ch
Feedback
PSMQN

PSMQN

前往频道在 Telegram

PSMQN

显示更多
6 256
订阅者
无数据24 小时
+177 天
+4530 天
帖子存档
PSMQN
6 256
+4
Caasaa WPSMQN Godina Sadrkaa B.pdf1.05 MB

PSMQN
6 256
🙈😳😍

PSMQN
6 256
Carra Barnootaa Digri 2ffaa Bara 2017 God. fi BMag. 23.pdf27.85 MB

PSMQN
6 256
photo content

PSMQN
6 256
Guyyaa 29/4/2016 Go/H/Lixaa Aanaa Habrooti Mariiseelii Hundee Hawaasummaa Sadarkaa Waajjiratti Waajjira PSMQN fi Galmeessa Ra
+4
Guyyaa 29/4/2016 Go/H/Lixaa Aanaa Habrooti Mariiseelii Hundee Hawaasummaa Sadarkaa Waajjiratti Waajjira PSMQN fi Galmeessa Ragaa Siviilii Waliin ta'uun Marii Seelii Muddee Gaggeessaniiru

PSMQN
6 256
Share 'Qajeelfama Kilasteera (1).pdf'

PSMQN
6 256
Idaarraa Gara Miindaa !!

PSMQN
6 256
gabasaa Garee MSB HABROO kur 2ffaa 2016.docx1.83 KB

PSMQN
6 256
adaa 24/2016 . WPSMQN/A/Habroo Hojjetaa Waajjira isaa kan turan Obbo Misgaanaa Tarfaa Daadhii Bara Tajaajila Mana Hojii Mootummaa bara 2015 ti waan xumuraniif Soorama yoo bahu Sirni gaggeessaa isaanii guyyaa har'aa haala kanaan gaggeeffameera.

PSMQN
6 256
Sadaa 24/2016 . WPSMQN/A/Habroo Hojjetaa Waajjira isaa kan turan Obbo Misgaanaa Tarfaa Daadhii Bara Tajaajila Mana Hojii Moot
+4
Sadaa 24/2016 . WPSMQN/A/Habroo Hojjetaa Waajjira isaa kan turan Obbo Misgaanaa Tarfaa Daadhii Bara Tajaajila Mana Hojii Mootummaa waan xumuraniif Soorama yoo bahu Sirni gaggeessaa isaanii guyyaa har'aa haala kanaan gaggeeffameera.

PSMQN
6 256
Sadaasa 20,2016 Godina Harargee Lixaa Aanaa Habrootti Hajattoonni Mootummaa Aanaa Habroo Ayyaana Farra Malaammaltummaa dhaada
+3
Sadaasa 20,2016 Godina Harargee Lixaa Aanaa Habrootti Hajattoonni Mootummaa Aanaa Habroo Ayyaana Farra Malaammaltummaa dhaadannoo "Malaammaltummaan Diinaa Waloo Keenyaa Waan Ta'eef Gamtaan Irratti Haa Qabsoofnuu" jadhuun Kabajan. Sagantichaas irratti argamuun haasaa baniinsaa kan taasisan I/A Bulchaa Bulchiinsa Aanaa Habroo Obbo Abdallaa Ahmadnuur fi I/G Waajjira Bulchiinsa fi Mana Marii Kaabinee Aanaa Habroo Obbo Ahmadsharaf Mohammadnuri. Sanada gabaabaa mariif qophaa’e kan dhiheesse Abbaa Adeemsaa Qondaala Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Obbo Aliyyii Husseeni.

PSMQN
6 256

PSMQN
6 256
PSMQN 17

PSMQN
6 256
Baga Geessan 2016 Hundi keessan . !!
Baga Geessan 2016 Hundi keessan . !!

PSMQN
6 256
photo content

PSMQN
6 256
Xalayaa_Ragaa_Barnootaa_Godinaalee,_fi_Bul_Magalootaa_22_12_2015.pdf4.47 MB

PSMQN
6 256
+1
Xalaya_Carra_Barnootaa_Digrii_2ffaa_WPSMQN_Godinaalee_fi_Mag_Shaggaar.pdf28.10 MB

PSMQN
6 256
Xalayaa carraa barnootaa Digrii 1ffaa fi 2ffaa. Bara barnootaa 2016