JAMA'AA AL- FURQAAN (JAF)
前往频道在 Telegram
ISLAAMUMMAAF DALAGUUN MATAA OFIITIIF DALAGUUDHA Waan ta'eef 1- Islaamummaaf dalaguu 2- Oduu gaggabaaboo dhiheessuu 3- Da'awaafi nashiidaa gara garaa irratti xiyyeeffatuufi kkf fa'a. Iddoon Godina Baalee Magaalaa Gooroo Masjid Assaadiq
显示更多370
订阅者
无数据24 小时
无数据7 天
无数据30 天
吸引订阅者
十月 '2610月 '26
十月 '260
在0个频道中
九月 '260
在0个频道中
Get PRO
八月 '260
在0个频道中
Get PRO
七月 '260
在0个频道中
Get PRO
六月 '260
在0个频道中
Get PRO
五月 '260
在0个频道中
Get PRO
四月 '260
在0个频道中
Get PRO
三月 '260
在0个频道中
Get PRO
二月 '260
在0个频道中
Get PRO
一月 '260
在0个频道中
Get PRO
十二月 '250
在0个频道中
Get PRO
十一月 '250
在0个频道中
Get PRO
十月 '250
在0个频道中
Get PRO
九月 '250
在0个频道中
Get PRO
八月 '250
在0个频道中
Get PRO
七月 '250
在0个频道中
Get PRO
六月 '250
在0个频道中
Get PRO
五月 '250
在0个频道中
Get PRO
四月 '250
在0个频道中
Get PRO
三月 '250
在0个频道中
Get PRO
二月 '250
在0个频道中
Get PRO
一月 '250
在0个频道中
Get PRO
十二月 '240
在0个频道中
Get PRO
十一月 '240
在0个频道中
Get PRO
十月 '240
在0个频道中
Get PRO
九月 '240
在0个频道中
Get PRO
八月 '240
在0个频道中
Get PRO
七月 '24
+5
在0个频道中
Get PRO
六月 '24
+5
在0个频道中
Get PRO
五月 '24
+32
在0个频道中
Get PRO
四月 '24
+19
在0个频道中
Get PRO
三月 '24
+21
在0个频道中
Get PRO
二月 '24
+17
在0个频道中
Get PRO
一月 '24
+25
在0个频道中
Get PRO
十二月 '23
+359
在0个频道中
频道帖子
Repost from Fursaan Media
Finfinnee keessatti imaamni masjidaa shugguxiin dhahamanii ajjeefaman.
Sheek Abdii yaassiin Finfinnee Naannoo Asakootti salaata Ishaa'ii booda salatanii gara manaa isaanii galaa osoo jiranii nama yeroof eenyuumaan isaa hin beekkamneen shugguxiin rukutamanii Hospitaala gahanis yaala osoo godhamaafii jiruu Lubbuun isaanii dabarte.
Imaamaa fii kaxiiba masjida Badrii naannoo Askootti kan tahan Sheeik abdiin nama haala gaarii qabaniifii umrii isaanii guutuu Diin kaddamuun kitaaboya gara garaa barsiisuun nama jiraatanii dha, gara TV NASIIHAAtiin barumsa, Akka Tafsiiraaafii Fiqhiifi barsiisaa turaniiruu.
Poolisiin nama yakka kana raawwate qorataa jiraachuu ibsan.
Rabbiin rahmata isaaniif haa godhuuf.
@Fursaan_media
Https://t.me/Fursaan_media
| 2 | Imaamni Masjid Muhammad, New York, USA keessatti argamu Hassan Sharif jedhaman, yeroo salaata Fajrii karra masjiida irraa miila kudhan fagaate bakka konkolaataa dhaabutti rasaasaan rukutamee ajjeefame.
Rabbiin warra jannataa irraa isa haa taasisu
©Harun Media
@Fursaan_media
Https://t.me/Fursaan_media | 0 |
| 3 | Dhumarratti Muudamas Bifa kanaan
AFAYAA'II
1.SH.SA'IID AMAAN:- D/Taa'aa
2.SH.AHMAD LEEYSI A/AZIIZ:- I/A/D/Taa'aa
KOREE ULAMAA'AA
1.SH.UMAR H/M/D:- D/Taa'aa
2. SH.MUZAYYAN AMAAN:- I/A/D/Taa'aa
3.SH.AWWAL H/AADAM:- Hajjiifi Umraa
4.SH.FAQIIH SH.AHMAD:- Galiiwwaniifi M/Diinagdee
5.Sh.Saafii Umar:- Nageenya Hawaasummaafi Diinagdee
HAYYOOTA
1.SHAMSUDDIIN M/D NUUR:- Barreessa
2.SH.M/D HUSEEN HAJJII:- Bulchiinsaafi Faaynaansii
3.AHMAD M/D BARAARTII:- Gurmaa'insa Caasaalee
4.QAASIM XAAHAA:- Leenjii, Barnoota, Qorannaa Bulchiinsaafi Hambaalee
Godhuun Muudamni Sagalee Guutuun Mirkanaa'ee jira;
Akkasumas Karoora waggaa 5niis karoorfatanii jiru.
Nutis Sagantaa kana akka Jama'aatti hirmaachuun hanga xumuraatti hordofnee jirra.
Bara Hojii Keeyrii Isaaniif Haa godhu
Nus warra jara waliin ta'ee Islaamummaaf dalagu nu haa godhu. | 0 |
| 4 | 没有文字... | 0 |
| 5 | 没有文字... | 0 |
| 6 | 没有文字... | 0 |
| 7 | 没有文字... | 0 |
| 8 | 没有文字... | 0 |
| 9 | 没有文字... | 0 |
| 10 | 没有文字... | 0 |
| 11 | 没有文字... | 0 |
| 12 | 没有文字... | 0 |
| 13 | 没有文字... | 0 |
| 14 | 没有文字... | 0 |
| 15 | 没有文字... | 0 |
| 16 | 没有文字... | 0 |
| 17 | Guyyaa Har'aa
Muddee 14/2016
A/Gooroo
M/ Gooroo Masjid Assaadiq /Fooqii irratti
GABAASNI RAAWWII MAJLISA A/GOOROO KAN BARA 2015nii
Bifa Adda ta'een
Gaggeeffamee jira;
Hogganaa M/M/M/G/BAALEE Dabalatee Bulchitoonni Gandaafi Keessummoonnis Hirmaatanii jiru. | 0 |
| 18 | 没有文字... | 0 |
| 19 | AS AL WR WB
QAQQAALIIN MUSLIMOOTAA HUNDI
RABBI KEEYRII ISINIIF HAA GODHU
JECHAA BARATTOONNI KUTAA 12FFAA
CONNECTIONIIN YOO ISIN DIDE
MANA KOPPII JAMA'AA DHUFAA FAYYADAMAA
WAAN TA'E HUNDAA JAALADHAA | 0 |
| 20 | 没有文字... | 0 |
