Hijra Bank
前往频道在 Telegram
Journey to a bright future Hijra Bank is a full-fledged interest free Bank in Ethiopia joined the financial industry in 2021
显示更多📈 Telegram 频道 Hijra Bank 的分析概览
频道 Hijra Bank (@hijrabank) 是活跃参与者。目前社区聚集了 18 793 名订阅者,在 经济与金融 类别中位列第 6 545,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 1 792 位。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 18 793 名订阅者。
根据 08 七月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 217,过去 24 小时变化为 19,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 已认证(Telegram 官方确认)
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 18.23%。内容发布后 24 小时内通常能获得 8.70% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 3 426 次浏览,首日通常累积 1 634 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 11。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Journey to a bright future
Hijra Bank is a full-fledged interest free Bank in Ethiopia joined the financial industry in 2021”
凭借高频更新(最新数据采集于 09 七月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 经济与金融 类别中的关键影响点。
18 793
订阅者
+1924 小时
+1397 天
+21730 天
帖子存档
18 793
"ሂጅራ ባንክ የተመሰረተው ለቁጥር ሳይሆን በልዩነት በሀገሪቱ የነበረውን አንድ ትልቅ የታሪክ ክፍተት ለመሙላት ነው" አቶ አብዱሰላም ከማል
''Baankiin Hijraa Kan Hundaa'e Heddummina Lakkoofsaa Dabaluuf Osoo Hin Taane Adda Durumaan Qaawwaa Seenaa Guddaa Biyyattii Keessa Ture Cufuufi'' Obbo Abdussalaam Kamaal
🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻
የ2025/26 በጀት አመት አፈፃፀምን ተከትሎ ሂጅራ ባንክ ባዘጋጀው ጋዜጣዊ መግለጫ ላይ ተገኝተው መልዕክት ያስተላለፉት የባንኩ ዳይሬክተሮች ቦርድ ሰብሳቢ አቶ አብዱሰላም ከማል ሂጅራ የተመሰረተው የሀገሪቱን የባንክ ቁጥር ለመጨመር ሳይሆን በልዩነት በሀገሪቱ የነበረውን አንድ ትልቅ የታሪክ ክፍተት ለመሙላት መሆኑን ተናግረዋል፡፡
በኢትዮጵያ በርካታ የህብረተሰብ ክፈል በእምነቱ ምክንያት ወለድን በመጠየፉ ለዘመናት ከዘመናዊው የፋይናንስ ሥርዓት ተገልሎ መቆየቱን ያስታወሱት የቦርድ ሰብሳቢው በፋይናንሱ ዘርፍ የፅናት፣ የፍትሃዊነት እና አካታች የኢኮኖሚ ሥርዓት የተረጋገጠበት ቀጣይ የዕድገት ምዕራፍ መጀመሩን አብስረዋል።
እንደ አቶ አብዱሰላም ገለፃ ሂጅራ ባንክ በሀገራችን የነበረውን ታሪካዊ መገለል በአጭር ጊዜ ውስጥ ሰብሮ በመግባት ፍትሃዊ የኢኮኖሚ ተጠቃሚነትን ለማረጋገጥ እና በዘርፉ ያለውን ግዙፍ አምራች ኃይል ወደ ፋይናንስ ሥርዓቱ ለማካተት በሰራቸው ስትራቴጂካዊ ተግባራት አመርቂ ውጤቶችን በማስመዝገብ በኢትዮጵያ የባንክ ኢንዱስትሪ ውስጥ ተምሳሌታዊ ተግባር ፈፅመዋል።
በንግግራቸው ማሳረጊያ ለብሄራዊ ባንክ እና ሌሎች የመንግስት ተቋማት፣ለሂጅራ ባንክ የቦርድ አባላት፣የሸሪዓ አማካሪ ኮሚቴ አባላት፣ የሥራ አመራር ሃላፊዎች እና ሠራተኞች፣ ለዑለሞች እና የመጅሊስ አመራሮች እንዲሁም
ለባንኩ ባለአክሲዮኖች እና ደንበኞች ምስጋናቸውን አቅርበዋል።
ሂጅራ ባንክ ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!
Raawwii hojii bara baajataa 2025/26 ilaalchisee ibsa miidiyaaf baankichinkenne irratti haasaa kan taasian walitti qabaan boorrdii baankii hijraa obbo abdussalaam kamaal Baankiin Hijraa Kan Hundeeffame Heddummina Lakkoofsaa Dabaluuf Osoo Hin Taane qaawwaa seenaa guddaa biyyattii keessa ture bifa adda ta'een cufuuf akka ta'e dubbataniiru.
Biyyattii keessatti kutaaleen hawaasaa hedduun sababa amantii isaaniitiin tajaajila dhalaa waan lagataniif, baroota dheeraaf sirna faayinaansii irraa fagaatanii turuu isaanii kan yaadachiisan dura ta’aan boordichaa, sektara faayinaansii keessatti boqonnaan guddina itti fufiinsa qabu kan obsa, haqummaa fi sirna diinagdee hunda-galeessa ta’e itti mirkanaaye eegalamee jabaachuu isaa dhiyeessaniiru.
Dabalataan Baankiin Hijraa loogii seenaa biyyattii keessa ture yeroo gabaabaa keessatti cabsee seenuudhaan, faayidaa diinagdee haqa qabu mirkaneessuu fi humna oomishtummaa guddaa gama kanaan jiru sirna faayinaansii keessatti hammatuuf hojiiwwan tarsiimoo hojjateen bu’aawwan boonsaa galmeessiseeraa jedhanii; kanaanis industrii baankii Itiyoophiyaa keessatti hojii fakkeenya ta’u raawwateeraa jedhan.
Xumura irratti, Baankii Biyoolessaa fi dhaabbata mootummaa birootiif, miseensota boordii Baankii Hijraatiif, miseensota Koree Gorsituu Shari'aatiif, hoggantoota fi hojjattoota baankichaa, Ulamaa’ota fi hoggantoota Majlisaatiif, akkasumas abbootii aksiyoonaa fi maamiltoota baankichaa hundumaaf galata isaanii dhiyeessaniiru.
Baankii Hijraa Imala gara egeree ifaa!
#HijraBank #EthiopiaFinance #Annualreport #InterestFree
#shariacompliance #pressrealese #profit
18 793
Carraa addaa kanaan hanga bara baajataa xumurameetti namoonni 35 abjuu isaanii dhugoomsuun sirna Hajjii isaanii milkaa’inaan akka raawwatan taasiseera.
Xumura irratti: Baankichi Ibsa miidiyaa kanaan warroota milkaa’ina kana hundaaf deeggarsa taasisan: abbootii qabeenyaa, Abbootii Aksiyoonaa, Baankii Biyyooleessa Itoophiyaa, Mana Maree Waliigala Dhimmoota Islaamummaa Federaalaa fi caasaa Majlisa sadarkaa sadarkaan jiran, Qaamota baankicha keessatti gahee adda addaa bahachaa jiranii fi maamiltoota keenya kabajamoo filatanii fi amananii nu waliin turan akkasumas miseensota Boordii Daarektaroota, hoggantoota baankichaa fi hojjattoota baankichaa jaallatamoo kutannoo guddaadhaan hojjachaa turan hundaaf galata dhiyeessa.
Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!
18 793
Baankiin Hijraa bara baajataa 2025/26tti safartuu raawwii hojii gurguddoo hundaan bu'aa olaanaa galmeessise!
Guutumaa guututti tajaajila baankii dhala irraa bilisa ta’e kennaa kan jiru Baankiin Hijraa, bara baajataa xumurame kana keessatti galii fi bu’aa, hamma maallaqa qusannaan walitti qabe, kaapitaalaa, qabeenya waliigalaa, dhiyeessii sharafa alaa, faayinansii dijiitaalaa, lakkoofsa maamiltootaa fi gama baay’ina dameetiin firii kanaan dura argame kamiyyuu caalaa galmeessisuun, Dursummaa damee kana keessatti qabu mirkaneessuu isaa gabaasa miidiyaa Hoteela Inter Legzhariitti kenneen beeksiseera.
Milkaa’ina Gurguddaa Baankiin Hijraa Bara Baajataa 2025/26 Galmeessise:
1. Galii Waliigalaa:- Baankichi erga hundeeffamee waggoottan afran darban keessatti galii waliigalaa Birrii biiliyoona 2.965 caaluun waggaa kana qofa Birrii biiliyoona 3.55 qaqqabsiiseera; kunis baajata waggaa darbe keessa galmaa’ee ture waliin yoo madaalamu guddina 97% galmeessiseera.
2. Bu’aa Waliigalaa:- Bu’aa waliigalaa waggoottan afran darban keessatti argame Birrii miiliyoona 820.7 ture Birrii biiliyoona tokko ol caalmaa argisiisuun, gara Birrii Biiliyoona 1.9tti ol guddiseera; kunis bu’aa baankichi argate guddina addaa 132% galmeessiseera.
3. Hamma Qabeenya Waliigalaa Baankichaa:- Hammi qabeenya bara baajataa darbe keessa ture Birrii biiliyoona 14.61 irraa waggaa tokko keessatti 115% guddisuun, Birrii biiliyoona 31.45 irraan gaheera.
4. Qusannaa Maamiltootaa:- Bara baajataa darbe yeroo wal-fakkaatatti Birrii biiliyoona 11.94 ture waggaa tokko keessatti 101% guddisuun, Birrii biiliyoona 24 irraan gahuun danda’ameera.
5. Kaappitaala Waliigalaa:- Bara baajataa darbe keessa Birrii biiliyoona 2.42 ture, 202% dachaa lama ol dabaluun Birrii biiliyoona 7.45’n gaheera.
6. Sharafa Alaa:- Baankichi waggoottan afran darban keessatti waliigala sharafa alaa irratti guddina 187.6% argisiisuun, bara baajataa kana keessa Doolaara Ameerikaa miiliyoona 158 argachuu danda’eera.
7. Faayinansii Maamiltootaaf Dhiyaate:- Bara baajataa darbe tajaajila faayinansii Birrii biiliyoona 7.2 ture irraa 133% guddisuun, bara baajataa kana keessa Birrii biiliyoona 16.78 ol faayinansii kan dhiyeesse yoo ta’u kanneen keessaa Mudaarabaan Birrii biiliyoona 1.33 (7.93%) akkasumas Qardul Hasanaa / Liqii Dhala Irraa Bilisaatiin Birrii miiliyoona 341.72 (2.03%) tajaajila faayinansii dhiyeesseera.
8. Baay’ina Damee:- Baankichi bara baajataa kana keessatti qofa dameewwan haaraa 41 banuun, waliigala baay’ina dameewwan isaa 170n gaheera.
9. Faayinansii Dijiitaalaa:- Maamiltoota 3,871 daldala xixiqqaa fi giddu-galeessaa irratti bobba’an, akkasumas dubartootaa fi dargaggootaaf wabii tokko malee Birrii biiliyoona 1.5 faayinansii E-Muraabahaan dhiyeessuu danda’ameera.
10. Gama Baankii Dijiitaalaatiin:- Baankichi bara baajataa kana keessatti waliigala lakkoofsa fayyadamtoota baankii dijiitaalaa miiliyoona 2.24 irraan gahuu danda’eera; waliigala hamma daddabarsa maallaqa baankii dijiitaalaa Birrii biiliyoona 41.72 (guddina 86%) akkasumas hamma bittaa fi gurgurtaa 261,982 (guddina 519%) irraan gahuu danda’eera.
11. Zakaa fi Waqfi:- Baankichi seenaa dhaabbata faayinansii biyya keenya keessatti dursaa fi fakkeenya ta’uun, bara baajataa kana keessatti waliigala bu’aa isaa irraa Zakaa dhaabbataa Birrii miiliyoona 8 akkasumas Waqfiif Birrii miiliyoona 2 baasuun dirqama Shari’aa isaa bahachuus danda’eera.
12. Tajaajila Faayinansii Bu’aa Malee Dhiyaate:- Baankiin keenya Shari’aa bu’uura godhatee kan hojjatu ta’uu isaatiin, qajeelfama Maqaasiid Al-Shari’aa qaama ergama daldala isaa godhachuun, tajaajila faayinansii tura qabu fi itti-gaafatamummaa irratti hundaa’e dhimma bu’aa tokko malee (Benevolent Loan) irratti portfolio faayinansii isaa irraa Birrii miiliyoona 341.72 kan gahu tajaajila faayinansii kenneera.
13. Tajaajila Harameeyinii:- Baankiin Hijraa namoota fedhii guddaa Hajjii raawwachuuf qaban sababa hanqina maallaqaatiif hafaniif tajaajila addaa Harameeyinii qopheessuun, baasii imalaaf barbaachisu keessaa 50% bu’aa tokko malee bifa liqiitiin dhiyeessuu danda’eera.
18 793
ሂጅራ ባንክ በ2025/26 በጀት ዓመት በዋና ዋና የሥራ አፈፃፀም መለኪያዎች የላቀ ውጤት አስመዘገበ!
ሙሉ በሙሉ ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎት በመስጠት ላይ የሚገኘው ሂጅራ ባንክ በተጠናቀቀው በጀት ዓመት በገቢ እና ትርፍ፣ተቀማጭ ገንዘብ በመሰብሰብ፣ በካፒታል መጠን፣ በአጠቃላይ ሃብት፣ በውጭ ምንዛሬ አቅርቦት፣ በዲጂታል ፋይናንሲንግ፣ በደንበኛ ቁጥር፣ በቅርንጫፍ ብዛት ከመቼውም ጊዜ በላይ የላቀ ውጤት በማስመዝገብ በዘርፉ የነበረውን የመሪነት ሚና ማሰቀጠል መቻሉን ባንኩ በዛሬው ዕለት በኢንተር ሌግዠሪ ሆቴል በሰጠው ጋዜጣዊ መግለጫ አስታውቋል፡፡
የሂጅራ ባንክ የ2025/2026 በጀት ዓመት ታላላቅ ስኬቶች:-
1. አጠቃላይ ገቢ፦ ባንኩ ከተመሠረተ ጀምሮ ባለፉት አራት ዓመታት ካስመዘገበው አጠቃላይ ድምር ገቢ (2.965 ቢሊዮን ብር) በመብለጥ የዘንድሮው ዓመታዊ ገቢው ብር 3.55 ቢሊዮን የደረሰ ሲሆን ይህም ቀደም ሲል ከነበረው በጀት ዓመት አንፃር የ97% ዕድገት አሳይቷል፡፡
2. ጠቅላላ ትርፍ፦ ካለፉት አራት ዓመታት አጠቃላይ የትርፍ ድምር (820.7 ሚሊዮን ብር) ከአንድ ቢሊዮን ብር በላይ ብልጫ በማሳየት 1.9 ቢሊዮን በማድረስ ባንኩ ካገኘው ትርፍ አንጻር በ132% የላቀ እድገት አስመዝግቧል፡፡
3. የባንኩ አጠቃላይ የሀብት መጠን፦ ባለፈው በጀት ዓመት ከነበረው 14.61 ቢሊዮን ብር በአንድ ዓመት ጊዜ ውስጥ በ115% በማሳደግ ብር 31.45 ቢሊዮን ደርሷል።
4. ተቀማጭ ገንዘብ፦ ባለፈው በጀት ዓመት በተመሳሳይ ወቅት ከነበረበት 11.94 ቢሊዮን ብር በመነሳት በአንድ ዓመት ጊዜ ውስጥ በ101% በማሳደግ ብር 24 ቢሊዮን ማድረስ ተችሏል።
5. ጠቅላላ ካፒታል፦ ባለፈው በጀት ዓመት ከነበረበት ብር 2.42 ቢሊዮን በ 202% (ከ2 እጥፍ በላይ) በማሳደግ ብር 7.45 ቢሊዮን አድርሷል።
6. የውጭ ምንዛሬ ግኝት፦ ባንኩ ባለፉት አራት ዓመታት በድምሩ ካንቀሳቀሰው የውጭ ምንዛሬ መጠን የ187.6% ዕድገት በማሳየት በበጀት ዓመቱ 158 ሚሊዮን የአሜሪካ ዶላር ማግኘት ችሏል፡፡
7. ለደንበኞች የቀረበ ጠቅላላ የፋይናንስ መጠን፦ ባለፈው በጀት ዓመት ከነበረው የብር 7.2 ቢሊዮን የፋይናንስ አቅርቦት በ133% በማሳደግ በበጀት ዓመቱ ብር 16.78 ቢሊዮን በላይ ፋይናንስ ያደረገ ሲሆን ይህም በሙሻረካ ብር 1.6 ቢሊዮን (9.54%)፣ በሙዳረባህ ብር 1.33 ቢሊየን (7.93%) እንዲሁም በቀርደል ሐሰን (ነፃ ብድር) ብር 341.72 ሚሊየን (2.03%) ፋይናንስ አገልግሎት አቅርቧል፡
8. የቅርንጫፍ ብዛት፦ ባንኩ በበጀት ዓመቱ ውስጥ 41 አዳዲስ ቅርንጫፎችን በመክፈት አጠቃላይ የቅርንጫፎቹን ብዛት 170 አድርሷል።
9. ዲጂታል ፋይናንሲንግ፡- 3,871 ለሚደርሱ በአነስተኛና መካከለኛ ሥራ ላይ ለተሰማሩ እንዲሁም ሴቶችና ወጣቶች ያለ ማስያዣ ብር 1.5 ቢሊየን የኢሙራበሃ ፋይናንሲንግ ማቅረብ ችሏል፡፡
10. ዲጂታል ባንኪንግ፡- ባንኩ በበጀት ዓመቱ የዲጂታል ባንኪንግ አጠቃላይ ደንበኞች ቁጥር 2.24 ሚሊዮን ማድረስ የቻለ ሲሆን አጠቃላይ በዲጅታል ባንኪንግ የገንዘብ ዝውውር መጠኑ ብር 41.72 ቢሊየን (የ86% ዕድገት) እንዲሁም የግብይት መጠኑ 261,982 (የ519% ዕድገት) ማድረስ ችሏል፡
11. ዘካና ወቅፍ፡- ባንኩ በሀገራችን የፋይናንስ ተቋማት ታሪክ ፈር ቀዳጅ በመሆን በበጀት ዓመቱ ከአጠቃላይ ትርፉ ላይ ተቋማዊ ዘካ ብር 8 ሚሊየን እንዲሁም ለወቅፍ ብር 2 ሚሊየን በማውጣት ሸሪዓዊ ግዴታውን መወጣት ችሏል፡፡
12. ያለትርፍ የቀረበ የፋይናንስ አገልግሎት፡ ባንካችን ሸሪዓን መሰረት በማደረግ የሚሰራ ባንክ እንደመሆኑ መጠን የመቃሲድ አል ሸሪዓ መርህን የቢዝነሱ ተልዕኮ አካል በማድረግ ዘላቂነትና ኃላፊነትን መሰረት ያደረገ ኢንቨስትመንት ላይ ያለ ምንም ትርፍ በቀርድ አል-ሐሰን (Benevolent Loan ) ከፋይናንሲንግ ፖርትፎሊዮው ብር 341.72 ሚሊየን (2.03%) የሚደርስ የፋይናንሲንግ አገልግሎት ሰጥቷል፡፡
13. ሐረመይን አገልግሎት ፡ ሂጅራ ባንክ ሐጅ የማድረግ ታላቅ ምኞት ኖሯቸው የገንዘብ እጥረት ለገጠማቸው ምዕመናን ልዩ የሐረመይን አገልግሎት በማዘጋጀት ፣ ለጉዞው የሚያስፈልገውን 50% ወጪ ያለ ምንም ትርፍ (በቀርድ አል-ሐሰን) በብድር መልክ ማቅረብ ችሏል። በዚህም ልዩ ዕድል እስከተጠናቀቀው በጀት ዓመት ድረስ 35 ምዕመናን የዕድሜ ዘመን ህልማቸውን እውን በማድረግ የሐጅ ሥነ-ሥርዓታቸውን በስኬት እንዲፈጽሙ አስችሏል።
በመጨረሻም በጋዜጣዊ መግለጫው ባንኩ እነዚህ ስኬቶች አውን ይሆኑ ዘንድ ድጋፍ ላደረጉ የአክሲዮን ባለቤቶች፤ የኢትዮጵያ ብሔራዊ ባንክ፣ የፌደራል እስልምና ጉዳዮች ጠ/ም/ቤትና በየእርከኑ ያለው የመጅሊስ መዋቅር፣ የባንካችን የተለያዩ ባለ ድርሻ አካላት፣ መርጠው እና አምነው አብረውት ለቆዩ ክቡራን ደንበኞቹ እንዲሁም በከፍተኛ ቁርጠኝነት ሲሰሩ ለነበሩ የዴሬክተሮች ቦርድ አባላት፣ የባንኩ አመራሮች እና ውድ ሠራተኞቹ ምስጋናውን አቅርቧል፡፡
ሂጅራ ባንክ ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!!!
18 793
+2
የሂጅራ ባንክ የ2025/26 የስራ አፈፃፀም ጋዜጣዊ መግለጫ
ሂጅራ ባንክ ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!
#HijraBank #EthiopiaFinance #Annualreport #InterestFree
#shariacompliance #pressrealese #profit
18 793
10% ተጨማሪ ሂባ!
Hibaa Dabalataa 10%
ባህር ማዶ ካሉ ወዳጅ ዘመዶዎ የላኩሎትን ገንዘብ በሂጅራ ባንክ በኩል በመቀበል 10% ተጨማሪ ስጦታ (ሂባ) ያግኙ።
በአስተማማኝ ዓለም አቀፍ አጋሮቻችን #WesternUnion | #Dahabshiil | #Thunes | #Ria | #EthioDash በቀጥታ በባንካችን ስዊፍት ኮድ HIJRETAA ይቀበሉ።
ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!
Maallaqa firoottaniifi jaalaleewwan keessan biyya alaa irraa isiniif ergamu karaa Baankii Hijraatiin fudhachuun hibaa dabalataa parsentaa 10% argadhaa.
michoota keenya amanamoo sadrkaa addunyaatti jiran #WesternUnion | #Dahabshiil | #Thunes | #Ria | #EthioDash ykn kallattiin karaa HIJRETAA baankii keenyaatiin fudhadhaa.
Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!
18 793
የጥንቃቄ መልዕክት
Ergaa Of Eeggannoo!
የአካውንትዎን እና የገንዘብዎን ደህንነት ለመጠበቅ የሚከተሉትን ወሳኝ ጥንቃቄዎች ያድርጉ፡
👉🏾 ጠንካራ የይለፍ ቃል ይጠቀሙ፦ በቀላሉ የማይገመቱ ቁጥሮችን፣ ምልክቶችን እና ፊደላትን ያቀላቀለ የይለፍ ቃል ይፍጠሩ።
👉🏾 ልዩ ያድርጉት፦ ለባንክ የሚጠቀሙበትን የይለፍ ቃል ለሌሎች ማህበራዊ ሚዲያዎች በፍጹም አይጠቀሙ።
👉🏾 ባለሁለት ደረጃ ማረጋገጫን (2FA) ይተግብሩ፦ ለአካውንትዎ ተጨማሪ የደህንነት ጋሻ ለመስጠት 2FAን በApp ላይ ያብሩት።
👉🏾 ምስጢርዎን ይጠብቁ፦ የይለፍ ቃል ወይም የኦቲፒ (OTP) ኮድዎን ለባንክ ሰራተኛም ቢሆን በፍጹም አያጋሩ!
አጠራጣሪ ነገር ካጋጠምዎ በአቅራቢያዎ ወደሚገኝ ቅርንጫፍ ይሂዱ ወይም በ9381 በነፃ ይደውሉልን!
ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!
Nageenya maallaqaa fi herreega keessanii eeggachuuf of eeggannoowwan murteessoo gaditti jiran raawwadhaa.
👉🏾 Lakkoofsa iccitii cimaa fayyadamaa:- Iccitii lakkoofsota salphaatti hin qabamne, mallattoowwaniifi qubeewwan hammate uumadhaa.
👉🏾 Adda taasisaa:- lakkoofsa iccitii baankii keessaniif fayyadamtan gonkumaa miidiyaalee hawaasaa biroof hin fayyadaminaa.
👉🏾 Mirkaneessa sadarkaa lammaffaa ( two_step varification ) fayyadamaa:- nageenya herreega keessanii daran cimsuuf 2fa ibsaa.
👉🏾 Iccitii keessan eeggadhaa:- lakkoofsa iccitii Otiipii keessan hojjattoota baankiifis yoo ta'e hin qoodinaa.
Ergaawwan shakkisiisoon yoo isin qaqqabe dameee dhiheenya keessan jirutti deemaa ykn 9381 irratti bilisaan bilbilaa!
Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!
#HijraBank
#CyberSecurity
#AccountSafety
18 793
ለቀጣዩ ዓመት የትምህርት ምዝገባ ዝግጅት ላይ ኖት? Galmee bara barnootaa dhufuuf qophaa'aa jirtuu?
=============================
የሂጅራ ባንክን "School Fee Management System" በመተግበር የትምህርት ቤትዎን የክፍያ አሰባሰብ ሂደት ይበልጥ ቀላል ያድርጉ።
በዚህ አገልግሎት ፦
⚡የተማሪዎችን ክፍያዎች በአግባቡ መሰብሰብ፣ መከታተል እና የፋይናንስ ሪፖርት በቀላሉ ማውጣት ያስችላል።
⚡ማንኛውም ክፍያ ሲፈጸም ፈጣን ማረጋገጫ ይደርሳል።
⚡ወላጆች በአካል መገኘት ሳያስፈልጋቸው በሂጅራ ባንክ "OmniPlus" የሞባይል መተግበሪያ ወይም አጭር ቁጥር *827# በመጠቀም ከየትኛውም ቦታ ክፍያቸውን መፈጸም ይችላሉ።
የትምህርት ተቋምዎን የክፍያ አሰባሰብ ለማዘመን በአቅራቢያዎ ወደሚገኝ የሂጅራ ባንክ ቅርንጫፍ በመቅረብ አገልግሎቱን መጠቀም ይጀምሩ።
ለበለጠ መረጃ: 9381
ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!
Sirna "School Fee Management System" Baankii Hijraatiin adeemsa sassaabbii kaffaltii mana barumsa keessanii caalaatti salphifadhaa.
Tajaajila kanaan:
⚡️Kaffaltiiwwan barattootaa sirnaan sassaabuu, hordofuufi gabaasa faayinaansii salphaatti baasuu dandeessisa.
⚡️Kaffaltiin kamiiyyuu yeroo raawwatamu mirkaneessa ariifataa ta'etu dhaqqaba.
⚡️Maatiin barattootaa qaamaan argamuun osoo isaan hin barbaachisin, Appilikeeshinii baankii hijraa "OmniPlus" ykn lakkoofsa gabaabaa *827# fayyadamuun iddoo jiranii kaffaltii isaanii raawwachuu danda'u.
Sassaabbii kaffaltii dhaabbata barumsa keessanii ammayyeessuuf, damee Baanki Hijraa dhiyoo keessan jirutti deemuun tajaajilicha argachuu jalqabaa.
Odeeffannoo dabalataaf:- 9381
Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!
#HijraBank #SchoolFeeManagement
#DigitalBanking #Schooladminstration
#ConvenientBanking
18 793
ነገ የመጨረሻው ቀን ነው!
Boru Guyyaa Xumuraati!
በኢትዮጵያ ብሔራዊ ባንክ መመሪያ መሠረት ደንበኞች የባንክ ሂሳባቸውን ከፋይዳ ብሔራዊ መታወቂያ ጋር የሚያስተሳስሩበት የጊዜ ገደብ ሰኔ 30 ቀን 2018 ዓ.ም እንደሚጠናቀቅ ተገልጿል፡። በመሆኑም የቀሩት ቀናት ዛሬ እና ነገ ብቻ መሆናቸውን ልናሳስባችሁ እንወዳለን።
የባንክ ሂሳብዎ እንዳይቋረጥ እና ከአላስፈላጊ እንግልት ራስዎን ለመጠበቅ፣ በተሰጠው የጊዜ ገደብ ውስጥ በአቅራቢያዎ በሚገኝ የሂጅራ ባንክ ቅርንጫፍ አለያም የበይነመረብ አማራጫችን በመጠቀም በድረ-ገጻችን apps.hijradigital.com/fayda/v2/ ባሉበት ሆነው አሁኑኑ ያስተሳስሩ።
የሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!
Akkaataa qajeelfama baankii biyyaalessa Itoophiyaatti yeroon maamiltoonni herreega baankii isaanii waraqaa eenyummmaa faayidaa (FAN) keessan waliin wal simsiifatan boru waxabajjii 30/2018 akka goolabamu ifoomeera. kanaafis guyyoonni hafan har'aa fi boru qofa ta'uu isin beeksifna.
kana hubattanii herreegni baankii keessanii akka adda hin cinnee fi gaaga'amarraa of eeguuf yeroo hafte keessatti gara dameewwan keenya dhihoo keesn jirutti deemuun ykn liinkii kana https://apps.hijradigital.com/fayda/v2/ fayyadamuun iddoo jirtanii ammuma walsimsiifadhaa.
Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!
18 793
10% ተጨማሪ ሂባ!
Hibaa Dabalataa 10%
ባህር ማዶ ካሉ ወዳጅ ዘመዶዎ የላኩሎትን ገንዘብ በሂጅራ ባንክ በኩል በመቀበል 10% ተጨማሪ ስጦታ (ሂባ) ያግኙ።
በአስተማማኝ ዓለም አቀፍ አጋሮቻችን #WesternUnion | #Dahabshiil | #Thunes | #Ria | #EthioDash በቀጥታ በባንካችን ስዊፍት ኮድ HIJRETAA ይቀበሉ።
ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!
Maallaqa firoottaniifi jaalaleewwan keessan biyya alaa irraa isiniif ergamu karaa Baankii Hijraatiin fudhachuun hibaa dabalataa parsentaa 10% argadhaa.
michoota keenya amanamoo sadrkaa addunyaatti jiran #WesternUnion | #Dahabshiil | #Thunes | #Ria | #EthioDash ykn kallattiin karaa HIJRETAA baankii keenyaatiin fudhadhaa.
Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!
18 793
Wish you Successful Work Week!
መልካም የስራ ሳምንት ይሁንልዎ!
Torbee Hojii Milkii isiniif haa ta'u!
Check out our social media pages
የሂጅራ ባንክ ትክክለኛ የማህበራዊ ትስስር ገጾች
Toora Miidiyaalee Hawaasaa keenya sirrii kanniin hordofaa
Telegram - https://t.me/HijraBank
Website - http://www.hijra-bank.com
YouTube - https://youtube.com/@hijrabanksc
Facebook - https://www.facebook.com/hijrabanksc
Tiktok - https://www.tiktok.com/@hijrabanksc?_t=8cTBc41Kdxl&_r=1
Twitter - https://x.com/Hijrabanksc
Instagram https://www.instagram.com/hijrabanksc/
LinkedIn - https://www.linkedin.com/company/hijrabanksc/
18 793
Vacancy Announcement
Hijra Bank is looking for highly motivated and qualified professionals to fill the following leadership positions within our District Offices:
Open Positions
1. Director, Strategy & Transformation (1)
2. Manager, Planning & Result Management (1)
3. Branch Manager (11)
4. Branch Operation Supervisor (11)
5. Senior Customer Service Officer (11)
6. Customer Service Officer II (22)
How to apply:
Interested candidates are encouraged to apply by visiting our LinkedIn page:
https://www.linkedin.com/feed/update/urn:li:activity:7479096122167169025
#HijraBank #IFB #IslamicBanking #BankVacancy #BankJob #Vacancy #JobOpening #NowHiring #EthiopianJobs
18 793
10% ተጨማሪ ሂባ!
Hibaa Dabalataa 10%
ባህር ማዶ ካሉ ወዳጅ ዘመዶዎ የላኩሎትን ገንዘብ በሂጅራ ባንክ በኩል በመቀበል 10% ተጨማሪ ስጦታ (ሂባ) ያግኙ።
በአስተማማኝ ዓለም አቀፍ አጋሮቻችን #WesternUnion | #Dahabshiil | #Thunes | #Ria | #EthioDash በቀጥታ በባንካችን ስዊፍት ኮድ HIJRETAA ይቀበሉ።
ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!
Maallaqa firoottaniifi jaalaleewwan keessan biyya alaa irraa isiniif ergamu karaa Baankii Hijraatiin fudhachuun hibaa dabalataa parsentaa 10% argadhaa.
michoota keenya amanamoo sadrkaa addunyaatti jiran #WesternUnion | #Dahabshiil | #Thunes | #Ria | #EthioDash ykn kallattiin karaa HIJRETAA baankii keenyaatiin fudhadhaa.
Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!
18 793
በነብያችን ላይ ሰለዋት ማውረድ የምታበዙበት ውብ ጁምዓ ይሁንልዎ!
Jum'aa midhagaa salawaata nabiyyii keenya irratti hedduminaan itti buufatan isiniif haa ta'u.
اللَّهُمَّ صَلِّ عَلَى مُحَمَّدٍ، وَعَلَى آلِ مُحَمَّدٍ
#Hijrabank #Interest_free_Banking #Jummah #jummablessings #Jummablessing
18 793
በኦምኒ ፕላስ ህይወትዎን ያቅልሉ!
Omniplaasiin jireenya keessan salphifadhaa!
================================
የዕለት ተዕለት የገንዘብ ልውውጥዎን፣ ክፍያዎችዎን እና ወጪዎችዎን በኦምኒ ፕላስ (OmniPlus) ያለምንም ልፋት በቅጽበት ያጠናቅቁ። አስተማማኝ የዲጂታል ባንኪንግ አጋርዎ!
ለበለጠ መረጃ፡ 9381
ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!
Daddabrsa maallaqa guyyaa guyyaa keessan, dadhabbii tokko maleee kaffaltii fi baasii keessan hunda Omniplaasiin battalmatti xumuradhaa. Michuu baankiingii dijitaalaa keessan amanamaa!
Odeeffannoo dabalataaf: 9381
Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!
#HijraBank #OmniPlus #DigitalBankingEthiopia #InstantPayments #FintechEthiopia #SeamlessBanking #SmartFinance
18 793
ስለ ዕምነትዎ ከልብ እናመሰግናለን !
Amanamummaa keessaniif Onnerraa Isin Galateeffanna!
የተከበራችሁ ደንበኞቻችን ባለፈው የበጀት ዓመት ከእኛ ጋር ስላደረጋችሁት የተሳካ ጉዞ እና ላሳያችሁን ታማኝነት ከፍ ያለ ምስጋናችንን እናቀርባለን።
አዲሱን የበጀት ዓመት በአዲስ መንፈስ ስንጀምር ሸሪዓውን የጠበቁ የፋይናንስ አገልግሎቶቻችንን ይበልጥ በማሳደግ ፍላጎትዎን በተሻለ ሁኔታ ለማስተናገድ ዝግጁ ነን።
ወደ ብሩህ ተስፋ የምናደርገውን ስኬታማ ጉዞ አብረን እንቀጥል !
ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!
Kabajamtoota maamiltoota keenya, imala milkaa'aa bara baajataa darbe nu waliin taasistanii fi amanamummaa addaa nuuf argisiistaniif galata guddaa qabna.
Bara baajataa haaraa qilleensa haaraan yoo jalqabnu, tajaajiloota faayinaansii qajeelfamoota Shari'aa eeggatan caalaatti babal'isuun fedhii keessan haala fooyya'aan keessummeessuuf qophiidha.
Imala milkaa'aa gara egegree ifaatti taasifnu waliin itti haa fufnu!
Baaankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!
#HijraBank #NewFiscalYear #IslamicBanking #ThankYouCustomers #EthicalBanking #TogetherWeGrow #Ethiopia #FinancialInclusion #NewBeginnings
