (BALLS ) - Follow Social Tasks - Claim Registration Badge
Link: CLICK How many Points you got? Hub: ➥Not Officail garuu Admin OFC irraatti, Tarii criteria Yoo godhani jedheeni

Abbu Tech
43 194
Congratulations 🎉 30K Done ✔️

Abbu Tech
43 194
$BLESS AIRDROP UPDATE !! If you are not eligible for the $BLESS airdrop, fill out the form below: ✅ Link: CLICK 😎
$BLESS AIRDROP UPDATE !! If you are not eligible for the $BLESS airdrop, fill out the form below: ✅ Link: CLICK 😎

Abbu Tech
43 194
Gatiin Group Yeroo ammaa kanatti baayyee gad buhee jira! Yeroo bituu eegallu deebine isin beeksisna

Abbu Tech
43 194
Gatiin Oldgroup baayyee gad buhee jira Nuti Immoo Ayyaana ilaalchisuun Gatii kana duraan bituufi OLD Group Namoonni qabdan Ayyaana kanatti ittiin Lukkuu bitachuu dandeessu😀🐓🐓👀👀 ➽  2016-2022 birr 1400 ➽  2023 birr 1200 🔠🔠🔠🔠 ➽january             900 birr ➽february           900 birr ➽march               800 birr ➽april          500 birr ➽may          350 birr ➽june               Low Price ➽july                Low Price ➽august          Low Price Just Send Your Group Link 🔵@Abi_Jss

Abbu Tech
43 194
#Me Pass Kaayyoon project kanaa inni guddaan Rakkatoota gargaaruufidha. From CEO Seenaatii update godhadhaa. 1. Me pass 1mec
#Me Pass Kaayyoon project kanaa inni guddaan Rakkatoota gargaaruufidha. From CEO Seenaatii update godhadhaa. 1. Me pass 1mec = 20$ ni gala jedhameetu eegama, ji'oota lamaan darban keessa dollar 2.9$ hanga 3$ gurguramaa ture, amma immoo 5$ gaheera. Link kanaan seenuu dandeessu. https://i.mec.me/?c=qtcvy56s Linkii kanaan seentanii verified godhadhaa, verified dirqaama. Ykn appicha buusaatii Sign up godhaadhaa.     Download App Invitation Code: qtcvy56s Code gubbaa galchuun passport ykn National ID verify gochuu dandeessu. Yoo verified taatan suura gubbaati jiruutu iddoo Me ID jedhu irratti isiniif dhufa. Hojiin isaa. 1. jechoota kanaa gad jiraan keessa al tokko qofa guutudha. Jechoota lamaan kana 1. Enhance happiness for a better life 2. Maintain ecological balance to promote  fi   sustainability Kan jedhu bakka duwwaa irratti guyyaa guyyaan paste gootanii baatu. Lamaan keessa tokko jechuun akka isin gaafateetiidha. +Yoo gaaffiin jiraate commentii jala kaa'a.

Abbu Tech
43 194
ALL QUIZ ANSWERS FOR TODAY 09/09/2025 !!!! 1. Spur Protocol ✅️ D 2. Ari-Chain         ✅️ C 3. Xenea                ✅️ C 4. Marina              ✅️ A 5. Syntax Verse  ✅️ C 6. Syntax Vault Pattern ✅️7-2-3-4 7. KNOVUS ✅ D

Abbu Tech
43 194
Hidhi laga Abbayyaa kun seenaa keessatti: ➡️ waggaa 14 kana keessatti Hojii isaa irratti nama 10K caalutu hojjete. ➡️ akka Af
+2
Hidhi laga Abbayyaa kun seenaa keessatti: ➡️ waggaa 14 kana keessatti Hojii isaa irratti nama 10K caalutu hojjete. ➡️ akka Afrikaatti guddina isaatiin 1ffaa dha. ➡️Anniisaa inni maddisiisuu MW 5,150 ol maddisisa. ➡️asii oliin (dhaabbii) isaa 170m dheerata. ➡️bal'inni Dalgeen isaa 246KM dha ➡️Hidhaan duubatti KM 1.8 dheerata. ➡️Odolawwan 72 uume.( Bakka bashanannaa fi oomisha qurxummii fi kan oolu) ➡️Waggaatti doolara biiliyoona tokko gabaa jijjirraa maallaqa ammaatiin (142,199,700,000.00 Ethiopian Birr) galcha jedhamee tilmaamama. sabni guutummaan baga gammaddan Abiy Ahmed Ali ❤️🙏 Via: @Solabedasa Facebook page

Abbu Tech
43 194
𝐁𝐚𝐠𝐚 𝐆𝐚𝐦𝐦𝐚𝐝𝐚𝐧!
𝐁𝐚𝐠𝐚 𝐆𝐚𝐦𝐦𝐚𝐝𝐚𝐧!

Abbu Tech
43 194
#interlink #ITLG 👉Interlink jedhama. 🔊Ani Akka Ambassador Interlinkitti Hojjachaan jira. ➡️
Gabaabumati, video keessa hundu jira, Robot ta'uu dhiisu keessan verified gootu, achin mine godhuudha. 🟩Hubachisaa InterLink kun Google fi Sumsang, Toshiba fi kkf kan deggaramee fi verified ta'e jira garuu namoota million 3 Visa kenuuf qophii isaa xumureera. 😀Hojiin isaa saatii afur afurrin all tokko seenuudha. 😀hirriyoota keessan yoo affeertan immoo Ambassador Interlink taatu Dollar fi $ITLG token argatu. 😀Verified ta'uun dirqaama sana ta'uu baanan Robotidha jedhee fudhaata. 😀Kanaaf ammuma jalqabaa, hojjadha of jijjiiraa. ➥Spinin waan dhufuuf of keessa hanga dollar 100 ti qaba carraan kin isin jala hin darbin.
➥Jalqabuuf step kana hordoffaa 1. Download app 👉  Download 2. Sign up and create your interlink ID and password 3. verify your face 4. Claim  $ITLG at Interlink  App. 5. Verify Email and Click Referral. Submit Code: 8968068 & Claim 1000  $ITLGTokens. ⭐ Rakkoo isin mudateef  👉 .