ch
Feedback
ISPOORTII AFAAN OROMOON ⚽️

ISPOORTII AFAAN OROMOON ⚽️

前往频道在 Telegram

Oduuwwan ispoortii ho'aa fi wayitaawaa ta'an argattu.

显示更多

📈 Telegram 频道 ISPOORTII AFAAN OROMOON ⚽️ 的分析概览

频道 ISPOORTII AFAAN OROMOON ⚽️ (@isportf) 阿姆哈拉语 语言赛道中的 是活跃参与者。目前社区聚集了 13 695 名订阅者,在 体育 类别中位列第 4 898,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 2 453

📊 受众指标与增长动态

невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 13 695 名订阅者。

根据 27 六月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -281,过去 24 小时变化为 -1,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 0%。内容发布后 24 小时内通常能获得 2.56% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 0 次浏览,首日通常累积 351 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 0

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
Oduuwwan ispoortii ho'aa fi wayitaawaa ta'an argattu.

凭借高频更新(最新数据采集于 28 六月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 体育 类别中的关键影响点。

13 695
订阅者
-124 小时
-707
-28130
帖子存档
🌐 1️⃣: FT. 🇳🇴 Norway 1—4 France 🇫🇷 🌐 2️⃣: FT. 🇺🇾 Uruguay 0—1 Spain 🇪🇸 🌐 3️⃣: FT. 🇸🇳 Senegal 5—0 Iraq 🇮🇶 🌐 4️⃣: FT. 🇪🇬 Egypt 1—1 Iran 🇮🇷 🌐 5️⃣: FT. 🇨🇻 Cape Verde 0—0 Saudi Arabia 🇸🇦 🌐 6️⃣: FT. 🇳🇿 New Zealand 1—5 Belgium 🇧🇪 •••➖➖➖⚽All⚽➖➖➖★ 🗓️ 24th June FT. 🇨🇭 Switzerland 2-1 Canada 🇨🇦 FT. 🇧🇦 Bosnia and Herzegovina 3-1 Qatar 🇶🇦 FT. 🇲🇦 Morocco 4-2 Haiti 🇭🇹 FT. 🏴󠁧󠁢󠁳󠁣󠁴󠁿 Scotland 0-3 Brazil 🇧🇷 🗓️ 25th June FT. 🇿🇦 South Africa 1-0 South Korea 🇰🇷 FT. 🇨🇿 Czech Republic 0-3 Mexico 🇲🇽 FT. 🇨🇼 Curaçao 0-2 Ivory Coast 🇨🇮 FT. 🇪🇨 Ecuador 2-1 Germany 🇩🇪 🗓️ 26th June FT. 🇹🇳 Tunisia 1-3 Netherlands 🇳🇱 FT. 🇯🇵 Japan 1-1 Sweden 🇸🇪 FT. 🇹🇷 Türkiye 3-2 United States 🇺🇸 FT. 🇵🇾 Paraguay 0-0 Australia 🇦🇺 FT. 🇳🇴 Norway 1-4 France 🇫🇷 FT. 🇸🇳 Senegal 5-0 Iraq 🇮🇶 🗓️ 27th June FT. 🇨🇻 Cabo Verde 0-0 Saudi Arabia 🇸🇦 FT. 🇺🇾 Uruguay 0-1 Spain 🇪🇸 FT. 🇳🇿 New Zealand 1-5 Belgium 🇧🇪 FT. 🇪🇬 Egypt 1-1 Iran 🇮🇷 22:00 🇵🇦 Panama vs England 🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 22:00 🇭🇷 Croatia vs Ghana 🇬🇭 🗓️ 28th June 00:30 🇨🇴 Colombia vs Portugal 🇵🇹 00:30 🇨🇩 DR Congo vs Uzbekistan 🇺🇿 03:00 🇩🇿 Algeria vs Austria 🇦🇹 03:00 🇯🇴 Jordan vs Argentina 🇦🇷 🏆 QUALIFED 28 so far: 🇲🇽 Mexico, 🇺🇸 USA, 🇩🇪 Germany, 🇦🇷 Argentina, 🇫🇷 France, 🇳🇴 Norway, 🇨🇴 Colombia, 🇨🇭 Switzerland, 🇨🇦 Canada, 🇿🇦 South Africa, 🇧🇷 Brazil, 🇲🇦 Morocco, 🇵🇹 Portugal, 🇧🇦 Bosnia, 🇨🇮 Ivory Coast, 🇪🇨 Ecuador, 🇳🇱 Netherlands, 🇯🇵 Japan, 🇸🇪 Sweden, 🇦🇺 Australia, 🇵🇾 Paraguay, 🇸🇳 Senegal, 🇪🇸 Spain, 🇨🇻 Cape Verde, 🇪🇬 Egypt, 🇧🇪 Belgium, 🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 England and 🇬🇭 Ghana. 🚧 ELIMINATED 13 so far: 🇭🇹 Haiti, 🇹🇷 Türkiye, 🇹🇳 Tunisia, 🇯🇴 Jordan, 🇺🇿 Uzbekistan, 🇵🇦 Panama, 🇶🇦 Qatar, 🇨🇼 Curaçao, 🏴󠁧󠁢󠁳󠁣󠁴󠁿 Scotland, 🇮🇶 Iraq, 🇺🇾 Uruguay, 🇸🇦 Saudi Arabia, 🇳🇿 New Zealand. ⚔️ Here are the CONFIRMED! Round of 32 so far 😬 28/06; 🇿🇦 South Africa - Canada 🇨🇦 29/06; 🇧🇷 Brazil - Japan 🇯🇵 29/06; 🇩🇪 Germany - Paraguay 🇵🇾 30/06; 🇳🇱 Netherlands - Morocco 🇲🇦 30/06; 🇨🇮 Ivory Coast - Norway 🇳🇴 30/06; 🇫🇷 France - Sweden 🇸🇪 02/07; 🇺🇸 USA - Bosnia 🇧🇦 03/07; 🇪🇬 Egypt - Australia 🇦🇺 03/07; 🇦🇷 Argentina - Cape Verde 🇨🇻 @isportf

1️⃣: FT. 🇳🇴 Norway 3—2 Senegal 🇸🇳 2️⃣: FT. 🇦🇷 Argentina 2—0 Austria 🇦🇹 3️⃣: FT. 🇫🇷 France 3—0 Iraq 🇮🇶 4️⃣: FT. 🇯
1️⃣: FT. 🇳🇴 Norway 3—2 Senegal 🇸🇳 2️⃣: FT. 🇦🇷 Argentina 2—0 Austria 🇦🇹 3️⃣: FT. 🇫🇷 France 3—0 Iraq 🇮🇶 4️⃣: FT. 🇯🇴 Jordan 1—2 Algeria 🇩🇿 ★ 🗓️ 18th June FT. 🇨🇿 Czech Republic 1-1 South Africa 🇿🇦 FT. 🇨🇭 Switzerland 4-1 Bosnia and Herzegovina 🇧🇦 FT. 🇨🇦 Canada 6-0 Qatar 🇶🇦 🗓️ 19th June FT. 🇲🇽 Mexico 1-0 South Korea 🇰🇷 FT. 🇺🇸 United States 2-0 Australia 🇦🇺 FT. 🏴󠁧󠁢󠁳󠁣󠁴󠁿 Scotland 0-1 Morocco 🇲🇦 🗓️ 20th June FT. 🇧🇷 Brazil 3-0 Haiti 🇭🇹 FT. 🇹🇷 Türkiye 0-1 Paraguay 🇵🇾 FT. 🇳🇱 Netherlands 5-1 Sweden 🇸🇪 FT. 🇩🇪 Germany 2-1 Ivory Coast 🇨🇮 🗓️ 21st June FT. 🇪🇨 Ecuador 0-0 Curaçao 🇨🇼 FT. 🇹🇳 Tunisia 0-4 Japan 🇯🇵 FT. 🇪🇸 Spain 4-0 Saudi Arabia 🇸🇦 FT. 🇧🇪 Belgium 0-0 Iran 🇮🇷 FT. 🇺🇾 Uruguay 2-2 Cabo Verde 🇨🇻 🗓️ 22nd June FT. 🇳🇿 New Zealand 1-3 Egypt 🇪🇬 FT. 🇦🇷 Argentina 2-0 Austria 🇦🇹 FT. 🇫🇷 France 3-0 Iraq 🇮🇶 🗓️ 23rd June FT. 🇳🇴 Norway 3-2 Senegal 🇸🇳 FT. 🇯🇴 Jordan 1-2 Algeria 🇩🇿 18:00 🇵🇹 Portugal - Uzbekistan 🇺🇿 21:00 🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 England - Ghana 🇬🇭 🗓️ 24th June 00:00 🇵🇦 Panama - Croatia 🇭🇷 03:00 🇨🇴 Colombia - DR Congo 🇨🇩 @isportf

Taphoonni Shaampiyoonsi liigii eda halkan taphataman Newcastle 1️⃣➖1️⃣ Barcelona Atalanta 1️⃣➖6️⃣ Bayern Munich Atl Madrid 5️
Taphoonni Shaampiyoonsi liigii eda halkan taphataman Newcastle 1️⃣➖1️⃣ Barcelona Atalanta 1️⃣➖6️⃣ Bayern Munich Atl Madrid 5️⃣➖2️⃣ Tottenham Galatasaray 1️⃣➖0️⃣ Liverpool @isportf

Liigota gurguddaa Awurooppaatti taphoota guyyaa kaleessaa taphataman FT:🇮🇹 Ac Milan 1-0 Inter Milan FT:🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Fulham 0-1 Southampton FT:🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Port Vale 1-0 Sunderland FT:🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Leeds 3-0 Norwich FT:🇪🇦 Villarreal 2-1 Elche FT:🇪🇦 Getafe 2-0 Real Betis FT:🇪🇦 Sevilla 1-1 Rayo Vallecano FT:🇪🇦 Valencia 3-2 Deportivo Alavés FT:🇮🇹 Lecce 2-1 Cremonese FT:🇮🇹 Fiorentina 0-0 Parma FT:🇮🇹 Bologna 1-2 Hellas Verona FT:🇮🇹 Genoa 2-1 Roma FT:🇩🇪 St Pauli 0-0 Frankfurt FT:🇩🇪 Union Berlin 1-4 Bremen FT:🇫🇷 Lens 3-0 Metz FT:🇫🇷 Lille 1-1 Lorient FT:🇫🇷 Nice 0-4 Rennais FT:🇫🇷 Brestois 2-0 Le Havre FT:🇫🇷 Lyon 1-1 Paris FC @isportf

FT:🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Newcastle 1-3 Man City FT:🇪🇦 Bilbao 0-1 Barcelona FT:🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Mansfield 1-2 Arsenal AET:🏴󠁧󠁢󠁥󠁮�
FT:🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Newcastle 1-3 Man City FT:🇪🇦 Bilbao 0-1 Barcelona FT:🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Mansfield 1-2 Arsenal AET:🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Wrexham 2-4 Chelsea FT:🇪🇦 Atletico 3-2 Sociedad FT:🇪🇦 Levante 1-1 Girona FT:🇪🇦 Osasuna 2-2 Mallorca FT:🇮🇹 Cagliari 1-2 Como FT:🇮🇹 Atalanta 2-2 Udinese FT:🇮🇹 Juventus 4-0 Pisa FT:🇩🇪 Heidenheim 2-4 Hoffenheim FT:🇩🇪 Wolfsburg 1-2 Hamburger FT:🇩🇪 Leipzig 2-1 Augsburg FT:🇩🇪 Mainz 2-2 Stuttgart FT:🇩🇪 Freiburg 3-3 Leverkusen FT:🇩🇪 Köln 1-2 Dortmund FT:🇫🇷 Nantes 0-1 Angers FT:🇫🇷 Auxerre 0-0 Strasbourg FT:🇫🇷 Toulouse 0-1 Marseille FT:🇺🇲 DC United 1-2 Inter Miami @isportf

🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Premier League Ingilaanditti taphoota guyyaa kaleessaa taphataman. FT. Aston Villa 1-4 Chelsea FT. Brighton 0-1 Arsenal FT. Fulham 0-1 West Ham FT. Manchester City 2-2 Nottingham FT. Newcastle 2-1 Manchester Utd @isportf

Taphoota guyyaa har'aa halkan keessaa sa'a 4:30 tti gaggeeffaman. 🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Man City✅ - Nottingham 🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Aston Villa - Chelsea✅ 🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Brighton - Arsenal ✅ 🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Newcastle - Man United ✅ 🇩🇪 Hamburger - Leverkusen✅ @isportf #Premierleague

FT:🇪🇦 Barcelona 3-0 Atletico FT:🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Wolves 2-1 Liverpool FT:🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Bournemouth 0-0 Brentford FT:🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Everton 2-0 Burnley FT:🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Leeds 0-1 Sunderland FT:🇮🇹 Como 0-0 Inter FT:🇫🇷 Strasbourg 2-1 Reims @isportf

FT:🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Leeds 0-1 Man City FT:🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Liverpool 5-2 West Ham FT:🇪🇦 Barcelona 4-1 Villarreal FT:🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Newcastle 2-3 Everton FT:🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Burnley 4-4 Brentford FT:🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Bournemouth 1-1 Sunderland FT:🇪🇦 Rayo 1-1 Athletic Bilbao FT:🇪🇦 Mallorca 0-1 Sociedad FT:🇪🇦 R Oviedo 0-1 Atletico Madrid FT:🇮🇹 Como 3-1 Lecce FT:🇮🇹 Verona 1-2 Napoli FT:🇮🇹 Inter Milan 2-0 Genoa FT:🇩🇪 Leverkusen 1-1 Mainz FT:🇩🇪 M'gladbach 1-0 U. Berlin FT:🇩🇪 Hoffenheim 0-1 St Pauli FT:🇩🇪 Bremen 2-0 Heidenheim FT:🇩🇪 Dortmund 2-3 Bayern Munich FT:🇫🇷 Rennes 1-0 Toulouse FT:🇫🇷 Monaco 2-0 Angers FT:🇫🇷 Le Havre 0-1 PSG #Premierleague #Laliga #Bundesliga #SerieA #Ligue1 @isportf

Ramaddiin marsaa mo'atanii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifa ta'ee jira. Haaluma kanaan PSG fi Cheelsii Gaalatasaraa
Ramaddiin marsaa mo'atanii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifa ta'ee jira. Haaluma kanaan PSG fi Cheelsii Gaalatasaraay fi Liivarpuul Riyaal Maadriid fi Maanchister Siitii Atilaantaa fi Baayer Muunik Niwukaastil fi Baarseloonaa Atileetikoo fi Tootinaam Boodoo Gilimti fi Ispoortiing Baayerliverkusen fi Arsenaal waliin ramadamanii jiru. @isportf

Maadriid Siitii yookaan Spoortingiin, PSG immoo Baarseeloonaa yookaan Cheelsii waliin! Taphoonni marsaa duraa gara garee 16'tti darbuu (pre–quarter final) kan "UEFA Champions League" kaleessa galgala xumuramaniiru. Kilaboota dursanii sadarkaa tokkoo hanga saddeetii mirkaneeffatan dabalatee, gareewwan hafan saddeetis tapha marsaa lama gaggeessaniin adda baafamaniiru. Marsaa saddeetii keessa galuuf ramaddii (draw) irratti kilaboonni waliin ramadamuuf carraa qaban eenyufaadha? Amma irraa kaasee kilaboonni ciccimoon walitti dhufuu danda’an hedduun waan jiraniif taphoonni kun eegamoo ta’u. Marsaa darbe keessatti Riyaal Maadriid kan Benefikaa injifate, marsaa itti aanun Maanchister Siitii yookaan ispoorting keessaa kilaba tokko waliin walitti ba'a. Ramaddii biraa keessatti immoo PSG Baarseloonaa yookaan Cheelsii waliin taphachuu danda’a. Akkasumas, Gaalatasaraay kan Juveentus injifate, Liiverpuul yookaan Totinaam waliin walitti dhufa; Atalaantaan immoo Bayern Munich yookaan Arsenaal waliin walitti ba’a. Gama biraatiin, Niwukaastil Baarseloonaa yookaan Cheelsii waliin; Atileetikoo Maadriid Liiverpuul yookaan Totinaam waliin; Baayerliverkusen Baayer Muunik yookaan Arsenaal waliin walitti ba’u. Akkasumas, Boodoo Gilimti kan Inter Miilaan injifate, Maanchister Siitii yookaan Ispoorting waliin waliin walitti dhufa. Ramaddiin carraa kan bara 2025/26 "UEFA Champions League" boru Siwizerlaand magaalaa Niyoonitti ni gaggeeffama. @isportf

FT:⭐ Real Madrid 2-1 Benfica [Agg: 3-1] FT:⭐ PSG 2-2 Monaco [Agg: 5-4] FT:⭐ Atalanta 4-1 Dortmund [Agg: 4-3] AET:⭐ Juventus 3
FT:⭐ Real Madrid 2-1 Benfica [Agg: 3-1] FT:⭐ PSG 2-2 Monaco [Agg: 5-4] FT:⭐ Atalanta 4-1 Dortmund [Agg: 4-3] AET:⭐ Juventus 3-2 Galatasaray [Agg: 5-7] #UCL #Championsleague #UEFA @isportf

Sadarkaa Priimer liigii Ingilaand @isportf
Sadarkaa Priimer liigii Ingilaand @isportf

FT:🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Tottenham 1-4 Arsenal FT:🇪🇦 Barcelona 3-0 Levante FT:🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Nottingham 0-1 Liverpool FT:🏴󠁧󠁢󠁥�
FT:🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Tottenham 1-4 Arsenal FT:🇪🇦 Barcelona 3-0 Levante FT:🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Nottingham 0-1 Liverpool FT:🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Crystal 1-0 Wolves FT:🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Sunderland 1-3 Fulham FT:🇪🇦 Getafe 0-1 Sevilla Live:🇪🇦 Celta Vigo - Mallorca 🇪🇦 Villarreal - Valencia (22:00) FT:🇮🇹 Genoa 3-0 Torino FT:🇮🇹 Atalanta 2-1 Napoli Live:🇮🇹 Milan AC - Parma 🇮🇹 AS Roma - Cremonese (21:45) FT:🇩🇪 Freiburg 2-1 M'gladbach FT:🇩🇪 St Pauli 2-1 Bremen Live:🇩🇪 Heidenheim - Stuttgart FT:🇫🇷 Auxerre 0-3 Rennes FT:🇫🇷 Angers 0-1 Lille FT:🇫🇷 OGC Nice 3-3 Lorient FT:🇫🇷 Nantes 2-0 Le Havre @isportf

🟢Taphoota Piriimeer Liigii Inglaand torbee 27ffaa 💠Sambata 12:00 🔰 Astonvilaa Liids waliin 12:00 🔰 Bireentfoord Biraayteen waliin 12:00 🔰 Cheelsii Barnileey waliin 02:30 🔰 Westhaam Bornmaawuz waliin 05:00 🔰 Maan Siitii Niwkastil waliin 💠Dilbata 11:00 🔰 Paalaas Wolviis waliin 11:00 🔰 Notinghaam Livarpuul waliin 11:00 🔰 Sandarlaand Fulhaam waliin 01:30 🔰 Tootenhaam Arsenaal waliin 💠Wixata 05:00 🔰 Everteen Maan Yunaayitid waliin @isportf

FT:⭐️ Benfica 0-1 Real Madrid FT:⭐️ Monaco 2-3 PSG FT:⭐️ Dortmund 2-0 Atalanta FT:⭐️ Galatasaray 5-2 Juventus #UCL #Champions
FT:⭐️ Benfica 0-1 Real Madrid FT:⭐️ Monaco 2-3 PSG FT:⭐️ Dortmund 2-0 Atalanta FT:⭐️ Galatasaray 5-2 Juventus #UCL #Championsleague @isportf

FT:🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Arsenal 4-0 Wigan FT:🇪🇦 R Vallecano 3-0 Atl Madrid FT:🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Grimsby 0-1 Wolves FT:🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Birmingham 1-1 Leeds. Pen[2-4] FT:🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Stoke City 1-2 Fulham FT:🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Oxford 0-1 Sunderland FT:🇪🇸 Real Oviedo 1-2 Bilbao FT:🇮🇹 Udinese 1-2 Sassuolo FT:🇮🇹 Parma 2-1 Verona FT:🇩🇪 Augsburg 1-0 Hoffenheim FT:🇩🇪 Leipzig 2-2 Wolfsburg FT:🇫🇷 Le Havre 2-1 Toulouse FT:🇫🇷 Lorient 2-0 Angers FT:🇫🇷 Metz 1-3 Auxerre #FAcup @isportf

. ✴️Piriimiyer liigii Ingilaandi torbeewwan 25 booda lakkoofsonni maal haasa'u?guduunfaa itti dhiyaadhaa mee! ☑️Aston Viilaa torbeewwan 8 walitti aansuun injifate, Woolvis torbeewwan 11 walitti aansuun injifatame. ☑️Arsenaal torbeewwan 11 walitti aansuun utuu hin moo'amin, Woolvis torbeewwan 19 walitti aansuun utuu hin moo'atin. ☑️Leenjistoonni haaraan Maaykil Kaarikiifi Liyaam Rooziniyaar akkuma dhufaniin Piriimiyer liigii Ingilaandi torbeewwan 4 walitti aansuun injifachuun. ☑️Arsenaal dirree isaafi dirreen ala bara dorgommii tokkoon walumaa galatti Liidsi Yunaaytidiin galchiiwwan 9fi0'n injifachuun. ☑️Piriimiyer liigii Ingilaandi irratti Maanchistar Siitiin galchiiwwan 51 lakkoofsise Barnileey garuu -49 keessummeesse. ☑️Piriimiyer liigii Ingilaandi torbeewwan 25'niin Woolvis galchiiwwan 16 qofa lakkoofsise Arsenaal 17 qofa keessummeesse. ☑️Maanchistar Siitiin kubbaawwan 14,322 waliif laachuun yoo dursu,Liivarpuul 13,690 akkasuma Cheelsiin 13,329'n sadarkaa qabu. ☑️Maanchistar Yunaaytid kubbaawwan 301 gara kilaboota faallaatti kiyyeessuun yoo dursu Arsenaal 266'n akkasuma Liivarpuul 261'n sadarkaa qabu. ☑️Arsenaal torbeewwan 13,Maanchistar Siitii 12 akkasuma Cheelsiin 9 irratti kilaboota galchii homaa hin keessummeessine. ☑️Piriimiyer liigii Ingilaandi hanga torbee 25'tti Erliingi Haalaandi galchiiwwan 21 lakkoofsise Buruunoo Fernaandeez 12 mijeessuun laate. ☑️Naamusaan Maanchistar Yunaaytid muraasa(32)argachuun sadarkaa dhumaa,Tohootinaam Hospar 63 argachuun sadarkaa jalqabaa irra taa'an. ☑️Piriimiyer liigii Ingilaandi hanga torbee 25'tti Arsenaal dabalatee kilaboonni 5 kaardii Diimaan hin arganne Cheelsiin 5 argate. ☑️Liivarpuul 'offsides '57 seenuun yoo dursu Cheelsiin 32 qofa seenuun sadarkaa jalqabaafi gara dhumaa irra jiru. ☑️Liigicha Arsenaal qabxii 56'n yoo dursu Maanchistar Siitii, Aston Viilaa, Maanchistar Yunaaytidiif Cheelsiin walduraa duuban hiriiran. ☑️Hanga torbee 25'tti kilaboonni 20'mni taphoota 250 falmatan galchiiwwan 698 Lakkaawwaman daawwachuuf namoonni miil.10,359,208 Isteediyeemii seenan. 🥰Qubee Afaan Oromootiin waan dubbiftaniif galatoomaa!teessoo ulfinaa argadhaa. . . ✍️Guduunfaa ⚽️The Beautiful Game @isportf

Sadarkaa Priimer liigii Ingilaand @isportf
Sadarkaa Priimer liigii Ingilaand @isportf