ch
Feedback
Waajjira barnoota bul/mag/Asallaa

Waajjira barnoota bul/mag/Asallaa

前往频道在 Telegram
1 359
订阅者
无数据24 小时
无数据7 天
无数据30 天
帖子存档
Repost from N/a
photo content

Repost from N/a
#BEEKSISA 12/06/2016 Hoggansa Barnootaa , Barsiisota , Maatii Barattoofi Barattoota kutaa 6ffaafi 8ffaa Oromiyaa hundaaf. Akkam Jirtan? #Qormmaata_Kutaa_6ffaafi_8ffaa_bara_barnootaa_2016_kennamu ilaalchisee gamanummaa qophiin akka taasiftan isin beeksifna. #A- Bara Barnootaa 2016 akka Naannoo Oromiyaatti, #Barattootni_kutaa_6ffaa; Dhiirri - 386,703, Dubartiin - 345,540, waliigala barattootni kutaa 6ffaa 732,243 yeroo duraatiif qoruumsa Naannoo ni fudhatu. Biiroon Barnoota Oromiyaa hir'ina dhiyeessii kitaabaafi muuxannoo dhabuu barattootni qormaatichaarratti qaban yaada keessa galchuu, bara kanaaf akka shaakalaaf(ka'umsaaf) ta'u bara duraa kanaaf qofa Qoruumsi Naannoo Kutaa 6ffaa Gosa Barnoota Shan qofa akka ta’uufi qabiyyeen isaas kutaa 6ffaa keessaa qofa kan qophaa'u ta’uu isin beeksisina . #Gosa_Barnootaa_Qormaatn_Kutaa_6ffaa_keessaa_qophaa'u; 1.Afaan Dhalootaa 2. Afaan Ingilizii 3.Herrega 4.Saayinsii Naannoo 5.Saayinsii Hawaasaa yoo ta'an, #Yeroon_Qoruumsaa immoo, #Caamsaa 26-30/2016 ta’a. #B- Barattoota #Kutaa_8ffaa_Bara_Barnootaa 2016 Qormaata Naannoo Fudhatan Ilaalchisee; Barattootni Qormaata Fudhatan - Dhiirri 347,313 - Dubartiin 323,963 Waliigala barattooni 671,276 qoruumsa naannoo bara 2016 ni fudhatu jedhamee eegama. Qoruumsi kutaa 8ffaatis qabiyeen isaa kan kutaa 8ffaa keessaa qofa kan qophaa'u yoo ta'u , #Yeroon_qorumsaa #Waxabajjii 3-7/2016 ta’a . #Gosa_Barnootaa_Qorumsi Kutaa_8ffaa keessaa_qophaa'us; 1.Afaan Dhalootaa 2.Afaan Lammaffaa 3.Afaan Ingilizii 4.Herrega 5.Saayinsii Naannoo 6.Saayinsii uumamaa 7.Barnoota gosoota hunda galaa ( Safuu,Gadaa fi Lamummaa ) ta'uu gamanumaa isin beeksifna. Maatiin, Barsiistoniifi hoggansi barnootaa kana beektanii barattoota keenya akka qopheessitan dursinee isin hu bachiisaa, barattootnis haaluma kanaan qoohii akka gootan Isin hubachiifna. Biiroo Barnootaa Oromiyaa. Guraandhala 12/2016 FINFINNEE

#Qormaata_kutaa_12ffaa =======//=========== Qormaata kutaa 12ffaa bara 2016 ilaalchisee ibsa kenname: 1. #Natural_Science Gos
+1
#Qormaata_kutaa_12ffaa =======//=========== Qormaata kutaa 12ffaa bara 2016 ilaalchisee ibsa kenname: 1. #Natural_Science Gosa barnootaa: English, Mathematics, Physics, Chemisty, Biology & Aptitude 2. #Social_Science Gosa barnootaa: English, Mathematics, History, Geography, Economics & Aptitude ➡️ Haala kenniinsa qormaataa #Economics only from grade 12 Gosa barnootaa hafan ammoo 👉 9_11 from old curriculum 👉 12 from new curriculum

Akkam jirtu! Sagantaa Qoruumsaa ================== 1)Madaalliin(Qormaanni xumura simiisteera 1ffaa)kutaa 6ffaa,8ffaafi 12ffaa 27_29/5/2016 jidduutti kennama... 2)Madaallii kutaa 5ffaa,7ffaa,9ffaa,10ffaafi11ffaa akka mana barnootatti qophaa'uun guyyaa 20_25/5/2016 jidduutti kennamee kan xumuramu ta'a. 3)Iddoon qormaanni kutaa 6ffaa,8ffaa fi 12ffaa iddoon itti baayyatu,gidduu gala Magaalatti idfoo Mgt murteesdeewaan ta'eef,baajata dhimma jeeneereetaraa,warqaa baayyisaa, halluu baayyisaafi sittiippilisii ittiin walitti qabsiifamuu,haala gahoo M/Btiin caccabsaa hojjachuun yeroi gabaabatti isin qaqqabsiifnu waan ta'eef dura bu'oota Mana baruumsaa baajata murteessuuf of dagatamuu hin qabu. 4)Gabaasa qaacceessa qabxii simisteera 1ffaa barnoota waliigalaa 25_30/6/2016 jidduutti M/Btti qophaayee Magaalaa irraa gara Sarvarii BBOtti gala. HUB:Hojii kana kara milkaayaan keessa bahuuf, karoora gochaa (action plan) hojii akka ka'uumsaatti isiniif maxxanfame bu'uura gochuun ( sagantaa maxxansa qormaata ,sagantaa kilaastara qormaataa, nama qoruu qopheessuu,haala naamusa qormaataa itti kennamuu kan to'atuu,guyyaa dura bu'oota M/Btiif orranteeshiinii ni kennama.Ammasii gahee barattoota kutaa 6ffaa,8ffaa fi 12ffaa waraqaa Qormaatni ittiin qophaa'u halluu baay'isaa kan oolu gahee keessan irratti mana barnotatti qopheeffadha Nagaa ta'a!!!

+2
Madaallii Poortifooliyoo Dura Bu'ootaa.docx0.30 KB

teacher.xlsx0.15 KB

Gamaaggama. =========== Waajjirri barnoota bulchiinsa magaala Asallaa gamaaggama raawwii hojii kurmaana 1ffaa bara 2016 gaggeesse. ============================== Gamaaggama raawwii hojii barnootaa bakka Hoogganaan waajjirichaa Obbo Huseen Kadiiroo ,Koreen GMB , Dura taa'ota M/B fi ogeeyyiin waajjirichaa argamanitti geggeessaa ooleera. Hirmaattonni gamaaggamichaa akka jedhanitti gaheen barnoota qulqulluu fi galmaan gahiinsa barnootaa kan abbaa tokkoof kennamuu fi qaama tokkoon galma gahuu qofa osoo hin taane hordoffii fi deeggarsa qaamota garagaraa akka ta'es eeraniiru. Hojiin barnootaa deeggarsaa fi hordoffii qulqullina qabuu fi walitti fufaa ta'e barbaada kan jedhan hoogganaan Waajjira barnoota bulchiisa magaala Asallaa xiyyeeffannoon barnootaaf dhimmamtoonni laachuu qaban kan kanaan duraa ol akka ta'uu qabus itti dabaluun eeraniiru. Xumura irrattis Obbo Huseen Kadiiroo itti dabaluun Ciminoota kurmaana 1ffaa keessatti gonfattan akka qabxiilee ciminaatti qabachuun hanqinoota jiran irratti xiyyeeffannoo fi jijjiirama bu'uuraatiif cichanii akka hojjatan eeruun gamaaggamichi milkaa'inaan goolabaniiru. Barnoonni bu'uura jijjiirama biyyaatiif shoorri isaa olaanaa dha.

Repost from N/a
photo content
+1

Repost from N/a
#Qabxii 50%fi ol kan fidan 5 747 #Ramadaaliif kan darban 43 944 #Yunivarsiitii kan galan, walitti = 49 691 Kanaafuu, barataan bara 2015 qoramee Yunivarsiitii gale kun kan bara 2014 Yunivarsiitii galan 18 876 caalmaa agarsiiseera. Barattootni bara 2014 qormaata fudhatan baay'inni isaanii caalmaa qabaatullee, kan bara 2015 qormaata fudhatan Yunivarsiitii galuun caalmaa 18 876 agarsiisuun fooyya'insi akka jiru agarsiisaa jiru ni mul'isa. BBOn Barnootni biyyaafi naannoo keenyaa kufinsa keessaa akka jiru dursee kan hubateefi qorannoon adda baafatee hojjataa jiru kan ta'e, #Sanada Hammattoo Utubaa Qulqullina Barnootaa(Education Quality Foundation Framework/ jedhamu qopheessuun ittiin hojjata jirus, haala salphaan nmaaf galuufi hojiirra oolchuun danda'amu irratti hogganaa I/A BBO Dr. Buloosaa Hirkootiin dhihaatee, sanadicharratti hubannoo waliigalaa cimsameera.q Hojjattootni dhimmoota dhihaatan irratti bal'inaan erga irratti mar'atanii booda, Hogganaa Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dr. Tolaa Bariisootiin kallattiinifi hojiiwwan xiyyeeffanno barbaadan kennamaniiru. Kallattiin kenname: 1 - kufaatii barnootaa har'a hawaasa hundatti mul'ate kana BBOn waggoota 4n dura irraa jalqabee rakkoowwan kufaatii barnoota keenyaa garee/team/ hundeessuu qorannoon adda baasuun hojiiwwan; #Ijaarsa Mannee Bu'uura Boruu, #Ijaarsa Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa ijaaruun . #Manneen Barnootaa Addaa haala mijeessuun, #Utubaa Qulqullina Barnootaa Qorannoon argate hojiirra oolchaa jiraachuusaafi kkf barnoota kufaatii keessaa baasuuf durse akka hojjataa jiru, bu'aan isaatis waggaata 2 , 4, 6, fi 12 booda kan mirkanaa'uu ta'uu hojjataa jiraachuun hubatamuu qaba. 2- Barattoota har'a Yunivarsiitii galuu hin dandeenyeef, TVET waliin dubbannee waan xumurreef yeroo dhihoo keessatti haal qabxii isaaniitiin akka galan gochuuf hojjachaa jirra. 3- Karoora kurnaana 2ffaa fooyyessuun karoora xiiqiifi hiixataa kana galmaan gahuuf hojjachuu, #Xiyyeeffannoowwan immoo, - Hoggantoota banootaa(dura bu'oota manneen barnootaa, supparvaayizaroota barnootaa), barsiisotaafi GMBf leenjii gahumsa fooyyessu kennuu, - Hoggantootni barnootaa hanga daree barnootaa galuun akka hordofan, - Supparvaayizarootnifi inispeekshiniin barnootaa BBO hordoffiifi deeggarsa walirraa hincinne taasisuu qabu - Suphaa Giddu Gala Leenjii Dagaagina Ogummaa Walittifufiinsaa itti kennamu(Adaamaa) hatattamaan xumurree leenjii keessatti kennuu eegaluun hojiiwwan xiyyeeffannoon itti kennaman ta'uu Dr. Tolaan ibsuun wal gahiin xumurameera.

የ2015 ዓ.ም 12ኛ ክፍል ተፈታኞች አቅም ማሻሻያ መከታተያ የመቁረጫ ነጥብ ይፋ ሆነ ******************* (ኢ ፕ ድ) በ2015 የ12ኛ ክፍል ፈተና ወስደው የዩኒቨርሲቲ መግቢያ ውጤት ያ
የ2015 ዓ.ም 12ኛ ክፍል ተፈታኞች አቅም ማሻሻያ መከታተያ የመቁረጫ ነጥብ ይፋ ሆነ ******************* (ኢ ፕ ድ) በ2015 የ12ኛ ክፍል ፈተና ወስደው የዩኒቨርሲቲ መግቢያ ውጤት ያላመጡ ተማሪዎች የአቅም ማሻሻያ ፕሮግራም መከታተያ መቁረጫ ነጥብ ይፋ ሆኗል። የከፍተኛ ትምህርት የአስተዳደርና መሠረተ ልማት መሪ ስራ አስፈጻሚ ሰለሞን አብርሃ (ዶ/ር ) እንደገለጹት በ2016 በግልና የመንግስት ተቋማት የአቅም ማሻሻያ (Remedial Program)የሚከታተሉ ተማሪዎች መቁረጫ ነጥብ እንደተፈተኑት የትምህርት ዓይነት ብዛት 30 በመቶ እና ከዚያ በላይ ሆኗል። በዚህም መሠረት በመንግስት ዩኒቨርስቲዎች ለመማር የመቁረጫ ነጥብ፤ 👉 የተፈጥሮ ሳይንስ ለመደበኛና ለማታ ወንድ ተማሪዎች 255፤ ሴት ተማሪዎች 234፣ 👉 የማህበራዊ ሳይንስ ለመደበኛና ለማታ ወንድ ተማሪዎች 218፤ ለሴት ተማሪዎች 200፣ 👉 ታዳጊ ክልሎች የተፈጥሮ ሳይንስ ወንድ ተማሪዎች 224፤ ሴት ተማሪዎች 210 👉 ታዳጊ ክልሎች የማህበራዊ ሳይንስ ወንድ ተማሪዎች መግቢያ 192፤ ሴት ተማሪዎች180፣ 👉 አርብቶ አደር አካባቢ የተፈጥሮ ሳይንስ መቁረጫ ነጥብ በሁለቱም ፆታ 210፣ 👉 አርብቶ አደር አካባቢ ማህበራዊ ሳይንስ መቁረጫ ነጥብ በሁለቱም ጾታ 180፣ የ2015 ትምህርት ዘመንን ተሞክሮን ከግምት ውስጥ በማስገባት የገጠመውን የውጤት መቀነስ ለማስተካከል በ2016 ትምህርት ዘመን የማካካሻ ትምህርት (Remedial Program) በድጋሚ እንዲተገበር ተወስኗል። የአቅም ማሻሻያ ፕሮግራሙን ለሚከተተሉ የዩኒቨርሲቲ ምደባ በቀጣይ እንደሚካሄድ ትምህርት ሚኒስቴር አስታውቋ። ጥቅምት 22 ቀን 2016 ዓ.ም

Ramaddiin barattoota Yuunivarsiitii seenanii akkaataa fedhii fi dandeettii isaaniin raawwatama - Piro. Birhaanuu Naggaa Finfinnee, Onkololeesa 8, 2016 (FBC) - Ramaddiin barattoota barana Yuunivarsiitii seenanii akkaataa fedhii fi dandeettii isaaniin kan raawwatamu ta'uu Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaan ibsan. Bu'uura fedhii fi dandeettii isaaniin dhiibbaa tokko malee kan raawwatamu ta'uu eeraniiru. Barattoota dhaabbilee mootummaa fi dhuunfaa bara barnootaa 2014 qormaata Ga'umsa dandeettii/ Remiidiyaalii qoraman kuma 145 keessaa kumni 90 ol qabxii seensa dhaabbilee barnootaa olaanoo galmeessu Piroofeesar Birhaanuun dubbataniiru. Bara kana barattoota bara 2015 qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa qoramuun qabxii seensaa argatan kuma 27 ol waliin ida'amuun waliigalaan barattoonni kumni 117 ol gara Yuunivarsiitiwwan Mootummaa garaagaraatti kan ramadaman ta'uu eeraniiru. Ramaddiin Barattoota kunneenii akkaataa fedhii fi dandeettii isaaniin kan raawwatu ta'uu ibsuu TOI gabaaseera. #Oromia # Ethiopia

Marvil hiikkaan isaa jecha irra darbee gochaan muldhisee jira. Maarvil madda hayyoota ijoo!!
+9
Marvil hiikkaan isaa jecha irra darbee gochaan muldhisee jira. Maarvil madda hayyoota ijoo!!

በ2015 የ12ኛ ክፍል ፈተና ተማሪዎችን ካስፈተኑ ትምህርት ቤቶች ውስጥ 42.8 በመቶ የሚሆኑት ምንም ተማሪ አላሳለፉም፡- የትምህርት ሚኒስቴር ********** በ2015 የ12ኛ ክፍል ሀገር አቀፍ
በ2015 የ12ኛ ክፍል ፈተና ተማሪዎችን ካስፈተኑ ትምህርት ቤቶች ውስጥ 42.8 በመቶ የሚሆኑት ምንም ተማሪ አላሳለፉም፡- የትምህርት ሚኒስቴር ********** በ2015 የ12ኛ ክፍል ሀገር አቀፍ ፈተና ተማሪዎችን ካስፈተኑ ትምህርት ቤቶች ውስጥ 42.8 በመቶ የሚሆኑት ትምህርት ቤቶች ምንም ተማሪ አለማሳለፋቸውን የትምህርት ሚኒስቴር አስታውቋል፡፡ የትምህርት ሚኒስትሩ ፕሮፌሰር ብርሃኑ ነጋ የ12ተኛ ክፍል የመልቀቂያ ፈተና ውጤትን በተመለከተ በሰጡት መግለጫ፤ ዘንድሮ 3 ሺህ 106 ትምህርት ቤቶች ፈተና ማስፈተናቸውን ጠቅሰው፤ ከነዚህ ትምህርት ቤቶች ውስጥ 1 ሺህ 328 ትምህርት ቤቶች አንድም ተማሪ አለማሳለፋቸውን ተናግረዋል። ይህም በመቶኛ ሲሰላ 42.8 ከመቶ የሚሆኑት ትምህርት ቤቶች ምንም ተማሪ አለማሳለፋቸው ነው በመግለጫው የተነሳው፡፡

በ2015 የ12ኛ ክፍል ሀገር አቀፍ ፈተና ከፍተኛው ውጤት ከአዲስ አበባ ከተማ 649 ሆኖ ተመዘገበ ********** በ2015 የ12ኛ ክፍል ሀገር አቀፍ ፈተና ከአዲስ አበባ ከተማ 649 ከፍተኛ ውጤ
በ2015 የ12ኛ ክፍል ሀገር አቀፍ ፈተና ከፍተኛው ውጤት ከአዲስ አበባ ከተማ 649 ሆኖ ተመዘገበ ********** በ2015 የ12ኛ ክፍል ሀገር አቀፍ ፈተና ከአዲስ አበባ ከተማ 649 ከፍተኛ ውጤት መሆኑን እና በተፈጥሮ ሳይንስ የትምህርት ዘርፍ የተመዘገበ መሆኑን የትምህርት ሚኒስቴር አስታውቋል፡፡ የትምህርት ሚኒስትሩ ፕሮፌሰር ብርሃኑ ነጋ በ 2015 ዓ.ም የ12ኛ ክፍል አገር አቀፍ ፈተና ውጤትና ሌሎች ተያያዥ ጉዳዮችን አስመልክቶ በሰጡት ጋዜጣዊ መግለጫ፤ በማህበራዊ ሳይንስ 533 ከደብረ ማርቆስ ከተማ ከፍተኛ ውጤት ሆኖ መመዝገቡን ተናግረዋል፡፡ በፈተናው ከ50 በመቶ በላይ ያገኙ ተማሪዎች 27 ሺህ 267 ተማሪዎች መሆናቸውን የገለፁት ሚኒስትሩ፤ ይህም በመቶኛ ሲሰላ 3 ነጥብ 2 ብቻ መሆኑን ተናግረዋል፡፡ በሀገር አቀፍ ፈተናው አምስት ትምህርት ቤቶች ያስፈተኗቸውን ተማሪዎች ሙሉ ለሙሉ ማሰለፍ መቻላቸውን የጠቀሱት ሚኒስትሩ፤ ሌሎች 5 ትምህርት ቤቶች ደግሞ ካስፈተኗቸው ተማሪዎች ውስጥ 95 ከመቶውን ማሳለፋቸውን ተናግረዋል።