475
订阅者
无数据24 小时
-27 天
-230 天
正在加载数据
吸引订阅者
十月 '2610月 '26
十月 '26
+42
在0个频道中
九月 '260
在0个频道中
Get PRO
八月 '260
在0个频道中
Get PRO
七月 '260
在0个频道中
Get PRO
六月 '260
在0个频道中
Get PRO
五月 '260
在0个频道中
Get PRO
四月 '260
在0个频道中
Get PRO
三月 '260
在0个频道中
Get PRO
二月 '260
在0个频道中
Get PRO
一月 '260
在0个频道中
Get PRO
十二月 '250
在0个频道中
Get PRO
十一月 '250
在0个频道中
Get PRO
十月 '250
在0个频道中
Get PRO
九月 '250
在0个频道中
Get PRO
八月 '250
在0个频道中
Get PRO
七月 '250
在0个频道中
Get PRO
六月 '250
在0个频道中
Get PRO
五月 '250
在0个频道中
Get PRO
四月 '250
在0个频道中
Get PRO
三月 '250
在0个频道中
Get PRO
二月 '250
在0个频道中
Get PRO
一月 '250
在0个频道中
Get PRO
十二月 '240
在0个频道中
Get PRO
十一月 '240
在0个频道中
Get PRO
十月 '240
在0个频道中
Get PRO
九月 '240
在0个频道中
Get PRO
八月 '240
在0个频道中
Get PRO
七月 '24
+10
在0个频道中
Get PRO
六月 '240
在0个频道中
Get PRO
五月 '24
+26
在0个频道中
Get PRO
四月 '24
+25
在0个频道中
Get PRO
三月 '24
+11
在0个频道中
Get PRO
二月 '24
+382
在0个频道中
| 日期 | 订阅者增长 | 提及 | 频道 | |
| 17 十月 | 0 | |||
| 16 十月 | 0 | |||
| 15 十月 | 0 | |||
| 14 十月 | 0 | |||
| 13 十月 | 0 | |||
| 12 十月 | 0 | |||
| 11 十月 | 0 | |||
| 10 十月 | 0 |
频道帖子
| 2 | _ወዳጅ_አለኝ_WEDAJ_ALEGN_EBENEZER_TAGESSE_NEW_COVER_SONG6_A_ZQ4o5Pmlwy8.mp3 | 222 |
| 3 | ABABE TADASE ||WEEDDUU GALATAA|| OLIIFIIT TUBE 2026
https://youtube.com/watch?v=uzR7fkaI0Mw&si=TDi_bVCjEKDOie6a | 314 |
| 4 | FANNOO KIRISTOOS IRRATTI FANNIFAMEE FI FANNOO ISA KIRISTOOS AKKA KIRISTAANNI BAATUUF ABBOOME!
Har'a guyyaa kana sababeeffachuun garaagarummaa mata duree kanaan isin hubachiisuu barbaada.
Yeroo sana, bara mootummaa Roomaa, fannoo jechuun muka adabbii cimaa, mallattoo adabbiiti. Innis namoonni yakka guddaa hojjatan, akka garboota yookaan warra mootummaa irratti ka’an, fannoo irratti fannifamanii du’u turan. Kun immoo adabbii du'aa keessaa du’a salphinaa fi dhiphinaa cimaa ture. Namni fannoo isaa baatee gara bakka fannifamuutti deemuu qabas ture; kunis mallattoo akka inni murtii du’aa fudhate agarsiisa. Fannoo kanarra Yesuus kiristoos tilmaamaan naannoo sa'a 6 ture. Ganama keessaa naannoo sa'a 3tti fannootti ol baafamee, sa'a 9tti du'e. Marq.15:25-33.
Fannoo Yesuus Kiristoos irratti fannifamee fi fannoo inni “fannookoo baadhaa na duukaa bu’aa” jedhe gidduutti garaagarummaa guddaan jira. Fannoon Kiristoos inni irratti fannifame hojii fayyinaa guutuu Kiristoos hojjeteedha; inni cubbuu namaa hundaaf aarsaa ta’ee du’e, araara Waaqayyoo fidee, karaa fayyinaa nuuf bane. Nuyi cubbuu jalaa duunee qajeelinaaf akka jiraannuuf, inni ofii isaatii cubbuu keenya dhagna isaatiin baatee fannootti ol ba'e; madaa'uu isaatiin isin in fayyifamtan. 1Phex. 2:24. Hojii fayyinaa nuuf hojjete fannoo irratti. Fannoo irratti fannifamee cubbuu ilmaan namootaa ajjeesee, bakka cubbuu qajeelummaa dhaalchise hojii fannootiin. Namni isatti amanuudhaan qajeelummaa sana argata. Namni qajeelaan ammoo bu'aa qajeelummaa isa ta'e jireenya barabaraa argata. Fannoo kiristoos irratti fannifame kanarratti deebi'ee kiristoos hin fannifamu lammaffaa, yerosuma xummurame hojiin fannoorratti hojjete. Bu'aan hojii fannoo garuu barabaraan jiraata, bu'aa du'u miti. Kun hojii yeroo tokko qofa raawwatameedha. Ibr.9²⁸. Amma kiristoos jireenyatti jira. Deebi'ees ni dhufa. Kan deebi'ee dhufus akka kanaan duraa sana ari'atamuuf, reebamuuf, fannifamuuf, du'uuf osoo hin taanee; firdii kennuuf, warra isatti amananii deebi'ee dhufuu isaa eeggachaa jiran ofitti fudhachuuf ni dhufa.
Fannoo inni Yesuus kiristoos baadhaa ana duukaa bu'aa jedhe kanarraa baayyeema garaagara. Innis, "Ergasii Yesus bartoota isaatiin, "namni tokko illee ana duukaa bu'uu yoo barbaade, waa'ee ofii isaa dhiisee, fannoo isaa [isa anaaf jedhee baatu] of irra kaa'atee, ana duukaas haa bu'u!" Maat.16²⁴. As irratti namni Kiristoos duukaa bu'uu barbaadu, "of-ganuu, of kennuu, yaadaa fi garaa guutuun" isa faana akka bu'uudha. Kun jireenya kiristaanni haalota hundumaa dandammatee kiristoos Yesuusiin osoo hin ganin akka Yesuus jedhetti jiraachuu argisiisa. Kun gatii cubbuu kaffaluuf osoo hin taanee, isa kaffalameef kanaaf jiraachuun haalota kam keessa darbanii jireenya qulqulluu jiraachuu agarsiisa. Egaa si'achi Kristos isa ana keessaatu jiraata malee, anatu jiraata miti; jireenya ani amma fooniin jiraadhu immoo, ilma Waaqayyoo isa na jaallate, ofii isaas dabarsee isa anaaf kennetti amanuudhaan nan jiraadha. Gal. 2:20.
Ari'atamummaa, maqa balleessii, reebamuu, jibbamuu, miidhamuu fi wantoota biyya lafaa keessatti Kiristoosiin Waan amananiif qofa qulqullootarra ga'u hunda keessatti jabaatanii dhaabachuun karaarraa osoo hin gorin dhufaatii kiristoos eeggachuudha. Kunoo akkas jedha" Inni arjummaa karaa Kristos Yesus nuuf godhe sanaan, bara dhufu hundumaattuu baay'ina ayyaana isaatii isa hammas hin jedhamne argisiisuudhaaf kana godhe. Isin ayyaana Waaqayyootiin karaa amantii fayyifamtan; inni immoo kennaa Waaqayyoo ti malee, gochaa ofii keessanii miti; hojiidhaanis miti, namni tokko illee akka ittiin of hin janyetti. Nuyi hojii harka isaatii ti, hojii gaarii isa Waaqayyo duraan dursee qopheesse keessa akka deddeebinuuf karaa Kristos Yesus uumamne." Efe. 2:10 | 586 |
| 5 | WANTOOTA NAMA RAKKISAN ARFAN
1. Ulfa Xinnoo
2.Beekumsa xinnoo
3. Sammuu xinnoo
4.Taayitaa xinnoo | 592 |
| 6 | KUTAA BAAY'EE MURTEESSAA WAAN TA'EEF HUBANNAAN DUBBISAA!!! Eebbifamaa!Waan hedduu waliif qoodna!! | 763 |
| 7 | Saamu’el dhuguma du’aa ka’ee Saa’olitti mul’atee?
Hafuurri gowwomsu Waaqayyo biraa ergamuu danda’aa?
Kutaa 2ffaa
Addunyaa kana irraa namootn hedduun karaa adda ta’een namoota du’an haasofsiisuun akka danda’amutti amanu. Garuu S.Low. 20:27 irratti “Isin gidduudhaa namni ekeraa dubbisu yookiis ekeraa waamu, dhirriis dubartiinis haa ajjeefaman! Isaan dhagaadhaan haa rukutaman, dhiigni isaaniis mataa isaanii irraa haa barbaadamu!’ jedhi!’jedhe”.
Mata duree “Eker-dubbiftuu” jedhu kana keessatti dhimma Saa’ol dhaqee dubartii eekeraa dubbistuu mariisisee Saamu’el isa du’e waliin wal arge kaaseen ture. Dhimmi sun amma illee ibsa dabalataa waan barbaachiseef, keessumaa iyyuu hordooftootiin FB koo ibsa dabalataa waan na gaafataniif xinnoo ibsuun barbaade. Taate kana keessatti eenyummaa Saa’ol yoo ilaallee nama Waaqayyo irratti amantii hin qabne waan tureef warra Filisxiyaa loluuf hedduu sodaatee ture. Sababii kana irraa kan ka’e Saa’ol Eker-dubbistuu barbaachuuf murteessee. Kana gochuu isaatti isa S.Low. 20:27 irratti dhorkame irraanfatee miti. Waan hundaafuu Saamu’el du’aa ka’ee Saa’olitti mul’atee? Kun gaaffii namoota hedduuti. Mee dhimma kana irratti utuu yaada hin kenniin kutaa biraa Macaafa Qulqulluu keessaa haa ilaallu.
2S.B.18:20 irratti mul’atee mootichi Ahaab Waaqayyo irratti finciala waan qabuuf “Waaqayyo, ‘Ahaab mootiin Israa’el dhaqee Raamooti-Giil’aadiin akka rukutuuf, achitti akka ajjeefamuufis eenyutu isa gowwoomsa ree?’ jedhe […] Kana booddee hafuurrii tokko ba’ee fuula Waaqayyoo dura dhaabatee ‘Ani isa nan gowwomsa’ jedhe […] Waaqayyo immoo, ‘Eeyyeen, akkasitti in dandeessa, dhaqiittii akkasuma godhii isa gowwoomsi’ jedheen” (2S.Baraa 18:19-21). Hafuura Sobduu mooticha Ahaab irratti ergame yoo ilaalle, seenaan kun taatee isa 1Sam.28 irratti mul’atee waliin wal fakkaata.
Taateen 1Sam. 28 fi 2S.B.18:20 wal cina qabnee yoo ilaalle: Kutaaleen kun lamaan isaanii iyyuu seenaa Macaafa Qulqulluu keessatti dhugaa addunyaa hafuuraa fi olaantummaa Waaqayyoo hafuurota hundumaa irratti, kana jechuun hafuurotuma warra gowwoomsaadhaan socho’an illee akka to’atu in agarsiisu. Taateewwan lamaan haala adda addaatiin taʼan illee mala Waaqayyo ajajeen ala qajeelfama uumamaa ol taʼe barbaaduuf yaalii godhamani dha.
1Sam. 28 kan inni ibsu lola Saa’ol warra Filisxeemootaa wajjin godhu dursee qajeelfama argachuu waan hin dandeenyeef abdiis kutatee waan tureef gara Eker-dubbistuu dhaqe. Isheenis Saamu’el isa du’e kaaftee akka mariisiste kutichi in ibsa. Mootiin Israaʼel Ahaab fi mootiin Yihudaa Yoshaafaat lola godhamuu dandaʼu ilaalchisee raajota mariisisaa jiru. Raajonni Ahaab 400 taʼan milkaaʼina kan himan yommuu taʼu, Mikaayaas raajichi dhugaan garuu balaa akka gaʼu raaje. Mikaayaas mul'ata “hafuurri” tokko “hafuura sobaa” afaan raajota Ahaab hundumaa keessatti Ahaab gara lolaatti akka deemee fi rukufuuf sossobuu ibsa. Kutaan kun olaantummaa Waaqayyoo isa guutuu fi to’annoo abbaa seerummaa cimsee ibsa. Hafuurri gowwoomsaa kan hojjetu, mootii hamaa Ahaab isa dhugaa Waaqayyoo isa ciminaan ganuu irratti murtii fiduuf hayyama Waaqayyo argate qofaadha. Waaqayyo taateewwan in qindeessa, hafuura hamaa ykn gowwoomsaa fayyadamuun kaayyoo isaa isa ol aanaa galmaan ga’uuf illee in gargaarama.
Bu’aan taatee kanaa yoo ilaalle, Ahaab raajota sobduu amanee gara lolaatti kan deeme yoo ta’u, achitti ajjeefama, raajii Mikaayaas dubbate fi hafuurri sobaa raawwate. Kutaaleen lamaan kun hafuuronni (hafuurri raajii du’ee yookaan qaama gowwoomsaa ta’e) aangoo Waaqayyoo isa dhumaa jalatti akka socho’anii fi kaayyoo murtii fi dhugaa isaa kan tajaajilan ta’uu isaanii agarsiisu, gochi isaanii walqunnamtii sadarkaa isaa eeggate kan waaqummaa wajjin ala ta’ee yeroo mul’atu dha. Haala lamaan keessatti hafuuronni dhimmicha keessa jiran (Saamu’eel fi hafuurri sobaa) ergaa murtii fi karoora Waaqayyoo dursee muudamee wajjin walsimu dubbatu, sirni ykn fedhiin namaa waan isaan dirqisiiseef utuu hin taane, Waaqayyo waan isaan hayyameef ykn ergeef. | 671 |
| 8 | Eker-dubbistuu!
Namoota du’an haasofsiisanii gorsa irraa fudhachuuf ykn dhimma ta’eef quunnamtii gochuuf warreen Eker-dubbistuu jedhaman bira in adeemama. Shaakalli akkasii kun aadaa fi Macaafa Qulqulluu keessatti illee in argama. Yeroo tokko Saa’ol yeroo muddamni isa mudatetti gara dubartittii ishee Ekeraa-dubbistu bira dhaqee rakkoo isaa itti himannaan warra du’an keessaa “Eenyuun siif kaasu?” ittiin jennaan “Saamu’eliin naaf kaasi” (1Sam.28:11) jedhe. Isheenis Saamu’eliin kaaftee haasofsiiteef jedhee barreefamee argina. Dhugumaan namoota du’an haasofsiisuun in dandaa’amaa? Kana ilaalchisee Macaafini Qulqulluun maal jedha?
Shaakalli akkasii kun tasa fudhatama akka hin qabne dubbiin Waaqayyoo akkas jedha: “Namni ekaraa dubbisu […] warra du’anis waamu si keessatti hin argamniin” (S.K.D.18:11). Itti dabaluun Waaqayyo akkas jedha: “Ani Waaqayyo gooftaa keeti; gara Eker-dubbiftuutti hin garagaliin; isaaniin xuraa’uudhaaf warra eekeraa dubbisan hin iyyaafatiin” (S.Law.19:31) jedha.
Maaliif Macaafini Qulqulluun kanaan mormaa? Macaafni Qulqulluun hafuuronni hamoon of fakkeessuu akka danda’an barsiisa (2Qor. 11:14). Kanaaf namni namoota duʼan qunnamuuf yaalu hafuura gowwoomsan wajjin wal qunnamuu waan danda’uuf of eggaanna gochuun in barbaachisa.
Gaaffiin tarii ka’uu danda’u tokkoo wa’ee Musee fi Eliyaas dhufanii Yesuusiin haasofsiisaniiti. Lq. 9 irratti Musee fi Eliyaas Yesus wajjin mul’atu. Yaadi ka’umsa kanaa Waaqayyo malee namaan miti. Duuka buutonni gooftaa jara du’aa keessaa isaan hin waamne. Taatee kun namoota du’an bira ga’uuf utuu hin taane karaa itti Waaqayyo ulfina isaa mul’isuu kan agarsiisa.
Bara kana “Raajonni” tokko tokko shaakala akkasii kana jalqabuu isaanii kallattii kamiin iyyuu fudhatama hin qabu!! | 593 |
| 9 | Nagaaan waaqayyoo hunduma keessaniif haa baay'atu! Attam jirtu nagaa keessanii?Mee ammammoo
MACAAFA QULQULLUU KEESSAA waan yeroo hedduu Gaaffi guddaa ta'ee nama baay'ee rakkisu kana Ilaallaa!!! Share,Comments gochuun channel kana Jajjabeessaa!! | 557 |
| 10 | IRRA HIN DARBAMU_ __ DAWIT GIRMA (Dave)(MP3_160K) (1).mp3 | 653 |
| 11 | Faarsaa Dawit Girma kana itti eebbifamaa! | 664 |
| 12 | AANGOOKOO-IFAA TARRAFAA | 774 |
| 13 | JIRAACHISAAKOO-Far.Ababe Tadasa||Faarsaa kana Itti Eebbifamaa! Faarsaa kadhataati! | 888 |
| 14 | ASKUULEE TAAFFASAA-Waaqeffannaa Ayyaanaa fi dhugaan guute! Itti Eebbifamaa! | 835 |
| 15 | Eebbifamaa!!! | 958 |
| 16 | Faarfannaa Obboleessa keenya Far. Ababe Tadasa Kan mata dureensaa Jiraachisaakoo jedhu dhaggeeffadhaa itti eebbifamaa!! Subscribe godhaafiis | 990 |
| 17 | https://youtu.be/PIlk_BfrJ24?si=qZoieweDXfVDKU1b | 984 |
| 18 | HANA_REGASA_NUUF_DEEBISI_FAARFANNAA_AFAAN_OROMOO_HAARAA_NEW_OROMO.mp4 | 0 |
| 19 | NUTTI ARAARAMI_Ababe Tadesa stereo output 2015/2022
https://youtube.com/watch?v=2VLorZfepQE&si=dn2nIPZCa9TbGsn1 | 0 |
| 20 | +6 Asegid_Abebe_JIRRA_AMMALLEE_AFAAN_OROMO_MUSIC_VIDEO(128k).mp3 | 0 |
