4 582
订阅者
无数据24 小时
-77 天
-3130 天
帖子存档
4 582
Repost from Dambalii Kitaabotaa PDF 📚 (HDL)
Animal Farm
'Ganda Beeyladootaa
Barressaan Joorj Oriwul
Kan Afaan Oromootti hiike, Amntii Damisee Bonjaa
4 582
Repost from ከፍልስፍና ዓለም™
አንድ አዲስ የተለቀቀ መፅሀፍ ልጋብዛቹ።
መፅሀፉ ፍልስፍና፣ሳይንስ፣ሃይማኖት፣የግል ተሞክሮ፣ታሪክን በጋራ አጣምሮ የያዘ ሲሆን ለንባብ የሚስብ አቀራርብን የያዘ ነዉ!
መፅሐፉም ተደራሽ አንባብያኑን(target audience) ለብዙሃኑ ማህበረሰብ ያደረገ ስለሆነ technical termኦቹን ሁሉም ሊረዳዉ በሚችል መልኩ ተሰናድቶ የቀረበ መፅሀፍ ነዉ።
ነገሮችን መጠየቅ መመርመር መጀመር ለሚፈልጉ እንደ መነሻ እና ማጣቀሻ ይሆናል ብዬ አስባለዉ እኔም አንብቤ ወድጄዋለዉ ሳቢ ከመሆኑ የተነሳ በጥቂት ጊዜ ዉስጥ ነዉ የጨረስኩት።
i recommend it for every Ethiopian alive!
4 582
Attam jirtu maatiin?
Akkuma beekamu karaa teleegiraamii kanaa marii kallattii gaggeessaa turre sababa garaagaraatiin adda kutuun keenya ni beektu. Yeroo haalli mijataan argametti ammoo waliin mari'achuuf kunoo deebineerra. Har'a galgala sa'aa 2:30 irraa eegallee mata duree
'" KADHANNAA"
Jedhu irratti marii goona. Mata dureen kun kan filameef ayyaana irreechaa fuula keenya dura jiru sababeeffachuudhan yoo ta'u, utuu waa'ee maalummaa irreechaa hin ilaaliin dura yaadota ollaa sana jiran irratti mari'achuun barbaachisadha jennee waan amanneef ta'uu isaati. Warreen fedhii Qabdan har'aa galgala sa'aa jedhame kanatti Wal argina.
Galatooma!
4 582
Repost from Barruu Walaabuu
#WAAMICHA_GUDDAA
Hunda dura nagaa jirtuu?
Baga nagaa taatan!
Kitaaba Asoosamaa #Akkamalaa jettu waggaa 4 ol gaggaragalchaa tureen reefuu xumura irra geesse. Carraa mana maxxansaa seenanii bahuu argattus dubbistoota bira gahuuf xiqqoo barfatte.
Maarree egaa dubbifamuudhaafis yeroon isaa gahee jira. Gaafa guyyaa 18/12/2017 waaree booda sa'aatii 7:00 irraa eegalee, Buraayyuu-Maaramii galma Reestooraantii #Dirree_Caalaa bakka keessummoonni kabajaa gurguddoofi maatiin og-barruu Afaan Oromoo argamanitti ni eebbifama.
Maatii, firaafi hiriyoota keessan waliin taatanii akka irratti naaf argamtan kabajaanin isin gaafadha.
4 582
Repost from MILKOOMEEDAA
Qabiyyeen kitaaba kanaa
✨Dhaha Oromo
✨Maalummaafi Gosoota Astiroonoomii
✨Sirna Soolaarii
✨Urjiilee
✨Holqa Gurraacha
✨Eegzoopilaaneetii (Exoplanet)
✨Gaalaaksota
✨Hawaa
✨Uumama Alagaa (Aliens)
✨Seenaa Beektotaa
📝Barreessitoota
✨Leensee Wandimmuu
✨Feeneet Firomsaa
Dubbisa Gaarii🥰
