Ulee Amantaa||Dn Hundesa
前往频道在 Telegram
Kayyoon Chaneelii kana👇 👉Ogummaa qabnuun sagalee Waaqayyoo barsiisuu Yaadaa keessaniif @dnhundesa Facebook,👇 @uleeamantaa You Tube: https://www.youtube.com/c/EzratubeOfficialTube
显示更多📈 Telegram 频道 Ulee Amantaa||Dn Hundesa 的分析概览
频道 Ulee Amantaa||Dn Hundesa (@uleeamantaa) 爪哇语 语言赛道中的 是活跃参与者。目前社区聚集了 13 851 名订阅者,在 宗教与灵性 类别中位列第 6 345,并在 芬兰 地区排名第 334 位。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 13 851 名订阅者。
根据 26 七月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 360,过去 24 小时变化为 -6,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 0.18%。内容发布后 24 小时内通常能获得 0.21% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 25 次浏览,首日通常累积 29 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 3。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Kayyoon Chaneelii kana👇
👉Ogummaa qabnuun sagalee Waaqayyoo barsiisuu
Yaadaa keessaniif @dnhundesa
Facebook,👇
@uleeamantaa
You Tube:
https://www.youtube.com/c/EzratubeOfficialTube”
凭借高频更新(最新数据采集于 27 七月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 宗教与灵性 类别中的关键影响点。
13 851
订阅者
-624 小时
+1217 天
+36030 天
帖子存档
13 851
Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃♂🏃♂
Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇
13 851
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
13 851
Daqiiqaa 30 booda nii haqama
Gaaffii kardii abba 200 irraatti hirmaadha amumma aritiin
10+10×0+10=???
13 851
Bu'aan qormaata Ministirii kutaa 8ffaa fi 6ffaa guutumaatti ifoomeera! 🎉🎉
Warri ammallee hin ilaallatin jirtan ADD kan jedhu tuquun Registration keessan galchitanii ilaallachuu dandeessuu!! 👇👇
13 851
+ Ergamaa Gammachuu +
Afaankoo bareera
Maqaakee Wammachuu
Naaf kottu Gabr’eel
Ergamaa Gammachuu
Ergamaa gammachuu
Kan balleessu miira gaddaa
Gammachuu dhala namaa
Gabri'eel sirraattii maddaa
Ergamaa nageenyaa
Nageenya labsitu
Waaqarraa ergamtee
Abiddaa kan dhaabsitu!
Ergamaa gammachuu
Ati himaa oduu agaati
Warraa nagaa dhabeef
Gabri’eel ati Ergamaa nagaati!
Ijoollee Waaqayyoof
Araara kadhatta
Warra rakkatan gargaruuf
Ariifattee kaatta!
Gaafa ergamoonni raafaman
Waaqa Uumaa lallabdee
Cimnee haa dhabbannu jechuun
Angoo dabiloosii gadi-qabdee
Oduu burjaajiif dukkana
Ifa keetiin uwwistee
Humna Waaqa keetii
Olkaastee muldhistee
Kadhannaa namootaa
Fudhuuf si’i dursee kan dhufu
Jecha Waaqa amanuu kan diduu
Adabee afaansa kan cufu!
Warra gaddee si waamu
Gaddaa keessaa baasta
Waaqa kan sodaatan
Gargaaruf seefii ol kaasta
Si’idha kan gargaare
Ijoollee sadanii
Warraa Waaqaa tolfamaaf
Sagaduu didanii
Waaqa uumaa isaanii
Hin gannu jedhanii
Rakkoo itti dhufuu
Fudhachuuf fedhanii
Nutoo hin sodaannuu
Kana Abiddumasaa
Waaqni itti ammannu
Dhufee Keessa nu baasa
Jedhanii Amananii
Waaqatti of gaatanii
Sodaa tokko malee
Waaqayyoon eegatanii
Ergamaan gammachuu
Waaqa biraa ergamee
Abiddaa kessaatti
Dhufee isaan waalin argamee
Abidichiis hin gubne
Hin jiru wanti irra ga’e
Ergamaa Gabre’liin
Abidichiis bishaan ta’e!
Kaanaf Ergamaan Gabriel
Ergamaa gammachuu mitiree?
Waaqa biraa ergamee
Abiddaa bishanitti jijjiiree?
Kanaaf Waa'eekee odeessa
Calchisee arabnikoosi
Gabri'eel si kan gargaaree
Harmeesaaf Qiirqosi!
Afaankoo bareera
Maqaakee Wammachuu
Naaf kottu Gabr’eel
Ergamaa Gammachuu
Baga Kabaja Ayyaana Guddicha Ergamaa Gabr’elii nagaan geessan!
2018
Dn Hundesa.
https://youtu.be/SKzmIlf-7l8?si=ZFiB1kaY3ARcKSAc