ch
Feedback
Jechoota jaalalaa fi kaka'umsa

Jechoota jaalalaa fi kaka'umsa

前往频道在 Telegram

@Chaanaali kana keessatti jechoota jaalala fi akkasumaas jechoota kaka'umsaa ni argaattuu. Akkasumaas jechoota jaalalaa fi akkasumaas jechoota kaka'umsaa bifa suuraatiin argachuu yoo barbaadan liinkii armaan gadii kana tuquun nu qunnamaa 👇 @ramme63

显示更多
4 641
订阅者
+2524 小时
+1727 天
+38330 天
帖子存档
❤@MuAz_Mahamed share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreess
@MuAz_Mahamed share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreessa @MuAz_Mahamed👆👆👆👆hin hirranfatin haya #Motivational_Quotes_Mu Az ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

JECHOOTA_DINQISIISOO share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf si
JECHOOTA_DINQISIISOO share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreessa @JECHOOTA_DINQISIISOO 👆👆👆👆hin hirranfatin hayye #JECHOOTA DINQISIISO

Hiriyyaa waliin jirtu ka waa'ee jiruuf jireenya isaa sitti hin himne waa keetii itti hin odeessin. Hiriyyaa si dhageeffachuu malee tan isaa sitti hin naqanne yoo dandahame hiriyyummaa isaa waliin qabdu adda kuti. 🫡 #Share @gaarumansumafi

Wantoota ✍️ Nama Gowwaa FI Nama Dadhabaa Si Footu 1.Hedduu qoosaa baayyisuu fi (serious) tahu dhabu 2.Namoota hunda jaalachiisuf Tattaafachuu gaarummaan likki Bira yoo dabarte namatu si DAGATA Habibi.🫡 #Share 👇 @gaarumansumafi

❤@MuAz_Mahamed share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreess
@MuAz_Mahamed share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreessa @MuAz_Mahamed👆👆👆👆hin hirranfatin haya #Motivational_Quotes_Mu Az ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

Repost from Sammuu kee bani
https://app.buzzerfan.com/referral-invite/rs8f9522d5f7b8480bb15e413dc917a920 App kun akka tiktok Instagram fi FB wal fakkaata garu waan addaa isa godhuu fi Das nama jedhuu hanguma post fi Video nama ilaltanin Maalaqa isinif kaffala. Isinilen buufadha irraa fayyadaman isin jedha

Maatii jaalalaa pls link arman gadii kanaan seenuun you tube kana subscribe godhuun cinaa dhaabbadha maatii jaalalaa Bulchaa Mohamed: https://www.youtube.com/@bulchaa450 YOU TUBE Subscribe ❤️🙏

Ani barataa universitiiti Dhimmii ministeerri barnoota waggaa tokko tola oltummaa booda deebitanii wagga 4ffaa Eixit Exam fudhachuun Ebbifamtan jedhu Nutii antuutamiti Kan wa hunda nurrati test godhaan Kun genocide dhaloota kana irratti labsuudha. Umrii keenyaa guutuu Barumsaa irraatti fixuuf hin dhalannee. Nus akkuma ilma namaa hojjanne guddachuu barbaanna. Kuni dhaloota ajjeesuudha. Mirga keenya ni falmanna. Degree takka fudhachuuf waggaa 30 barachuu hin qabnu. Tokkummaadhaan dura dhaabbanna. Heerri Mootummaa FDRE Keewwatni 18/3 Nuuf haa kabajamuu. Herichi akkas jedha Namni kamiiyyuu dirqisifamuun hojjachuu hin qabu kan jedhuudha. Kana Hubachuudhaan: Ijjoollee university Ethiopia 🇪🇹Hundi keessanuu, Hawaasni keenyafi Hawaasni diaspora Ethiopia 🇪🇹 walumaa galatti Lammiileen Ethiopia hundi keessanuu Hadaraa Sagalee nuf ta'aan Dhaamsa Barattoota University Ethiopia 🇪🇹 HUB:Barattootnii University keenya keessa jirtan jechuunis UoK University keenya malee Barattoonni Universitiwwan Ethiopia 🇪🇹 Hundinuu guyyaa har'aa Sagalee isaanii dhagesifataa jiru. Haaluma kanaan nutis guyyaa boru Tuesday November 18,2025 Morning jechuudha saa'atii 2:00 irraa jalqabuudhan Sagalee keenya akka dhageessifannu hubachuudhan Barattootnii keenya hunduu akka qophooftan kabajaadhaafi Jaalalaan isin beksifna.

❤@MuAz_Mahamed share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreess
@MuAz_Mahamed share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreessa @MuAz_Mahamed👆👆👆👆hin hirranfatin haya #Motivational_Quotes_Mu Az ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

❤@MuAz_Mahamed share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreess
@MuAz_Mahamed share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreessa @MuAz_Mahamed👆👆👆👆hin hirranfatin haya #Motivational_Quotes_Mu Az ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

JECHOOTA_DINQISIISOO share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf si
JECHOOTA_DINQISIISOO share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreessa @JECHOOTA_DINQISIISOO 👆👆👆👆hin hirranfatin hayye #JECHOOTA DINQISIISO

Waa dhabni hamaadha Fuula nama si dhaaba Kan ati beytuu tu hula sitti gad qaba Gaafa ati rakkatte Tokko siin jaaltu Hundu si wallaal Kan duraan beytu Rabbin ko sin mudin dhaban harka nama bareeda yoo taatees Enyu sitti haajama Si dheessuu eegala Gaafa ati dhabde Lafaa ol sin fuudhu Yooniifi nille cabde Kaleessa si beeka Arrammo si dheessa Dhabu keetif ja'e Ifirra si fageessa Qabaata yoo taate Kan si beeku dhibba Akka tasa dhabnaan Firrinuu si jibba Dhabaan sin mudin mee Fuula ilma nama Rabbiin siif Ha kannu Waan dhabde hunduma @MUAZMOHAMED✍️

Waa dhaabni hamaadha Fuula nama si dhaaba Kan ati beytuu tu hula sitti gad qaba Gaafa ati rakkatte Tokko siin jaaltu Hundu si wallaal Kan duraan beytu Rabbin ko sin mudin dhaban harka nama bareeda yoo taatees Enyu sitti haajama Si dheessuu eegala Gaafa ati dhabde Lafaa ol sin fuudhu Yooniifi nille cabde Kaleessa si beeka Arrammo si dheessa Dhabu keetif ja'e Ifirra si fageessa Qabaata yoo taate Kan si beeku dhibba Akka tasa dhabnaan Firrinuu si jibba Dhabaan sin mudin mee Fuula ilma nama Rabbiin siif Ha kannu Waan dhabde hunduma @MUAZMOHAMED✍️

#Gad ji'i hojjadhu Of hin tuffatinii Gaafa galma geesse Si jaalata namni Milkaa'u kee arkee Hundinuu sin ja'aa Mucaa kana laal mee Fira anaaf ta'aa Ati kufnaan ammo maqaa siif moggasaa Yaabo firan qabuu Nama rifachiisaa Tanaafu hojjadhu Of hin tuffatinii Jabaa tahuu keetis Hojiin si beekanii Gaafa ati kufte takko harka si qabuu Dantaa saatii dhiisaa Yoo fadhees haa cabu Akkanaan siin ja'a Kana ilmi namaa Jabaadhu hojjadhu tanumaan si dhaama @MUAZMOHAMED✍️

#Gad ji'i hojjadhu Of hin tuffatinii Gaafa galma geesse Namu si jaalatani Milkaa'u kee agaree Bar inni sin ja'a Isa kana ni beytanii Fira naaf ta'a Ati kufnaan ammo maqaa siif moggasaa Yaabo fira hin qabu Heddu nama rifachiisaa Tanaafu hojjadhu Of hin tuffatinii Jaba tahuu kee Hojiin si ha beekanii Gaafa ati kufte takko harka si qabu Dhiisa Danta isaa Yoo fadhe ha cabu Akkana siin ja'a Bar ilmi namaa Jabaadhu hojjadhu tanumaan si dhaama @MUAZMOHAMED ✍️

Repost from Sammuu kee bani
Gaafa aartu yookiin baay'e dhiphattu suuta jedhii nama keessaa ba'iitii bakka namni hin jirre caalleensa ykn cakkaa sagaleen hin jirree keessa seenii lafa dhayii gangaladhu iyyii! Sana booda aariifi dhiphinnikee ni bada jedha. @gaarumansumafi @gaarumansumafi

Ilaahi si malee Enyuun qaba ani Na jibban namoonni Dilaawaadha ja'anii Tanaafin dhufee Gama kan kee iyyaa Atuman na dhiisi Hunda dilii tiyya Dogoggorri kootis Tokkoo lamaa miti Nafsiyya hurdofeen Miidhe lubbu tooti An fadheeti miti Kaniin dilaawe Ma'siya hedduunin Rahamta ke hoongawe Badii tiyya laale Namu anaan ja'a Atii kana rabbin Si azzabuuf ta'a Jacha saan dhagenyan Hedduun if wallale Garuu Rahamata kankeetu Badi toorra caale Osumaan dilaahu Ifitti na yaamtaa Dilawadha jatte Yoom na irranfatta Isaan ka na darban Ati harka na qabda Yaa abdii arkadhu Gafaatte maa dhabda Si abdadhe rahmaan Hula te dha-dhawadhe Baditti deebi'u gana Ilaahi kanko towbadhe @MUAZMOHAMED✍️