ch
Feedback
Abbu Tech

Abbu Tech

前往频道在 Telegram

🌟 Stay Ahead in Technology! 🔹 Get the latest tech news and updates 🔹 Discover insights and trends in crypto Join us as we explore the future of tech Buy ads: https://telega.io/c/Abbu_Tech CEO: @Abi_Jss

显示更多

📈 Telegram 频道 Abbu Tech 的分析概览

频道 Abbu Tech (@abbu_tech) 是活跃参与者。目前社区聚集了 43 899 名订阅者,在 技术与应用 类别中位列第 3 058,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 732

📊 受众指标与增长动态

невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 43 899 名订阅者。

根据 04 七月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 2 308,过去 24 小时变化为 91,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 3.33%。内容发布后 24 小时内通常能获得 1.24% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 1 461 次浏览,首日通常累积 544 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 10
  • 主题关注点: 内容集中在 liquidity, syntax, chart, dev, vault 等核心主题上。

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
🌟 Stay Ahead in Technology! 🔹 Get the latest tech news and updates 🔹 Discover insights and trends in crypto Join us as we explore the future of tech Buy ads: https://telega.io/c/Abbu_Tech CEO: @Abi_Jss

凭借高频更新(最新数据采集于 05 七月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 技术与应用 类别中的关键影响点。

43 899
订阅者
+9124 小时
+1 0307
+2 30830
帖子存档
Abbu Tech
43 945
Good Morning fam❤️

Abbu Tech
43 945

Abbu Tech
43 945
Repost from N/a
Why You Need a Trading Plan? Trading without a plan? Then you deserve to lose.🙄 Let’s get one thing straight. If you’re trading without a clear, tested plan, you’re not a trader, you’re just another gambler praying for luck. And guess what? The market doesn’t care about your feelings. It will eat you alive if you show up unprepared. The cold, hard truth is, Losers trade on emotions, chase setups blindly, ignore structure, and that’s exactly why they keep losing. Winners? They move with precision. They execute based on a plan. They follow rules like it’s a religion. They don’t hesitate. They dominate.🏹 So, ask yourself.😌 Are you here to play games, or are you here to take over? This isn’t optional Chief. It’s neither a suggestion. This is mandatory. You need a trading plan that’s battle-tested, simple, and deadly effective. No fluff. No distractions. No excuses.By failing to plan, you are planning to fail.” – Benjamin Franklin Read that again. Tattoo it in your mind. Then get to work. 🥂 You don’t know how to make a trading plan? Well, I’m here to help. More on this in my next #bootcamp. #milk_boy Don't forget to add others to the channel and following me. Telegram: https://t.me/market_milker_boy IG: https://www.instagram.com/market_milker_boy_2024?igsh=MXN5a2MxaXA1Njhkaw%3D%3D&utm_source=qr

Abbu Tech
43 945
Biyya keenya keessatti yeroo baayyee waanti baratame Course sell gochuudha! Namooti baayyeen Method garagaraa fayyadamuun Osoo ofii isaanii trader sirrii hin tahin course namatti gurguraa oolu, kan isaan argatan course gurguruu qofa irraati! Akkasuma inni biraan namoota Vip jechuun Tips gargaraaa qarshii gaafachuun kennan irraa of eeggadhaa! Namni kamuu Crypto irraa ykn forex trading irraa yeroo tokko qarshii guddaa argachuu dandaha! Garuu hanga consistency hin taanetti Nama kamuu hin qabdan Eenyu illee 100% market tilmaamuu hin dandahu! Barachuun keessan fedhii keessaniin malee motivation nama biraan tahuu hin qabu!... Bor itti fufee isiniif barreessa

Abbu Tech
43 945
Forex_Trader_Guide_By_Abbu_Tech.pdf0.03 KB

Abbu Tech
43 945
Forex Trading biyya keenya keessa sadarkaa akkamii irra jira Namoota akkamiitu trade godhaa jira? Trader cimaa tahuuf maal gochuun qaba? Obsaan na eegaa.....

Abbu Tech
43 945
X account Pumpfun yeroo ammaa suspended tahee jira
X account Pumpfun yeroo ammaa suspended tahee jira

Abbu Tech
43 945
Akkam jirtu family Namoonni Group kan dur baname (old group) kan qabdan gurgurachuu dandeessu. Kan bara 2016-2022 tti baname warri qabdan (birr 1400) Kan 2023 baname; Ji'a 1-5 = birr 450 Ji'a 6-8 = birr 400 Ji'a 9-12 = birr 300 Ammuma keessan nu dubbisuun gurguradhaa.
❗️REM1: yoo group keessan 0 ta'ellee rakkoo hin qabu nuti kan barbaannu bara itti baname qofadha. yoo group keessan nama 0, 1000 ykn 10000 ta'ellee gatiin isaa tokkumadha

❗️REM2: namoonni group gurgurachuu barbaaddan dura waan isin beekuu qabdan; 1: 2FA ykn 2 step verification qabaachuu 2: group visible hin taane tasuma natti hin fidinaa 3: group clear history tahe natti hin fidinaa 4: namni yeroo gubu akkuma sanaan block godhama 5: jalqaba owner kennama sana booda kaffaltiitu kennama Ulaagaa Kana hundumaa kan hin guunne hin dhufinaa
📥Inbox @Abi_Jss 📥Inbox @Abi_Jss

Abbu Tech
43 945
photo content
+1

Abbu Tech
43 945
⚡️ Sonic Airdrop Season 1 Get ready to claim a few weeks after the season ends on June 18 🥰🥰
⚡️ Sonic Airdrop Season 1 Get ready to claim a few weeks after the season ends on June 18 🥰🥰

Abbu Tech
43 945
Today Ari & Xenea wallet Daily Quiz Answer AriChain = [B] XENEA = [Option 2] Date: June - 17
+1
Today Ari & Xenea wallet Daily Quiz Answer
AriChain = [B] XENEA =  [Option 2]
Date: June - 17

Abbu Tech
43 945
_GM Everyone_

Abbu Tech
43 945
Garaagarummaa Crypto trading fi forex trading ni beektuu? Fedhii guddaa kamiif qabdu?
Anonymous voting

Abbu Tech
43 945
Akkam jirtu family Namoonni Group kan dur baname (old group) kan qabdan gurgurachuu dandeessu. Kan bara 2016-2022 tti baname warri qabdan (birr 1400) Kan 2023 baname; Ji'a 1-5 = birr 450 Ji'a 6-8 = birr 400 Ji'a 9-12 = birr 300 Ammuma keessan nu dubbisuun gurguradhaa.
REM1: yoo group keessan 0 ta'ellee rakkoo hin qabu nuti kan barbaannu bara itti baname qofadha. yoo group keessan nama 0, 1000 ykn 10000 ta'ellee gatiin isaa tokkumadha
REM2: namoonni group gurgurachuu barbaaddan dura waan isin beekuu qabdan; 1: 2FA ykn 2 step verification qabaachuu 2: group visible hin taane tasuma natti hin fidinaa 3: group clear history tahe natti hin fidinaa 4: namni yeroo gubu akkuma sanaan block godhama 5: jalqaba owner kennama sana booda kaffaltiitu kennama Kana hundumaa kan hin guunne hin dhufinaa
📥Inbox @Abi_Jss 📥Inbox @Abi_Jss

Abbu Tech
43 945
Akkam jirtu family Namoonni Group kan dur baname (old group) kan qabdan gurgurachuu dandeessu. Kan bara 2016-2022 tti baname warri qabdan (birr 1400) Kan 2023 baname; Ji'a 1-6 = birr 500 Ji'a 7-12 = birr 300 Ammuma keessan nu dubbisuun gurguradhaa.
REM1: yoo group keessan 0 ta'ellee rakkoo hin qabu nuti kan barbaannu bara itti baname qofadha. yoo group keessan nama 0, 1000 ykn 10000 ta'ellee gatiin isaa tokkumadha
REM2: namoonni group gurgurachuu barbaaddan dura waan isin beekuu qabdan; 1: 2FA ykn 2 step verification qabaachuu 2: group visible hin taane tasuma natti hin fidinaa 3: group clear history tahe natti hin fidinaa 4: namni yeroo gubu akkuma sanaan block godhama 5: jalqaba owner kennama sana booda kaffaltiitu kennama Kana hundumaa kan hin guunne hin dhufinaa
📥Inbox @Abi_Jss 📥Inbox @Abi_Jss

Abbu Tech
43 945
Guys 2:30 booda Live jirra

Abbu Tech
43 945
💬💬💬💬💬💬 ⏰Passport Haaraa Baasuu Akkasumas Haareffachuuf barbaadduu? 5️⃣Mana keessan Teessanii Isin Galmeessuu Dandeenya
💬💬💬💬💬💬 Passport Haaraa Baasuu Akkasumas Haareffachuuf barbaadduu? 5️⃣Mana keessan Teessanii Isin Galmeessuu Dandeenya Ashaaraa kennuu qofaaf Deemtu:- 〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️ 😀Isin Maal Barbaaddu Filadhaa! 🥇. Paaspoortii haaraa baasuuf - ❖⭐️ Waraqaa Eenyummaa haaromfame - ❖ Kaardii guyyaa dhalootaa - ❖ Lakkoofsa bilbilaa 😀. haaromsuuf -❖ Suuraa Gurdii -❖ Koppii paaspoortii -❖ Lakkoofsa bilbilaa 😀. Kan Bade/hatame deebifachuuf -❖ Waraqaa Eenyummaa -❖ Suuraa Gurdii -❖ Xalayaa ragaa poolisii -❖ Lakkoofsa bilbilaa ❹. Kan Ijoollee ykn Waggaa 18 gadiif -❖ Waraqaa Eenyummaa Kan Maatii -❖ Kaardii guyyaa dhaloota daa'imaa -❖ Lakkoofsa bilbilaa ❺. Umurii sirreessuuf -❖ Kaardii guyyaa dhalootaa -❖ Suuraa Gurdii -❖ Koppii paaspoortii -❖ Lakkoofsa bilbilaa ❻. Maqaa jijjiiruuf ykn sirreessuuf -❖ Suuraa Gurdii -❖ Koppii paaspoortii -❖ Waraqaa mana murtii -❖ Lakkoofsa bilbilaa 💬Odeeffannoo dabalataaf nu bilbilaa 0703155559 | 0911843573 irratti bilbila 💬 @Abi_jss Fb Dhaan https://www.facebook.com/profile.php?id=61570779928070 @Urjii_Net @Abbu_Tech

Abbu Tech
43 945
photo content
+1

Abbu Tech
43 945
#OroArsenal |Deeggartoota Kilaabaa Arseenaal hundaaf: Jijjiirraa taphattootaa, Seenaa taphattootaa, Tapha kallattiidhaan fi o
#OroArsenal |Deeggartoota Kilaabaa Arseenaal hundaaf: Jijjiirraa taphattootaa, Seenaa taphattootaa, Tapha kallattiidhaan fi odeeffannoo kilaabaa Arseenaal hundaa ni argattuu. Itti dabalamaa(JOIN)!👇 https://t.me/joinchat/AAAAAFb8UYDIW31McnqHjA