Goshoo Online
前往频道在 Telegram
Marsariitii Goshoo Online Gola Jaallala Dhugaa yommuu tahu, BILISAAN, Namoota hin fuudhin hin heerumin: Qeerroo fi Qarree, Kanneen Fuudhanii hiikan irratti walbaruudhaan jireenya isaanii bifa haaraan akka ijaaratan yaadamee kan qophaayeedha. Michuu barbaa
显示更多未指定国家未指定类别
735
订阅者
无数据24 小时
无数据7 天
无数据30 天
吸引订阅者
十二月 '22
十二月 '220
在0个频道中
十一月 '22
+1
在0个频道中
Get PRO
十月 '22
+1
在0个频道中
Get PRO
九月 '22
+3
在0个频道中
Get PRO
八月 '22
+2
在0个频道中
Get PRO
七月 '22
+4
在0个频道中
Get PRO
六月 '22
+13
在0个频道中
Get PRO
五月 '22
+92
在0个频道中
Get PRO
四月 '22
+143
在0个频道中
Get PRO
三月 '220
在0个频道中
Get PRO
二月 '220
在0个频道中
Get PRO
一月 '220
在0个频道中
Get PRO
十二月 '210
在0个频道中
Get PRO
十一月 '210
在0个频道中
Get PRO
十月 '210
在0个频道中
Get PRO
九月 '210
在0个频道中
Get PRO
八月 '210
在0个频道中
Get PRO
七月 '210
在0个频道中
Get PRO
六月 '210
在0个频道中
Get PRO
五月 '210
在0个频道中
Get PRO
四月 '21
+3
在0个频道中
Get PRO
三月 '21
+1
在0个频道中
Get PRO
二月 '210
在0个频道中
Get PRO
一月 '21
+4
在0个频道中
Get PRO
十二月 '20
+665
在0个频道中
频道帖子
| 2 | Yaadachiisa: Miseensotni kamuu Odeeffannoo fi Suuraa sirrii hin taane Danaan(Profile) keessan irra hin galchinaa.
Nama didee kana godhee argame tarkaanfii irratti kan fudhannu tahuu hubadhaa.
G o s h o o
Odeeffannoo Dabalataatiif t.me/goshoo_online hordofaa | 0 |
| 3 | ⏺❤️Jaalalatu jaalala bita malee jibbi jaalala hin bitu
⏺❤️Dhirumatu durba fuudha malee dubarri dhiira hin fudhu
⏺❤️Akka hiree ketti malee akka hiriyyatti hin bulan
⏺❤️Jaalalan jaalala hareessu malee qarshiin miti
⏺❤️Guddinni jalqaba yaada malee qabeenya miti
⏺❤️Waan tokko yaalte milka'uu dhabuun kufaati miti
⏺❤️Garagarummaan yaada marii qofaan hikama
⏺❤️Namni si haa jibbu malee ati nama hin jibbin
⏺❤️Namni si haa ganu malee ati nama hin ganiin
⏺❤️Namni sitti haa hammatu malee ati namatti hin ammatiin
⏺❤️Namni si haa miidhu malee ati nama hin midhiin
⏺❤️Namni si haa sobu malee ati nama hin sobiin
⏺❤️Jireenya kee keessa gabbbii balleessi
⏺❤️Yeroo hundumaa yaada gaggarii maddisisi
⏺❤️Carran kee 1 qofa seete hin gaddin
⏺❤️Carraa hin qabu hin jedhiin sababni isaas waan biraa yeroo yaaltu waan siif milkaa'uuf
⏺❤️Yeroo hundumaa dhifama bay'isi
⏺❤️Siruma haloon bafadha hin jedhiin
https://www.facebook.com/goshoonline/posts/357680183003242 | 0 |
| 4 | #Yaadachiisa - Kabajamoo Miseensotni G o s h o o hundaaf:
- Erga Galmee raawwattan booda hojiin keessan jalqabaa #Odeeffannoo keessan, Danaa(Profile) keessa seentanii Hunduma Guutuu qabdu.
- Account keessan irratti #Suuraan Danaa (Profile) suuraa #Dhuunfaa keessanii tahuu qaba.
- Odeeffannoo sobaa guutanii fayyadamuun #adabii hanga deebitanii akka hin fayyadamne Ugguramuu adabsiisuu mala.
- Suuraalee dhuunfaa keessanii hanga 5 yoo olfe'attan, Suuraan hundi kan abbaa tokkoo tahuu System erga mirkaneeffate booda Account keessan #verify(Blue tick) isiniif taasisee mirkaneessa
#Hub: Marsariitii keenyarratti tajaajilli kennamu kanneen akka #Chat, video call, audio call, profile visiting, Likes, Dislikes, block, add friend, Gifts, packages, credits, finding matches, messages, calls.... fikkf hunduu #Sirnaan kan icciitaye(Fully Encrypted) waan taheef qaamni ykn namni biraa arguu danda'a jettanii hin shakkinaa.
Namootni hin galmaayin link kanaan galmaayaa
https://goshoo-online.com/register
@goshoo_online | 0 |
| 5 | O D U U G A A R I I
*********
G o s h o o AFaan Oromootiin tajaajila eegaleera.
Ji'a tokko darbetti Jaalatamummaa horachaa kan dhufe #Goshoonline Miseensota hedduu horachaa dhufaa jira.
Kaayyoon keenya Qeerroo/Qarree ykn kanneen fuudhanii hiikan Jaalala Dhugaa akka argatan walitti fiduu yommuu tahu Namootni keenya bakkuma jiranii Jaalallee dhugaa akka walbaran haala mijeessuudha.
Goshoo Online tti Miseensa hin taane yoo tahe, Geessituu kana cuqaasuudhaan Galmaayaa:👇
https://goshoo-online.com/register
@goshoonline #follow #like fi #share godhaa waliin gahaa
Goshoo Online | Gola Jaalala Dhugaa
Web: https://www.goshoo-online.com
https://www.facebook.com/goshoonline
https://www.twitter.com/goshoo_online
www.instagram.com/goshoo.online
Telegram t.me/goshoo_online | 0 |
| 6 | #Miseensota G o s h o o tiif - Mallattoo Cuquliisa(Verification Blue Tick) itti isiniif goona.
Marsariitiin keenya yeroo galmooftan namoota tokko tokko akka rakkisaa jiru hubanneerra. Gareen Teekinikaa keenya irratti hojjachaa waan jiruuf yeroo gabaabatti furama jennaa abadanna.
Miseensotni Marsariitii Goshoo irratti yoo galmooftan
1) Lakkadaan(Code) email keessanitti ergamu itti galchuudhaan mirkaneessaa
2) Fuulgocha keessan sirnaan guutaa, Odeeffannoo dhugaa fi qabatamaa iddoo barbaachisu hunda guutaa. Suuraa kan keessan fayyadamu qabdu.
Namoota bifa kanaan odeeffannoo sirnaan guuttate akkuma Account Goshoo Admin kana Mallattoo Cuquliisa(Verification Blue Tick) itti isiniif goona.
Goshoo Online tti Miseensa hin taane yoo tahe, Geessituu kana cuqaasuudhaan Galmaayaa:👇
https://goshoo-online.com/register
@goshoonline #follow #like fi #share godhaa waliin gahaa
Goshoo Online | Gola Jaalala Dhugaa
Email: goshoo.online@gmail.com
Web: https://www.goshoo-online.com
https://www.facebook.com/goshoonline
https: | 0 |
| 7 | Marsariitiin keenya hojii eegaleera
#Goshoo - Marsariitii keenya irratti nama barbaaddaniin walbaruu qofa osoo hin taane #Suursagalee dhaan walii bilbiltanii gara fuulduraa jireenya waliin ijaarachuu dhaaf yoo waliigaltanillee mirga keessan.
G o s h o o hojiin isaa ijoon ilmaan Oromoo biyya keessaaf biyya alaa jireenya ijaarachuu barbaadan walqunnamsiisuudha.
Galmaayuu dhaaf:
https://goshoo-online.com/register
#share godhaa waliif dabarsaa
Galatoomaa | 0 |
| 8 | #GoshooOnline | Hojii eegaleera!
Marsariitiin Jaalalaa - G o s h o o 🧑🏾🦯👨🏾🦯🏃🏾♀️👨❤️👨👩❤️👩
Goshoo Online is a 100% Ethiopia Free Dating Service that are prepared for helping singles ....
#Marsariitii Jaalalaa, Marsariitii Qeerroowwanii fi Qarreewwan bakkuma jiranii, biyyuma jiranii, amantii fi naannoo fedhani irratti hundaayuudhaan kan Walbarsiisudha. Marsariitiin keenya Yaalii dhaaf kan Gadi lakkifame tahus #App Mobile dabalatee dhiyootti hojii kan eegaluudha
Goshoo Online tti Miseensa hin taane yoo tahe, Geessituu kana cuqaasuudhaan Galmaayaa:👇
https://www.goshoo-online.com/
#valentines2022 #valentinesday2022 #valentinesdaygift #valentinesgift #valentinegift #happyvalentinesday
@goshoonline #follow #like fi #share godhaa waliin gahaa
Goshoo Online | Gola Jaalala Dhugaa
Email: goshoo.online@gmail.com
Web: https://www.goshoo-online.com
https://www.facebook.com/goshoonline
https://www.twitter.com/goshoo.online
https://www.instagram.com/goshoo.online
https://t.me/goshoo_online | 0 |
| 9 | @goshoo_online
@goshoo_online | 0 |
| 10 | @goshoo_online
@goshoo_online | 0 |
| 11 | @goshoo_online | 0 |
| 12 | 没有文字... | 0 |
| 13 | 没有文字... | 0 |
| 14 | #Qarreewwan keenya Hayyootni keenya akka hiikamanii fi Gabbarri akka dabalu #cichanii gaafachaa jiru.
@Goshoo Online Bifa haaraadhaan dhufuuf jira.
#QeerroofQarreen Goshoo Online jabeeffadhu.
Group keenyattis dabalamaa:
GOSHOO Online | Jaalalleewwan!
Goshoo Online - Gola Jaalala Dhugaa!
https://www.facebook.com/goshoo.online/photos/a.103525801347820/189898626043870/
#Telegram keenya:
@goshoo_online itti dabalamaa | 0 |
| 15 | Goshoo Online Beektuu? Fayyadamuudhaaf
********
#Goshoo jechuun Afaan Oromooti, Umsii Dargaggummaa keessatti #HiriyyaaDhugaa jechuudha. Goshoon ykn Hiriyyaan Dhiiraaf Shamaraa tokko #Hariiroo ykn Goshummaa yeroo dheeraa qabaatanis hanga gaafa #SirnaGadaatiin walkaadhimatanii mana ofiititti waliin galaniitti Waldogoggorsiisuun hin jiru ykn Fedhiin dhuufaa ykn Faayidaan Addaan isaan hin baasu. Fkn: #Dogoggoota isaan keessaa tokko imala isaa gufachiisu hin raawwatan, waan qabaniin walgargaaranii hanga karoora inni tokko fedhuu waliif mikeessuuf dha'amu.
Hariiroo #Goshummaa keessatti Maatiin gara lamaaniituu beekuu danda'a, nijajjabeessu malee, dhiibbaa irratti hin godhan. Ittigaafatamummaadhaan Eegumsa barbaachisaa waliif godhu, kaayyoo fi karoora isaanii gara Fuulduraa waliin aabjotu, walgorsuu, waldeeggaruu, wajajjabeessuudhaan Jaalala Dhugaa qaban waliif agarsiisu.
#Guutummaasaa kunoo
https://www.facebook.com/goshoo.online/photos/a.103525801347820/129340285433038/
Telegram keenyarraa odeeffannoo adda addaa argattu
#JoinUs @goshoo_online
Goshoo Online | Gola Jaalala Dhugaa | 0 |
| 16 | Dubbiin Garaa nu baate, Garatti nu deebiteerti, gara feetan nu geessaa jechuun icciitii saba Oromoo kan dhokse, Gootni Oromoo beekkamaan Haaji Aadam Saaddoo, Hanga bara 1981tti boqotanitti imala QABSOO Oromoo keessatti shoora olaanaa taphachaa kan turan akka tahe ni beekkama,
Seenaa isaani bifa midhaagaan kanaan qindeessinee jirra hordofaa, irraa baradhaa, waliif dabarsaa.
https://youtu.be/rJdAOCNJw2c | 0 |
| 17 | #oroictERPBusinessSolutions | Furmaata Daldalaa oroictERP = Sirna Tekinoolojii Ammayyaawaa tahee, kan dhaabbileen IMX hanga Intarpriraayizoota gurguddaatti hojiilee/tajaajiloota/oomishaalee isaanii salphaa ta'een too'achuu, , humna xiqqaadhaa ta'een maamiltoota/fayyadamtoota isaaniif kennuu/raabsuudhaan tajaajila saffisaa fi si'ataa uumuuf kan gargaaruudha.
Akkasumas, sirna ammayyaawaa raawwii hojii adda addaa iddoo tokkotti kan walitti hidhu waan taheef, Raawwii dhaabbata tokkoo hunduma haala salphaa taheen giddugala/handhuura tokkorraa too'achuudhaaf kan ooluudha.
Akka waliigalatti; #oroictERP Solutions | Furmaata oroictERP kun Tekinoolojii raawwii adda addaatiif oolu kan ofkeessatti hammate yommuu tahu, akkuma suuraa irratti agarsiisuuf yaalle, Bittaaf Gurgurtaa too,achuu, Hojjataa too'achuu, Baasii fi Galii dhaabbata tokkoo too'achuu, Baajata too'achuu, Mindaa Too'achuu, Hayyama Waggaa hojjataa, Hojii Piroojectii, Boqonnaa/Argamaa/Haftee hojjattoootaa, tokkoo tokkoo Qabeenya dhaabbata keessanii,.... | 0 |
| 18 | Fardi Siidaa Minilik irra jiru, Kan Oromooti, DHalootni deebifachuu qaba... https://youtu.be/fuVu66nfft0 via @YouTube | 0 |
| 19 | Warra jaalallee(#Goshoo) qabdaniif ~ #share
".. Hamaan kee Hirmii kooti.."
-----------------------------------------------------
Yaa dagalee jiruu
Ibsituu waa maraa
Gaachana kaayyoo koo
Tumsituu karooraa..!
Jaalallee kooti ati
Abdii koo lafarraa
Hamma jiruu fixee
Deemutti addunyaarraa..!
Ulfinni koo keeti
Salphinni kees Ana
Ati manaa dhibnaan
Hojiin koo dukkana..!
Kanaafuu..
Hamaan kee Hirmii kooti
".Tuuuu." Jedhee isa tufe
Gara kootti haa goru
Kan siif dabee dhufe ...!!
-------------------------------------------------
Goshoo Online irratti Miseensa hin taane yoo tahe, Geessituu kana cuqaasuudhaan Galmaayaa:
https://goshoo.afaan-oromoo.com/goshoo-online-galmee/
GOSHOO Online | Jaalalleewwan! | 0 |
| 20 | Tajaajiloonni Itiyoo-Teelekom tariifni fayyadamtoota Teelekomii kaffalchisaa jiru keessahuu tajaajila interneetaa irratti haala yeroo fi galii lammilee biyyatti kan giddu galeeffate waan hin taaneef, tariifni kun irraa deebiin ilaalamee akka hirdhiifamu jechuudhaan xaalayaa Itiyoo-Teelekomiif barreessu oroict.com beeksiseera.
@HawiTiMES
@HawiTiMES | 0 |
