Faana beekumsaa
前往频道在 Telegram
Beekumsi waan hunda dursa. Qabeenyi immoo beekumsaan dhufa. Namoonni fedhii hojii qabdan mobaayila ykn Kompitara qofa fayyadamuudhaan mana teessanii $ (doolaara) hojjechuu barbaaddan channelii kana join godhaa hordofaa.
显示更多📈 Telegram 频道 Faana beekumsaa 的分析概览
频道 Faana beekumsaa (@faana_beekumsaa) 是活跃参与者。目前社区聚集了 18 105 名订阅者,在 教育 类别中位列第 11 081,并在 芬兰 地区排名第 269 位。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 18 105 名订阅者。
根据 30 七月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 462,过去 24 小时变化为 -30,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 3.06%。内容发布后 24 小时内通常能获得 1.92% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 554 次浏览,首日通常累积 348 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 1。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Beekumsi waan hunda dursa.
Qabeenyi immoo beekumsaan dhufa. Namoonni fedhii hojii qabdan mobaayila ykn Kompitara qofa fayyadamuudhaan mana teessanii $ (doolaara) hojjechuu barbaaddan channelii kana join godhaa hordofaa.”
凭借高频更新(最新数据采集于 31 七月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。
18 105
订阅者
-3024 小时
-457 天
+46230 天
帖子存档
18 090
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇
18 090
Daqiiqaa 30 booda ni haqama
Gaaffii kardii abba 100 irraatti hirmaadha amumma ariitiidhaan
10+10×0+10=???
18 090
🔠🔠 🔠🔠🔠🔠
👉 Project kana isin beeksisuun dagadhee. Sorry.
👉KYC jalqabeera. Hundumtuu haala gaariin Update ta'eera.
👉Jalqaba KCY baayyee rakkisaa ture. Report godhee ture, amma immoo ta'eera jedhaniiru. Isin keessan check godha.
👉Saatti 12ti al tokko seenuudha. Keep mining
🎉 Join MyTier!
My invite code: daretube
1. Click the link to sign up and get 2,250MT!
2. Download Mytier from the store, log in with your account, and start earning MT!
👇 Click the link below
https://mytier.io/service/signup?ref=daretube
Referral Code:
daretube
✅✅✅✅✅✅✅✅18 090
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇
18 090
🎁 Kennaa qarshii 2000 Namoota yeroo amma online irra jiraniif 🔥🔥🔥
Daqiiqaa muraasa qofaaf kan turu GIFT bakka jedhuu tuqun Bana seenaa 👇👇
18 090
Simbirroo fi Qonnaan bulaa tokko
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🔴 Yeroo tokko simbirroon bareedduun, baallee hedduu qabdu tokko bosona keessa jiraachaa turte. Guyyaa tokko qonnaan bulaan tokko sanduuqa guutuu midhaan baatee yeroo darbu isheen isa argite.
✍️ Qonnaan bulaan sun midhaan isaa baallee simbiraan wajjin wal jijjiiruuf gara gabaa deemaa akka jiru yeroo itti himu, simbirtuun sun baay’ee gammaddde.
➡️“Midhaan argachuuf dadhabuu fi dhama’uu irraa nan baraarame!” jettee yaaduun, guyyaa guyyaadhaan baallee ishee keessaa tokko tokko buqqistee midhaaniin jijjiirachuu jalqabde. Qonnaan bulaanis guyyaa guyyaadhaan dhufee baallee ishee fudhatee, midhaan isheef kennuu jalqabe.
➡️Guyyoota muraasa booda baalleen simbirtuu sanaa hundi dhumate. Sana booda balali'uu yookiin ofii isheetiin nyaata barbaaddattee argachuu dadhabde. Qaamni ishee duraan bareedaan ni manca’e; dhuma irrattis beelaan lubbuun ishee darbe.
✉️ Ergaa:
✍️ Karaa gabaabaa, salphaa fi dadhabbii hin qabne fakkaatan, yeroo booda gara boolla keessaa ba’uun rakkisaa ta’eetti nu galchuu danda’u. Simbirtuun sun nyaata yeroo gabaabaaf argachuuf jettee, bu’uura jireenya ishee kan ta’e “baallee” — humna ishee ittiin balali'uu dandeessu — dhabde.
✅Wanti har’a salphaa fakkaatu hundi, dhumni isaa gaarii ta’uu dhiisuu danda’a.
➡️Milkaa’inni dhugaan carraaqqii fi hojii cimaa irraa dhufa; karaa gabaabaa (shortcut) irraan miti! 💪🔥
Mee seenaa kana irraa maal barattan? Gaabbii akkamiitu si mudatee beeka?
Maal of harkaa baastee deebistee galfachuu dhabdeetta? Yaada kee Namoonni akka irraa barataniif barannuuf comment irratti mee nuuf ibsi!
@faana_beekumsaa✅️
18 090
Daqiiqaa 30 booda ni haqama
Gaaffii kardii abba 100 irraatti hirmaadha amumma ariitiidhaan
10+10×0+10=???
18 090
🗳️ qarshii tokko malee 0.00 birr dhan Data fayadamuun itti fufeera, ammuma itti fayyadama isaa eegaluuf bakka FREE internet jedhuu tuqaa 👇👇👇👇👇
18 090
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇
18 090
+2
🎉 Congratulations to our lucky winner! 🥳
Please reply to me a direct message (DM) on X to claim your prize.
Thank you to everyone who participated, and stay tuned for more opportunities! 🚀💜
Hub:
1. Kun jalqabadha.
2. waan hirmaatani Thank you so much.
3. reward biraatin nan dhufa.
18 090
በጉግት ሲጠበቅ የነበረው Cristiano Ronaldo የሚሰራበት Fast and furious 11 በትርጉም ተለቅቋል ግቡና እዩ JOin 👇
18 090
Hin Baqatin!
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
✍️ Guyyaa tokko mismaaratu gaaffii tokko madooshaa gaafate. "Ati garaa jabina akkamiitu sirraa mul'ata? Maaliif yeroo hundumaa mataa koo keessa na dhoofta? Anaanis, sanyii koo hundumaas mataa keessa nu dhoofta; garaa laafummaan guyyaa tokkoof maaliif sirraa hin mul'atu?" Jedhe.
🔴Madooshaanis gaaffii kana ajaahibsiifatee takka itti yaadee deebii kenneefii "Maaliif gaaffii gowwaa na gaafatta? Ati mismaaradha mitii? Kan ati uumamtes wantoota lama walitti qabsiisuuf mitiiree? Yoos utuu ani sin gargaariin, utuu ani sin dhiibiin akkamiin kaayyoo itti uumamte kana fiixaan baafta ree? Inni ani mataa keessa si rukutu lafa kaayyoo keen si gahuufi malee hamaaf miti, yoos inni ani si dhahu kuni maaliif jallina tahee sitti mul'ate?
✉️ Anoo akka ati kaayyoo uumamuu kee galmaan geessuufan si rukuta malee jibbaaf miti!" Jedhe.
➡️Yeroo kana mismaarris akka ofiisaa dogoggore hubatee madooshaa kana dhiifama gaafate.
✅ Jireenya kee keessatti warreen mataa si dhahan hedduun karoora ati uumamteef akka argattuufi akka galmaan geessuuf si dhiibuu isaanii akka tahe hin dagatiin! Waaqayyo yeroo lafa onaatti si geessu si jabeessuuf malee si balleessuuf miti. Mismaaronni tokko tokko mataa keessa dhahamuu waan sodaataniif yeroo madooshaan takkaa dhahu mataa isaanii sababa jalaa jallisaniif iddoo yaadan hin gahiin hafu.
✍️ Namoonni arraba, ceephoo, komii, rakkina sodaatanis akkuma kanaa waan uumamaniif bira hin gahiin hafu. Yeroo abjuukeef mataa keessa si rukutan dhaabadhu malee hin baqatin!
@faana_beekumsaa✅️
18 090
Sekoondii 30 booda ni badaa
🎁Gaaffii tokko deebisaa birrii 1000 badhaafamaa nama dursee deebise nama 10 f
Bara beelaa jedhamee kan beekamu bara meeqaati akka etiyoopiyaatti?
18 090
✅ Dataa Tolaa Guyyaa guutuu fayyadamuu yoo barbaaddaan bakka Get jedhuu tuqun add kan jedhu tuqa fayyadama
18 090
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇
18 090
🎁 Kennaa qarshii 2000 Namoota yeroo amma online irra jiraniif 🔥🔥🔥
Daqiiqaa muraasa qofaaf kan turu GIFT bakka jedhuu tuqun Bana seenaa 👇👇
18 090
⏰ Guys, only a few hours left before the rewards!
Don't forget to complete the requirements:
✅ Like
💬 Comment
🔄 Repost
Good luck, everyone! 🚀💜
https://x.com/dare_tube/status/2081075767929123010?s=20
https://x.com/dare_tube/status/2081075767929123010?s=20
